Alexoo Media
Kanalga Telegram’da o‘tish
This channel brought you news from different sources ..you will get legit news...stay tuned
Ko'proq ko'rsatish2 545
Obunachilar
+124 soatlar
+97 kun
-3430 kun
Postlar arxiv
2 545
+1
Namoota Barnoota Barbaaddaniif
Yunvarsiitiin Mattuu Sagantaa Dhuma torbanii (Weekend) fi Galgalaan (Evening ) baasee jira.
2 545
Miira Kana 🥰✅
Weellisaa Daawwitee Mokonnon Waggaa 27 booda gaafa biyyatti deebiyu 🥰😳
2 545
Dhaamsa Kana Waliif qoodaa ‼️
Barattootni kutaa 12ffaa xumurtanii Sagantaa ‘ #Remedial’ dhaan Qabxii Seensa Yunvarsiitii argattan Ramaddii Yunvarsiitii keessanii raawwachuu dandeessu.
Guyyaan itti isin filattan Fulbaana 7-11/2019 dha.
Yunvarsiitii kam osoo hin deemiin mana keessan teessanii Filachuu dandeessu
Kara Liinkii kanaa seenuun argachuu dandeessu 👉 Liinkii Ministeerri Barnootaa Kaahe 👉 https://student.ethernet.edu.et/preferences
2 545
+2
Yunvarsiitii Maqalee Maaltu mudate?😳
Barattoonni Kana dura Yunvarsiitii Maqaleetti Ramadamanii barnoota isaanii hordofaa turan Komii rakkoo nageenyaan wal qabatee gaafataa turaniin yeroo ammaa kana Yunvarsiitii sana irraa gara Yunvarsiitii birootti akka Ramadaman Minisiteerri Barnootaa Pirofessor Biraanuu Naggaa Beeksise.
Haaluma kanaan Barattoonni Achitti barachaa turan yeroof Yunvarsiitiilee Mootummaa birootti akka ramadamanii barnoota isaanii itti fufan murtaayeera.
2 545
+3
Beeksisa‼️
Yunvarsiitiin Wallaggaa Bakkeewwan duwwaa qabu Sadii : jechuunis Perezedaantii fi bakkeewwan Hooggansa olaanoo biroo lama (2) irratti qacaruu barbaada.
Namoonni ulaagaa kana guuttan dorgomaa 😳
2 545
Bu’aan Qormaata Bahinsaa (Exit Exam) gadhiifameera.
Kara Link kanaan seentanii ilaallachuu dandeessu 👉 https://result.ethernet.edu.et
2 545
+4
Oduu Ammee: Gatiin Geejibaa dabale😳‼️
Guyyaa Borii (March 16,2026) irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti Taarifni geejiba Konkolaattota gara garaa haaraan hojiirra ooluuf
Akkaataan daballii taasifmees akka asii gadiiti.
2 545
Oduu Ammee‼️ waraanni Isiraa'eliif Iraan gidduutti eegalame. odeeffannoo guutuuf 👉 https://oropreach.com/2026/02/28/waraanni-guddaan-isiraaelii-fi-iraan-gidduutti-eegale/
2 545
Hiriira Taphattoota Manutd west ham Morkachuuf taasisan kan galgala kanaa
Tapha 5 walitti aansee ni injifataa ManUtd?
2 545
Qorumsi Seensa Yunvarsiitii Bara kanaa guutummaa guutuutti ‘Online’ kennamuuf murtaayeera
Madda: Ministeera Barnootaa
