ru
Feedback
Alexoo Media

Alexoo Media

Открыть в Telegram

This channel brought you news from different sources ..you will get legit news...stay tuned

Больше
2 545
Подписчики
+124 часа
+97 дней
-3430 дней
Архив постов
Namoota Barnoota Barbaaddaniif Yunvarsiitiin Mattuu Sagantaa Dhuma torbanii (Weekend) fi Galgalaan (Evening ) baasee jira.
+1
Namoota Barnoota Barbaaddaniif Yunvarsiitiin Mattuu Sagantaa Dhuma torbanii (Weekend) fi Galgalaan (Evening ) baasee jira.

Miira Kana 🥰✅ Weellisaa Daawwitee Mokonnon Waggaa 27 booda gaafa biyyatti deebiyu 🥰😳
Miira Kana 🥰✅ Weellisaa Daawwitee Mokonnon Waggaa 27 booda gaafa biyyatti deebiyu 🥰😳

Dhaamsa Kana Waliif qoodaa ‼️ Barattootni kutaa 12ffaa xumurtanii Sagantaa ‘ #Remedial’ dhaan Qabxii Seensa Yunvarsiitii argattan Ramaddii Yunvarsiitii keessanii raawwachuu dandeessu. Guyyaan itti isin filattan Fulbaana 7-11/2019 dha. Yunvarsiitii kam osoo hin deemiin mana keessan teessanii Filachuu dandeessu Kara Liinkii kanaa seenuun argachuu dandeessu 👉 Liinkii Ministeerri Barnootaa Kaahe 👉 https://student.ethernet.edu.et/preferences

Yunvarsiitii Maqalee Maaltu mudate?😳 Barattoonni Kana dura Yunvarsiitii Maqaleetti Ramadamanii barnoota isaanii hordofaa tur
+2
Yunvarsiitii Maqalee Maaltu mudate?😳 Barattoonni Kana dura Yunvarsiitii Maqaleetti Ramadamanii barnoota isaanii hordofaa turan Komii rakkoo nageenyaan wal qabatee gaafataa turaniin yeroo ammaa kana Yunvarsiitii sana irraa gara Yunvarsiitii birootti akka Ramadaman Minisiteerri Barnootaa Pirofessor Biraanuu Naggaa Beeksise. Haaluma kanaan Barattoonni Achitti barachaa turan yeroof Yunvarsiitiilee Mootummaa birootti akka ramadamanii barnoota isaanii itti fufan murtaayeera.

Beeksisa‼️ Yunvarsiitiin Wallaggaa Bakkeewwan duwwaa qabu Sadii : jechuunis Perezedaantii fi bakkeewwan Hooggansa olaanoo bir
+3
Beeksisa‼️ Yunvarsiitiin Wallaggaa Bakkeewwan duwwaa qabu Sadii : jechuunis Perezedaantii fi bakkeewwan Hooggansa olaanoo biroo lama (2) irratti qacaruu barbaada. Namoonni ulaagaa kana guuttan dorgomaa 😳

photo content

Waamicha Barattoota Buleeyyii Yunvarsiitii Debrebirhaan
Waamicha Barattoota Buleeyyii Yunvarsiitii Debrebirhaan

Beeksisa Waamicha Barattoota Yunvarsiitii Mattuu
+1
Beeksisa Waamicha Barattoota Yunvarsiitii Mattuu

Bu’aan Qormaata Bahinsaa (Exit Exam) gadhiifameera. Kara Link kanaan seentanii ilaallachuu dandeessu 👉 https://result.ethern
Bu’aan Qormaata Bahinsaa (Exit Exam) gadhiifameera. Kara Link kanaan seentanii ilaallachuu dandeessu 👉 https://result.ethernet.edu.et

Exit exam Schedule

Exit Exam Candidates placement and Schedule.xlsx1.39 KB

Arsenaal injifatame southamton 2-1 Arsenal
Arsenaal injifatame southamton 2-1 Arsenal

Oduu Ammee‼️ Kolleejjiiwwan 52 Cufaman 😳
Oduu Ammee‼️ Kolleejjiiwwan 52 Cufaman 😳

Oduu Ammee: Gatiin Geejibaa dabale😳‼️ Guyyaa Borii (March 16,2026) irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti Taarifni geejiba Konk
+4
Oduu Ammee: Gatiin Geejibaa dabale😳‼️ Guyyaa Borii (March 16,2026) irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti Taarifni geejiba Konkolaattota gara garaa haaraan hojiirra ooluuf Akkaataan daballii taasifmees akka asii gadiiti.

Arsenal 2-1 Chelsea injifate
Arsenal 2-1 Chelsea injifate

Manchester United injifachuun Sadarkaa Pirimerliigiin 3ffaa qabate
Manchester United injifachuun Sadarkaa Pirimerliigiin 3ffaa qabate

Oduu Ammee‼️ waraanni Isiraa'eliif Iraan gidduutti eegalame. odeeffannoo guutuuf 👉 https://oropreach.com/2026/02/28/waraanni-guddaan-isiraaelii-fi-iraan-gidduutti-eegale/

Ramaddiin Champions League Marsaa 16 ifoomeera
Ramaddiin Champions League Marsaa 16 ifoomeera

Hiriira Taphattoota Manutd west ham Morkachuuf taasisan kan galgala kanaa Tapha 5 walitti aansee ni injifataa ManUtd?
Hiriira Taphattoota Manutd west ham Morkachuuf taasisan kan galgala kanaa Tapha 5 walitti aansee ni injifataa ManUtd?

Qorumsi Seensa Yunvarsiitii Bara kanaa guutummaa guutuutti ‘Online’ kennamuuf murtaayeera Madda: Ministeera Barnootaa
Qorumsi Seensa Yunvarsiitii Bara kanaa guutummaa guutuutti ‘Online’ kennamuuf murtaayeera Madda: Ministeera Barnootaa