Alexoo Media
رفتن به کانال در Telegram
This channel brought you news from different sources ..you will get legit news...stay tuned
نمایش بیشتر2 627
مشترکین
-224 ساعت
+1047 روز
+8730 روز
آرشیو پست ها
2 628
Bu’aan Qormaata Bahinsaa (Exit Exam) gadhiifameera.
Kara Link kanaan seentanii ilaallachuu dandeessu 👉 https://result.ethernet.edu.et
2 628
+4
Oduu Ammee: Gatiin Geejibaa dabale😳‼️
Guyyaa Borii (March 16,2026) irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti Taarifni geejiba Konkolaattota gara garaa haaraan hojiirra ooluuf
Akkaataan daballii taasifmees akka asii gadiiti.
2 628
Oduu Ammee‼️ waraanni Isiraa'eliif Iraan gidduutti eegalame. odeeffannoo guutuuf 👉 https://oropreach.com/2026/02/28/waraanni-guddaan-isiraaelii-fi-iraan-gidduutti-eegale/
2 628
Hiriira Taphattoota Manutd west ham Morkachuuf taasisan kan galgala kanaa
Tapha 5 walitti aansee ni injifataa ManUtd?
2 628
Qorumsi Seensa Yunvarsiitii Bara kanaa guutummaa guutuutti ‘Online’ kennamuuf murtaayeera
Madda: Ministeera Barnootaa
2 628
+2
Odeeffannoo Sobaadha‼️
Master Abinet milli isaa Akka suura irratti agartan kana dha jedhee odeeffannoon Miidiyaa Hawaasaa irra qoodamaa jiru Sobadha. Suuraan kun AI dhaan ‘Generate’ tahe. Kanaaf odeeffannoo akkasii irraa of eeggadhaa🙏
2 628
Jijjiirraa Barsiisotaa ‼️
Guyyaa - 20/05/2018
Beeksisa
------------
Jijjiirraan Barsiisotaa Semisteera 1ffaa Bara 2018 kan Hinjirre Ta'uu Beeksisuu Ilaallata.
Jijjiirraan Barsiisotaa ganna bara 2017 moosaajitti fayyadamuun haqaafi bilisaan kan gaggeeffame ta'uun ni yaadatama.
Haata'u malee, jijjiirraa gannaatiin Manneen Barnootaa hedduu irraa barsiosotni sababa jijjiirraa argataniif, Manneen barnootaa barsiisotni irraa jijjiiraman hedduun barsiisaa bakka bu'u argachuuf hojjatamaa jira.
Kanaafuu, Manneen barnootaa hanqinni barsiisaa qunname qacarriin bakka buusaa kan jirru yoo ta'u, jijjiirraan barsiisotaa semisteera 1ffaa kan hin gaggeeffamne ta'uu hubachuun hanga Waxabajjii 2018tti obsaan akka eeggattan kabajaa waliin isin beeksifna.
BBO.
2 628
+1
Balaa Ibiddaa ⚠️
Galgala kana (3:45tti) Bal**n Ibiddaa magaalaa Finfinnee Naannoo Meerii 40/60 jedhamutti uumameera
(January 27,2026)
Madda: #FastMereja
@Alexoomedia
2 628
Mattuu Yunvarsiitiitti Barattoota Sagantaa Gannaan barattaniif Guyyaan ‘Tutorial’ keessanii ifoomeera
2 628
Kasimeeroon Xumura Bara Dorgommii 2025/2026tti Kilaba isaa Manutd waliin akka gargar bahu Murtaahee jira.
Akkuma baayyeen keessan beektan tapha torbee darbe Kilaboonni Manchester Lameen jechuunis City fi United taphatan irratti taphataa Cimaa taphichaa jedhamuun badhaafamee ture😳
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
