Open & Distance Education Bishoftu
Kanalga Telegramβda oβtish
Ko'proq ko'rsatish
395
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kun
Ma'lumot yo'q30 kun
Postlar arxiv
Baga jala bultii Ayyaana qiilleetin isin gahe jedha. Yuunibarsiiti Riifti Vaalii Koollajjiin Oppinii fi Barnoota fagoo, Bara barnoota 2016 Yuunibarsiitin keenya barattoota haaraa simatee galmeessuu irratti argama, asuman namoonni koollajji barnoota fagoo, Teeknikaaf Ogummaa akkasumas barnoota Idileetin barachuu barbaaddan hundi damee koollajjii yuunbarsiitii keenyaa isinitti dhihoo jiru deemuun galmaa'uu dandeessu. Irra deebi'uun baga Ayyaana qiilletiin isin gahe jechuu barbaanna.
BEEKSISA ! Barattonni Qormaata walii galaa /Final Exam/ hin qoramin haftan hundi, sababa haftaniif ragaa seeraa akkasumas nagayee kaffaltii barnootaa qabattanii dhiyyaachuun Onkoloolessa 17/2016 qormaata keessan (Make up Exam ) akka qoramtan isin beeksifna. αα΅α³ααα« !
α¨α₯α
αα΅ 3/2016 α α ααα αα°α α«αα°αα°αα½α α°ααͺαα½ α€-
α¨α΅αα
αα΅ ααα« α°α¨α°α α₯α α¨αα«α½αα α΅ α α αα΅α¨α α αα«α α₯α
αα΅ 17/02/2016 α.α α 2α‘00 α°αα΅ αα«α«α» (Make up Exam ) ααα°α α¨αα΅α½α αααα α₯αααα»ααα€α€
