395
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天
帖子存档
Baga jala bultii Ayyaana qiilleetin isin gahe jedha. Yuunibarsiiti Riifti Vaalii Koollajjiin Oppinii fi Barnoota fagoo, Bara barnoota 2016 Yuunibarsiitin keenya barattoota haaraa simatee galmeessuu irratti argama, asuman namoonni koollajji barnoota fagoo, Teeknikaaf Ogummaa akkasumas barnoota Idileetin barachuu barbaaddan hundi damee koollajjii yuunbarsiitii keenyaa isinitti dhihoo jiru deemuun galmaa'uu dandeessu. Irra deebi'uun baga Ayyaana qiilletiin isin gahe jechuu barbaanna.
BEEKSISA ! Barattonni Qormaata walii galaa /Final Exam/ hin qoramin haftan hundi, sababa haftaniif ragaa seeraa akkasumas nagayee kaffaltii barnootaa qabattanii dhiyyaachuun Onkoloolessa 17/2016 qormaata keessan (Make up Exam ) akka qoramtan isin beeksifna. ማስታወቂያ !
የጥቅምት 3/2016 አጠቃላይ ፈተና ያልተፈተናችው ተማሪዎች ፤-
የትምህርት ክፊያ ደረሰኝ እና የቀራችሁበት በቂ ማስረጃ በመያዝ ጥቅምት 17/02/2016 ዓ.ም በ2፡00 ሰዓት ማካካሻ (Make up Exam ) መፈተን የሚትችሉ መሆኑን እንገልጻለን፤፤
