uk
Feedback
Open & Distance Education Bishoftu

Open & Distance Education Bishoftu

Відкрити в Telegram

Показати більше
395
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів
Архів дописів
Koorsota Keessaa Hafan Edit Godheen Isiniif Erga.

Degree Exam Schedule Feb 2024.pdf

+3
Auditing Principles and Practice I.pdf7.50 KB

Circular letter on collection follow up
Circular letter on collection follow up

Baga jala bultii Ayyaana qiilleetin isin gahe jedha. Yuunibarsiiti Riifti Vaalii Koollajjiin Oppinii fi Barnoota fagoo, Bara barnoota 2016 Yuunibarsiitin keenya barattoota haaraa simatee galmeessuu irratti argama, asuman namoonni koollajji barnoota fagoo, Teeknikaaf Ogummaa akkasumas barnoota Idileetin barachuu barbaaddan hundi damee koollajjii yuunbarsiitii keenyaa isinitti dhihoo jiru deemuun galmaa'uu dandeessu. Irra deebi'uun baga Ayyaana qiilletiin isin gahe jechuu barbaanna.

For All distance student

New Ajestment payment
+2
New Ajestment payment

+2
organization module (2).doc3.17 KB

Project Analysis & Evaluation MODULE.doc3.60 MB

+2
Operation Management Module (3).docx4.25 MB

List of Course only using for Term 'B' Feb. 2024.xlsx0.17 KB

BEEKSISA ! Barattonni Qormaata walii galaa /Final Exam/ hin qoramin haftan hundi, sababa haftaniif ragaa seeraa akkasumas nagayee kaffaltii barnootaa qabattanii dhiyyaachuun Onkoloolessa 17/2016 qormaata keessan (Make up Exam ) akka qoramtan isin beeksifna. ማስታወቂያ ! የጥቅምት 3/2016 አጠቃላይ ፈተና ያልተፈተናችው ተማሪዎች ፤- የትምህርት ክፊያ ደረሰኝ እና የቀራችሁበት በቂ ማስረጃ በመያዝ ጥቅምት 17/02/2016 ዓ.ም በ2፡00 ሰዓት ማካካሻ (Make up Exam ) መፈተን የሚትችሉ መሆኑን እንገልጻለን፤፤