uz
Feedback
ODA Boarding School Academy

ODA Boarding School Academy

Kanalga Telegram’da o‘tish

ODA Boarding Academy

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali ODA Boarding School Academy analitikasi

ODA Boarding School Academy (@odasbs12) Amxar til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 11 331 obunachidan iborat bo'lib, Taʼlim toifasida 17 419-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 2 957-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 11 331 obunachiga ega bo‘ldi.

24 Sentabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 60 ga, so‘nggi 24 soatda esa -3 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 28.79% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining N/A% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 3 262 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 0 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 0 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“ODA Boarding Academy”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 25 Sentabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Taʼlim toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

11 331
Obunachilar
-324 soatlar
+187 kun
+6030 kun
Postlar arxiv
Guyyaa 01/13/2019 Waamicha Barattoota kutaa 11ffaafi 12ffaa barattan hundaaf. Barattootni Mana Barnoota Bultii Addaa WMO Damee Adaamaafi Bishooftuutti bara barnootaa 2019 kutaa 11fi 12 barattan guyyaa 08/01/2019 mooraatti argamuun galmee akka raawwattan jechaa, gaafa 11/01/2019 barnootni kan eegaluu ta'uu isin beeksifna. ==Hubachiisa== Barattootni yeroo galmeef dhuftan: 1. Guyyaa galmeen duras ta'e booda barataan kamiyyuu kan hin keessummeeffamne waan ta'ef, guyyaa waamichaa kabajuun akka argamtan cimsinee isin hubachisna. Tokkummaan Misoomaaf!

Wednesday.pdf3.76 KB

የ12ኛ ክፍል ፈተና የሚሰጥበት ቀን ይፋ ሆነ። የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሠርተፊኬት (12ኛ ክፍል ፈተና) ከሰኔ 24 እስከ ሃምሌ 17 ቀን 2018 ዓ/ም ድረስ እንደሚሰጥ የትምህርት ምዘና
+1
የ12ኛ ክፍል ፈተና የሚሰጥበት ቀን ይፋ ሆነ። የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሠርተፊኬት (12ኛ ክፍል ፈተና) ከሰኔ 24 እስከ ሃምሌ 17 ቀን 2018 ዓ/ም ድረስ እንደሚሰጥ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቋል። በሌላ በኩል፦ - የሬሜዲያል ፕሮግራም ሀገር አቀፍ ፈተና ከግንቦት 17 እስከ ግንቦት 20 ቀን 2018 ዓ/ም - የቅድመ ምረቃ ትምህርት መውጫ ፈተና ከሰኔ 2 እስከ ሰኔ 12 ቀን 2018 ዓ/ም - የድህረ ምረቃ ትምህርት መግቢያ ፈተና (NGAT) ከሃምሌ 29 እስከ ሃምሌ 30 ቀን 2018 ዓ/ም - የመሰረታዊ የንባብና የስሌት ክህሎት ምዘና ጥናትና ምርምር መረጃ መሰብሰብ ከሚያዚያ 26 እስከ ግንቦት 7 ቀን 2018 ዓ/ም ትምህርት ሚኒስቴር 💠 🔴ተጨማሪ ትምህርታዊ መረጃ ለማግኘት ቻናላችን ይቀላቀሉ ✈️https://t.me/Tmhrt_Minister ✈️https://t.me/Tmhrt_Minister

Grade 9 Mathematics practice questions

Baga gammaddan! 🎉 Barattoonni Mana Barumsa Bultii Addaa WMO marsaa lammeessoo bara 2010 qorumsa biyyoolessaa qabxii olaanaa galmeessuun Yuunivarsiitii Finfinneetti barnoota 'Medicine' barachaa turtan, 1. Dr. Araaree Irreessoo 2. Dr. Aliyyii Huseen 3. Dr. Beteliyeem Girmaa 4. Dr. Ermiyaas Tagan 5. Dr. Hiroowaaq Kabbadaa 6. Dr. Ibsaa Mohammed 7. Dr. Jibril Xaahir 8. Dr. Musee Birhaanuu 9. Dr. Obsinaan Tarreessaa 10. Dr. Phaawulos Gammadaa 11. Dr. Radi'eet Birhaanuu 12. Dr. Saaloomee Taammanaa 13. Dr. Tinsaayee Waggaarii 14. Dr. Yoonaas Hiikaa 15. Dr. Zalaalam Simee tibbana qabxii olaanaa galmeessuun ogummaa hakiima (medical doctor)dhaan eebbifamtan, baga gammaddan. Firii ifaajjii keessanii waggootaaf ture arguun, akkasumas barnoota keessan qabxii boonsaadhaan xummuruun keessan injifannoo guddaadha. Waldaan Misooma Oromiyaa imaanaa ummata Oromoo fudhattan cichoominaaniifi naamusaa raawwachuu keessaniif gammachuu guddaa isiniif qabu ibsaa, ogummaa barattaniin biyyaafi ummata keessan naamusaafi amanamummaan akka tajaajiltan imaanaa isiniin jechuu barbaada. Miseensonni Boordii WMO, hoggansiifi miseensonni WMO, barsiisonni Mana barnoota Bultii Addaa, maatiifi qooda fudhattoonni hundi baga gammaddan. Baga gammanne! Milkaa'inni barattoota keenyaa, agarsiistuu WMO'n dhaloota qaroo egeree biyyaafi ummata keenyaaf gumaacha olaanaa taasisan omishaa jiraachuuti. Tokkummaan Misoomaaf!

The only way to learn Mathematics is to do Mathematics

Grade 12 Mathematics Practice Questions

Sampling Techniques PPT.pdf1.06 MB

G-9 Practice Questions 1.pdf3.86 KB

G-12 Practice Questions 1.pdf7.93 KB

CamScanner 10-06-2025 08.10.pdf

===== Fulbaana 12/2018====== Waamicha barattootaa kutaa 9ffaa - 11ffaa bara barnootaa 2018 mana barnootaa bultii Addaa WMO damee Adaamaafi Bishooftuutiif taasifame: Guyyaan galmee barattoota kutaa 10ffaa fi 11ffaa Damee lamaani 19/01/2018 akkasumas barattoota kutaa 9ffaa damee lamaanifu 26/01/2018 waan ta'eef guyyaa ibsame kanatti mooraa mana barnootaatti argamuun akka gabaastan cimsinee isin beeksisna. ======== Hubachisa ======== Barattootni kutaa 9ffaa waantootni qabattanii dhuftan: 1: Kaardii Ministrii kutaa 8ffaa Orijinaala. 2: Uffata Ispoortii. 3: Suura Barataa 3*4 lama. 4: Suuraa Abbaa ykn haadhaa /guddistuu/ 3*4 lama. 5: koppii waraqaa eenyummaa wabii nama sadii (wabiin barataa qabatee dhufu, koppii wabii nama sadanu qabatee argamu danda'a). 6: Meeshaalee barnootaa (Dabtaraafi qalama). Xumura irratti Fulbaana 27/2018 sa'atii 3:00 irratti manni barumsaa maatii ykn guddistuu barataa waliin yeroo maree waan qabuuf maatiin harcaatii tokko malee argamuu qaba. (Odeeffannoo dabalataaf +251923318513 /+251 93 718 4548) Tokkummaan Misoomaaf!

===== Fulbaana 07/2017 ====== Waamicha barattootaa Barattootni kutaa 11ffaa fi 12ffaa bara barnootaa 2018 mana Barnootaa Bultii Addaa WMO Damee Adaamaa muummee saayinsii uumamaa (kutaa 12ffaa qofa) fi Damee Bishooftuu (kutaa 11ffaa fi 12ffaa) muummee saayinsii hawaasaa taatan guyyaan galmee 10/01/2018 waan ta'eef guyyaa ibsame kanatti mooraa mana barnootaatti argamuun akka gabaastan cimsinee isin beeksisna. Tokkummaan Misoomaaf!

Shared by PDF Reader. It's so easy and convenient to view & edit PDFs. Download for free now:https://st.simpledesign.ltd/2AFfEz

Shared by PDF Reader. It's so easy and convenient to view & edit PDFs. Download for free now:https://st.simpledesign.ltd/2AFfEz