ODA Boarding School Academy
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 ODA Boarding School Academy 的分析概览
频道 ODA Boarding School Academy (@odasbs12) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 11 186 名订阅者,在 教育 类别中位列第 18 013,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 972 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 11 186 名订阅者。
根据 17 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -81,过去 24 小时变化为 -5,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 40.38%。内容发布后 24 小时内通常能获得 N/A% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 0 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“ODA Boarding Academy”
凭借高频更新(最新数据采集于 18 六月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
11 186
订阅者
-524 小时
-67 天
-8130 天
帖子存档
Repost from Ministry Of Education
የ12ኛ ክፍል ፈተና የሚሰጥበት ቀን ይፋ ሆነ።
የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሠርተፊኬት (12ኛ ክፍል ፈተና) ከሰኔ 24 እስከ ሃምሌ 17 ቀን 2018 ዓ/ም ድረስ እንደሚሰጥ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቋል።
በሌላ በኩል፦
- የሬሜዲያል ፕሮግራም ሀገር አቀፍ ፈተና ከግንቦት 17 እስከ ግንቦት 20 ቀን 2018 ዓ/ም
- የቅድመ ምረቃ ትምህርት መውጫ ፈተና ከሰኔ 2 እስከ ሰኔ 12 ቀን 2018 ዓ/ም
- የድህረ ምረቃ ትምህርት መግቢያ ፈተና (NGAT) ከሃምሌ 29 እስከ ሃምሌ 30 ቀን 2018 ዓ/ም
- የመሰረታዊ የንባብና የስሌት ክህሎት ምዘና ጥናትና ምርምር መረጃ መሰብሰብ ከሚያዚያ 26 እስከ ግንቦት 7 ቀን 2018 ዓ/ም
ትምህርት ሚኒስቴር 💠
🔴ተጨማሪ ትምህርታዊ መረጃ ለማግኘት ቻናላችን ይቀላቀሉ
✈️https://t.me/Tmhrt_Minister
✈️https://t.me/Tmhrt_Minister
Repost from Oromia Development Association ODA
Baga gammaddan! 🎉
Barattoonni Mana Barumsa Bultii Addaa WMO marsaa lammeessoo bara 2010 qorumsa biyyoolessaa qabxii olaanaa galmeessuun Yuunivarsiitii Finfinneetti barnoota 'Medicine' barachaa turtan,
1. Dr. Araaree Irreessoo
2. Dr. Aliyyii Huseen
3. Dr. Beteliyeem Girmaa
4. Dr. Ermiyaas Tagan
5. Dr. Hiroowaaq Kabbadaa
6. Dr. Ibsaa Mohammed
7. Dr. Jibril Xaahir
8. Dr. Musee Birhaanuu
9. Dr. Obsinaan Tarreessaa
10. Dr. Phaawulos Gammadaa
11. Dr. Radi'eet Birhaanuu
12. Dr. Saaloomee Taammanaa
13. Dr. Tinsaayee Waggaarii
14. Dr. Yoonaas Hiikaa
15. Dr. Zalaalam Simee
tibbana qabxii olaanaa galmeessuun ogummaa hakiima (medical doctor)dhaan eebbifamtan, baga gammaddan. Firii ifaajjii keessanii waggootaaf ture arguun, akkasumas barnoota keessan qabxii boonsaadhaan xummuruun keessan injifannoo guddaadha.
Waldaan Misooma Oromiyaa imaanaa ummata Oromoo fudhattan cichoominaaniifi naamusaa raawwachuu keessaniif gammachuu guddaa isiniif qabu ibsaa, ogummaa barattaniin biyyaafi ummata keessan naamusaafi amanamummaan akka tajaajiltan imaanaa isiniin jechuu barbaada.
Miseensonni Boordii WMO, hoggansiifi miseensonni WMO, barsiisonni Mana barnoota Bultii Addaa, maatiifi qooda fudhattoonni hundi baga gammaddan. Baga gammanne!
Milkaa'inni barattoota keenyaa, agarsiistuu WMO'n dhaloota qaroo egeree biyyaafi ummata keenyaaf gumaacha olaanaa taasisan omishaa jiraachuuti.
Tokkummaan Misoomaaf!

===== Fulbaana 12/2018======
Waamicha barattootaa kutaa 9ffaa - 11ffaa bara barnootaa 2018 mana barnootaa bultii Addaa WMO damee Adaamaafi Bishooftuutiif taasifame:
Guyyaan galmee barattoota kutaa 10ffaa fi 11ffaa Damee lamaani 19/01/2018 akkasumas barattoota kutaa 9ffaa damee lamaanifu 26/01/2018 waan ta'eef guyyaa ibsame kanatti mooraa mana barnootaatti argamuun akka gabaastan cimsinee isin beeksisna.
======== Hubachisa ========
Barattootni kutaa 9ffaa waantootni qabattanii dhuftan:
1: Kaardii Ministrii kutaa 8ffaa Orijinaala.
2: Uffata Ispoortii.
3: Suura Barataa 3*4 lama.
4: Suuraa Abbaa ykn haadhaa /guddistuu/ 3*4 lama.
5: koppii waraqaa eenyummaa wabii nama sadii (wabiin barataa qabatee dhufu, koppii wabii nama sadanu qabatee argamu danda'a).
6: Meeshaalee barnootaa (Dabtaraafi qalama).
Xumura irratti Fulbaana 27/2018 sa'atii 3:00 irratti manni barumsaa maatii ykn guddistuu barataa waliin yeroo maree waan qabuuf maatiin harcaatii tokko malee argamuu qaba.
(Odeeffannoo dabalataaf +251923318513 /+251 93 718 4548)
Tokkummaan Misoomaaf!
===== Fulbaana 07/2017 ======
Waamicha barattootaa
Barattootni kutaa 11ffaa fi 12ffaa bara barnootaa 2018 mana Barnootaa Bultii Addaa WMO Damee Adaamaa muummee saayinsii uumamaa (kutaa 12ffaa qofa) fi Damee Bishooftuu (kutaa 11ffaa fi 12ffaa) muummee saayinsii hawaasaa taatan guyyaan galmee 10/01/2018 waan ta'eef guyyaa ibsame kanatti mooraa mana barnootaatti argamuun akka gabaastan cimsinee isin beeksisna.
Tokkummaan Misoomaaf!
Shared by PDF Reader. It's so easy and convenient to view & edit PDFs.
Download for free now:https://st.simpledesign.ltd/2AFfEz
Shared by PDF Reader. It's so easy and convenient to view & edit PDFs.
Download for free now:https://st.simpledesign.ltd/2AFfEz
Repost from Entrance Tricks
📘All 2017 Natural Science Entrance Examination with Answer and Explanation
©Entrance Tricks
ቻናላችንን ለጓደኞቻችሁ ሸር ማድረግ አትርሱ 👇
@entrance_tricks
@entrance_tricks
Shared by PDF Reader. It's so easy and convenient to view & edit PDFs.
Download for free now:https://st.simpledesign.ltd/2AFfEz
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 