uz
Feedback
oda ICT

oda ICT

Kanalga Telegram’da o‘tish

ICT subject

Ko'proq ko'rsatish
486
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-57 kun
-1130 kun
Postlar arxiv
G-12 unit 4 short note

take short note

G-12 unit 3 short note

G-11 Unit 3.pdf1.13 MB

2016, 1st semester G-11 mid exam unit 2 &3

2016 G-11 Unit 3.pdf1.07 MB

short note

photo content

read and then take your own short notes up to November 28.

2016 Grade 11 Unit 1 short note

2016 Grade 12 unit 1 short note

foormi kanuma akka fayyadamtan!

AASTUfi ASTU lamaan dabalamee waan jiruuf barattootni hundi keessaan filannoo unversitii jijjirachuus tahe laman guutuun hanga 12/02/16 akka deebiftan haatahu

Ifaa Teferi Amiin Mohammed ??????????????

field choice kan guuttan

barattoota hanga ammatti hin ergiin Merga Godena Ifa Teferi Amiin Mohammed Amiin Gudeta

unki jijjiramee wan taheef isa kana akka fayyadamtani hatatamaan guuttani deebiftan haatahu. kunis AAU itti dabalameera

qabxii 1ffaa:barattootni akkamitti guutna jettan kan filannoo Yuuniveersitii 1. lakk addmission, maqaa guutuu, koorniyaa, bilbilafi Email keessan barreessu 2. maqaa universitiwwanii gabaabatee waan barra'e jiruuf sheet lammaffaa bana ilaala 3. maqaa universitii jalattii lakk. guuttu fkn. ARU(arsii university) tokkoffaa yoo barbaadda tahe 1 jalatti barreesitu, haala kanaan 1-39 tarreffattu jechudha 4. hunda (39'n) isaa filachuun dirqama 5. yoo lakk. walfakkaatu guuttan diimaa waan godhuuf, lakk. irradeebi'amu(double) hin jiraatu hub. AASTU, AST, AU filannoo keessa hinjiru qabxii 2ffaa: field choice: isa kanas 1-4 tartiiba filannoo kessanin guuttu jechudha fkn barataan Social Science galu fedhu yoo jiraate ni dnada'ama waan taheef 1 guuttaachuu ni danda'a, haala kanaan 1-4 tiin tarreffattu

+1
field choice.xlsx0.23 KB

barattotni kutaa 12ffa qormtan unka kan guutun (https://t.me/magii2014) hanga 16/01/16tti akka deebiftan