486
订阅者
无数据24 小时
-57 天
-1130 天
帖子存档
486
AASTUfi ASTU lamaan dabalamee waan jiruuf barattootni hundi keessaan filannoo unversitii jijjirachuus tahe laman guutuun hanga 12/02/16 akka deebiftan haatahu
486
unki jijjiramee wan taheef isa kana akka fayyadamtani hatatamaan guuttani deebiftan haatahu. kunis AAU itti dabalameera
486
qabxii 1ffaa:barattootni akkamitti guutna jettan kan filannoo Yuuniveersitii
1. lakk addmission, maqaa guutuu, koorniyaa, bilbilafi Email keessan barreessu
2. maqaa universitiwwanii gabaabatee waan barra'e jiruuf sheet lammaffaa bana ilaala
3. maqaa universitii jalattii lakk. guuttu fkn. ARU(arsii university) tokkoffaa yoo barbaadda tahe 1 jalatti barreesitu, haala kanaan 1-39 tarreffattu jechudha
4. hunda (39'n) isaa filachuun dirqama
5. yoo lakk. walfakkaatu guuttan diimaa waan godhuuf, lakk. irradeebi'amu(double) hin jiraatu
hub. AASTU, AST, AU filannoo keessa hinjiru
qabxii 2ffaa: field choice: isa kanas 1-4 tartiiba filannoo kessanin guuttu jechudha
fkn barataan Social Science galu fedhu yoo jiraate ni dnada'ama waan taheef 1 guuttaachuu ni danda'a, haala kanaan 1-4 tiin tarreffattu
486
barattotni kutaa 12ffa qormtan unka kan guutun (https://t.me/magii2014) hanga 16/01/16tti akka deebiftan
