uz
Feedback
Odaa Online Consulting Service

Odaa Online Consulting Service

Kanalga Telegram’da o‘tish

Barnoota Teknolojiin wal qabatan hundaa asii argattu.

Ko'proq ko'rsatish
1 059
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kun
Ma'lumot yo'q30 kun

Ma'lumot yuklanmoqda...

Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Dekabr '24
Dekabr '24
+23
0 kanalda
Noyabr '24
+60
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+45
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+967
0 kanalda
Get PRO
Avgust '240
0 kanalda
Get PRO
Iyul '240
0 kanalda
Get PRO
Iyun '240
0 kanalda
Get PRO
May '240
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+2
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+11
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+35
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+45
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+41
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+19
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+28
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+10
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+4
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+14
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+9
0 kanalda
Get PRO
May '23
+13
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+28
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+12
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+4
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+27
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+16
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+33
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+57
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+67
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+121
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+61
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+38
0 kanalda
Get PRO
May '22
+20
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+17
0 kanalda
Get PRO
Mart '22
+22
0 kanalda
Get PRO
Fevral '22
+23
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '22
+32
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '21
+44
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '21
+95
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '21
+78
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '21
+66
0 kanalda
Get PRO
Avgust '21
+114
0 kanalda
Get PRO
Iyul '21
+176
0 kanalda
Get PRO
Iyun '21
+235
0 kanalda
Get PRO
May '21
+184
0 kanalda
Get PRO
Aprel '21
+105
0 kanalda
Get PRO
Mart '21
+142
0 kanalda
Get PRO
Fevral '21
+102
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '21
+116
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '20
+851
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
21 Dekabr+1
20 Dekabr+3
19 Dekabr+4
18 Dekabr+1
17 Dekabr+3
16 Dekabr0
15 Dekabr0
14 Dekabr0
13 Dekabr0
12 Dekabr0
11 Dekabr0
10 Dekabr0
09 Dekabr0
08 Dekabr+2
07 Dekabr0
06 Dekabr0
05 Dekabr+1
04 Dekabr+3
03 Dekabr+2
02 Dekabr0
01 Dekabr+3
Kanal postlari
👉#BEEKSISA Dhaabbanni keenya 'Oda Online Doctor Consulting Service' tajaajila gorsa fayyaa karaa toora interneetii kenna. Dh
👉#BEEKSISA Dhaabbanni keenya 'Oda Online Doctor Consulting Service' tajaajila gorsa fayyaa karaa toora interneetii kenna. Dhaabbanni kun sadarkaa teknolojiin addunyaa ammaa irra gahe faana bu'uun hawaasni keenya manuma isaa taa'ee karaa interneetii tajaajila gorsa akka argatu gargaaruuf kan hundeeffameedha. Dhaabbanni kun ammatti tajaajila isa eegaluuf qophii hundaa xumuuree ogeessota fayyaa galmeessaa jira. Ogeessonni fayyaa muuxannoo qabdanii fi sadarkaa #Doctor irra jirtan akka galmooftan kabajaan isin affeerra. Liinkii ittiin galmooftan commentiirraa argattu!🙏🙏❤❤

2
Obbo #Taayyee_Danda'a sababa dhugaa duubbataniif aangoo irraa kaafaman😥 Yaada isaan Muummichaa Ministeeraaf barreessan👇👇👇 Kabajamoo Muummicha Ministeeraa Abiyyi Ahimadiif Yaada Ida’amuu dubbattee fi barreessite amanee isin hordofe. Dhawaata garuu nama waan dubbatu hin jiraanne qofa otoo hin taane cubbamaa dhiiga namaatiin taphatu ta’uu keessanin hubadhe. Gaafan dhugaa sehee waraana bilaasha maqaa walabummaa biyyaatiin bantan, isa Itoophiyaanota wal-nyaachise, fi diinagdee biyyaa kuffise gegeessaa turtan deeggaretti na faarsaa turtan. Hardha gaafan dubbii argee gara nagaa goruun wal-ajjeechaan obboleeyyanii haa dhaabatu jennaan aangoo narraa fudhattan. Otoon shira Oromoo Oromoodhaan balleessuu fi obboleeyyan isaatiin walitti buusuuf kaatan argaa callisuu dhabuu kootii baayyeen gammada. Turtii waliin qabaannef galatoomaa! Hagan jirutti qabsoon nagaa fi obbolummaa ummataatiif godhu itti fufa! ለክቡር ጠቅላይ ሚንስትር ዐቢይ የተናገሩትንና የፃፉትን የመደመር እሳቤ አምኜ ተከተልኩዎት:: አሁን ግን በተናገሩት የማይኖሩ ብቻ ሳይሆን በሰዉ ደም የሚጫወቱ አረመኔ መሆንዎን ተረድቻለሁ:: እዉነት መስሎኝ በሀገር ህልውና ስም ሲያካሄዱ የነበረዉንና ኢትዮጵያውያንን ከማገዳደል አልፎ ሀገሪቷን ያደቀቃትን ከንቱ ጦርነት ሳዳምቅልዎ በነበረበት ወቅት ሲያወድሱኝ ነበር:: ዛሬ ነገሩ ገብቶኝ የወንድማማቾች መገዳደል ይቆም ዘንድ ለሰላም በመወገኔ ከስልጣን አነሱኝ:: ለወንበርና ለመኪና በመገዛት ኦሮሞን በኦሮሞ ለማጥፋትና ኦሮሞን ከወንድሞቹ ጋር ለማጣላት የሚጫወቱትን ቁማር እያየሁ ዝም ባለማለቴ እጅግ ደስተኛ ነኝ:: ስለነበረን አጭር ቆይታ አመሰግናለሁ:: እስካለሁ ድረስ ለሰላምና ለህዝቦች ወንድማማችነት የማደርገዉ ትግል ይቀጥላል!
217
3
+1
Matn yo'q...
200
4
Kabajamtoota hordoftoota maatii 'WAAMICHA QUBEE' akkam jirtu? Kanaan dura barumsa Afaan Oromoo karaa youtube keenyaa qopheessineen namoonni baay'een irraa barachuu keessan dhugaa nuuf baataniiru. Ammas barumsa kana bifa haaraan karaa app hojjennee isiniif dhiheessine waan ta''eef app kana bilbila keessanirratti buufachuun irraa baradhaa. Akkasumas warraa carraa barumsaa kana hin argannefis qoodaa. https://afanoromo.odatech.net/
183
5
Sirboota Alii birraa jalqaba irraa kaasee hanga dhumaatti akkasumas seenaa isaa bifa sagaleefii barreeffamaan app kana keessaa argattu! ✅ Download Application pro✅                   👇👇👇👇 https://blog.hojii.net/2023/06/06/ali-birraa/ ✅Download Free Application✅            👇👇👇👇 https://blog.hojii.net/2023/06/06/ali-birraa/ Hiriyoota keessaniif share godhaa
112
6
Barattoota Hundumaaf!🔥🔥🔥 Gaaffii deebisuu qofaan maallaqa argadhaa!👇👇👇👇👇 Osuma barumsa keessanitti cimtanii barataa jirtanii itti dabalataan yeroo sa'aatii boqonnaa keessanii tiktok fi Facebook irratti hin balleessinaa!!! Bilbila harkaa qabdan waan ta'eef sa'aatii boqonnaa keessanitti gaaffii garaagaraa deebisuun maallaqa jireenya keessan fooyyessu argachuu ni dandeessu. Kan isinirraa eegamu app kana buufattanii galmaa'uun irra seentanii yeroo boqonnaa qabdan gaaffiilee garaagraa deebisuu qofaan maallaqa argadhaa!!! ✅ANDROID APP✅ 👇👇👇 https://ch2.hojii.net/2023/05/16/earn-money-by-answering-survey/ ✅IPHONE APP✅ 👇👇👇 https://ch2.hojii.net/2023/05/16/earn-money-by-answering-survey/ ✅DOWNLOAD APPLICATION✅ 👇👇👇 https://ch2.hojii.net/2023/05/16/earn-money-by-answering-survey/ Share waliif godhaa!!!!! 🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤ 🔥🔥🔥🔥 #bestphotochallenge #BestPhotographyChallengeio #picturechallenge #photo #challenge #photographychallenge #picture #picoftheday #photographer #photoshoot #photochallenge #PhotoEditingChallenge #ChallengeChallenge
103
7
Matn yo'q...
78
8
Oduu Gmmachiisa namoota biyya alaa deemtani hojii hojjechuu barbaadaniif. 👉Dhaabbanni #Klop Ethiopia keessa Namoota kumaa 50,000 barbada waan ta'eef namoonni galma'u barbaadan #website irratti gaalmooftan Linkii as jala kana irraa ni argatu 👇👇👇 https://blog.hojii.net/2023/05/29/klop/ Biyyoota akka 👉 Ameerikaa 👉 Kanaadaa 👉Ingilaandi ullagaleen isin guutu qabdan 👉 Umuriin keessan 15 ol ta'u 👉 Feedhaa  hojii qabachuu 👉 Maqaa keessan hanga akaakayuttii      Lakk.. Bilbila, Emil kana qofa wantii inni isiin gafaatu Linkii website as jala ni argatu 👇👇👇👇👇https://blog.hojii.net/2023/05/29/klop/ ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ hiriyoota keessaniif share godha
76
9
https://wheatcredibility.top/0fb3cn9qSWVACEJERzVaWDdiSgIiQ3BBf3goCwETKikAPTMhZSoMJRgjPyUWNjcCGlgnKxBCVUZFOhBGU3gyUlxWM28TOm4ZbBQgZR1IOyk&p=bmtgtg&_mi1685878031871
1
10
https://contemplateway.top/3198e1V8XGACZ3xfeTdqQTd6exNRcnZHVn4pfltHRxcgUjAVeQwzJg1eHQIbCjMeMQI8FChKdXl8GUAIPwQiKktVRU0jK3NbTFEhZ0ZpOFI&p=dkentg&_mi1685865999041
95
11
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Icciitiin bareedummaa suuraa namootaa maalidha? Akkuma suuraa irratti argitan waan kaameeraa g+4
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Icciitiin bareedummaa suuraa namootaa maalidha? Akkuma suuraa irratti argitan waan kaameeraa gatii guddaan bitame ka'an fakkaata. Garuu icciitiin isaa akkasii miti. Teknolojii suuraa namaa sirriitti bareechuu kana bilbila isaanirratti buusuudhaan fayyadamu. App kana buufannaan bilbila biraa gatii guddaan bituun isin hin barbaachisu. Akkasumas #Tiktok fi #youtube qulqullina olaanaan waraabuuf isin fayyada. App kana link gadi tuquun ammuma buufadhaa!👇👇👇 ✅ANDROID APP✅ 👇👇👇 https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/ ✅IPHONE APP✅ 👇👇👇 https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/ ✅DOWNLOAD APPLICATION✅ 👇👇👇 https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/ #Odaa_technology
97
12
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Icciitiin bareedummaa suuraa namootaa maalidha? Akkuma suuraa irratti argitan waan kaameeraa+2
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Icciitiin bareedummaa suuraa namootaa maalidha? Akkuma suuraa irratti argitan waan kaameeraa gatii guddaan bitame ka'an fakkaata. Garuu icciitiin isaa akkasii miti. Teknolojii suuraa namaa sirriitti bareechuu kana bilbila isaanirratti buusuudhaan fayyadamu. App kana buufannaan bilbila biraa gatii guddaan bituun isin hin barbaachisu. Akkasumas #Tiktok fi #youtube qulqullina olaanaan waraabuuf isin fayyada. App kana link gadi tuquun ammuma buufadhaa!👇👇👇 ✅ANDROID APP✅ 👇👇👇 https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/ ✅IPHONE APP✅ 👇👇👇 https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/ ✅DOWNLOAD APPLICATION✅ 👇👇👇 https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/ #Odaa_technology
129
13
Karaa seera qabeessa ta'een dhaabbata Googlr irraa maallaqa hojjechuu Namoonni:⤵️ ↪️TIKTOK ↪️FACEBOOK ↪️YOUTUBE ↪️ WEBSITE qabdan sirriitti na dhaggeeffadhaa! Waan isin hanga har'a sirriitti hin hubannetu jira. Akkuma baay'een keessan beektan fi dhageessan Tiktok, Youtube fi Facebook irraa maallaqa argachuun ni danda'ama. Garuu hammi argannu baay'ee xiqqaa ta'uurra kan ka'e jireenya keenya hin jijjiiran. Keessatti hojiin #Youtube fi #Tiktok baay'ee dadhabsiisaadha. Garuu waan isin sirriitti hin beekne tokkotu jira. Innis waa'ee #Website ti. Website dhaabbata Googlen hogganamu fi karaa seera qabeessan maallaqa guddaa kafaluudha. Akkasumas youtube, tiktok fi facebook wajiin walbira yoo qabne hojiin isaa baay'ee baay'ee salphaadha. Maallaqni inni kafalu immoo baay'ee guddaadha. Hojii website hojjechuuf beekumsa addaa hin gaafatu. Viidiyoo waraabuuf kaameraa hin gaafatu. Mobaayila harkaa qabaannan gahaadha. Akkaaumas website mataa keessanii hojjechuuf kan dur maallaqa guddaa bama kafalchisu amma wantoonni baay'ee salphoo ta'aniiru. Bilisaan website mataa keessanii hojjechuu ni dandeessu. Website isa sirrii fi bilisaan hojjetachuuf platform kana mobile keessanirratti 'INSTALL' godhaa ammuma jalqabaa!⤵️ https://bbcko.com/wpwm/ https://bbcko.com/wpwm/ Carraa gaarii! Gaaffii barbaaddan immoo karaa comment nu gaafadhaa. Galatooma!
121
14
Matn yo'q...
106
15
Yoo jabaatte hojjette ji'atti qarshii 100,000 fi isaa ol argachuu akka dandeessu beektaa? Yeroo amma kanatti jireenyi nama ba
Yoo jabaatte hojjette ji'atti qarshii 100,000 fi isaa ol argachuu akka dandeessu beektaa? Yeroo amma kanatti jireenyi nama baay'ee karaa online haaluma salphaan jijjiiramaa jira. Kan kee hoo? Hojjettee jijjiiramuu hin barbaadduu? Hojjettee jijjiiramuu barbaaddan taanan waan isinitti himu kana sirriitti godhi. Namoonni akkamitti karaa online haaluma salphaan bilbila harkaa isaanii qofa fayyadamanii jijjiiramu? Teknolojii isa kam fayyadamu? Karaa sirriin online irraa maallaqa ittiin argatan hoo isa kami? Waan hundaaf deebii kana hundaaf kan siif ta'u liinkii armaan gadiirra jira. Tekonolojiin liinkii armaan gadiirra jiru kun haaluma salphaan jireenya kee jijjiira. Liinkii gadi tuquun buufadhu👇👇👇👇 https://is.gd/PImEih https://is.gd/O22qo3 https://is.gd/EhqnJV Waliif qoodaa!👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ #BestPhotographyChallengeio #happyholi2023
102
16
Yeroo gabaabaa keessatti hiyyummaadhaan nagaatti jechuu ni barbaaddaa? Hiyyummaan si jibbisiisera taanan ammuma gara hojii on
Yeroo gabaabaa keessatti hiyyummaadhaan nagaatti jechuu ni barbaaddaa? Hiyyummaan si jibbisiisera taanan ammuma gara hojii online koottu! Hojin online haaluma salphaan jireenya namaa yeroo salphaa keessatti jijjiira. Hojii online jalqabuuf karaa sirrii argachuuf liinkii gadi tuquun teknolojii aappii hojii online karaa sirriin nama jalqabsiisu buufadhu!👇👇👇👇👇👇👇👇 https://is.gd/PImEih https://is.gd/O22qo3 Waliif qoodaa!👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
102
17
Jireenya keessan jijjiiruuf kanaan booda hojiilee kanneen naannoo keenyatti baraman hojjechuuf tasuma hin rakkatinaa! Bilbilu
Jireenya keessan jijjiiruuf kanaan booda hojiilee kanneen naannoo keenyatti baraman hojjechuuf tasuma hin rakkatinaa! Bilbiluma harkaa qabdan kana fayyadamuun jireenya keessan jijjiiruu ni dandeessu. Akkamitti hojjenna namoota jettaniif filannoowwan heddutu jira. Isaan keessaa muraasa:- 1. Waanuma dandeetti qabdan kamiiniyyuu app DOWNLOAD godhadhaa maallaqa argadhaa! https://tech.hojii.net/2023/05/16/paidwork-make-money-app/ 2. ↪️Websiterraa maallaqa argachuuf app kana DOWNLOAD godhadhaa! https://ch2.hojii.net/2023/05/12/earn-money-from-website/ 3. Game taphachuun maallaqa argadhaa! App kana 'INSTALL' godhadhaa! https://ch2.hojii.net/2023/05/12/earn-money-from-website/ 4. Gaaffii Deebisuu qofaan maallaqa argadhaa! ↪️DOWNLOAD APP⏬ https://ch2.hojii.net/2023/05/16/earn-money-by-answering-survey/ Dhuguma aappiiwwan kanneen buufattani bilbila keessanirraa ni qabdan taanan yoo xiqaaate ji'atti hanga dolaara 1000 shakkii malee ni argattu🙏🙏🙏
106
18
↪️Lammii koo ↪️saba koo ↪️obbooleewwan koo ↪️Obboleettiwwan koo Yeroon hojjetan amma yeroo dargagguummaa kanatti. Amma rafnaa
↪️Lammii koo ↪️saba koo ↪️obbooleewwan koo ↪️Obboleettiwwan koo Yeroon hojjetan amma yeroo dargagguummaa kanatti. Amma rafnaan booda waan baay'eetu nama miliqa. Dafaa ammuma dammaqaa hojjedhaa. Hojiin karaa online namoota baay'ee jijjiiraa jira. Anaan kanatu na jijjiiree nama na godhe malee silaa yoona konkolaatuma namaan oofa hafa ture. Garuu galata rabbii har'a konkolaataa jijjiireen konkolaachisa. Isinis dafaa hojjedhaa. Hojii online jalqabuuf app link irra jiru kana 'INSTALL' godhadhaa hojii jalqabaa👇👇👇 https://apkpro.bbcko.com/create-your-own-website-for-free/
144
19
Oromoo koottamee seenaa hojjennaa!!!!! Gidduu kana artistii beekama Abel Tesfaye jedhamu sirbaa beekamaa addunyaa kana jedhamee Guinnes word record irratti galmaa'ee! Garuu Haceen keenya hoo???😭 Uummani Oromoo baay'inaan miliyoona 6o oli jedhama garuu dhugumaa????????? Artsistu Haacaaluu Hundeessaa boonsaa addunyaa kanarratti tasuma dorgomaa qaba jedhee hin yaadu. Sirbaan, beekumsa seenaa qorachuun, dubbidhaan , saba isaaf quuqamii fi qabsoodhaan haacaaluun gita qaba jedhee hin yaadu. Kanaaf haacaaluun si'a tokko lamaa miti si'a 10, 20 ol arstistii beekama addunyaa kana jedhamee galmaa'u qaba ture. Garuu maal godhaniree baay'ina lakkoofsa qofa taane hafne. Waa malee yaada kana hin kaasne. App spotify jedhamu kan sirboonni addunyaa kana irratti dhaggeeffatamanii fi sadarkaan isaanii irratti bahutu jira. App kun baay'inaa namoota app kana seenaanii sirba sana banan lakkaa'uun artsitootaaf sgaalee kenna. Kanaaf koottamee oromoon hundi baay'ian keenya kanatti fayyadamne haacaaluu hundeessa boonsaa goota sirba addunyaa kana haa taasisnu. Kana gochuu keenyaaf baasin nuyi baasn saantimni tokko hin jiru garuu seenaa bara baraan galmaa'ee taa'u hojjenna. Kanaaf baay'ina uummata oromoo kanarratti arguu danda'uu qabna. Kanaaf hacee keenyaaf sagalee haa taanu. Sagalee ta'uuf namoonni duraan app spotify bilbila keessanirraa qabdan isinitti himu hin barbaachisu. Garuu namoonni app kana bilbila keessanirraa hin qabne link tuquun buufadhaa. Namni Oromoo taate barreeffama kana dubbistuu fi share gootu malee bira dabarran seenaa si gaafata. 👇👇 https://apkpro.bbcko.com/let-us-vote-for-hachalu-hundessa-on-spotify/ https://apkpro.bbcko.com/let-us-vote-for-hachalu-hundessa-on-spotify/
92
20
Matn yo'q...
80