1 059
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天
数据加载中...
吸引订阅者
十二月 '24
十二月 '24
+23
在0个频道中
十一月 '24
+60
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+45
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+967
在0个频道中
Get PRO
八月 '240
在0个频道中
Get PRO
七月 '240
在0个频道中
Get PRO
六月 '240
在0个频道中
Get PRO
五月 '240
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+2
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+11
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+35
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+45
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+41
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+19
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+28
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+10
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+4
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+14
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+9
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+13
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+28
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+12
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+4
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+27
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+16
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+33
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+57
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+67
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+121
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+61
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+38
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+20
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+17
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+22
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+23
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+32
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+44
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+95
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+78
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+66
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+114
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+176
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+235
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+184
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+105
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+142
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+102
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+116
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+851
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 21 十二月 | +1 | |||
| 20 十二月 | +3 | |||
| 19 十二月 | +4 | |||
| 18 十二月 | +1 | |||
| 17 十二月 | +3 | |||
| 16 十二月 | 0 | |||
| 15 十二月 | 0 | |||
| 14 十二月 | 0 | |||
| 13 十二月 | 0 | |||
| 12 十二月 | 0 | |||
| 11 十二月 | 0 | |||
| 10 十二月 | 0 | |||
| 09 十二月 | 0 | |||
| 08 十二月 | +2 | |||
| 07 十二月 | 0 | |||
| 06 十二月 | 0 | |||
| 05 十二月 | +1 | |||
| 04 十二月 | +3 | |||
| 03 十二月 | +2 | |||
| 02 十二月 | 0 | |||
| 01 十二月 | +3 |
频道帖子
👉#BEEKSISA
Dhaabbanni keenya 'Oda Online Doctor Consulting Service' tajaajila gorsa fayyaa karaa toora interneetii kenna. Dhaabbanni kun sadarkaa teknolojiin addunyaa ammaa irra gahe faana bu'uun hawaasni keenya manuma isaa taa'ee karaa interneetii tajaajila gorsa akka argatu gargaaruuf kan hundeeffameedha. Dhaabbanni kun ammatti tajaajila isa eegaluuf qophii hundaa xumuuree ogeessota fayyaa galmeessaa jira.
Ogeessonni fayyaa muuxannoo qabdanii fi sadarkaa #Doctor irra jirtan akka galmooftan kabajaan isin affeerra.
Liinkii ittiin galmooftan commentiirraa argattu!🙏🙏❤❤
| 2 | Obbo #Taayyee_Danda'a sababa dhugaa duubbataniif aangoo irraa kaafaman😥
Yaada isaan Muummichaa Ministeeraaf barreessan👇👇👇
Kabajamoo Muummicha Ministeeraa Abiyyi Ahimadiif
Yaada Ida’amuu dubbattee fi barreessite amanee isin hordofe. Dhawaata garuu nama waan dubbatu hin jiraanne qofa otoo hin taane cubbamaa dhiiga namaatiin taphatu ta’uu keessanin hubadhe. Gaafan dhugaa sehee waraana bilaasha maqaa walabummaa biyyaatiin bantan, isa Itoophiyaanota wal-nyaachise, fi diinagdee biyyaa kuffise gegeessaa turtan deeggaretti na faarsaa turtan. Hardha gaafan dubbii argee gara nagaa goruun wal-ajjeechaan obboleeyyanii haa dhaabatu jennaan aangoo narraa fudhattan. Otoon shira Oromoo Oromoodhaan balleessuu fi obboleeyyan isaatiin walitti buusuuf kaatan argaa callisuu dhabuu kootii baayyeen gammada. Turtii waliin qabaannef galatoomaa!
Hagan jirutti qabsoon nagaa fi obbolummaa ummataatiif godhu itti fufa!
ለክቡር ጠቅላይ ሚንስትር ዐቢይ
የተናገሩትንና የፃፉትን የመደመር እሳቤ አምኜ ተከተልኩዎት:: አሁን ግን በተናገሩት የማይኖሩ ብቻ ሳይሆን በሰዉ ደም የሚጫወቱ አረመኔ መሆንዎን ተረድቻለሁ:: እዉነት መስሎኝ በሀገር ህልውና ስም ሲያካሄዱ የነበረዉንና ኢትዮጵያውያንን ከማገዳደል አልፎ ሀገሪቷን ያደቀቃትን ከንቱ ጦርነት ሳዳምቅልዎ በነበረበት ወቅት ሲያወድሱኝ ነበር:: ዛሬ ነገሩ ገብቶኝ የወንድማማቾች መገዳደል ይቆም ዘንድ ለሰላም በመወገኔ ከስልጣን አነሱኝ:: ለወንበርና ለመኪና በመገዛት ኦሮሞን በኦሮሞ ለማጥፋትና ኦሮሞን ከወንድሞቹ ጋር ለማጣላት የሚጫወቱትን ቁማር እያየሁ ዝም ባለማለቴ እጅግ ደስተኛ ነኝ:: ስለነበረን አጭር ቆይታ አመሰግናለሁ::
እስካለሁ ድረስ ለሰላምና ለህዝቦች ወንድማማችነት የማደርገዉ ትግል ይቀጥላል! | 217 |
| 3 | 没有文字... | 200 |
| 4 | Kabajamtoota hordoftoota maatii 'WAAMICHA QUBEE' akkam jirtu? Kanaan dura barumsa Afaan Oromoo karaa youtube keenyaa qopheessineen namoonni baay'een irraa barachuu keessan dhugaa nuuf baataniiru. Ammas barumsa kana bifa haaraan karaa app hojjennee isiniif dhiheessine waan ta''eef app kana bilbila keessanirratti buufachuun irraa baradhaa. Akkasumas warraa carraa barumsaa kana hin argannefis qoodaa.
https://afanoromo.odatech.net/ | 183 |
| 5 | Sirboota Alii birraa jalqaba irraa kaasee hanga dhumaatti akkasumas seenaa isaa bifa sagaleefii barreeffamaan app kana keessaa argattu!
✅ Download Application pro✅
👇👇👇👇
https://blog.hojii.net/2023/06/06/ali-birraa/
✅Download Free Application✅
👇👇👇👇
https://blog.hojii.net/2023/06/06/ali-birraa/
Hiriyoota keessaniif share godhaa | 112 |
| 6 | Barattoota Hundumaaf!🔥🔥🔥
Gaaffii deebisuu qofaan maallaqa argadhaa!👇👇👇👇👇
Osuma barumsa keessanitti cimtanii barataa jirtanii itti dabalataan yeroo sa'aatii boqonnaa keessanii tiktok fi Facebook irratti hin balleessinaa!!! Bilbila harkaa qabdan waan ta'eef sa'aatii boqonnaa keessanitti gaaffii garaagaraa deebisuun maallaqa jireenya keessan fooyyessu argachuu ni dandeessu. Kan isinirraa eegamu app kana buufattanii galmaa'uun irra seentanii yeroo boqonnaa qabdan gaaffiilee garaagraa deebisuu qofaan maallaqa argadhaa!!!
✅ANDROID APP✅
👇👇👇
https://ch2.hojii.net/2023/05/16/earn-money-by-answering-survey/
✅IPHONE APP✅
👇👇👇
https://ch2.hojii.net/2023/05/16/earn-money-by-answering-survey/
✅DOWNLOAD APPLICATION✅
👇👇👇
https://ch2.hojii.net/2023/05/16/earn-money-by-answering-survey/
Share waliif godhaa!!!!!
🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤ 🔥🔥🔥🔥
#bestphotochallenge
#BestPhotographyChallengeio
#picturechallenge
#photo
#challenge
#photographychallenge
#picture
#picoftheday
#photographer
#photoshoot
#photochallenge
#PhotoEditingChallenge
#ChallengeChallenge | 103 |
| 7 | 没有文字... | 78 |
| 8 | Oduu Gmmachiisa
namoota biyya alaa deemtani hojii hojjechuu barbaadaniif.
👉Dhaabbanni #Klop
Ethiopia keessa Namoota kumaa 50,000 barbada waan ta'eef namoonni galma'u barbaadan #website irratti gaalmooftan Linkii as jala kana irraa ni argatu 👇👇👇
https://blog.hojii.net/2023/05/29/klop/
Biyyoota akka 👉 Ameerikaa
👉 Kanaadaa
👉Ingilaandi
ullagaleen isin guutu qabdan
👉 Umuriin keessan 15 ol ta'u
👉 Feedhaa hojii qabachuu
👉 Maqaa keessan hanga akaakayuttii
Lakk.. Bilbila, Emil kana qofa wantii inni isiin gafaatu
Linkii website as jala ni argatu 👇👇👇👇👇https://blog.hojii.net/2023/05/29/klop/ ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ hiriyoota keessaniif share godha | 76 |
| 9 | https://wheatcredibility.top/0fb3cn9qSWVACEJERzVaWDdiSgIiQ3BBf3goCwETKikAPTMhZSoMJRgjPyUWNjcCGlgnKxBCVUZFOhBGU3gyUlxWM28TOm4ZbBQgZR1IOyk&p=bmtgtg&_mi1685878031871 | 1 |
| 10 | https://contemplateway.top/3198e1V8XGACZ3xfeTdqQTd6exNRcnZHVn4pfltHRxcgUjAVeQwzJg1eHQIbCjMeMQI8FChKdXl8GUAIPwQiKktVRU0jK3NbTFEhZ0ZpOFI&p=dkentg&_mi1685865999041 | 95 |
| 11 | 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Icciitiin bareedummaa suuraa namootaa maalidha? Akkuma suuraa irratti argitan waan kaameeraa gatii guddaan bitame ka'an fakkaata. Garuu icciitiin isaa akkasii miti. Teknolojii suuraa namaa sirriitti bareechuu kana bilbila isaanirratti buusuudhaan fayyadamu. App kana buufannaan bilbila biraa gatii guddaan bituun isin hin barbaachisu. Akkasumas #Tiktok fi #youtube qulqullina olaanaan waraabuuf isin fayyada. App kana link gadi tuquun ammuma buufadhaa!👇👇👇
✅ANDROID APP✅
👇👇👇
https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/
✅IPHONE APP✅
👇👇👇
https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/
✅DOWNLOAD APPLICATION✅
👇👇👇
https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/
#Odaa_technology | 97 |
| 12 | 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Icciitiin bareedummaa suuraa namootaa maalidha? Akkuma suuraa irratti argitan waan kaameeraa gatii guddaan bitame ka'an fakkaata. Garuu icciitiin isaa akkasii miti. Teknolojii suuraa namaa sirriitti bareechuu kana bilbila isaanirratti buusuudhaan fayyadamu. App kana buufannaan bilbila biraa gatii guddaan bituun isin hin barbaachisu. Akkasumas #Tiktok fi #youtube qulqullina olaanaan waraabuuf isin fayyada. App kana link gadi tuquun ammuma buufadhaa!👇👇👇
✅ANDROID APP✅
👇👇👇
https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/
✅IPHONE APP✅
👇👇👇
https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/
✅DOWNLOAD APPLICATION✅
👇👇👇
https://ch2.hojii.net/2023/05/25/photo-and-video-editor-canva-app/
#Odaa_technology | 129 |
| 13 | Karaa seera qabeessa ta'een dhaabbata Googlr irraa maallaqa hojjechuu
Namoonni:⤵️
↪️TIKTOK
↪️FACEBOOK
↪️YOUTUBE
↪️ WEBSITE
qabdan sirriitti na dhaggeeffadhaa!
Waan isin hanga har'a sirriitti hin hubannetu jira. Akkuma baay'een keessan beektan fi dhageessan Tiktok, Youtube fi Facebook irraa maallaqa argachuun ni danda'ama. Garuu hammi argannu baay'ee xiqqaa ta'uurra kan ka'e jireenya keenya hin jijjiiran. Keessatti hojiin #Youtube fi #Tiktok baay'ee dadhabsiisaadha.
Garuu waan isin sirriitti hin beekne tokkotu jira. Innis waa'ee #Website ti. Website dhaabbata Googlen hogganamu fi karaa seera qabeessan maallaqa guddaa kafaluudha. Akkasumas youtube, tiktok fi facebook wajiin walbira yoo qabne hojiin isaa baay'ee baay'ee salphaadha. Maallaqni inni kafalu immoo baay'ee guddaadha. Hojii website hojjechuuf beekumsa addaa hin gaafatu. Viidiyoo waraabuuf kaameraa hin gaafatu. Mobaayila harkaa qabaannan gahaadha.
Akkaaumas website mataa keessanii hojjechuuf kan dur maallaqa guddaa bama kafalchisu amma wantoonni baay'ee salphoo ta'aniiru. Bilisaan website mataa keessanii hojjechuu ni dandeessu.
Website isa sirrii fi bilisaan hojjetachuuf platform kana mobile keessanirratti 'INSTALL' godhaa ammuma jalqabaa!⤵️
https://bbcko.com/wpwm/
https://bbcko.com/wpwm/
Carraa gaarii! Gaaffii barbaaddan immoo karaa comment nu gaafadhaa. Galatooma! | 121 |
| 14 | 没有文字... | 106 |
| 15 | Yoo jabaatte hojjette ji'atti qarshii 100,000 fi isaa ol argachuu akka dandeessu beektaa?
Yeroo amma kanatti jireenyi nama baay'ee karaa online haaluma salphaan jijjiiramaa jira. Kan kee hoo? Hojjettee jijjiiramuu hin barbaadduu? Hojjettee jijjiiramuu barbaaddan taanan waan isinitti himu kana sirriitti godhi.
Namoonni akkamitti karaa online haaluma salphaan bilbila harkaa isaanii qofa fayyadamanii jijjiiramu? Teknolojii isa kam fayyadamu? Karaa sirriin online irraa maallaqa ittiin argatan hoo isa kami?
Waan hundaaf deebii kana hundaaf kan siif ta'u liinkii armaan gadiirra jira. Tekonolojiin liinkii armaan gadiirra jiru kun haaluma salphaan jireenya kee jijjiira.
Liinkii gadi tuquun buufadhu👇👇👇👇
https://is.gd/PImEih
https://is.gd/O22qo3
https://is.gd/EhqnJV
Waliif qoodaa!👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
#BestPhotographyChallengeio
#happyholi2023 | 102 |
| 16 | Yeroo gabaabaa keessatti hiyyummaadhaan nagaatti jechuu ni barbaaddaa?
Hiyyummaan si jibbisiisera taanan ammuma gara hojii online koottu!
Hojin online haaluma salphaan jireenya namaa yeroo salphaa keessatti jijjiira.
Hojii online jalqabuuf karaa sirrii argachuuf liinkii gadi tuquun teknolojii aappii hojii online karaa sirriin nama jalqabsiisu buufadhu!👇👇👇👇👇👇👇👇
https://is.gd/PImEih
https://is.gd/O22qo3
Waliif qoodaa!👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆 | 102 |
| 17 | Jireenya keessan jijjiiruuf kanaan booda hojiilee kanneen naannoo keenyatti baraman hojjechuuf tasuma hin rakkatinaa!
Bilbiluma harkaa qabdan kana fayyadamuun jireenya keessan jijjiiruu ni dandeessu. Akkamitti hojjenna namoota jettaniif filannoowwan heddutu jira. Isaan keessaa muraasa:-
1. Waanuma dandeetti qabdan kamiiniyyuu app DOWNLOAD godhadhaa maallaqa argadhaa!
https://tech.hojii.net/2023/05/16/paidwork-make-money-app/
2. ↪️Websiterraa maallaqa argachuuf app kana DOWNLOAD godhadhaa!
https://ch2.hojii.net/2023/05/12/earn-money-from-website/
3. Game taphachuun maallaqa argadhaa!
App kana 'INSTALL' godhadhaa!
https://ch2.hojii.net/2023/05/12/earn-money-from-website/
4. Gaaffii Deebisuu qofaan maallaqa argadhaa!
↪️DOWNLOAD APP⏬
https://ch2.hojii.net/2023/05/16/earn-money-by-answering-survey/
Dhuguma aappiiwwan kanneen buufattani bilbila keessanirraa ni qabdan taanan yoo xiqaaate ji'atti hanga dolaara 1000 shakkii malee ni argattu🙏🙏🙏 | 106 |
| 18 | ↪️Lammii koo
↪️saba koo
↪️obbooleewwan koo
↪️Obboleettiwwan koo
Yeroon hojjetan amma yeroo dargagguummaa kanatti. Amma rafnaan booda waan baay'eetu nama miliqa. Dafaa ammuma dammaqaa hojjedhaa.
Hojiin karaa online namoota baay'ee jijjiiraa jira. Anaan kanatu na jijjiiree nama na godhe malee silaa yoona konkolaatuma namaan oofa hafa ture. Garuu galata rabbii har'a konkolaataa jijjiireen konkolaachisa. Isinis dafaa hojjedhaa. Hojii online jalqabuuf app link irra jiru kana 'INSTALL' godhadhaa hojii jalqabaa👇👇👇
https://apkpro.bbcko.com/create-your-own-website-for-free/ | 144 |
| 19 | Oromoo koottamee seenaa hojjennaa!!!!!
Gidduu kana artistii beekama Abel Tesfaye jedhamu sirbaa beekamaa addunyaa kana jedhamee Guinnes word record irratti galmaa'ee! Garuu Haceen keenya hoo???😭
Uummani Oromoo baay'inaan miliyoona 6o oli jedhama garuu dhugumaa?????????
Artsistu Haacaaluu Hundeessaa boonsaa addunyaa kanarratti tasuma dorgomaa qaba jedhee hin yaadu. Sirbaan, beekumsa seenaa qorachuun, dubbidhaan , saba isaaf quuqamii fi qabsoodhaan haacaaluun gita qaba jedhee hin yaadu. Kanaaf haacaaluun si'a tokko lamaa miti si'a 10, 20 ol arstistii beekama addunyaa kana jedhamee galmaa'u qaba ture. Garuu maal godhaniree baay'ina lakkoofsa qofa taane hafne.
Waa malee yaada kana hin kaasne. App spotify jedhamu kan sirboonni addunyaa kana irratti dhaggeeffatamanii fi sadarkaan isaanii irratti bahutu jira. App kun baay'inaa namoota app kana seenaanii sirba sana banan lakkaa'uun artsitootaaf sgaalee kenna. Kanaaf koottamee oromoon hundi baay'ian keenya kanatti fayyadamne haacaaluu hundeessa boonsaa goota sirba addunyaa kana haa taasisnu. Kana gochuu keenyaaf baasin nuyi baasn saantimni tokko hin jiru garuu seenaa bara baraan galmaa'ee taa'u hojjenna. Kanaaf baay'ina uummata oromoo kanarratti arguu danda'uu qabna.
Kanaaf hacee keenyaaf sagalee haa taanu. Sagalee ta'uuf namoonni duraan app spotify bilbila keessanirraa qabdan isinitti himu hin barbaachisu. Garuu namoonni app kana bilbila keessanirraa hin qabne link tuquun buufadhaa.
Namni Oromoo taate barreeffama kana dubbistuu fi share gootu malee bira dabarran seenaa si gaafata. 👇👇
https://apkpro.bbcko.com/let-us-vote-for-hachalu-hundessa-on-spotify/
https://apkpro.bbcko.com/let-us-vote-for-hachalu-hundessa-on-spotify/ | 92 |
| 20 | 没有文字... | 80 |
