es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Odaa Technology Team

Odaa Technology Team

Ir al canal en Telegram

Barnoota Teknolojiin wal qabatan hundaa asii argattu.

Mostrar más
2 213
Suscriptores
Sin datos24 horas
-27 días
-1830 días

Cargando datos

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
oct '26
octubre '26
+163
en 0 canales
septiembre '260
en 0 canales
Get PRO
agosto '260
en 0 canales
Get PRO
julio '260
en 0 canales
Get PRO
junio '260
en 0 canales
Get PRO
mayo '260
en 0 canales
Get PRO
abril '260
en 0 canales
Get PRO
marzo '260
en 0 canales
Get PRO
febrero '260
en 0 canales
Get PRO
enero '260
en 0 canales
Get PRO
diciembre '250
en 0 canales
Get PRO
noviembre '250
en 0 canales
Get PRO
octubre '250
en 0 canales
Get PRO
septiembre '250
en 0 canales
Get PRO
agosto '250
en 0 canales
Get PRO
julio '250
en 0 canales
Get PRO
junio '250
en 0 canales
Get PRO
mayo '250
en 0 canales
Get PRO
abril '250
en 0 canales
Get PRO
marzo '250
en 0 canales
Get PRO
febrero '250
en 0 canales
Get PRO
enero '250
en 0 canales
Get PRO
diciembre '24
+23
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+60
en 0 canales
Get PRO
octubre '24
+45
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+967
en 0 canales
Get PRO
agosto '240
en 0 canales
Get PRO
julio '240
en 0 canales
Get PRO
junio '240
en 0 canales
Get PRO
mayo '240
en 0 canales
Get PRO
abril '24
+2
en 0 canales
Get PRO
marzo '24
+11
en 0 canales
Get PRO
febrero '24
+35
en 0 canales
Get PRO
enero '24
+45
en 0 canales
Get PRO
diciembre '23
+41
en 0 canales
Get PRO
noviembre '23
+19
en 0 canales
Get PRO
octubre '23
+28
en 0 canales
Get PRO
septiembre '23
+10
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+4
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+14
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+9
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+13
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+28
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+12
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+4
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+27
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+16
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+33
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+57
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+67
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+121
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+61
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+38
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+20
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+17
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+22
en 0 canales
Get PRO
febrero '22
+23
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+32
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+44
en 0 canales
Get PRO
noviembre '21
+95
en 0 canales
Get PRO
octubre '21
+78
en 0 canales
Get PRO
septiembre '21
+66
en 0 canales
Get PRO
agosto '21
+114
en 0 canales
Get PRO
julio '21
+176
en 0 canales
Get PRO
junio '21
+235
en 0 canales
Get PRO
mayo '21
+184
en 0 canales
Get PRO
abril '21
+105
en 0 canales
Get PRO
marzo '21
+142
en 0 canales
Get PRO
febrero '21
+102
en 0 canales
Get PRO
enero '21
+116
en 0 canales
Get PRO
diciembre '20
+851
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
26 octubre0
25 octubre0
24 octubre0
23 octubre+1
22 octubre0
21 octubre0
20 octubre0
19 octubre0
18 octubre0
17 octubre0
16 octubre0
15 octubre0
14 octubre0
13 octubre0
12 octubre0
11 octubre0
10 octubre0
Publicaciones del Canal
"Osoo loon hin galin hattuun moonaa guutte" jedha Oromoon yoo mammaaku👂

2
Hordoftoonni keenya hundumtuu baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birraa geessan🙏🙏🙏
Hordoftoonni keenya hundumtuu baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birraa geessan🙏🙏🙏
488
3
Waancaa Addunyaa bara kanaa biyya kamtu moo'ata jettanii tilmaamtu?
899
4
Namoota telegram fayyadamtan hundaaf: Yeroo ammaa Itoophiyaa keessatti akka tasaa telegram keessan irraa logout gootaanii ykn bilbila jijjiirtanii deebitanii gara telegram tti login gochuuf maallaqa isin gaafata. Kanaaf yoo akkasitti isin gaafate app telegram keessan isa kanatti jijjiiraa...sana booda isiniif hojjeta. Galatoomaa🙏 Guyyaa gaarii🙏🙏🔥
1 849
5
AI that work offline AI interneetii ykn daataa malee hojjetu
1 769
6
OF EEGGANNOO❗️❗️❗️❗️ *Very Very Urgent !* Please pass this message to your family and friends now. People have been receiving calls from these numbers:-         Tel: +947        Tel: +371        Tel: +371        Tel: +563        Tel: +370        Tel: +255 or any number starting from +371 +375 +381 These guys only ring once and hang up. If you call back, they can copy your contact list in 3sec and if you have a bank or credit card details on your phone, they can copy that too.    +375 code is for Belarus.    +371 code is for Latvia.     +381 Serbia.    +563 Valparaiso.    +370 Vilnius.    +255 Tanzania. Don't answer  or Call back. Also, Don't Press #90  or  #09 on your Mobile when asked by any caller.  It's a new trick which is being used to access your SIM card, make calls at your expense and frame you as a criminal. PLEASE FORWARD this message to as many friends as you can to stop any intrusion!!! From Cyber Crime Department
1 908
7
Ramadaanni guyyaa borii akka eegalamu ifoomeera. Obboleewwan keenya muslimaa hundi Ramadaan Mubaarak!🙏🙏🙏
Ramadaanni guyyaa borii akka eegalamu ifoomeera. Obboleewwan keenya muslimaa hundi Ramadaan Mubaarak!🙏🙏🙏
1 494
8
Viidiyoo 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1CQeAeJ7iG/+2
Viidiyoo 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1CQeAeJ7iG/
1 517
9
Nagaa bultanii? Naannoo isin jiraattanitti bunni siiniin tokko eessa gahe? Nu biraa 40 bira darbee 60 gahuufi🤔
Nagaa bultanii? Naannoo isin jiraattanitti bunni siiniin tokko eessa gahe? Nu biraa 40 bira darbee 60 gahuufi🤔
1 320
10
Kun Raajiidha!! Dhalli namaa kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu nama jechisiisa. Namni suuraa irratti argitan kun #Alex+8
Kun Raajiidha!! Dhalli namaa kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu nama jechisiisa. Namni suuraa irratti argitan kun #AlexHonnold jedhama. Lammii biyya Ameerikaati. Biyya #taiwan tti gamoo #taipei jedhamuun beekamu kan meetira 508 ykn darbii 101 lafarraa ol fagaatu gargaarsa meeshaa tokkoo malee gamicha ala isaarra deemuudhaan koree addunyaa dinqisiise. Ani yoo xiqqaate viidiyoo sana yeroo heddu deddebi'ee ilaalee kanaafan namni kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu jedhe. Mee tilmaamaa gamoo 508m ol fagaatu miti, mana 4m lafarraa fagaatu koranii gadi ilaaluun hammam akka namatti ulfaatu. Alex garuu gamoo kana erga koree fiixee isaarra bahee booda kolfaa selfie ka'aa ture. Namni kun kanaan duras dhagaa qilee dheerina meetira 915 qabuu koree addunyaa ajab jechiisisee tire. Waa'ee nama kanaa maal jettu? Maaltu isinitti dhaga'ame.
1 855
11
RIP😥
RIP😥
1 178
12
Account bank keessan ugguramuufi👇 Namoonni guyyaa muraasa keessatti lakkoofsa account baankii waraqaa eenyummaa biyyaaleessa
Account bank keessan ugguramuufi👇 Namoonni guyyaa muraasa keessatti lakkoofsa account baankii waraqaa eenyummaa biyyaaleessaa (Fayda ID) wajjiin waliin wal hin qabsiisne tajaajila baankii kamiiyyuu dhabuuf jirtu. Account keessanis ni uggurama. Kanaaf osuma qaamaan baankii hin deemin idduma jirtan teessanii karaa website baankii fayyadamtan sanaan walqabsiisuu ni dandeessu. Kan.baankii hundaayyuu iddoo tokkotti as isiniif keenye jirra. Itti fayyadamaa. 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/r/1G9xAkDWeo/ Wanti isiniif hin galle yoo jiraate commentirratti gaafadhaa. #commercialbankofethiopia #cooperativebankoforomia #DashenBank #AwashBank #Siinqee_Bank #bankofabssinia #GadaaBank #bankoforomia
1 124
13
Iddoo hojii banaa 4000!!! Dhaabbanni #Bishoftu_air_port hojjechuuf fudhate #Vacancy 4000 ol baase jira. Carraa kanatti fayyad
Iddoo hojii banaa 4000!!! Dhaabbanni #Bishoftu_air_port hojjechuuf fudhate #Vacancy 4000 ol baase jira. Carraa kanatti fayyadamaa. Asiin galmaa'aa. 👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1CK5mRJCmh/
1 057
14
Relation Ship xaaliyaanotaa. ●Guyyaa 1ffaa: Wal quunnamtii s***** ●Guyyaa 2ffaa: Wal quunnamtii s***** 'Relation Ship' Faransaayotaa. ●Guyyaa 1ffaa: Fiilmii ilaaluu fi dhungoo. ●Guyyaa 2ffaa: Wal quunnamtii s***** ●Guyyaa 3ffaa: Wal quunnamtii s***** 'Relation Ship' Biritishootaa. ●Guyyaa 1ffaa: Waliin ooluu fi dhungoo ●Guyyaa 2ffaa: Dhungoo fi wal haammachuu ●Guyyaa 3ffaa: Dhungoo, wal haammannaa fi wal suufuu. ●Guyyaa 4ffaa: Wal quunnamtii s***** fi wal quunnamtii s***** akka malee. 'Relation ship' Amerikaanotaa ●Guyyaa 1ffaa: Wal beellamuu ●Guyyaa 2ffaa: Wal haammachuu ●Guyyaa 3ffaa: Haalaan wal sukkuumuun wal haammachuu ●Guyyaa 4ffaa: Dhungoo ●Guyyaa 5ffaa: Dhungoo yeroo dheeraa ●Guyyaa 6ffaa: Wal quunnamtii s***** 'Relation ship' Afirikaanotaa ●Guyyaa 1ffaa: Wal ifachuu ●Guyyaa 2ffaa: Wal baqachuu ●Guyyaa 3ffaa: Wal baqachuu ●Guyyaa 4ffaa: Waliif galuu ●Guyyaa 5ffaa: Wal beellamuu ●Guyyaa 6ffaa: Ammas wal beellamuu ●Guyyaa 7ffaa: Ammas hiriyyoota ishee beela'oo sadii waliin beellamuu. ●Guyyaa 8ffaa: Beellamanii haammachuu ●Guyyaa 9ffaa: Maddiirra dhungachuu yaalanii milkaa'uu dhabuu. ●Guyyaa 10ffaa: Maddiirra dhungachuu ●Guyyaa 11ffaa: Hidhiirra dhungachuu yaalanii milkaa'uu dhabuu ●Guyyaa 12 ffaa: Hidhiirra dhungachuu ●Guyyaa 13ffaa: Wal dhunguu dheeraa ●Guyyaa 14ffaa: Wal quunnamtii s**** gochuuf yaalanii milkaa'uu dhabuu. ●Guyyaa 15ffaa: wal quunnamtii s*****f yaada kaasanii wal lolanii gar gar bahuu. ●Guyyaa 16ffaa: waliin ooduu. ●Guyyaa 17ffaa: Hanga guyyaa itti aanuutti walitti mufachuu. ●Guyyaa 18ffaa: Inni dhiiraa irra deddeebi'ee bilbila, isheen jalaa hin kaastu. ●Guyyaa 19ffaa: Inni dhiiraa ni bilbila, isheenis bilbila jalaa kaaftee, "Maal barnaadde? " ittiin jetti. Inni dhiiraas dhiifama gaafata, Isheenis, "Natri hin bilbilin kana booda, an Durba kanaaf barbaadamtu miti!" ittiin jetti. Inni dhiiraa hanga guyyaa itti aanuutti dhiifama kadhachuu itti fufa. ●Guyyaa 20ffaa: Isheen dhiifamasaa fudhattiif. ●Guyyaa 21ffaa: Wal haammannaa ●Guyyaa 22ffaa: Walhaammannaa dheeraa ●Guyyaa 23ffaa: Dhungoo ●Guyyaa 24ffaa: Wal dhungoo dheeraa. ●Guyyaa 25ffaa: Wal quunnamtii s***** gochuu yaala garuu, isheen bilbillishee akka jalaa cabee jiru kaaftiif. Gurbaanis bilbila haaraa akka bituuf waadaa seenaaf. ●Guyyaa 26ffaa: Wal quunnamtii s***** gochuu yaala garuu, isheen hanga bilbila bituufitti akka wal quunnamtii s****** hin goone itti himti. ●Guyyaa 27ffaa: Wal quunnamtii s***** gochuu yaala, isheenimmoo 'Meerre Bilbilichi? Ati tirarra hin jirtu, gaafa tira bartu na waami!' Ittiin jettee ooriti. ●Guyyaa 28: Dirqisiisanii Gudeeduu ●Guyyaa 29: Waajjira Poolisii😂 Jaarraa 19ffaa keessa jirra ammallee!😭
1 046
15
#SEERRI_HAARAAN_MAAL_OF_KEESSAA_QABA❓ ➊ ➡️ Ministeerri Barnootaa qajeelfama baaseen barattoonni dubaraa wantoota nam tolchee , rifeensaafi funyaan akka hin uffannee, ijaa fi rifeensa ijaa akka hin buqqifne, akkasumas faaya hin barbaachifne uffachuun mana barumsaa akka hin deemne dhorke. ➋ ➡️ Wixineen qajeelfama Ministeerri Barnootaa amala barattootaa to’achuuf qopheesse keessatti barattoonni rifeensa uumamaa isaanii malee rifeensa namtolchee uffachuu akka hin dandeenye ibsa. ➌ ➡️ Kana malees, qajeelfamni kun manneen barnootaa keessatti ayyaanota hin barbaachifne aadaa Itoophiyaa hin calaqqisiifne, keessumaa ayyaanota akka guyyaa maraataa, guyyaa dulloomaa, guyyaa daa'imaa, guyyaa timaatima, guyyaa halluu, guyyaa jaalalaa fi ayyaanota biroo kabajuu dhorka. ➍ ➡️ Qajeelfama uffata mana barumsaa sirnaan akka uffatu baheen dubartoonni uffata dheeraa dheerinni jilba gadi ta'e uffachuun dirqama. ➏ ➡️ Gochoota mana barumsaa keessatti dhorkaman keessaa: barsiisota mana barumsaa, bulchitoota mana barumsaa, hojjettoota, fi miseensota hawaasa mana barumsichaa biroo arrabsuu, arrabsuu, xiqqeessuu, fi miidhaa qaamaa raawwachuu. ➐ ➡️ Wixineen qajeelfamaa kun mooraa mana barumsaa keessatti bilbila harkaa ykn mobaayilaa fi meeshaalee muuziqaa dhaggeeffachuuf gargaaran qabachuu dhorka. ➑ ➡️ Wantoota xuraa’oo jechaan, sochii qaamaatiin ykn barreeffamaan ibsuu; mana barumsaa keessatti fakkiiwwanii fi barreeffamoota uumamaan safuu hin qabne, amantii ykn siyaasaa ta’an qabachuu fi raabsuun hin hayyamamu. ➒ ➡️ Mooraa mana barumsaa keessatti waaqeffannaa amantii ykn sochii siyaasaa gosa kamiyyuu gaggeessuun dhorkaadha. 1️⃣0️⃣ ➡️ Barataan kamiyyuu qaama isaa irratti wantoota gatii biyyaalessaa hin taanee fi kan biyya alaa ta’aniin mallattoo akka hin goone dhorkaadha; mallattoolee biyya alaa gadhee ta’an kanneen gatii biyyaalessaa faallessan tattoo gochuu, agarsiisuu, hojjechuu ykn fayyadamuun guutummaatti dhorkaadha jedha wixineen qajeelfama kanaa. ➊➊ ➡️ Qajeelfamni kun barataan tokko harka diimaan qabamee adeemsa barnootaa jeequun yoo argame hanga murtoon kennamutti mana barumsaa irraa dhorkamuu akka danda’us ni ibsa. ➊➋ ➡️ Wixineen qajeelfama kana keessatti barattoonni irra deddeebiin yakka raawwatan ta’uun isaanii argame, keessumaa barattoonni kutaa 7 hanga 12tti argaman, cimina yakkicha irratti hundaa’uun hanga waggaa 1tti mana barumsaa irraa dhorkamuu akka danda’an ibsameera. ✏️ Gama biraatiin manneen barnootaa fi naannawaatti dhimmoota barnootaan jeeqaman ittisuu fi to’achuuf wixineen Mana Maree Ministirootaaf qophaa’ee jira. ➊➌ ➡️ Wixineen kun mooraa mana barumsaa keessatti tamboo (sigaaraa, shiishaa), Caatii, alkoolii, qoricha sammuu namaa hadoochu fi saayikootroopikii balaafamaa fi qoricha araada namatti fidu mooraa mana barumsaa keessatti akka hin gurguramne dhorka. ➊➍ ➡️ Manneen dhugaatii fi mana raabsaa, manneen sigaaraa, manneen shiishaa, manneen chaatii fi mana dhugaatii, galma shubbisaa; Dhaabbilee qumaaraa; manneen keessummootaa fi manneen masaajii manneen barnootaa irraa meetira 500 keessatti banamuu hin danda’an. ➊➎ ➡️ Manneen fiilmii, mana Play Station, mana DSTV, Karanbula, Pool, Jotney, Bingo fi manneen betting ispoortii naannoo manneen barnootaa akka hin banamne dhorkamaniiru. Maddi :- (Raadiyoo Sheger) Seera Lakkoofsa meeqa irra jiruutu isinitti tole ❓ #SHARE
1 185
16
Sin texto...
892
17
#Qarshii Mil. 5.4 Karaa #Tiktok Master Abinet Kebede obboleessa keenya Abraahaamif kaleessa galgala qofa qarshii miliyeena 5.+2
#Qarshii Mil. 5.4 Karaa #Tiktok Master Abinet Kebede obboleessa keenya Abraahaamif kaleessa galgala qofa qarshii miliyeena 5.4tu sassabbame🙏🙏🙏 Warri irratti hirmaattan hundi ulfaadhaa🙏🙏🙏
1 206
18
🐶 Taphataan duraanii Arsenaal tokko sareen na duraa baddeera jedha Nama argeef dolaara 20,000 (tilmaamaan birrii biyya keeny
🐶 Taphataan duraanii Arsenaal tokko sareen na duraa baddeera jedha Nama argeef dolaara 20,000 (tilmaamaan birrii biyya keenyatti 300000) nan kaffala jechaa jira. Eenyudha? Saree kana agartaniittuu? Kaane haa barbaannu yaa 70?
1 706
19
👇👇👇👇👇👇👇 This is my face, use the character in the image, dont change the face. Hyper-realistic stylish fashion editori+3
👇👇👇👇👇👇👇 This is my face, use the character in the image, dont change the face. Hyper-realistic stylish fashion editorial photo of a boy model wearing an oversized red sweatshirt and white sweatshorts, paired with red sneakers. A soft green studio backdrop with soft cinematic lighting, highlighting textures, futuristic editorial style, model sittang elegantly, head slightly tilted, relaxed posture. Vertical 4:10
1 388
20
👉#BEEKSISA Dhaabbanni keenya 'Oda Online Doctor Consulting Service' tajaajila gorsa fayyaa karaa toora interneetii kenna. Dh
👉#BEEKSISA Dhaabbanni keenya 'Oda Online Doctor Consulting Service' tajaajila gorsa fayyaa karaa toora interneetii kenna. Dhaabbanni kun sadarkaa teknolojiin addunyaa ammaa irra gahe faana bu'uun hawaasni keenya manuma isaa taa'ee karaa interneetii tajaajila gorsa akka argatu gargaaruuf kan hundeeffameedha. Dhaabbanni kun ammatti tajaajila isa eegaluuf qophii hundaa xumuuree ogeessota fayyaa galmeessaa jira. Ogeessonni fayyaa muuxannoo qabdanii fi sadarkaa #Doctor irra jirtan akka galmooftan kabajaan isin affeerra. Liinkii ittiin galmooftan commentiirraa argattu!🙏🙏❤❤
333