en
Feedback

Don't get caught by a cheater! Telemetrio finds and tags such channels πŸ‘‰ If you want to see the tag, subscribe

FOCUS KITTOO FURDISA

FOCUS KITTOO FURDISA

Open in Telegram

...................FOCUS KITTO FURDISA............... Welcome to the official Telegram channel of FOCUS Ministry – Jimma University (JIT) Kitto Furdisa Branch. FOCUS KITTO FURDISA πŸ’³ CBE ACCOUNT :1000197541974

Show more
1 421
Subscribers
+624 hours
+867 days
+11030 days
Posts Archive
πŸ“’ 2026 FRESHERS WELCOME β€œEgaa akkuma Kristos ofitti isin qabe, isinis Waaqayyoon galateeffachiisuuf akka ta'utti, inni tokko
πŸ“’ 2026 FRESHERS WELCOME
β€œEgaa akkuma Kristos ofitti isin qabe, isinis Waaqayyoon galateeffachiisuuf akka ta'utti, inni tokko isa kaan ofitti haa qabu.” β€” Rom. 15:7
🀝Nagaa fi araarri Waaqayyoo Gooftaa keenyaa hunduma keessaniif haa ta'u. Akkam nagaa jirtuu maatii FOCUS JiT? πŸ”ΈοΈBara kana barattoota moora kenyatti ramadamanii, feeloo keenya dhufaniif sagantaa simannaa guddaa qopheessinee jirra. πŸ”ΉοΈGuyyaa kana barattootni buleeyyiin, ijoollee haaraa namoota beektan qabatanii akka dhuftanii fi namoota haaraa dhufaniifis kabajaa fi jaalala guddaa akka itti agarsiiftan jaalala Gooftaan isin gaafannaa. πŸ“†GOctober 21, 2026 ⏰️12:00LT πŸ“Bosa Addis Ketama MYC ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œβ€οΈπŸ’œ YOURS FOCUS πŸ’œβ€οΈπŸ’œ

πŸ“’DHUGA BA'UMSA WANGEELAA
β€œEgaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa!” β€” Mat. 28:19
🀝Ayyannin fi Nagaan Waaqayyoo keenya hunduma keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu maatii, FOCUS Kitto? πŸ”ΈοΈ Guyyaa har'aa DHUGA BA'UMSI WANGEELAA magaalaa Jimmaa keessatti ni geggefamaa, karaa gartuu "Mission & Bible Study" (MBS) qophaa'ee jira. πŸ”ΉοΈEgaa maarree miseensi feeloo keenya hundumti argamuun ergama guddaa Gooftaan keenya nuttti kenne kana galman haa geenyu. πŸ“†Guyyaa: October 8, 2026 ⏰️Saatii:8:00LT πŸ“Iddo Wal-argee: Bosa Addis Ketama MYC ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œβ€οΈπŸ’œ YOURS FOCUS πŸ’œβ€οΈπŸ’œ

photo content
+9

WEDNESDAY PROGRAM SHOTSπŸ“ΈπŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸ»

πŸ“’15TH ANNIVERSARY CELEBRATION 🀝Nagaan fi ayyanni Waaaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu obboloota jaa
πŸ“’15TH ANNIVERSARY CELEBRATION 🀝Nagaan fi ayyanni Waaaqayyoo hunda keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu obboloota jaallatamoo? πŸ”ΉBara 2019 kana keessaa waanti haaraan tokko akka jiru isin beeksisaa turuun keenya ni yaadatama. Waantichis 15TH YEAR ANNIVERSARY CELEBRATIONπŸŽ‰FOCUS KITTOO FURDISAATI. Tilmaamni kee sirrii turee? πŸ”ΉEgaa Harmeen keenya FOCUS KITTOON(JIT) hundeeffamuun ishee amma waggaa 15 gahaa jira. Kanaan walqabatee ji'oota muraasa boodaa hundeeffama fellowship keenyaaa waan kabajnuuf hundi keenyaa yaadaan akkasumas karaa barbaachisu hundaan akka irratti qophii goonu sin yaadachiifna. πŸ”ΈAddumatti obboloonni Post Graduate taatan sagantaan kun bifa isin hirmaachisuun waan qophaa'eef, har'aa kaastanii sagantaa keessaan keessa akka galchattan isin hubachiifna. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œβ€οΈπŸ’œ YOURS FOCUS πŸ’œβ€οΈπŸ’œ

πŸ“’ JOHN'S BIBLE STUDY β€œYesus yommus, "Inni amma sii wajjin dubbachaa jira; kunoo, ani isa" ittiin jedhe.” β€” Yoh. 4:26 πŸ™Nagaa
πŸ“’ JOHN'S BIBLE STUDY
β€œYesus yommus, "Inni amma sii wajjin dubbachaa jira; kunoo, ani isa" ittiin jedhe.” β€” Yoh. 4:26
πŸ™Nagaa fi ayyaanni gooftaa keenya Yesuus Kiristoos hunduma keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa keessanii? πŸ”ΈGuyyaa borii akkuma beekamu barsiisni Macaafa Qulqulluu, wangeela Yohaannis bakkaa fi yeroo isaa eeggatee jira. πŸ”ΆKanaaf namni kamuu osoo irraa hin hafiin hiriyoota keessan afeeruun akka irratti argamnu jaalala Gooftaan isin yaadachiifna. ✳️NAMNI HUNDUU IRRAATTI ARGAMNEE DUBBII WAAQAYYOO HAA BARANNI! πŸ“† October 17, 2026 πŸ• 6:30LT πŸ“Œ CHARIS ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œYOURS FOCUSπŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œ

πŸ“’WENDESDAY GENERAL PROGRAM
"Garuu namni ana Waaqayyoon amanatu, ana duwwaattis kan of kennu, haa gammadu!” β€” Er. 17:7
🀝Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu obboloota jaallatamoo? πŸ”ΉAkkuma beekamu guyyaa borii, jechuun Roobii sagantaan keenya idileen yeroo fi bakka isaa eeggatee waan jiruuf, namni kamuu osoo irraa hin hafin akka argamtan jaalala Gooftaan isin yaadachiifna. Qabiyyen Sagantaa keenyaa: πŸ›Kadhannaa 🎢 Waaqeffannaa πŸ“– Saglee Waaqayyoo πŸ“† October 14, 2026 ⏰ 12:00 LT πŸ“ Bosa Addis Ketama MYC 🌟Yeroo kabjnee haa argamnuu! ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œYOURS FOCUSπŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œ

πŸ“’WENDESDAY GENERAL PROGRAM "Garuu namni ana Waaqayyoon amanatu, ana duwwaattis kan of kennu, haa gammadu!” β€” Er. 17:7 🀝Naga
πŸ“’WENDESDAY GENERAL PROGRAM
"Garuu namni ana Waaqayyoon amanatu, ana duwwaattis kan of kennu, haa gammadu!” β€” Er. 17:7
🀝Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu obboloota jaallatamoo? πŸ”ΉAkkuma beekamu guyyaa borii, jechuun Roobii sagantaan keenya idileen yeroo fi bakka isaa eeggatee waan jiruuf, namni kamuu osoo irraa hin hafin akka argamtan jaalala Gooftaan isin yaadachiifna. Qabiyyen Sagantaa keenyaa: πŸ›Kadhannaa 🎢 Waaqeffannaa πŸ“– Saglee Waaqayyoo πŸ“† October 14, 2026 ⏰ 12:00 LT πŸ“ Bosa Addis Ketama MYC ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œYOURS FOCUSπŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œ

πŸ“’ SISTERS' SPECIAL PROGRAM β€œSimboon nama irraa in darbiti miidhaginnis nama in gowwoomsiti, dubartiin Waaqayyoon sodaattu ga
πŸ“’ SISTERS' SPECIAL PROGRAM
β€œSimboon nama irraa in darbiti miidhaginnis nama in gowwoomsiti, dubartiin Waaqayyoon sodaattu garuu in jajamti.” β€” Fa
k. 31:3030 🀝Nagaa fi jaalalli Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu! πŸ”ΈοΈAkkuma beekamu, sagantaan addaa Kibxata dhufu Charis keessatti shamarraniin qophaa’e ni gaggeeffama. πŸ”ΈοΈKanaafuu, shamarran hundumti sagantaa kana irratti osoo irraa hin hafin akka hirmaannu kabajaan isin affeerra. πŸ”ΈοΈDabalataanis, postera armaan gadii fayyadamuun sagantaa kana karaa miidiyaa hawaasaa (social media) keessanii beeksisuun akka nuuf tumsitan isin gaafanna. πŸ“† October 13, 2026 πŸ• 12:00 LT πŸ“Œ Charis ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œYOURS FOCUSπŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œ

Kanaanis ani kan Kristos ta'ee argameera. Egaa qajeelummaan koo isa seera eeguudhaan argamu utuu hin ta'in, isa Kristositti amanuudhaan argamuu dha; qajeelummaan kun Waaqayyo biraa in dhufa, amantii irras in dhaabata.
Filiphisiiyus 3:9
Kanaafis isa duwwaa beekuu, humna du'aa ka'uu isaas miyeeffachuu, dhiphina isaa irraa, du'a isaa irraas hirmaachuu nan barbaada.
Filiphisiiyus 3:10

Nuyi garuu nama biyya waaqa irraa ti; β€œGooftaan keenya fayyisaan keenya Yesus Kristos achii nuuf dhufa” jennee eegganna.
Filiphisiiyus 3:20

Egaa amma firdiin, warra Kristos Yesusitti qabamanii jiraatanitti faradamu tokko illee hin jiru. Roomaa 8:1

πŸ“’ JOHN'S BIBLE STUDY β€œYesus yommus, "Inni amma sii wajjin dubbachaa jira; kunoo, ani isa" ittiin jedhe.” β€” Yoh. 4:26 πŸ™Nagaa
πŸ“’ JOHN'S BIBLE STUDY
β€œYesus yommus, "Inni amma sii wajjin dubbachaa jira; kunoo, ani isa" ittiin jedhe.” β€” Yoh. 4:26
πŸ™Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu maatii Gooftaa? πŸ”ΈοΈBarnoonni Wangeela Yohaannis guyyaa boriis yeroo fi bakka isaa eeggate itti fufee jira. πŸ”ΆοΈKanaaf namni kamuu osoo irraa hin hafiin hiriyoota keessan affeeruun eebba guddaa kana irraa akka hirmaannu jaalala Gooftaan isin yaadachiifna. πŸ“† October 10, 2026 πŸ• 6:30LT πŸ“Œ CHARIS ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œYOURS FOCUSπŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œ

Nagaan Waaqayyoo hunda keessaniif haa baay'atu. Akkuma yeroo darbe isin beeksisaa turre har'a galgala gareen Volunteer dabtaraa fi iskriibtoo waan sassaabaniif Namni hundinuu yoo xiqqaate datara 1 fi iskriibtoo 1 qabatee haa dhufu.

πŸ“’WENDESDAY GENERAL FELLOW 🀝Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu obboloota jaallatam
πŸ“’WENDESDAY GENERAL FELLOW 🀝Nagaa fi araarri Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu obboloota jaallatamoo? πŸ”ΉοΈAkkuma beekamu guyyaa borii, jechuun Roobii sagantaan keenya idileen yeroo fi bakka isaa eeggatee waan jiruuf, namni kamuu osoo irraa hin hafin akka argamtan jaalala Gooftaan isin yaadachiifna. πŸ“† October 7, 2026 ⏰️ 12:00 LT πŸ“ Muluwangel Church ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œYOURS FOCUSπŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œ

✨Kadhata Ganamaa πŸ”ΈTartiiba Gareewwaanii: πŸ“ŒMonday- Tech and Prayer πŸ“ŒTuesday- Hilasmos and Choir πŸ“ŒWednesday- MBS, BS, and C
✨Kadhata Ganamaa πŸ”ΈTartiiba Gareewwaanii: πŸ“ŒMonday- Tech and Prayer πŸ“ŒTuesday- Hilasmos and Choir πŸ“ŒWednesday- MBS, BS, and Council πŸ“ŒThursday- Nathan and Charis πŸ“ŒFriday- Emanuel and Volunteer πŸ”ΈTartiiba kanaan teamn kamiyyuu harcaatii malee haa hirmaannu. πŸ”ΈDabalataan Roobii Galgala namni dhuunfaan akkasumas teamn tajaajila qabu ganama kadhata hirmaachuu qaba. πŸ• 12:00 -- 1:15LT πŸ“ Muluwangel Church ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œYOURS FOCUSπŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œ

Namni akka gorsa warra jal'ootaatti hin deddeebine, karaa cubbamoonni irra adeeman irra kan hin ejjenne, warra ga'isanii wajjinis tarree kan hin teenye gammachuu qaba! Faarfannaa 1:1
.........

πŸ“’ KADHANNAA GANAMAA β€œQoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhaahaa! Hafuurri illee dhimmaa dha; foon garuu dadhabaa dha" jed
πŸ“’ KADHANNAA GANAMAA
β€œQoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhaahaa! Hafuurri illee dhimmaa dha; foon garuu dadhabaa dha" jedhe.” β€” Mat. 26:41
πŸ”₯πŸ”₯MONDAY------Hilasmos and Choir TeamπŸ”₯πŸ”₯ πŸ• 12:00 -- 1:15LT πŸ“Œ Muluwangel Church ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œYOURS FOCUSπŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œ

photo content

πŸ“’ KADHANNAA GANAMAA β€œQoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhaahaa! Hafuurri illee dhimmaa dha; foon garuu dadhabaa dha" jed
πŸ“’ KADHANNAA GANAMAA
β€œQoramatti akka hin galleef dammaqaa kadhaahaa! Hafuurri illee dhimmaa dha; foon garuu dadhabaa dha" jedhe.” β€” Mat. 26:41
🀝Nagaa fi jaalalli Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa keessanii, maatii FOCUS Kittoo? πŸ”ΈοΈAkkuma bara darbee Waaqayyoo karaa garaa garaan nu eebisaa tureera, isaan keessaa tokko kan ta'e immoo "#Kadhannaa_Ganamaa" ti. πŸ”ΈοΈEgaa bara kanas bifa fooyya'aa ta'een cimnee fuula Waaqayyoo keenya akka barbaaddannuuf, kadhannaan ganamaa itti fufee jiraa. πŸ”ΈοΈKanaaf yeroo 'team' keessaniif adda ba'e fi akkasumas yeroo isiinif danda'ame hundumaa fayyadamuun Waaqayyoon jabaannee haa barbaaddannu. πŸ“† Monday -- Friday πŸ• 12:00 -- 1:15LT πŸ“Œ Muluwangel Church ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🎯 WE ARE FOCUSED πŸ“– WE PREACH THE GOSPEL 🌍 WE REACH THE NATION ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ πŸ“² Follow Us: Website | YouTube | TikTok | Instagram | Facebook πŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œYOURS FOCUSπŸ’œπŸ’œπŸ’œπŸ’œ