FOCUS FINFINNEE
Kanalga Telegram’da o‘tish
Welcome! This is FOCUS Finfinnee's Official Telegram Channel! Library: @focuslibrary Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Contact us: 0967464945 Ask Anything: @focusfinfinnee_bot
Ko'proq ko'rsatish1 424
Obunachilar
-124 soatlar
-27 kun
+2430 kun
Postlar arxiv
1 424
Akkasumaa illee bot kana fayyadamuun dhimma fi wanta irratti akka isinif kadhatamuu barbaaddan, dabalatanis mata-duree kadhata kam iyyuu nu erguun irratti akka isinif kadhatamu isin beeksifna.
👉🏻👉🏻 @Focus_Pbot
1 424
Simoon Phexros deebisee, “Si dhiifnee eenyu bira dhaqna ree? Gooftaa, dubbii waa'ee jireenya bara baraa nama barsiisu situ qaba'o. Yoh 6:68Ayyaanni isinif haa bay'atuu jaallatamoo obboloota! Fedha Gooftaa yoo ta'e yeroon kadhata ganama kan feeloo keenya inni Wixata ganama bor ganama kan itti fufuu ta'a. Addattis mata-duree "Gooftaa biratti hafuu" jedhuun yeroo eebbifama waliin ni qabana.
Hundi afeeramtanittu☺️! Bay'ee isin jaallanna,eebbifama!⛪️ Waldaa Guutuu Wangeela kiiloo-6(Kiiloo 5) ⌚️Sa'aatii 12:00 LT barii #GOOFTAA_BARBAADU! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations
1 424
“Kunoo, Waaqayyo gargaaraa koo ti, gooftichi irkisaa jireenya kootii ti.”
Dilbata gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
Isin garuu, hafuurri qulqulluun yommuu isin irra bu'u, humna in godhattu; Yerusaalemitti, Yihudaa hundumaatti, Samaariyaatti, hamma andaara lafaattis dhuga-baatuu koo in taatu" isaaniin jedhe.
HoE. 1:8
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
Kan har'a feeloo irratti sin beeksisne karaa "counseling Team kan qophaa'eedha. Join akka gootan sin jajjabeessina!
Eebbifamtaniittuu!
1 424
“Abraam Waaqayyotti amane, inni immoo qajeelummaatti in lakkaa'eef.” S. Uumama 15:6Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY | |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
“Yaa Waaqayyo, lubbuun koo ol gara kee in yaaddi!”
Far. 25:1
Araarrii, Nagaanii fi Ayyaanni Waaqayyo Abbaa biraa Gooftaa keenya Yesus biraas hunduma keessan wajjin haa tahu!
Akkamii torbeen keessan jaallatamoo maatii feeloo keenya!?🥰 Guyyaan nuyi Gooftaa keenya nu jaallate duratti obboloota akkaan jaallannuu waliin argamnee kadhannaa, faarfannaa, dubbiisaa barachuu fi kanneen biroon maqaasaa jajannuu kunoo geessee jirti.
Maarree har'as sa'aatii 11:20 LT irraa kaasee hiriyoota keessan qabachuun sagantaa kana irratti akka argamtan sin yaadachiisuu jaallanna!
Isinuu hin haftan malee hin hafamu!😊
⏰Yeroon WAAQAYYOO WAQAYYOOF
⛪️ Waldaa G/G/ Mootummaa Waaqayyoo Naannoo Menen!
⌚️Sa'aatii 11:30 LT
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
“Ani waa'ee kee dur gurraan dhaga'eera, amma garuu ati anatti mul'atteetta.”
Iyo. 42:5
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
Godoon jireenya keenyaa, [kana jechuunis dhagni keenya,] lafa kana irraa yoo jige, ijaarsa harki namaa hin ijaarin, mana bara baraan bantii waaqaa keessa jiraatu, Waaqayyo biraa akka qabnu in beekna.
2 Qor:5:1
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
“Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa hin rukunne garuu hin qabnu.”
Ibr. 4:15
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
“Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa hin rukunne garuu hin qabnu.”
Ibr. 4:15
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
“Seerri Waaqayyoo guutuu dha, lubbuu namatti in deebisa; wanti seerri Waaqayyoo dhugaa ba'u amanamaa dha, inni wallaalota iyyuu beektota in godha.”
Fak:19:7
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
Akkasumaa illee bot kana fayyadamuun dhimma fi wanta irratti akka isinif kadhatamuu barbaaddan, dabalatanis mata-duree kadhata kam iyyuu nu erguun irratti akka isinif kadhatamu isin beeksifna.
👉🏻👉🏻 @Focus_Pbot
Ayyaanni warra Yesus Kristosin jaalala hin badneen jallatan hundumaa Wajjin haa ta'u!
1 424
Kan barbaachisu waan tokkicha, Maariyaam qooda gaarii isa ishee duraa hin fudhatamne sana fo'atte” jedhe. Wangeela Luqaas 10:42Nagaan fi Araarri isinif haa bay'atuu jaallatamoo maatii Focus Finfinnee🥰 Waaqayyoo inni nu gargaare guyyaa fi yeroo kana nu kenne haa eebbifamu jechaa, fedha fi jaalala Gooftaa keenya yoo ta'e yeroon kadhata ganama kan feeloo keenya inni Wixata ganama bor ganama kan jiru ta'a. Theme "Gooftaa barbaaduu" jedhuun torbee 2 oliif yeroo eebbifama qabaacha akka turre,borus addatti Theme kana jalatti "Waan tokkicha,Wanna barbaachisu" mata-duree itti fufne kadhana. Obboloonni isinif danda'amu hundi akka argamtan jalaala Gooftaan isin hafeerra! ⛪️ Waldaa Guutuu Wangeela kiiloo-6(Kiiloo 5) ⌚️Sa'aatii 12:00 LT barii #GOOFTAA_BARBAADU! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY | |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
Kristos isin keessa erga jiraatee, dhagni keessan sababii cubbuutiif du'aa yoo ta'e iyyuu, sababii qajeelummaa argattaniif hafuurichi jireenya isiniif ta'a. Roomaa 8:10Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY | |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 424
“Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa, namni si amanatu gammachuu attamii qaba!”
Far. 84:12
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
