FOCUS FINFINNEE
Open in Telegram
Welcome! This is FOCUS Finfinnee's Official Telegram Channel! Library: @focuslibrary Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Contact us: 0967464945 Ask Anything: @focusfinfinnee_bot
Show more1 394
Subscribers
+124 hours
+167 days
+4830 days
Posts Archive
1 394
#2026_2019
#WELCOME_PROGRAM
#FRESH_STUDENTS
#SENIOR_STUDENTS
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 394
#WELCOME_PROGRAM
#2019
#FRESH_STUDENTS
#SENIOR_STUDENTS
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on:
1 394
3 Days left...
# After Break Mission
Waaqayyo jireenya bara baraa nuuf kenne; egaa dhugaan isaa isa kana; jireenyi bara baraa kunis ilma isaa keessatti argama.1 Yoh 5:11 Dhugaaf Dhugaa Baana 💪 Galmaa'uuf 👇 https://forms.gle/NrYduiQtQ23ESyDa7
1 394
Kanaafis nuyi matumaa abdii hin kutannu, namummaan keenya inni bakkeetti mul'atu gad dhumaa yoo adeeme iyyuu, namummaan keenya inni keessaa har'aa bor haara'aa in adeema.
2 Qorontos 4:16
Dilbata Eebbifamaa qabaaadha!
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 394
Attention⚠️⚠️⚠️
" Egaa nuyi afaan Kristos taanee ergamneerra; Waaqayyos karaa keenya isin in dhageessifata; "
(2 Qorontos 5: 20)
Nagaa Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu maatii FOCUS Finfinnee!
Akkuma isin beeksisnee turre qophiin nuti dhuga ba'umsa keenya kan boqonnaa boodaa torbee dhuftu goonu haala namatti toluun itti fufee jira. Kanaafuu, namootni isiniif mijatu #link armaan gaditti isiniif keenye seentanii akka galmooftan jaalala Waaqayyoon isin gaafanna.
Eebbaaf ta'aa!
1 394
“Waaqayyo tiksee koo ti, ani homaa hin dhabu!”
Far. 23:1
Guyyaa gaarii qabaaadha!
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
1 394
⚠️ Attention!
Tajaajiltoonni affeeraman sababa karaan cufamuuf yeroon nu tajaajilanii waan galuu barbaadaniif
10:30 LT gaafa tahu kaaffee🥣 keessan galtanii😊 11:20 LT dursitanii akka argamtan jaalalaan sin dirqisiisna!
Eebbifamtaniittuu!
1 394
“Nagaan Waaqayyoo inni hubannaa namaa hundumaa irra caalus, karaa Kristos Yesus garaa keessanii fi yaada keessan in eega.”
Filp. 4:7
Araarri, Nagaan fi Ayyaanni Waaqayyo Abbaa biraa, Gooftaa keenya Yesus biraas siniif haa baay'atu!
Har'a Sagantaan "Welcome" keenya sa'aatii:11:20 LT tti waan taheef hiriyoota keessan affeeruun akka irratti argamtan jaalalaan sin yaadachisuu jaallanna!😊
⏰YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF!
💒 Waldaa Gidduu Gala Mootummaa Waaqayyo
📍 Naannoo Menen, Baankii Dashen cinatti argamu
🕐 11:20 LT
Irraa hafuun hin yaadamu!!😊
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
