Diinaa'ol Kumaa
Kanalga Telegram’da o‘tish
Rakkina kee rakkisaa keetti hin himiin.
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
1 384
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+37 kun
-1730 kun
Postlar arxiv
1 384
Repost from Firew Law Office
📎Wixinee Labsii Gurmaa’ina, Aangoo fi Hojii Manneen Murtii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Murteessuuf Bahe, lakk 216/2011 fooyyeessuuf bahe bara 2017
1 384
Repost from Oromia LegalPlus
Labsii Bulchiinsaafi Ittifayyadama Qabeenya Bishaanii Naannoo Oromiyaa
1 384
Repost from Olana free legal awareness
Share proclamation-no-799-2013-vehicle-insurance-against-third-party-risks-proclamation.pdf
1 384
Repost from Teha Sulti Law Channel(0921254774)
Dambii-Labsii-Buusaa-Gonofaa-Lak.-235-2015.pdf7.93 KB
1 384
Repost from Elias Kasa Legal Service.
LEENJII HAALAA FI SIRNA ITTI FAYYADAMA MURTIIWWAN HIIKA SEERAA DIRQISIISAA DHADDACHA IJIBBAATAA(By Elias k.(Bara 2017)
1 384
Repost from Muhammedteyib Nure:Judge
Qajeelfama galmeessaa fi kenna waraqaa ragaa Lafa Baadiyyaa haaraa Lakk.03/2017
1 384
Repost from Elias Kasa Legal Service.
𝐐𝐚𝐣𝐞𝐥𝐣𝐞𝐞𝐥𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐥𝐚𝐤𝐤. 25/2016
𝐐𝐚𝐣𝐞𝐞𝐥𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐌𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐅𝐚𝐚𝐲𝐢𝐝𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐇𝐨𝐠𝐠𝐚𝐧𝐬𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐟𝐢 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐁𝐚𝐡𝐞
1 384
Repost from Law students Union ️️️
Qajeelfama_naamusa_hojjeetoota_waajjira_KCHM_FDRE_የሕገ_መንግስት_ጉዳዮች.pdf8.32 MB
1 384
Hojjettoonni Waliigalteen Hojii Isaanii Seeraan Ala Addaan Cite Faayidaawwan Akkamii Argachuu Danda'uu??
=====✓✓✓=====✓✓✓✓=========
Bu'uura Labsii Hojjetaafi Hojjechiisaa, Labsii Lakk.1156/2011tiin hojjetaan seeraan ala hojiirraa gaggeeffame, hojiitti deebi'uuf fedhii hin qabu yoo ta'e, faayidaawwan (akkuma haala isaatti) inni argachuu danda'u:
✅Akkaataa kwt 39(1)fi 40(1)tiin kaffaltii hojiirraa gaggeessaa (Severance Pay);
✅Akkaataa kwt 43(4)tiin beenyaa hangi isaa gosa qacarrii irratti hundaa'ee shallagamu;
✅Akkaataa kwt 43(4) fi 35tiin miindaa yeroo akeekachiisaa kennamuu qabuun wal gitu (Haala addaatiin ulaagaa akeekachiisaa seerichaan diriire osoo hin guutin kan hojiirraa gaggeesse yoo ta'e);
✅Akkaataa kwt 77(4)tiin boqonnaa waggaa hojjetichi itti hin fayyadamin hafeefi maallaqaatti jijjiiramuu danda'u (yoo jiraate);
✅Miindaan Ji'aa osoo hin kaffalaminiif hafe yoo jiraates ni kaffalamaaf;
✅Sa'a hojii idileetiin ala guyyaa ayyaanaafi boqonnaa hojii hojjeteera yoo ta'e, akkaataa kwt 66fi 68tiin kaffaltii maluuf ni argatu.
👁️Hubachiisa: Wayita Kaffaltii Hojiirraa Gaggeessaa (Severance Pay) shallagnu foormulaa; "Miindaa Ji'a tokkoo+1/3ffaa Miindaa ji'a tokkoo(Baay'ina bara tajaajilaa (muuxannoo)-1)" jedhu fayyadamuu kan dandeenyu ta'uu barreeffamoonni tokko tokko ni ibsu. Ta'us, hangi waliigalaa isaa miindaa ji'a 12 caaluu hin qabu.
credit@ Desalegn B.
1 384
Repost from 𝐁𝐈𝐍𝐈𝐌𝐎𝐒 - 𝐋𝐀𝐖𝐘𝐄𝐑
➡️👉#Seerota:
1️⃣.Labsii Galmeessaa fi Hayyama Hojii Daldala Lakk.980/2016,
2️⃣.Labsii Eegumsa Shamattootaa fi Wal-dorgommii Lakk.813/2013,
3️⃣.Labsii Nyaataa fi Qorichaa Lakk.1112/2019,
4️⃣.Labsii Gumurukaa Lakk.1160/2011,
5️⃣.Dambii Bittaa-Gurgurtaa Saliixii fi Boloqqii Adii Lakk.178/2002,
6️⃣.Labsii Beeyiladaa Lakk.819/2013,
7️⃣.Labsii Kalaqa Sammuu Lakk.872/2014;seerota kanniin odeeffannoo dabalataaf dubbisuun ni danda'ama.
✍️ Maddi:- Fuula hubannoo seeraa M/Teyyib Nuuree fi seeroota.
#Galatoomaa
#Binimos
Join
https://t.me/binimoslawyer
