cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Temesgen A.Lawyer

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya2 924Til belgilanmaganQonun4 304
Reklama postlari
1 081
Obunachilar
+124 soatlar
+157 kunlar
+7230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

#Qarshii nama biraatin maqaa ofiitiin mana bitame ilaalchisee murtiilee dhaddacha ijibbaataa. =========================== 👉Namni tokko mana naa ijaari ykn naaf biti jechuun nama biraatif qarshii erga ergee booda manichi maqaa nama ergameef saniin yoo bitame ykn waliigalteen yoo seennamee fi kaartaaniis maqaa isaatiin yoo jiraate namichi qarshicha erge sun manicha naaf gadhiisi jechuun gaafachuu danda’aa? furmaanni isaa maalii? Qabeenya hin sochoone ilaalchisee falmiin yeroo ka’u gosa ragaa dhiyaachuu qabu ilaalchisee sirnaan madaaluun barbaachisaadha. Namnii maqaa isaatiin kaartaan jiraachuu fi maqaa isaatiin waliigalteen raawwatamuun isaa bu’uura SHH kwt 1195 tin tilmaama abbaa qabiyyummaa kan fudhachisuudha. Ragaaleen kanneen qarshii himatamaan ergeen bitame jechuudhaan qofa ragaa namaatiin fashaaleessuun hin danda’amu. 👉Akka qajeeltootti waliigalteen mirgaa fi dirqama kan uumu namoota waliigaltee raawwatan jidduutti qofadha. Namni tokko waliigaltee sana keessatti fayyadamaan waliigaltee nama dhuunfaa eenyu akka ta’e haala ifa ta’een hanga hin ibsineetti waliigalteen sun namoota waliigaltee seenaniin ala faayida qaama 3ffaatiif(nama qarshiicha ergeen) raawwatame jechuun hiikoo kennuun akka hin danda’amne SHH kwt 1733 irraa ni hubatama. Kanaafuu mana falmii kaasee ilaalchisee namni waliigaltee raawwate sun faayidaa nama qarshii ergeef sanaaf ta’u isaa waliigalticha keessatti haala ifa ta’een kan hin ibsinee yoo ta’e waliigalteen kun faayida nama biraa kan qarshicha ergeef taasifame jechuun ragaa namaatiin mirkaneessuun hin danda’amu. Dabalataan waliigalteen taasifame maqaa nama qarshicha ergameefin ta’e akkasumas kaartaan manichaa maqaa namicha bitateen yoo ta’e namnii qarshiicha erge maniicha naaf haa gadhiisu jechuun gaafachuu hin danda’u. 👉Namni qarshiicha erge sun qarshii ergee sana seera biraatiin gaafachuu wanti isa dhoorku hin jiru. waliigalteedhaan ykn badhaadhina seeraan alaa ykn seera biraatiin gaafachuu ni danda’a. 👉MMWFDHI Lakk.Galmee 165930(26/6/2011 murtaa’e), 162719(30/5/2011 murtaa’e), 207885(26/5/2014 murtaa’e) Credit to Eliyas K.
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Elias K. Law Room
በኢትዮጵያ ከሕግ አገልግሎት የሚሰበሰብ የተጨማሪ እሴት ታክስና የተርን ኦቨር ታክስ፤ አዙሪት ጥያቄዎችና መውሰብስቦች:: ሙሐመድ ዳውድ አልቃድር Source: https://www.abyssinialaw.com/
Hammasini ko'rsatish...
በኢትዮጵያ_ከሕግ_አገልግሎት_የሚሰበሰብ_የተጨማሪ_እሴት_ታክስና_የተርን_ኦቨር_ታክስ_አዙሪት_ጥያቄዎችና.pdf1.13 MB
leenjii lafa Baadiyyaa Abukattootataaf.pptx1.05 MB
Repost from Desalegn B.
☝️☝️☝️☝️ ለምሳሌ የቤተሰብ ሕግጋት ሲሻሻሉ ሕግ አውጪው የሞራል ካሳውን መጠን በገንዘብ መጠን ሳይወስን ዳኞች እንደጉዳዩ እንዲወስኑ ሥልጣን ሰጥቷቸዋል፡፡ የደቡብ ክልል የቤተሰብ ሕግ ግን በባልና ሚስት መካከል ያለው የመከባበር፣ የመተጋገዝና የመተማመን ግዴታ ከተጣሰ እስከ ብር 10,000 ድረስ ካሳ ዳኞች ሊወስኑ እንደሚችሉ በሕጉ መቀመጡ የተሻለ ሕግ አድርጎታል፡፡ እንዲሁም በቅጅና ተዛማጅ መብቶች አዋጅ ቁጥር 410/1996 አንቀፅ 34(4) መሰረት የሕሊና ጉደት ካሳ 100,000 ብር የማያንስ መሆኑ ይደነግጋል፡፡ በሌላ በኩል የመገናኛ ብዙሀን አዋጅ ቁጥር 1238/2013 አንቀፅ 84(2) ለስም ማጥፋት ወንጀል የሚወሰነው የሞራል ካሳ መጠን ከብር 300,000 እንደማይበልጥ ይደነግጋል፡፡               ማጠቃለያ በአጠቃላይ የህሊና ጉዳት በህጉ በዝርዝር ለተቀመጡ ጥፋቶች ብቻ የሚከፈል ሲሆን የካሳው አላማም የገንዘብ ጥቅምን ለማስገኘት ሳይሆን ለደረሰ የስሜት ጉዳት እና ስብራት ማካካሻ ለመስጠት ነው፡፡ በመሆኑም የሞራል ጉዳት ደርሶብኛ የሚል ሰው የህሊና ጉዳት ካሳ ማግኘት እንደሚችል መገንዘብ ይቻላል።              በንቃተ ህግ ትምህርትና ስልጠና ዳይሬክቶሬት የተዘጋጀ Via FB page of FDRE Ministry of Justice         Desalegn B.
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Desalegn B.
Waa'ee Yaa'ii Abbootii Seeraa (On Plenum of Judges) ===✓✓✓====✓✓✓✓======✓✓✓✓✓✓✓ Labsiin Lakk.216/2011 Kwt 45(1) jalatti Yaa’iin Abbootii Seeraa Naannoo fi kan Godinaa waggaatti yoo xiqqaate si’a tokko kan gaggeeffamu ta'uu tumeera. Labsichi, itti fufuun kwt 46 jalatti ajandaan yaa'ichaa maal irratti ta'uu akka qabu akeekeera. (Cufaa miti) Haala kanaan, ajandaa yaa'ichi irratti mari'atu: 👉Haala waliigalaa tajaajila abbaa seerummaa fi sochii hojii Manneen Murtii naannichaa yookiin godinichaa irratti marii taasisuudhaan yaadaafi kallattii fuula duraa ni akeeka.  👉Kenniinsi tajaajila abbaa seerummaa si’aayina, qulqullinaa fi dhaqqabamummaa akka qabaatu, akkasumas kenniinsa tajaajila haqaa Naannichaa yookiin godinichaa irratti ni mari’ata; yaada fooyya’iinsaas ni maddisiisa. 👉Walitti qabaan ajandaa kan biroollee mariidhaaf dhiyeessuu akka danda'us tumameera. (Labsii Gurmaa’ina, Aangoo fi Hojii Manneen Murtii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Murteessuuf Bahe, Labsii Lak. 216/2011 Kwt 45(1) fi 46 ilaali) 👉Dhimmi bilisummaa manneen murtiifi abbaa seerummaa labsicha keessatti ifatti tarreeffamuu baatus dhimma Heeraati waan ta'eef, dhimma abbootiin seeraa irratti mari'achuu qabanidhas waan ta'eef, akka ajandaa tokkootti qabamee mudannoon bilisummaadhaan wal qabatee jiruufi haalonni bilisummaa irratti dhiibbaa geessisan irratti mari'atamuu ni danda'a. Waa'ee bilisummaa gaafa kaasnu, dhimmi bilisummaa  abbootii seeraa addatti fayyaduuf akka seeraan tumametti hubachuun, akkasumas dhiibbaa karaa qaamolee mootummaa uumamu qofa irratti dhiphisuudhaan yaadrimee isaa ilaaluun waan jiruuf isa kana irratti mariin walirraa hin citne taasifamuu (hubannoo gahaan yeroo waliin deemu uumamaa deemuu) waan qabu natti fakkaata. (🧐) 👁️Akkuma waliigalaattuu, 'Substantively' yaa'iin dhimma ijoo akkamii irratti akka mari'ateefi yaada fooyya'iinsaa akkamii akka burqisiise ifoomsuun (Karaa miidiyaalee addaa addaa) amantaa Manni Murtii horachuuf dhama'u ol kaasuu keessattis gumaacha ol'aanaa waan qabuuf qabiyyee yaa'ichaa irratti xiyyeeffachuun gaarii natti fakkaata.          Galatoomaa!!            Desalegn B.
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Desalegn B.
Beenyaa Miidhaa Hamilee (Moral Damages) Jechuun Maal Jechuudha? Seerri Hariiroo Hawaasaa, Labsiin Mirgoota Waraabbiifi Hidhata Qaban, Labsiin Lakk.410/1996fi Kkf Hanga Beenyaa Hamilee Murtaa'uu Danda'u Ilaalchisee Maal Jedha? ======✓✓=====✓✓✓✓======✓✓✓✓✓✓====
የህሊና ጉዳት ካሳ (Moral Damage)    መግቢያ የፍትሐብሔር ሕግ የግለሰቦች፣ መንግስታዊ ወይም መንግስታዊ ያልሆኑ ድርጅቶች እርስ በርስ በሚያደርጉት ገንዘብ/ንብረት ነክ ግንኙነት ያላቸውን መብትና ግዴታ የሚያስተዳድር ህግ ነው፡፡ የፍትሐብሔር ህግ ገንዘብ እና ገንገብ ነክ ጉዳዮችን የሚያስተዳድር ህግ በመሆኑ ጉዳት የደረሰበት ሰው የሚጠይቀው የጉዳት ካሳ የሚገዛው በዚሁ ህግ ማእቀፍ ነው፡፡ በዚህ አጭር ፅሁፍ የህሊና ጉዳት ካሳ (Moral Damage) በፍትሐብሔር ህጋችን ያለውን ሽፋን እንመለከታለን።   የህሊና ጉዳት ካሳ (Moral Damage) ምንነት የህሊና ጉዳት ካሳ (Moral damage) በአንድ ሰው ድርጊት ምክንያት ለደረሰ የስሜትና የመንፈስ ጉዳት በፍርድ ቤቶች የሚወሰን የካሳ ዓይነት ነው፡፡ የህሊና ጉዳት በተጎጂው ላይ የደረሰውን የስሜት መጎዳት፣ የሥነ-ልቦና ጉዳት፣ ሐዘን፣ ሀፍረት፣ ውርደት፣ አእምሮአዊ ጭንቀት፣ ፍርሃት፣ መጥፎ ስም፣ የቆሰሉ ስሜቶች፣ የሞራል ድንጋጤ፣ ማህበራዊ ውርደት፣ በአካላዊ ስቃይ ምክንያት የተከሰተ የሞራል ጉዳት እና ተመሳሳይ ጉዳቶች ያካትታል። ከፍትሐብሔር ግንኙነት በተጨማሪ በወንጀል ጉዳይ ተጎጂው በተከሳሹ የወንጀል ድርጊት ምክንያት የደረሰበትን የሞራል ስቃይ ለመካስ ያገለግላል። የህሊና ጉዳት ካሳ ፅንሰ-ሀሳብ በባህሪው ተጎጂው የደረሰበት ጉዳት ለማካካስ የሚሰላ ነው፡፡ እንዲሁም ተጎጂው በገንዘብ ረገድ ለደረሰበት ጉዳት ሳይሆን በህሊናው ላይ ለደረሰበት ጉዳት የሚከፈል ክፍያ ነው፡፡ ስለሆነም የሞራል ጉዳት ወይም የህሊና ጉዳት ካሳ ቁሳዊ ላልሆኑ ጉዳቶች እንደ ማከሚያ የተሰጡ የጉዳት ክፍያዎች ናቸው፡፡   የህሊና ጉዳት ካሳ የሚያስከፍሉ ጉዳቶች በፍትሐብሔር ህግ የህሊና ጉዳት ካሳ በመሰረቱ ለደረሰው ጉዳት ካሣ ለመክፈል ተመዛዛኝ በሆነ አድራጎት ሊፈፀም በሚቻልበት ጊዜ ሁሉ ጥፋተኛው በደሉ ለሚያስከትለው የሕሊና ጉዳት ካሳን መክፈል እንደሚገባ በፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 2105(1) ስር ተደንጓል፡፡ በፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 2105(2) የህሊና ጉዳት በሕጉ በግልፅ ካልተመለከተ በቀር የገንዘብ ካሳ የማያስከፍል መሆኑ ተቀምጧል። በሌሎች ህጎች ስለ ሞራል ካሳ የተደነገጉ ድንጋጌዎች እንዳሉ ሆነው በፍትሐብሔር ሕጉ ከውል ውጪ ስለሚደርስ ሃላፊነት ሥር የገንዘብ ካሳ የሚያስገኙ የህሊና ጉዳት ዓይነቶች በፍትሐ ብሔር ሕጉ ከቁጥር 2106 እስከ ቁጥር 2115 ድረስ ያሉት ብቻ ናቸው። በፍትሐብሄር ህጉ የህሊና ጉዳት ካሳ የሚያስከፍሉ ጥፋቶች የሚከተሉት ናቸው፡፡ • ታስቦ የተደረገ ጥፋት (በፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 2106)፡- በከሳሹ ላይ ታስቦ የህሊና ጉዳት በሚደርስበት ጊዜ ዳኞች በዚሁ በደል ካሳ ስም ተከሳሹ ለከሳሹ በርትዕ ካሳ እንዲከፍል ወይም ከሳሹ ላመለከተው በጎ አድራጎት ድርጅት እንዲከፈል ለመፍረድ ይችላሉ። • በተበዳዩ ሰውነት ላይ ስለሚደርስ ጉዳት (በፍ/ሕ/ቁ 2107)፡- ተከሳሹ በከሳሹ ላይ አስቀያሚ ወይም የሚያስጠላ መጥፎ መንካት በሚያደርግበት ወቅት ለተበዳይ ካሳ ይከፈለዋል። • ያለአግባብ ሰውን በመያዝና በማገድ የሚደርስ ጥፋት (በፍ/ሕ/ቁ 2108)፡- ተከሳሹ ህግን ተቃራኒ በሆነ አኳኋን የከሳሹን ነፃነት አግዶ በተገኘ ጊዜ የሚከፈል የህሊና ጉዳት ካሳ ነው፡፡ • በስም ማጥፋ ስለሚደርስ ጉዳት (በፍ/ሕ/ቁ 2109)፡- ከሳሹ ተሰድቦ ወይም ስሙ ጠፍቶ  ሲገኝ         • ከሳሹ በወንጀል ህግ የሚያስቀጣ ወንጀል ሰርቷል በማለት ስሙን    በማጠፋት የበደለው እንደሆነ፣         • የስም ማጥፋት ሥራዎች ከሳሹን በሞያ ሥራ ችሎታ የሌለው ወይም እውነተኛነት የሌለው መሆኑን ለማሳመን የተደረገ እንሆነ፣         • ነጋዴ ሆኖ ዕዳውን ለመክፈል አይችልም በማለት አስመስሎ ለማሳመን የሆነ እንደሆነ፣         • ተላላፊ በሽታ አድሮበታል በማለት ለማሳመን የሚጥር እንደሆነ፣         • አስነዋሪ የሆነ ጠባይ አለው በማለት አስመስሎ ለማሳመን የሚጥር እንደሆነ የህሊና ጉዳት ካሳ እንዲከፈለው ይሆናል። • የባልና ሚስትን መብት በመድፈር የሚደርስ ጥፋት (በፍ/ሕ/ቁ 2110)፡- ተከሳሹ የባልነት ወይም የሚስትነትን መብቶች ነክቶ የተገኘ እንደሆነ የሚከፈል ክፍያ ነው፡፡ • ልጅን ነጥቆ በመውሰድ የሚደርስ ጥፋት (በፍ/ሕ/ቁ 2111)፡- የልጁ ጠባቂነት የከሳሹ ሆኖ ተከሳሹ ልጁን ነጥቆ በመውሰዱ ጥፋተኛ ሆኖ በወንጀል በሚቀጣበት ወቅት የሚከፈል ክፍያ ነው። • ንብረቶችን በመድፈር የሚደርስ ጥፋት (በፍ/ሕ/ቁ 2112)፡- ከሳሹ እንዳይደርስበት በግልፅ ያስታወቀውን በመቃወም ተከሳሹ በደንብ በእጁ ወይም በይዞታው የሚገኘውን ንብረት የወሰደበት እንደሆነ ወይም በርስቱና በቤቱ የገባበት እንደሆነ በከሳሹ ላይ ስለ ደረሰው ጉዳት ለዚህ በደል ካሳ ሊወሰን ይችላል። • በአካል ጉዳት ወይም በሞት የሚደርስ ጉዳት(በፍ/ሕ/ቁ 2113)፡- አካሉ በመጉደሉ ለተበደለው ሰው ወይም ሰውየው የሞተ እንደሆነ ለዘመዱ የጉዳት ካሳ በአስተያየት ተገቢ ኪሳራ ዳኞች ሊቆርጡ ይችላሉ፡፡ • የንፁህ ህሊናን ክብር በመድፈር የሚደርስ ጉዳት (በፍ/ሕ/ቁ 2114)፡- ማንኛውም ሰው በመድፈር ሥራ ወይም ለክብረ ንፅህና ተቃራኒ በሆነ ተግባር በወንጀል የተቀጣ እንደሆነ ዳኞቹ ለተደፈረችው ሴት በህሊና በደል ካሳ ስም ተከሳሹ የሚሰጠውን በርትዕ የሚገባ ካሳ ሊቆርጡ ይችላሉ። እንዲሁም ለሴቲቱ ባል ወይም ቤተ ዘመዶች ካሳ ሊቆረጥ ይችላል። • በሚስት ላይ ስለሚደርስ ጉዳት (በፍ/ሕ/ቁ 2115)፡- ማንኛውም ሰው በሌላ ሰው ሚስት ላይ የአካል ጉዳት በማድረሱ በትዳር በኩል ለባሏ የምትሰጠው ጥቅም ወይም ደስታ እንዲቀንስ ያደረገ እንደሆነ ስለበደል ካሳ ዳኞች በበዳዩ ላይ ለባለቤቷ በርትዕ ተገቢ የሆነ ኪሳራ ሊቆርጡለት ይችላሉ፡፡ በዚህ ምክንያት በሚስት ላይ ለደረሰው ጉዳት ባል የሚያቀርበው ክስ ሚስቱ ለደረሰባት ጉዳት ስለካሳ ጥቅም ከምታቀርበው ክስ ተጨማሪና የተለየ ነው፡፡    የህሊና ጉዳት ካሳ ክፍያ መጠን በፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 2116 ስር እንደተደነገገው የካሳ ልክ ምን ያህል መሆኑን በርትዕ በአስተያየት ለመወሰንና የቤተ ዘመዱ እንደራሴ ሆኖ ለመነጋገር የሚችል ማን እንደሆነ ለማወቅ ዳኞች የአገር ልማድን መሰረት በማድረግ የሚወስኑ ሲሆን የጉዳት ካሳውም በማናቸውም ምክንያት ከ1000 የኢትዮጵያ ብር የበለጠ ሊሆን አይችልም፡፡ ይህ የገንዘብ መጠን ሕጉ በወጣበት ዘመን ከፍተኛ ነው ሊባል ቢችልም በአሁኑ ጊዜ ግን በጣም አነስተኛ ነው፡፡ በመሆኑም በዛ በኋላ በወጡ ልዩ ህጎች የህሊና ጉዳት ካሳ መጠን ላይ መሻሻሎች ታይተዋል፡፡ 👇👇👇👇👇
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Repost from Desalegn B.
Beeksisa Qacarrii Hojii Ogeessota Seeraa Muuxannoo Hojii Waggaa Sadii Qabaniif Baankii Awaashiin Kaleessa Bahe. Carraa Keessan Yaalaa!! Desalegn B.
Hammasini ko'rsatish...
#Waliigaltee_Mana_Siree_fi_Seera ================ ® Namoonni sababa garaaraatiin imala, wal-gayii, leenjii kkf yeroo deemaan hoteelatti siree qabatanii buluun kan baratameedha. Akka seeraatti, hariiroo kana keessa mirgaa fi dirqamoota akkamiitu jira laata? Hoteela bultanii meeshaan keessan yoo isin jalaa bade eenyutu itti gaafatama? Hangamiif? Warri abbaa hoteelaa itti gaafatamummaa jalaa kan bahu danda’an yoomiidha? Qabxii jedhu seera rogummaa qabu waliin haa ilaallu. ------------------- ® Maamilli siree qabachuuf gara hoteelaa/mana ciisichaa dhaqe tokko guyyaa sa’a 6:00 hanga bariituu isaa guyyaa irraa sa’a 6:00tti mana ciisichaa sana turuuf mirga qaba. Sa’aatii kana darbaa yoo ture guyyaa itti aanufis siree akka qabatetti lakkaa’ama [SHH kwt 2654, 2655]. ------------------------ ® Yeroo turtii maamilaa kana keessatti abbaan hoteelaa nageenyaas ta’ee qabeenya maamilaaf eegumsa gochuuf dirqama qaba. Keessattuu, abbaan hoteelaa nyaataa fi dhugaatii maamila isaaf kan dhiyeessu yoo ta’e, nyaannii fi dhugaatii inni dhiyeessu qulqullinna kan qabuu fi fayyaa maamilaa irraan miidhaa kan hin geenya ta’uu qaba. Akkasumas meeshaaleen maamilli qabatee gara hoteelaa deemes akka maamila jalaa hin banne eeguuf dirqama ni qabaata. Sababa nyaataa fi dhugaatii hoteelli dhiyeesseef miidhaa maamila irra gahuuf akkasumas meeshaan maamilli qabatee gara hoteelichaa deeme kan jalaa bade yoo ta’e abbaan hoteelaa itti gaafatamummaa ni qabaata [Seera Hariiroo Hawaasaa kew.2657, 2658 fi 2663]. --------------------- ® Haa ta’u malee meeshaan maamilli qabatee gara hoteelaa dhaqe yoo jalaa bade abbaan hoteelaa hangamiif itti gaafatamuu danda’a? yoo maal godhe itti gaafatamummaa jalaa bahuu danda’a? kan jedhu ilaaluun murteessaadha. Akka qajeeltootti, itti gaafatamummaan abbaa hoteelaa murtaa’aa (limited) dha. Kana jechuun meeshaan maamila jalaa bade hanga fedhes yoo ta’e hangi itti gaafatamummaa abbaa hoteelaa Qr. 500 (dhibba shan) qofaadha [Seera Hariiroo Hawaasaa kew. 2664]. ------------------- ® Haala addaatiin (as an exception) abbaan hoteelaa tilmaama meeshaa maamila jalaa bade guutuu isaa kaffaluuf dirqama kan qabaatu: i) miidhaan kan gahe badii abbaa hoteelichaa ykn maatii isaa ykn hojjataa isaatiin yoo ta’e [kew. 2665(1)]; ii) maamilli meeshicha adaraadhaan abbaa hoteelaatti kenneera yoo ta’e [kew.2665(2); iii) abbaan hoteelaa meeshicha adaraadhaan akka kaa’u gaafatamee sababa gahaa malee dideera yoo ta’e hangi itti gaafatamummaa abbaa hoteelichaa kan hin murtoofne (unlimited) ta’a [kew. 2666(1)]. ---------------- ® Gama biraatiin, abbaan hoteelaa guutumaan guutuutti itti gaafatamummaa jalaa bahuu kan danda’u: i) meeshaan kan baduu danda’e sababa balleessaa maamilaatiin yoo ta’e; ii) meeshichi kan bade sababa humnaa ol ta’een (force majeure) yoo ta’e; iii) Maamilli meeshaan jalaa baduu isaa akkuma beekeen battalatti yoo beeksisuu baate; iv) Itti gaafatamummaa hambisuu ykn xiqqeessuuf waliigalteen yoo jiraate abbaan hoteelaa guutumatti itti gaafatamummaa jalaa bahuu ni danda’a [SHH Kew. 2667, 2668, 2669]. -------------------- ® Kanaafuu, meeshaa gurguddaa kan akka laaptooppii, warqii faa isin jalaa hachisiisanii Qr. 500 fudhaa akka hin jedhamne of eeggannoo godhaa jechumaafidha. @Abenezer Tarekegn
Hammasini ko'rsatish...
Binimos lawyer

Lawyer

Naamusa ogummaa..pptx1.01 MB
Repost from Elias K. Law Room
Leenjii seeroota albuuda irratti kenname kanneen barbaaddan kunooti https://t.me/linkibsa
Hammasini ko'rsatish...
leenjii Seeroota Albuudaa irratti qophaa'e.pptx2.40 KB
Repost from Elias K. Law Room
👉Dambii fi Qajeelfama Misooma,Bulchiinsaa Dabarsa Manneen Oromiyaa iddoo tokkootti.kunoo👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👉Dambii Misooma,Bulchiinsaa fi Dabarsa Manneenii Naannoo Oromiyaa Lakk. 246/2016. 👉Qajeelfama Misooma, Bulchiinsaa fi Dabarasa Manneen Naannoo Oromiyaa Lakk. 28/2016.(Dambii Lakk. 246/2016 raawwachisuuf bahe) 👉https://t.me/eluLaw
Hammasini ko'rsatish...
Dambii fi Qajeelfama Ragga'e Magaalotaaf.pdf43.76 MB
👍 2
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.