ar
Feedback
Diinaa'ol Kumaa

Diinaa'ol Kumaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

Rakkina kee rakkisaa keetti hin himiin.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
1 384
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+37 أيام
-1730 أيام
أرشيف المشاركات
Repost from Firew Law Office
📎Wixinee Labsii Gurmaa’ina, Aangoo fi Hojii Manneen Murtii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Murteessuuf Bahe, lakk 216/2011 fooyyeessuuf bahe bara 2017

Repost from Jemal Kumbi
EXECUTION.pptx639.14 MB

leenjii lafa Baadiyyaa Abukattootataaf.pptx'

Repost from Oromia LegalPlus
Labsii Bulchiinsaafi Ittifayyadama Qabeenya Bishaanii Naannoo Oromiyaa

+3
Criminal procedure law.pdf1.64 MB

Share proclamation-no-799-2013-vehicle-insurance-against-third-party-risks-proclamation.pdf

+2
Dambii-Labsii-Buusaa-Gonofaa-Lak.-235-2015.pdf7.93 KB

Repost from Temesgen A.Lawyer
Gucaalee Falmii Hariiro Hawaasaa (4) (2).docx1.55 KB

Repost from HAQA-BAAS
Seeroota Daandii wal qabatan bakka tokkotti

LEENJII HAALAA FI SIRNA ITTI FAYYADAMA MURTIIWWAN HIIKA SEERAA DIRQISIISAA DHADDACHA IJIBBAATAA(By Elias k.(Bara 2017)

Dhimmoota Hariiroo hawaasaa.pptx2.06 KB

+1
Qajeelfama galmeessaa fi kenna waraqaa ragaa Lafa Baadiyyaa haaraa Lakk.03/2017

1320_2016_Labsii Kiraa Manaa.pdf1.32 MB

𝐐𝐚𝐣𝐞𝐥𝐣𝐞𝐞𝐥𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐥𝐚𝐤𝐤. 25/2016 𝐐𝐚𝐣𝐞𝐞𝐥𝐟𝐚𝐦𝐚 𝐌𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐅𝐚𝐚𝐲𝐢𝐝𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐇𝐨𝐠𝐠𝐚𝐧𝐬𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐟𝐢 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐁𝐚𝐡𝐞

+4
Qajeelfama_naamusa_hojjeetoota_waajjira_KCHM_FDRE_የሕገ_መንግስት_ጉዳዮች.pdf8.32 MB

Dambii Tiraafiikii Haaraa Bahe.pdf64.52 MB

Repost from Jemal Kumbi
Hiika Labsii hojjataafi hojjachiisa 1156.pdf5.25 KB

Hojjettoonni Waliigalteen Hojii Isaanii Seeraan Ala Addaan Cite Faayidaawwan Akkamii Argachuu Danda'uu?? =====✓✓✓=====✓✓✓✓========= Bu'uura Labsii Hojjetaafi Hojjechiisaa, Labsii Lakk.1156/2011tiin hojjetaan seeraan ala hojiirraa gaggeeffame, hojiitti deebi'uuf fedhii hin qabu yoo ta'e, faayidaawwan (akkuma haala isaatti) inni argachuu danda'u: ✅Akkaataa kwt 39(1)fi 40(1)tiin kaffaltii hojiirraa gaggeessaa (Severance Pay); ✅Akkaataa kwt 43(4)tiin beenyaa hangi isaa gosa qacarrii irratti hundaa'ee shallagamu; ✅Akkaataa kwt 43(4) fi 35tiin miindaa yeroo akeekachiisaa kennamuu qabuun wal gitu (Haala addaatiin ulaagaa akeekachiisaa seerichaan diriire osoo hin guutin kan hojiirraa gaggeesse yoo ta'e); ✅Akkaataa kwt 77(4)tiin boqonnaa waggaa hojjetichi itti hin fayyadamin hafeefi maallaqaatti jijjiiramuu danda'u (yoo jiraate); ✅Miindaan Ji'aa osoo hin kaffalaminiif hafe yoo jiraates ni kaffalamaaf; ✅Sa'a hojii idileetiin ala guyyaa ayyaanaafi boqonnaa hojii hojjeteera yoo ta'e, akkaataa kwt 66fi 68tiin kaffaltii maluuf ni argatu. 👁️Hubachiisa: Wayita Kaffaltii Hojiirraa Gaggeessaa (Severance Pay) shallagnu foormulaa; "Miindaa Ji'a tokkoo+1/3ffaa Miindaa ji'a tokkoo(Baay'ina bara tajaajilaa (muuxannoo)-1)" jedhu fayyadamuu kan dandeenyu ta'uu barreeffamoonni tokko tokko ni ibsu. Ta'us, hangi waliigalaa isaa miindaa ji'a 12 caaluu hin qabu. credit@ Desalegn B.

+6
leenjii qabeenya deebisiisuu

➡️👉#Seerota: 1️⃣.Labsii Galmeessaa fi Hayyama Hojii Daldala Lakk.980/2016, 2️⃣.Labsii Eegumsa Shamattootaa fi Wal-dorgommii Lakk.813/2013, 3️⃣.Labsii Nyaataa fi Qorichaa Lakk.1112/2019, 4️⃣.Labsii Gumurukaa Lakk.1160/2011, 5️⃣.Dambii Bittaa-Gurgurtaa Saliixii fi Boloqqii Adii Lakk.178/2002, 6️⃣.Labsii Beeyiladaa Lakk.819/2013, 7️⃣.Labsii Kalaqa Sammuu Lakk.872/2014;seerota kanniin odeeffannoo dabalataaf dubbisuun ni danda'ama. ✍️ Maddi:- Fuula hubannoo seeraa M/Teyyib Nuuree fi seeroota. #Galatoomaa #Binimos Join https://t.me/binimoslawyer