uk
Feedback
https://t.me/Ijooseera

 https://t.me/Ijooseera

Відкрити в Telegram
459
Підписники
-124 години
-27 днів
Немає даних30 днів
Архів дописів
ያለ ፍርድ ቤት ትዕዛዝ በፖሊስ  ቁጥጥር ሥር ሊውሉ  የሚችሉበት የህግ አግባብ ! ⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️⚖️ 🔑 ፖሊስ ያለ ፍርድ ቤት ትዕዛዝ (Warrant) አንድን ግለሰብ በቁጥጥር ሥር ሊያውል የሚችልባቸው ልዩ ሁኔታዎች አሉ። ​እነዚህም "እጅ ከፍንጅ" ወይም "አጣዳፊ ሁኔታዎች" ተብለው የሚታወቁ ሲሆን ዋና ዋናዎቹ የሚከተሉት ናቸው ፦ ​1. ወንጀል ሲፈጸም እጅ ከፍንጅ ከተገኘ ✍️ ​አንድ ሰው ወንጀል ሲፈጽም ወይም ወንጀል ፈጽሞ ለማምለጥ ሲሞክር ከተገኘ ፖሊስ ያለ ትዕዛዝ ሊይዘው ይችላል። ይህ የሚሆነው፦ ​ድርጊቱ እየተፈጸመ ሲታይ። ​ወንጀሉ ከተፈጸመ በኋላ ወዲያውኑ በሕዝብ ጩኸት ወይም በፖሊስ ክትትል ሲደረግበት። ​ተጠርጣሪው በወንጀል መፈጸሙን የሚያሳዩ መረጃዎች (ለምሳሌ የደም ነጠብጣብ፣ የጦር መሣሪያ ወይም የተሰረቀ ንብረት) ይዞ ሲገኝ። ​2. ከባድ ወንጀል ተፈጽሟል ተብሎ ሲጠረጠር ✍️ ​ተፈጸመ የተባለው ወንጀል በሕጉ "ሊያስረው የሚችል ወንጀል" (Registrable/Cognizable offense) ተብሎ የተመደበ ሲሆንና የሚከተሉት ሁኔታዎች ሲሟሉ፦ ​ተጠርጣሪው ከአገር ሊወጣ ወይም ሊሰወር ይችላል ተብሎ በበቂ ሁኔታ ሲገመት። ​ተጠርጣሪው የራሱ ቋሚ መኖሪያ የሌለውና ማንነቱ የማይታወቅ ሲሆን። ​ተጠርጣሪው ምስክሮችን ሊያባብል ወይም ማስረጃ ሊያጠፋ ይችላል ተብሎ ሲሰጋ። ​3. ከእስር ቤት ያመለጠ ሰው ✍️ ​ከዚህ ቀደም ተፈርዶበት ወይም በቁጥጥር ሥር ሆኖ እያለ ከእስር ቤት ወይም ከፖሊስ ቁጥጥር ያመለጠን ሰው ለማሰር ተጨማሪ የፍርድ ቤት ትዕዛዝ አያስፈልግም ። ​4. የጦር መሣሪያ ወይም የተከለከሉ ቁሶች ✍️ ​አንድ ሰው በሕገ-ወጥ መንገድ የጦር መሣሪያ፣ ፈንጂ ወይም ዕፅ ይዞ ሲገኝ ፖሊስ ወዲያውኑ በቁጥጥር ሥር የማዋል ሥልጣን አለው ። 🔑 ​በቁጥጥር ሥር ከዋሉ በኋላ ያለ መብት ​ፖሊስ ያለ ፍርድ ቤት ትዕዛዝ ሰውን በቁጥጥር ሥር ካዋለ በኋላም ቢሆን የሚከተሉትን ግዴታዎች ማክበር አለበት፦ 🔑 ​የ48 ሰዓት ገደብ፦ ተጠርጣሪው በቁጥጥር ሥር በዋለ በ 48 ሰዓታት ውስጥ ፍርድ ቤት መቅረብ አለበት (የመንገድ ርቀትን ሳይጨምር) ። 🔑 ​መንስኤውን የማወቅ መብት፦ የተያዘበት ምክንያት ወዲያውኑ ሊነገረው ይገባል። 🔑 ​የዝምታ መብት፦ "የምሰጠው ቃል ፍርድ ቤት በማስረጃነት ሊቀርብብኝ ይችላል" የሚለውን ማስጠንቀቂያ የማግኘትና የመዝጋት መብት አለው ። https://t.me/http_Ijooseeraa

Darbiinsa Yeroo Raawwii Murtii; Murtiin Tokko Guyyaa Murtaa’ee Kaasee Yeroo Hangamii Keessatti Raawwiif Dhiyaachuu Qaba? ============================================================ Seera Deemsa Falmii Hariiroo Hawaasaa (SDFHH) kwt 384 fi Murtii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa glm Lkk 35018 ta’erratti gaafa 18/02/2001 kennamuun Jld 8ffaa keessatti maxxanfame ============================== Namni beela bahuuf haalli addaa fi amalli addaa yoo jiraate malee miidhaan nyaachuu akka isa barbaachisu Saayinsiin fayyaa kan ibsu yoo ta’u irraa caalaa fi baratamaanis bilcheeffatanii nyaachutu gorfama. Otuu hinbilcheessin fayyaa namaafis ta’ee pyscho namaafis hintolu.  Haaluma kanaan midhaan bilcheeffachuu qofa otuu hintaane kan bilchaate yeroodhaan myaatamuu baannaan ammas summi’aayuu ykn faayidaan ta’uun isaa beekamaadha.  Namni haqni ykn mirgi ykn dantaan isaa jalaa tuqame iyyannoo ykn hamannaa isaa qaama abbaa seerummaa , yeroo hedduu Mana Murtiitti , qabutti dhiyeeffatee kabachiifachuu kan qabu yoo ta’u kanas daangaa yeroo seeraan ibsame ykn hiikkoo seeraan kennameen ibsame keessatti fayyadamuu yoo hafe mirgi isaa kan daangeffamu akka ta’e beekamaadha. Akkasumas murteessifachuu qofa otuu hintaane waan murtaa’eef yeroodhaan hordofatee raawwachiifachuunis barbaachisaa akka ta’e duraanii hubachuun miidhaa irraa nama oolchaa. Jecha biraatiin akkuma nyaanni bilchaate yeroodhaan nyaatamuu yoo baate faayidaan ala ta’uu danda’u murtiin tokkos yeroodhaan raawwiif yoo dhiyaachuu baate daangaa yeroon daangeffama. Kunis SDFHH kwt 384 jalatti galmeen raawwii murtii altokko baname sababa adda addaan giddutti yoo cufames hanga waggaa 10 giddutti deebi’ee socho’uu akka danda’u tumamee kan jiru yoo ta’u abbaan mirgi murtaa’eef yeroo waggaa 10 keessatti akka fedhe galmee raawwii sochoofachuun raawwachiifachuu akka danda’u kan agarsiisudha. Haata’u malee guyyaa murtiin kenname ykn nyaatichi bilchaate irraa kaasee waggaa 10 keessatti murtiin raawwiif yoo dhiyaachuu baate darbiinsa yeroo waggaa 10n kan daangeffamu akka ta’u Dhaddachi Ijbta MMWF SDFHH kwt 384 caqasuun galmee Lkk 35018 ta’erratti hiikkoo dirqisiisaa gaafa 18/02/2001 kennuun Jld 8ffaa keessatti maxxanfamee argama. Kanaaf, namoonni mana murtiitti waa isiniif murtaa’e ykn fira ykn hiriyaa murtaa’eef qabdan yeroo barbaanne raawwachiifanna jettanii  nyaata bilchaate ol hinkaahinaa dafaa raawwachiifadhaa, akka yeroodhaan raawwachiifatan hubachiisaa. https://t.me/http_Ijooseeraa

Tumaan seera Seera Hariiroo Hawaasaa(SHH) kwt 1065 jalatti dhaaltonni qabeenya dhaalatti deebisuu qabu jedhu lafarratti raawwatiinsa ni qabaataa?  Gaaffi kana irratti ejjennoowwan lamatu jira. Isaanis:- 1ffaan, bu’uura Heera Mootummaa Federaalaa(HMF) kwt 40(3) tin sirnaa lafaa ammaa jiruun laftii kan uummataa fi mootummaa waan ta’eef lafaa gurguruu  kan hin danda’aamneedha. Qajeeltoo qabeenya dhaala dhaaltuun yaa deebisuu kan jedhamu immoo tilmaama lafaa kennaadhaan kennameef sana waan ta’eef yeroo ammo kana keewwanni SHH1065 qabiyyee lafaa irratti raawwatiinsa hin qabuu jedhu. Sababni isaas, tilmaama qabiyyee lafaa kana beekuun hin danda’amu lafti hin bitamuus hin gurguramuus waan ta’eef jedhu. 2ffaan immoo, tumaan kwt SHH kwt 1065 ammas raawwatiinsa ni qabaata jedhu. Sababni isaan kaasanis, SHH yeroo bahuutti lafti kan gurguramu fi bitamu ture waan ta'eefi jedhu. Yaa ta'u malee dhimmaa kanaan walqaatee DHIMMWF  jildii  24, lakk galmee 169030 ta’e irratti murtii dirqisiisaa kennee jira.  Akka murtii dhaddacha kanaatti, bu’uura SHH kwt 1065 tin qabiyyee lafaa sana gosaan/akaakuudhan gara qabeenya dhaalatti deebisuu osoo hin taane, hangaa dhaaltuun dursee fudhate sana safaruudhaan/ lakkaa’udhaan  hanga qabeenya dhaalaa keessa hir’isuun kan qooddamuudha jechuun Heera mootummaa fedreraalaa kwt 40, SHH kwt 1065, labsii lafa baadiyyaa lakk.30/1999 kwt 9(2) fi dambii 151 kwt(10)(10) tin hiikeera.    @Ardaaseeraa
https://t.me/http_Ijooseeraa

Abbaa Alangaa galmeen murtiif kan bule yoo ta'ees, murtii haqaa kennuuf barbachiisaadha jedhee yoo amane himannaa isaa fooyyeessuu ni danda’a. Dh/Ij/M/M/W/F/Jildii 20ffaa lakk.Gal.116405 ta'e irratti hiikkoo dirqisiisaa kennee jira Yoo mannii murtii gaaffii A/Alangaa kana fudhachuu dide A/Alangaa murtiin duratti Mana Murtii Aangoo qabutti ol'iyyata gaafachuu danda'a.Dh/Ij/M/M/W/F  Jildi 24ffa Lakk.Gal. 171521 fi Jildii 17ffaa Lakk.Galm 93234 ta'e irratti ol'iyyachuu akka danda’uu hikkoo dirqisiisaa kennee jira. https://t.me/http_Ijooseeraa

✅የፌዴራል ጠቅላይ ፍ/ቤት #በዜሮ አመት እና በስራ ልምድ ለህግ ተማሪዎች ✅አጠቃላይ ለ 97 ተማሪዎች እና መሠረተኞች 🅿️Position1:የሕግ ጉዳዮች ፀሀፊ ! XI 14,983 ዲፕሎማ 😎ብዛት 4
+1
✅የፌዴራል ጠቅላይ ፍ/ቤት #በዜሮ አመት እና በስራ ልምድ ለህግ ተማሪዎች ✅አጠቃላይ ለ 97 ተማሪዎች እና መሠረተኞች 🅿️Position1:የሕግ ጉዳዮች ፀሀፊ ! XI          14,983           ዲፕሎማ 😎ብዛት 47 ሰው           በዜሮ አመት 🅿️Position2:የሕግ ጉዳዮች ፀሀፊ XII          23 16,348            ዲፕሎማ  2 😎ብዛት  23 የመጀመሪያ ዲግሪ 0 አመት የስራ ልምድ 🅿️Position3 :የሕግ ጉዳዮች ፀሀፊ XIII       ዲፕሎማ  4     የመጀመሪያ ድግሪ 🥰ብዛት   27 4. የስራ ቦታ፡- ፌዴራል ጠቅላይ ፍ/ቤት የህግ ጉዳይ ፀሐፌ የስራ መደብ የስራ ቦታ፡- ፌዴራል ጠቅላይ ፍ/ቤት፣ በፌደራል ከፍተኛ ፍ/ቤት ባሉ ምድብ ችሎት እና በፌደራል መ ፍቤት ባሉ ምድብ ችሎት (ድሬዳዋን ጨምሮ) 5 የምዝገባ ሁኔታ፡ ኦርጅናል የትምህርት ማስረጃና የስራ ልምድ ከማይመለስ ፎቶ ኮፒ ጋር በመያዝ በአካል በመቅረብ መመዝገብ ወይም በኢሜል (fschrmd@fsc.gov.et | ማሰረጃዎች ስካን ኮፒ ከማመልከቻቸው ጋር በማያያዝ ማመልከት ይችላሉ፡፡ 2 የምዝገባ ቀን፡- ይህ ማስታወቂያ ከወጣበት ቀን ጀምሮ ባሉት አስር (10) ተከታታይ የስራ ቀናት የምዝገባ ቦታ፡- አዲስ አበባ 6 ኪሎ ፈዴራል ጠቅላይ ፍ/ቤት የሰው ኃብት አስተዳደር ዳይሬክቶሬት ቢሮ 8 ወይም በኢሜል fschrmd@fsc.gov.et አዲስ ዘመን እሁድ ነሐሴ 17 ቀን 18 ዓ.ም ስልክ  0111 73 31 30 Join us Your Trusted Legal info Centre @Law_School_Media @Law_School_Media @Law_School_Media

New Ethiopian Criminal procedure and evidence ..Final version..2018 Seera Deemaa Falmii Yakkaa fi Ragaa Haaraa

Repost from አለ ሕግ
በኢትዮጵያ ዲጂታል መታወቂያ (ፋይዳ) ላይ በስሕተት የተመዘገበ መረጃ ካለ ተቋሙ አጣርቶ በራሱ የማስተካከል ሥልጣን አለው:: ስለሆነም ፍርድ ቤቶች “በፋይዳ መታወቂያ ላይ የተፈጠረ ስሕተት ይታረምልኝ
+3
በኢትዮጵያ ዲጂታል መታወቂያ (ፋይዳ) ላይ በስሕተት የተመዘገበ መረጃ ካለ ተቋሙ አጣርቶ በራሱ የማስተካከል ሥልጣን አለው:: ስለሆነም ፍርድ ቤቶች “በፋይዳ መታወቂያ ላይ የተፈጠረ ስሕተት ይታረምልኝ” የሚሉ አቤቱታዎችን በቀጥታ ተቀብለው የማየት ሥልጣን የላቸውም:: ፍ/ቤቶች የዚህ ዓይነት አቤቱታዎችን መቀበል የሚችሉት ተቋሙን አስተዳደራዊ መፍትሔ ጠይቀው ካልተሰጣቸው ወይም የተሰጣቸው መፍትሔ ላይ ቅሬታ ካላቸው ብቻ ነው:: " -የኢትዮጵያ ብሔራዊ መታወቂያ ፕሮግራም (ነሐሴ 1 ቀን 2018 ዓ.ም) ለፍ/ቤቶች የጻፈው ደብዳቤ #hailu hasena

+4
Civil code English

+1
Share Federal_Advocacy_Service_Licensing_and_Administration_Proclamation.pdf

Bara 2018 keessa Murtii Mana Maree Feedereeshiniitiin kennaman!! Credit to Kedir Mohamed

Repost from Jemal Kumbi
Yakkoota Meeshaalee Waraanaan Walqabatan Ilaalchisee Garaagarummaan SY kwt 481(1) fi Labsii Bulchiinsaa fi Toohannoo Meeshaalee Waraanaa Lkk 1177/2012 kwt 4(1) fi 22(3) Maalidha? ==================================== Gochichi kan raawwatame kaayyoo meeshaa waraanaa daldaluutiif yoo ta’e SY kwt 481(1) raawwatiinsa akka qabuu fi daldala meeshaa waraanaan ala kan ta’e kaayyoo biroo kamiiyyuuf kan raawwatame yoo ta’e immoo Labsii Lkk 1177/2012 kwt 4(1) fi 22(3)tu raawwata. Dh, Ijbt MMWF glm Lkk 247351 ta’erratti murtii gaafa 05/02/2017 murteesseen hiikkoo kenneedha. https://t.me/speaklawinabsentia

Repost from Kidane Law Office.
Aangoo Seera Bulchiinsaa fi Itti fayyadama Lafa Baadiyyaa baasuun walqabatee Labsiin Lafa Baadiyyaa Naannoo fi Federaalaa bakka walitti bu'utti isa kamtuu raawwatiinsa qaba? gaaffiin jedhu falmisiisaa waan ta'eef barreeffama gabaabdu tana ilaaluun yaadaan gabbisaa. Horaa Bulaa

Qajeelfama Sirna Kaffalitii Elektiroonksii 34.2018.pdf6.68 MB

Leenjii seera hojjetaa fi Hojjechiisaa ppt- credit to Milki M.

⚖Kitaabni kun mata dureen isaa "Kitaaba Adeemsa Waliigalaa Dhimma Yakkaa Kan Himannaan Dura Jiru,Adeemsa Dhagaha Dhimma Yakkaa Sirna Idilee,fi Ol'iyyannoo Yakkaa" kan jedhu yoo ta'u,Kitaabichi kutaa 4tti qoodamee kan qophaa'eedha. ⚖️Kitaabichi qaamolee haqaatiif,dhimma dhaddacha irratti mudatuuf furmaata kennuu fi ummata keenya bal'aaf faayidaa ol'aanaa qaba jedheen yaada.Dubbisaa irraa fayyadamaa. ✍️Qopheessaan:Muhaammadxayyib Nuuree.

Ilkaan cabsuu #Murtee dhaddacha ijibbaataa jildii 24ffaa👇👇👇🤔💁 ============================== ⚖️ Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Lakkoofsa Galmee 210020 ta'e dhaddacha gaafa guyyaa 08/03/2014 ooleen ✏️''Namni tokko fuula isaa irra booksiidhaan dhawamee ilkeen isaa muraasni isii sossootee garuu ilkeeleen socho'an kunneen hangi tokko jidduma galeessaan sosso'uu fi san keessaa takka akka malee sossoote deebitee fayyuufii akkasumaas  sibiila ilkeetiin illee hidhamtee fayyuu akka hin dandeenyee fi dirqama buqqa'uu akka qabdu xalayaa yoo yaala yoo mirkaneesse himatamaan yakka miidhaa qaamaa cimaatiin seera yakkaa kew.555(B) jalatti itti gaafatamuu qaba jechuun murtee dirqisiisaa kennee jira. Murtii kana murtii kanaan dura #Dhaddachi_Ijibbaataa_Mana_Murtii_Waliigalaa_Federaalaa_Jildii 24ffaa Lakk.Galmee 168166 ta'een "namni tokko yakka miidhaa qaamaa cimaa geessiseera jedhamee himatame gochicha raawwachuuf meeshaan fayyadame kan hin jirre ta'uu ragaan kan mirkanaa'e yoo ta'e,itti yaadee miidhaa kan qaqqabsiise yoo ta'es miidhaan kan geessise boksiidhaan,fi teestaan ta'uu fi miidhaa cimaa itti yaadee raawwachuu kan hin mirkanoofne yoo ta'e,seera yakkaa kew. 555 jalatti tumameen ala seera yakkaa keewwata 556(1) jalatti balleessaadha jedhamee adabamuu qaba,namni tokko itti yaadee miidhaa qaamaa cimaa qaqqabsiisuu Abbaan Alangaa ragaa isaatiin hubachiisuuf(mirkaneessuuf) dirqama qaba"jechuun seera yakkaa kew. 23(2),111,112,555 fi 556(1) wal qabsiisuun Murtii laatee tureen walbira qabnee yeroo ilaallu ilkeen yoo bu'e miidhaa qaamaa cimaadhaan akka himatamuu ibsaa jira. Isiin hoo murtii haarawa kana akkamitti ilaaltan ❓ 🤔💁 https://t.me/http_Ijooseeraa

Mirga wabii 🙏Mirga Wabii vs SY kwt 627(1) 🙏 👉Murtii Dhaddacha Ijibbaataa haaraa:.Lakk.Galmee 292349(gaafa 26/6/2018 murtaa'e)  👉 Namnii tokkoo SY 627(1) jalatti himatame adabbiin isaa waggaa 15-25 ta'uus akka qajeeltootti mirga wabii kan dhorkisisuu miti. sababoonni himatamaan dirqama wabummaa kabaje dhiyaachu hin dandeessifne jiraachu AA hanga mirkaneessineetti sababa yakkichi adabbii olaanaa adabsisuuf, umriin midhamtuu xiqqaa ta'eef ykn yakkichi haawwasa keessatti balaaleeffatamuuf mirga wabii himatamaa dhorkuun dogongoora seeraa isa bu'uuraati jedheera. kunoo murtiichi. source Hailu Hasena  Fb page "የወንጀል ሕግ አንቀጽ 627(1)—አካለ መጠን ባልደረሰች ልጅ ላይ የግብረ ሥጋ በደል የመፈጸም ወንጀል—ምንም እንኳን ከ15-25 ዓመት በሚደርስ ጽኑ እስራት የሚያስቀጣ ቢሆንም ድንጋጌው ዋስትናን አይከለክልም:: maddi eliysas kasaa

Bakka bu'ummaan dhaaluu 🚨 የውርስ ሕግ ወሳኝ የሰበር ውሳኔ! ​የልጅ ልጅ የአያቱን ውርስ ለመውረስ የሚችለው በምን ሁኔታ ነው? ​በፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 842(3) መሠረት የተተኪ ወራሽነት የሚሠራው የመካከለኛው ወራሽ (አባት/እናት) ከአውራሹ (ከአያት) ቀድሞ ሲሞት ብቻ ነው! ​⚖️ በሰበር መዝገብ ቁጥር 110040 የተሰጠውን ሙሉ ሕጋዊ ትንታኔ እና አስገዳጅ ውሳኔ ከታች ያንብቡ👇 1. የጉዳዩ መነሻ አመልካቾች፦ ወ/ሮ አልታማሪያም አክሊሉ እና ሌሎች የጉዳዩ ሁኔታ፦ አመልካቾች የአያታቸውን (የወላጅ አባታቸውን እናት) የሀብት ወራሽነት ለማረጋገጥ ላቀረቡት ጥያቄ፣ የወላጅ አባታቸው የወራሽነት መብት አስቀድሞ ተረጋግጦ እንደነበር ገልጸዋል። የስር ፍርድ ቤቶች ውሳኔ፦ አመልካቾች ያቀረቡት ጥያቄ ውድቅ ተደርጓል። ምክንያቱም የወላጅ አባታቸው የሞቱት (በ1981 ዓ/ም) ከአያታቸው ሞት (በ1978 ዓ/ም) በኋላ በመሆኑ፣ የስር ፍርድ ቤቶች *"አባታችሁ ከአያታችሁ በኋላ ስለሞተ እናንተ አያታችሁን ተክታችሁ ወራሽ ልትሆኑ አትችሉም"* በሚል ብይን ሰጥተዋል። አመልካቾችም ይህንን በመቃወም የሰበር አቤቱታ አቅርበዋል። 2. ጭብጥ ወላጅ አባት ከአያት በኋላ የሞተ ከሆነ፣ ልጆች አባታቸውን ተክተው የአያታቸውን ወራሽነት በቀጥታ ማረጋገጥ/መውረስ ይችላሉ ወይስ አይችሉም? 3. የሕግ ትንታኔ እና ምክንያት (Reasoning) የተተኪ ወራሽነትፍትሐብሔር ሕግ  ቁጥር 842(3) መሠረት የሚሠራው የመጀመሪያ ደረጃ ወራሾች (ልጆች/አባት) ከአውራሹ (ከአያት) ቀድመው ሲሞቱ ብቻ ነው። በተያዛው ጉዳይ ላይ ያለው ሕጋዊ ሁኔታ፦    አያት በ1978 ዓ/ም ሲሞቱ፣ አባት በሕይወት ስለነበሩ የወርስ መብቱ ወዲያውኑ በሕግ ወደ አባት ተላልፏል።አባት ንብረቱን በአካል ባይረከቡት ወይም የወራሽነት ምስክር ወረቀት ባያውጡ እንኳ፣ አያት በሞቱበት ቅጽበት የወርስ መብቱ ለአባት ስለተላለፈ ያ መብት አይጠፋም።ስለሆነም አመልካቾች አያታቸውን ተክተው በቀጥታ ወራሽ መሆን አይችሉም፤ ምክንያቱም አባታቸው ከአያታቸው በኋላ ስለሞተ ትክክለኛው ሕጋዊ መንገድ የአባታቸውን ወራሽነት አረጋግጠው አባታቸው ከአያታቸው ያገኘውን የወርስ ድርሻ መጠየቅ እንጂ አያትን በቀጥታ ተክቶ መውረስ አይደለም። 4. ገዢ ውሳኔ (Final Ruling) የፌዴራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት የስር ፍርድ ቤቶች "አያታችሁን ተክታችሁ ወራሽ አትሆኑም" በማለት የሰጡትን ብይን እና ትእዛዝ አጽንቶታል። አመልካቾች አያታቸውን ተክተው መወረስ አይችሉም፤ ነገር ግን የወላጅ አባታቸውን ወራሽነት አረጋግጠው አባታቸው ከአያታቸው የወረሱትን ንብረት የመጠየቅ መብታቸው የተጠበቀ ነው። 5. አመልካቾች መብታቸውን እንዴት መጠቀምስ/መተግበር ይችላሉ? (Practical Application) አመልካቾች በቴክኒክ/በአጠየቅ ስህተት ምክንያት ጥያቄያቸው ውድቅ ተደረገ እንጂ መብታቸውን ሙሉ በሙሉ አላጡም። መብታቸውን ለማስከበር የሚከተሉትን ሕጋዊ ሂደቶች መከተል ይችላሉ፡ ሀ. ደረጃ 1፦ የወራሽነት ማረጋገጫዎችን ማውጣት 1. አመልካቾች በመጀመሪያ የአባታችን (የሻለቃ አክሊሉ) ሕጋዊ ወራሾች ነን የሚል የወራሽነት ምስክር ወረቀት ከፍርድ ቤት ያወጣሉ። 2. በመቀጠል አባታችን ደግሞ የአያታችን (የወ/ሮ ደብረወርቅ) ሕጋዊ ወራሽ ነበር"የሚለውን ማረጋገጫ ያዘጋጃሉ። ለ. ደረጃ 2፦ የክስ/የአቤቱታ አቀራረብ (የወርስ ሀብት ክፍፍል) ንብረቱ በሌሎች ወራሾች ወይም በሶስተኛ ወገን እጅ የሚገኝ ከሆነ፣ አመልካቾች አያታቸውን አክለው ሳይሆን አባታቸውን ተክተው እንዲህ በማለት ክስ ያቀርባሉ፦ > እኛ የሟች ሻለቃ አክሊሉ ሕጋዊ ወራሾች ነን። አባታችን ሻለቃ አክሊሉ የሟች ወ/ሮ ደብረወርቅ (የአያታችን) ሕጋዊ ወራሽ ነበሩ። አያታችን በ1978 ዓ/ም ሲሞቱ አባታችን በሕይወት ስለነበሩ የሕግ ወራሻቸው ሆነዋል። በመሆኑም አባታችን ከአያታችን ማግኘት የሚገባውን የወርስ ድርሻ እኛ የአባታችን ወራሾች ስለሆንን ተክተን እንድንረከብ/እንዲካፈለን ይወሰንልን።"* 6. በምሳሌ ሲብራራ አያት (ወ/ሮ ደብረወርቅ) አንድ ቤት ትተው አልፈዋል እንበል። አያት ሁለት ልጆች ነበሯቸው (አባት እና አጎት)።የተሳሳተው መንገድ (አመልካቾች የሄዱበት)ልጆች ፍርድ ቤት ሄደው አያታችን ስለሞቱ እኛ የውርስ ሰርተፊኬት በአያታችን ስም ቀጥታ ይሰጠን አሉ። ፍርድ ቤቱ ያለው አይቻልም፤ ምክንያቱም አባታችሁ የሞተው አያታችሁ ከሞቱ ከ3 ዓመት በኋላ ነው። አያታችሁ ሲሞቱ አባታችሁ በሕይወት ስለነበሩ የቤቱ 50% መብት ቀጥታ ወደ አባታችሁ አልፏል። ስለዚህ እናንተ የአያት ወራሽ አትሁኑ። ትክክለኛው መንገድ ፦    1. ልጆች በመጀመሪያ "የአባታችን ወራሾች ነን" የሚል ማረጋገጫ ያወጣሉ።    2. በመቀጠል "አባታችን የአያታችን ወራሽ ነበር"የሚል ማረጋገጫ በማስቀረብ፣ ንብረቱን የያዘውን አካል (ለምሳሌ አጎታቸውን) ይከሳሉ።    3. ክሱም፦ "አባታችን ከአያታችን ማግኘት የሚገባውን 50% የቤት ድርሻ ለእኛ ይሰጠን" የሚል ይሆናል። Join telegram channel https://t.me/voiceofjusticebyme