MADDA QOOSAA
رفتن به کانال در Telegram
1 763
مشترکین
-424 ساعت
-57 روز
-2130 روز
آرشیو پست ها
1 763
"I will always find you!" jechuutti dogoggoraan "I will always fund You" jennaanin Guyyaatti si'a shan naaf bilbilaa jirti. 😂
1 763
Lammaffaan tahuuf like muraasaa qofatu nuuf hafe please seenaa like godhaa yaa sabaa link kanaan
👉https://t.me/Miftahtech/309
1 763
Oromoo challange kana nu injifachisuu dadhabdanii maqaa keenyas, keessanis akka hin balleessine adaraa!🥹 amma seenatii like qofa godhaatii ba'aa. join gochuu isinin barbachisu. ❤️
1 763
Yeroon kan qoosaa miti. Deeggarsi keessan baay'ee nu barbaachisa. Kanaaf namoonni post kana agartan hundi liinkii olii kanaan seenuun nu gargaaraa. Waan nu hubattaniif Galatoomaa!🥰
1 763
Yeroon kan qoosaa miti. Deeggarsi keessan baay'ee nu barbaachisa. Kanaaf namoonni post kana agartan hundi liinkii olii kanaan seenuun nu gargaaraa. Waan nu hubattaniif Galatoomaa!😍
1 763
#Challenge #Share
Maqaan koo Tolesa Tesfayen jedhama Barataa software Engineering waggaa 5ffaa Haramaya Yuunivarsiitii Akkuma beekkamu Barnootaa akkanaa keessatti wanti barbaachisu project gara garaa remote ykn freelance argachuudha. sana gochuuf immoo yeroo jalqaba bu'aa bahii hedduu nama gaafata.
Kanaaf immoo #miftan namoota lama warren reaction /like hedduu argatan sponsor nan tahe jedhee challenge nuuf qopheesse. kanaaf channel kana
https://t.me/Miftahtech/309
Keessatti iddoo profile koo jirutti like (👍, ♥️) akkaa naaf gootan kabajaanan sin gaafadha.
✅Waliin hirmaanne tokkummaa ijoollee Oromoo yaa agarsiisnu. Like gochuu qofa hojii kan biraa tokkoyyuu hin qabu
👉Waan na hubbattaniif galatooma!!!
1 763
Repost from Dhalootaf Academy
🌟 Barattoota #highschool akkasumas Barattoota #freshman fi #Remedial Hundaaf itti yaadamee kan Qophaa'e #SuccessBridge Akkuma maqaa isaa Riqicha milkaa'inati kanaaf kootta kaffaltii tokko malee irraa fayyadamaa,Obboloota keessan Hafeeraa #Share godhaa 🌟
✨ Maaliif #SuccessBridge filattu? ✨
👉 Wantoota armaan gadii kaffaltii tokko malee arggattu
📒 Material barnootaa(material)
documentiwwan adda addaa bifa qinda'aa fi mijawwa taheen araggattu
📄Waraqaa shaakalaa (work sheet)
Shaakaluun dandeettii kee akka cimsattu si gargaara.
📋Qormaata waggoota darban(last year exam )
Qormaata duraanii ilaaluudhaan dursite akka qophoftuf !
📙 PDF-oota
Qajeelfamoota barnootaa fi kitaabota wabii barbaachisoo bilisaan buufadhu!
Fuula weebsaayitii koorsii hundaaf:
Koorsii hundaaf webi dubbisaa bal’aa argadhu beekumsa barbaaddu yeroo barbaaddetti argadhu.
✅Qormaataaf qophaa’aa jirta ta’e yookaan beekumsa kee bal’ifachuu barbaadda ta’e taanan #SuccessBridge filannoo kee taasifadhu .
🚀 Carraa kun sin darbin! Amma galmaa’i, imala milkaa’inaa kee jalqabi! 🚀
galamaa'uuf platformi kanaa gadii fayyadami👇👇👇
website app success-bridge-ten.vercel.app
Telegram bot @successbridgebot
mobile app coming soon !!!
channeli waliigalaa keenya join godhii odeeffanno barnoota arggadhu @Dhalootaf_Academy
SuccessBridge - Learning Platform
SuccessBridge - Comprehensive learning platform for high school and university students
Odeeffannoo barnootaa fi kanneen biroo argachuuf channel @Dhalootaf_Academy Join akkasumas hiriyoota keessaniif #Share taasisaa!
1 763
"Jaalalli jiraannaan maallaqni suuta jedhee dhufa" jennaanin, "suuta jedhaa walumaan koottaa" naan jette💔😁Shit
1 763
Maraadhuu carraa kee yaali, utuu peestaalii funaantuu warqee argachuu dandeessaa🥹😃
Gorsa Obbolummaa🥺
1 763
#Beeksisa
Namoonni telegrsm channel qabdanii fi gurgurachuu barbaaddan karaa username:@Milkesa_Oro1 nu quunnamuun gurgurachuu dandeessu.
Active kan ta'e qofa. 🥺
1 763
Namni chaanalii content'n isaa barnoota ta'ee fi hordoftoota 5k ol qabu gurgurachuu barbaaddan karaa username 👉@Milkoo_man nu quunnamaa. Isin irraa binna.
Active ta'uu qaba.
1 763
Baradhe ofiin jedha, garuu Inni Facebook fi TikTok'n " people you may know" jedhee fiduuf, Jaalallee jaalallee isaa ta'uu hin beeku. 😬
