๐๐ก๐๐๐ฅ๐ข๐ ๐๐๐๐จ๐จ
ะัะดะบัะธัะธ ะฒ Telegram
#Namni Waan Gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa(ajrii) akka Isa dalagee argaata [Nabi Muhammad๏ทบ] #Barachuun of Misoomsuudha.!!! โWaliin taanee โWaliif taanee โAmantii teenya barannee haa barsiifnuu. โQur'aana fi hadiisa.
ะะพะบะฐะทะฐัะธ ะฑัะปััะต9 090
ะัะดะฟะธัะฝะธะบะธ
-924 ะณะพะดะธะฝะธ
-467 ะดะฝัะฒ
-16730 ะดะตะฝั
ะขัะธะฒะฐั ะทะฐะฒะฐะฝัะฐะถะตะฝะฝั ะดะฐะฝะธั ...
ะกั
ะพะถั ะบะฐะฝะฐะปะธ
ะะตะผะฐั ะดะฐะฝะธั
ะะธะฝะธะบะปะธ ะฟัะพะฑะปะตะผะธ? ะัะดั ะปะฐัะบะฐ, ะพะฝะพะฒััั ััะพััะฝะบั ะฐะฑะพ ะทะฒะตัะฝััััั ะดะพ ะฝะฐัะพะณะพ support-ะผะตะฝะตะดะถะตัะฐ.
ะฅะผะฐัะฐ ัะตะณัะฒ
ะะตะผะฐั ะดะฐะฝะธั
ะะธะฝะธะบะปะธ ะฟัะพะฑะปะตะผะธ? ะัะดั ะปะฐัะบะฐ, ะพะฝะพะฒััั ััะพััะฝะบั ะฐะฑะพ ะทะฒะตัะฝััััั ะดะพ ะฝะฐัะพะณะพ support-ะผะตะฝะตะดะถะตัะฐ.
ะั
ัะดะฝั ัะฐ ะฒะธั
ัะดะฝั ะทะณะฐะดัะฒะฐะฝะฝั
---
---
---
---
---
---
ะะฐะปััะตะฝะฝั ะฟัะดะฟะธัะฝะธะบัะฒ
ัะตัะฒะตะฝั '26
ัะตัะฒะตะฝั '26
+35
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
ััะฐะฒะตะฝั '26
+178
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะบะฒััะตะฝั '26
+236
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะฑะตัะตะทะตะฝั '26
+202
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะปััะธะน '26
+384
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ัััะตะฝั '26
+342
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะณััะดะตะฝั '25
+313
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะปะธััะพะฟะฐะด '25
+214
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะถะพะฒัะตะฝั '25
+366
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะฒะตัะตัะตะฝั '25
+764
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ัะตัะฟะตะฝั '25
+251
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะปะธะฟะตะฝั '25
+362
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ัะตัะฒะตะฝั '25
+368
ะฒ 1 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ััะฐะฒะตะฝั '25
+477
ะฒ 2 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะบะฒััะตะฝั '25
+280
ะฒ 22 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะฑะตัะตะทะตะฝั '25
+207
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะปััะธะน '25
+199
ะฒ 1 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ัััะตะฝั '25
+442
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะณััะดะตะฝั '24
+306
ะฒ 1 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะปะธััะพะฟะฐะด '24
+600
ะฒ 2 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะถะพะฒัะตะฝั '24
+425
ะฒ 1 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะฒะตัะตัะตะฝั '24
+639
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ัะตัะฟะตะฝั '24
+462
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ะปะธะฟะตะฝั '24
+668
ะฒ 0 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ัะตัะฒะตะฝั '24
+1 217
ะฒ 1 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
Get PRO
ััะฐะฒะตะฝั '24
+3 484
ะฒ 2 ะบะฐะฝะฐะปะฐั
| ะะฐัะฐ | ะะฐะปััะตะฝะฝั ะฟัะดะฟะธัะฝะธะบัะฒ | ะะณะฐะดัะฒะฐะฝะฝั | ะะฐะฝะฐะปะธ | |
| 18 ัะตัะฒะฝั | 0 | |||
| 17 ัะตัะฒะฝั | +3 | |||
| 16 ัะตัะฒะฝั | +2 | |||
| 15 ัะตัะฒะฝั | 0 | |||
| 14 ัะตัะฒะฝั | +1 | |||
| 13 ัะตัะฒะฝั | +2 | |||
| 12 ัะตัะฒะฝั | +5 | |||
| 11 ัะตัะฒะฝั | 0 | |||
| 10 ัะตัะฒะฝั | +1 | |||
| 09 ัะตัะฒะฝั | +3 | |||
| 08 ัะตัะฒะฝั | 0 | |||
| 07 ัะตัะฒะฝั | +3 | |||
| 06 ัะตัะฒะฝั | +2 | |||
| 05 ัะตัะฒะฝั | +3 | |||
| 04 ัะตัะฒะฝั | +3 | |||
| 03 ัะตัะฒะฝั | +3 | |||
| 02 ัะตัะฒะฝั | +2 | |||
| 01 ัะตัะฒะฝั | +2 |
ะะพะฟะธัะธ ะบะฐะฝะฐะปั
๐ข BAGA GAMMADAN! Sagantaa Addaa Dargaggoota Islaamaatiif! ๐ข
Mata Duree :-
Dargaggeessa Muslimaa fi Eenyummaa Dargaggoota Muslimaa
๐ธDeebii quubsaa fi gorsa onnee namaa laaffisu argachuuf, sagantaa da'awaa miidhagaa fi qaalii ta'e kana irratti akka hirmaattan kabajaan isin affeerra!๐น๐ค
๐๏ธMata-Duree:-
Dargaggeessa Muslimaa fi Eenyummaa Dargaggoota Muslimaa ๐น๐ค
๐๐ฃ Dargaggeessa Muslimaa fi Eenyummaa Dargaggoota Musliimaa๐น๐ฅ
๐ธ๐ฃ Waan Mata-Duree kana jalatti hammatame.
1โฃ. Eenyummaan Muslimaa Maali?
๐Nuti eenyu?
๐Amantiin Islaamaa jireenya keenya keessatti Iddoo akkam qaba?
2โฃ. Amaloota Dargaggeessa Muslimaa
๐Dhugaa dubbachuu
๐Amanamummaa
๐Kabaja namaf kennu
๐Salaata eeguu
3โฃ. Qormaata Dargaggoota Muslimaa Bara Kanaa
๐Miidiyaa hawaasaa
๐Hiriyyaa badaa
๐Yeroo qisaasessuu
๐Hojii badaa irraa of eeguu
4โฃ. Akkamitti Eenyummaa Keenya Eegganna?
๐Qur'aana dubbisuu
๐Salaata sirnaan salaatuu
๐Hiriyyaa gaarii filachuu
๐Beekumsa Islaamaa barachuu
5โฃ. Gahee Dargaggoota Muslimaa
๐Fakkeenya gaarii ta'uu
๐Da'awaa keessatti hirmaachuu
๐Hawaasa isaanii keessatti hojii gaarii hojjechuu.
๐Ergaa Gabaabaa๐
โ
"Dargaggeessi Musliimaa Eenyummaa isaa yoo beeke, amantii isaa ni kabaja; amantii isaa yoo kabaje immoo addunyaa fi Aakhiraatti ni milkaa'a."
๐ฅฐ๐คAffeeramaa (Gorsaa):
Ustaaz Heydar Nasha
๐Guyyaa:Sanbata Xiqqaa (Qidaamee)
๐ Waxabajjii 13, 2018
๐ June 20, 2026
๐ Muharram 5, 1448
๐Galgala:- Sa'aatii:3:00 โฐ
๐ธIddoo =Chanaalii telegram : Caayaa Diinaal islaam๐ฅฐ
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
๐ Hiriyoota keessan hundaaf 'SHARE' godhaa, ajrii waliin haa qooddannu!
| 2 | ะะตะผะฐั ัะตะบััั... | 5 |
| 3 | ๐๐ 20K+ Channels! ๐๐
โฃ Click on This ๐
ย ย ย ย ย ย ย ย Join Us
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย โฃ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐บ๐บ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐บ๐บ๐บ
ย ย ย ย ย ย ย ๐บ๐บ๐บ๐บ
ย ย ย ย ย ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
ย ย ย ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
ย ย ย ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
ย ย ย ย ย ย ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บย
ย ย ย ย ย ย ย ย ย โ๐บ๐บโย
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย โโ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐๐๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐ย ย ย ย ย ย ๐๐๐๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐ย ย ย ย ๐๐๐๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐๐๐๐๐๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐๐๐๐๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ๐
ย ย ย ย ย โฟป Join Us โฟป
ย ย ย ย ย โฟป Join Us โฟป
ย ย ย ย ย โฟป Join Us โฟป
ย ย ย ย ย โฟป Join Us โฟป
Free Waver: @Rafiqul_Islaam โ
| 6 |
| 4 | Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu
Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu.
Channel keenya Join godhuuf. ๐
https://t.me/+GdCSGwhrCbpiNGI0
https://t.me/+GdCSGwhrCbpiNGI0
Hope Promotion:
@Rafiqul_Islam_Promotion | 10 |
| 5 | โ๐ธAFEERRAA DA'WAA MARSAA 2FFAA ๐ธ
๐ข BAGA GAMMADAN! Sagantaa Addaa Dargaggoota Islaamaatiif! ๐ข
โJireenya keenya keessatti gaaffii guddaa fi deebii jabaa barbaadu tokko qabna: Dhuguma Islamummaan nuuf maali? Dargaggummaan keenya hoo yeroo ammaa kana karaa akkamii qabachuu qaba?
๐ธDeebii quubsaa fi gorsa onnee namaa laaffisu argachuuf, sagantaa da'awaa miidhagaa fi qaalii ta'e kana irratti akka hirmaattan kabajaan isin affeerra!๐น๐ค
๐๏ธMata-Duree:Islamummaan Siif Maali Fi Dargaggoota Islaamaa"
๐ฅฐ๐คAffeeramaa (Gorsaa):
๐๐ฌ๐ญ๐๐๐ณ:- ๐๐๐๐ก๐ข๐ซ ๐๐๐ฅ๐๐ญ๐จ๐จ
๐Guyyaa:Sanbata Xiqqaa (Qidaamee)
๐ Waxabajjii 13, 2018
๐ June 20, 2026
๐ Muharram 5, 1448
๐Sa'aatii:3:00 โฐ
๐ธIddoo =Chanaalii telegram : Caayaa Diinaal islaam๐ฅฐ
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
๐บโDargaggummaan yeroo itti jireenya ijaaraniidha. Koottaa waliin taanee ifa Islaamummaatiin sammuu fi fuuldura keenya haa ijaarrannuu!๐ โจ
๐ Hiriyoota keessan hundaaf 'SHARE' godhaa, ajriiย waliin haa qooddannu! | 9 |
| 6 | ๐ธ๐AssalaamAleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu....๐น
Sagantaa Daaw'aa...Ustaaz Najaa muhaammadiin kan dhihaatu jalqabameera....
Akka isin hin dabarre๐บ๐๐
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam?livestream=e9124da369b66eb23f | 18 |
| 7 | ๐ข Yaadachiisa!
โฐ Har'a Galgalaa sa'aatii 3:00 irratti Sagantaa Kallattii (Live stream) chaanaala keenya kanarratti qabnu akka isin jala hin dabarre!
Sagantaa kana iratti:-
1๏ธโฃ Dubartoonni Muslimaa meeshaa Ummataati.
2โฃ Nuti Sadarkaa dubartoota olkaasu.
3โฃ Barnoota Beekumsa fi itti gaafatamummaa.
4โฃ Tokkummaa, Kabaja fi caaraa guddina.
๐ฃ Hundi keessanu irratti hirmaachuunย Barnoota fi Ergaa guddaa akka irraa argattan abdiin qaba!
๐ Bakki: Chaanaaluma Telegraama keenya kanarratti.
#๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam | 16 |
| 8 | โ๐ธAFEERRAA DA'WAA๐ธ
๐ขMata Duree:"Dubartoota Islaamaa fi Yeroo Ammaa"๐ธโจ
โYaa obboleettii tiyya tan qalbii muslimaa! Addunyaan yeroo ammaa keessa jirtu tun qormaata adda addaatiin marfamtee jirti.๐
โAkkamitti iimaan fi hijaaba keetiin jabaattee, faaya bultii fi hawaasa keetii ta'uu dandeessa? ๐๐ช
Gaaffilee fi deebii jireenya keetiif murtessoo ta'an muraasa irratti daaw'aan gadi fageenyaan qophaa'ee jira.๐๐
๐ Hundi keessanuu kabajaa fi jaalalaan afeeramtanii jirtu! Jaalala dachaadhaan wal haa arginu.๐ฅฐ๐๐ค
๐ Qopheessaan Sagantaa kana:- ๐๐ฅ๐๐ฆ๐ฎ๐๐ข๐ง ๐๐๐
๐ Bakki (iddoon): Toora (karaa) Application Telegramaa Channel CAAYAA DIINAAL ISLAAM jedhu irran.
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
๐
Guyyaa Qidaamee (Sanbata Xiqqaa) dhufu kana Galgalaa.
โ๏ธ. Jun 13, 2026 (G.C)
โ๏ธ. Zul-Hijjaa 27, 1447 (H)
โ๏ธ. Waxabajjii 06, 2018 (A.L.H)
โ
Iddoo [Channel telegramaa..CAAYAA DIINAAL ISLAAM โต
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
โฐ Sa'aatii beellamaa Qidaamee Galgalaa:- [3:00 ๐ช๐น/ 9:00 ๐ธ๐ฆ โณ irraa niย eegalaa...
๐ Keessumaa keenya Daa'ii beekama Ustaaz:- ๐๐ฌ๐ญ๐๐๐ณ ๐๐๐ฃ๐ ๐๐ฎ๐ก๐๐ฆ๐ฆ๐๐
๐Beekumsa amantii keetii dabaluun, qalbii teetiif tasgabbii fi milkii addunyaa fi aakhiraati!"โ๏ธ๐ค
๐ธObbolaa keessaniif ....SHARE godhuun daddafaa affeeraa!๐น โจ | 31 |
| 9 | ะะตะผะฐั ัะตะบััั... | 25 |
| 10 | โ
Seensa Seenaa Abbaa Bakrii
โNamni tokkollee tola nuuf hin oolle. Kan tola nuuf ooleefis, Harka isaa kan nuti hin deebiโiniif hin jiru, Abbaa Bakrii malee! Abbaan Bakrii galata inni nu biraa qabu, Rabbitu nurraa galcha Guyyaa Qiyaamaa. Waa na hin fayyadne qabeenyi tokkolle akka qabeenyi Abbaa Bakrii na fayyadettiโ. โOsoo jaalalle godhachuun ka naaf hayyamamuutii Abbaa Bakrii jaalallee godhadha.โ jedhan Rasuulli s.a.w.
Abbaan Bakrii nama sadrkaan isaa Rabbii fi Muslimtoota birattis ol fuudhame dha. Sababaa waan Nabi Rabbiiti s.a.w tumsef guyyaa namni isa xiqqeesse, Nama dhugoomse Nabi Rabbii, guyyaa namni isa kijibsiisee, Nama Rabbitti amane guyyaa namni itti kafare. Innii irra caalaa Sahaabaati. Wal dhabbii tokkoon maletti.
๐ Aduun waa hin baane, Waallee hin dhiine, Erga Ambiyootaa fi Rusultootaati. Nama Abbaa Bakrii irra gaarii taherratti jedhama.
Inni warra dura amaneeti dhiirarraa, Nama iimaanni isaa iimaana ummata Muhammadiin s.a.w madaalamee caalee argameedha. Inni nama Rabbi sodaataa fii saalfataa tahe.
Dukkana wallaalaatiifi miidhaa irraa, nama uumaan isaa qulqulluu taโe. Inni Lubbuu isaatii fi Diinagdeen, Tajaajilaa fi Arjoomaa diin islaamaatii fi ummata Islaamaati. Nama Nabiyyiin s.a.w isa filate akka saahiba isaa tahuuf, guyyaa Makka irra gara Madiinaa godaanan.
๐ Erga Nabi Muhammad s.a.w duโanii booda Araboonni hedduun diin islaamaa keessaa bahan, Gandoota akka Xaaโif, Makkaa fi Madiinaa malee. Yeroo sanis Abbaa Bakriittu islaamummatti deebise.
๐ Yeroo duraatiif Sahaabaa qurโaana walitti qabeedha, Diinagdeetti dantaa dhabaa fi Rabbiin kan hedduu Gabbaruu, sodaatu, kan heedduu of gadi qabuu fi waraanaaf hedduu duuleedha.
๐ Koottaa! seenaa sahabdicha kanaatti hidhanne bulttii teenna itti fakkeeffanne miidhagfanna. Lubbuu teenna iimaanaan kunuunfanne aakiraalle jannataan badhaafamnnee, sahaabotaan olloomnaa.
Abbaan Bakrii erga bara Arbaa (Aamul Fiil) booda wagga lamaa turee biyya Makkaa gosa Teymii jedhamtu keessatti dhalate. Nama haala gaarii irratti guddifameedha. Ijoollummaa isaa irraa kaasee nama dandeettii dubbisuu fi barreessuu qabu. Zamana jaahiliyyaa keessa cubbuu (dilii) hedduu kessatti hin argamne, Farshoos hin dhuugne. Sababaa namticha farshoo dhugee machaahee, harka isaatiin udaan isaa laaqu erga argee laguu ofirratti godhe. Taabotaafis sujuudee (sagadee) hin beeku.
๐ Yeroo tokko erga inni guddatee, booda Abbaan isaa Abu- Quhaafaan fuudhee gama siidaan (taabonni) jirutti geessenii, siidaan tun gabbaramtuu teeti gabbari jedheenii, biraa gara dhufetti deebiโe. Abbaan Bakri immo gabbaramtuu ykn siidaa san itti dhihaatee, โAni Beelawaadha na nyaachisi, Dheebotaadha na obaasi, an daarawaadha na uffisi.โ jedheen. Gabaramtuunis ykn siidaanis dandeetti takkayyu akka hin qabne bare. Waa takka isiin jalaa dubbachuu ykn homaa akka gochuu hin dandeenne sirritti beekee jennaan yeroma san dhakaa itti darbatee caccabsee biraa deeme.
๐ Abbaan Bakrii gosa Teymii tan laaftuu lakkoofsi isaanii xiqqoo tahe irraa waan dhalateef, taaytaan wahiituu isaaf hin kennamne. Qabeenya xiqqoo qabuun daldala eegalee, qabeenya guddaa horate. Warroota dureeyyi keessatti lakkaawame. Tola oliinsa Rabbiitii fi akkasuma Amanamaa tahuu fi dhugaa dubbachuu isaatiin abbaa qabeenyaa beekkamaa tahe.
๐ Qabeenya isaatiin warroota harka qalleeyyii fi yatiima (warroota maatiin isaanii irraa duโan) fi namoota miidhaman gama qabeenyaa, humnaa fi yaadaatiinis bira dhaabbataa ture. Toliinsa isaa irraa jaalalli ummataa guyyaa irraa gar guyyaatti dabalaa dhufe. Hamma irra jaalatamaa ummata Qureeyshii tahutti erga Nabi Muhammad s.a.w.
Inshaa'allaah itti fufaa.
Like, Comment & Share. | 37 |
| 11 | Assalamualaikum Warakhmatullaahii Wabarakaatuhuu
Ahabaabii Fillaahโจ๐ฆโจ๐ฆ
๐ Seenaa Sahaaboota kurnaan isiniif maxxaansuu barbaaduu ?
A. Eeyyeeeeeeee
B. Lakkiiiiiiiiiiiiiiiiii
โ
Yadaa keessan Comment irratti barreessa ๐ | 32 |
| 12 | Yaa Qaaliwwan kiyya Duniyaa tana mooโachuu yoo barbaadde:โจ๐ฆโจ๐ฆ
๐ Halkan hunda Tahajjuda salaatu lubbuu tee barsiisiโ yoo rakaโa 2 qofa ta'es, rabbiin ati isaaf jettee halkan dhaabbatte, rakkoo fette keessa yoo jiraatte wallahi isatu siif dhaabbata.
๐ Salaata Fajrii booda โ suuraa Yaasin Qara'uu lubbuu tee barsiisi.
๐ Ganama hoggu aduun baatuu fi salaata zuhrii jidutti salaata Duha salaatuu lubbuu tee barsiisi โ rizqii fi barakaa yoo barbaadde.
๐ Salaata Maghriibaa booda โ suuraa Al-Waaqiโah Qara'uu lubbuu tee barsiisi.
๐ Salaata Ishaa booda โ suuraa Al-Mulk fi aayata lamaan dhumaa suuraa Al-Baqarah Qara'uu aadaa godhadhu.
๐ Guyyaa hunda yeroo 100 istighfaar (Astaghfirullah) jechuu lubbuu tee barsiisiโ lubbuu fi qalbii tee qulqulleessiti.
๐ Nabiyyii kee irratti ๏ทบ guyyatti salawaata 100 buusuu lubbuu tee barsiisi, isaa fi rabbitti akkaan si dhiyeessiti.
๐ Waan kana qalbii qulqulluudhaan yoo goote, Rabbiin balbala cufamee hundaa siif bana, jireenyi kheetis khan barakaa, rizqii halaalii fi gammachuun guutame taha.
๐ Namni qalbii fi onneen isaa qulqulluu taatee, namni jireenyi isaa rizqii halaaliifi barakhaan guutame, namni iiymanni isaa tolee rabbii fi rasuulatti akkaan dhiyaate duuba addunya tana hin Moo'anne jettaa?
๐ Rabbiin nu hunda warra salaata eeguu, Qur'aana jaalatu, qalbii qulqulluu qabu, fi Aakhiraa fi Addunyaa keessatti milkaaโina argatu nu haa godhu. โจ๐ฆโจ
Aamiiiiiiin. ๐คฒ๐ฝ | 55 |
| 13 | โป๏ธErgamaan Rabbii ๏ทบ Guyyaa tokko #Aliyiidhaan akkan jedhan, Yaa Aliyyi osoo waa shan hin dalagiin hin rafiin jedhaniin.
1~Qur'aana guutuu guutuuti hanga qaraatuutti
2~Dirhama 4000 hanga sadaqatuutti
3~ka'aaba hanga Ziyaartuutti
4~Jaannata keessatti iddoo hanga godhatuutti.
5~Nama sitti falme hanga amansiiftuutti.
๐Hoggaa kana Aliyiin akkana jedhe, Yaa Rasuulallaah๏ทบ kana hunda akkamiti gochuu danda'a jedheen.
Ergamaan rabbii ๏ทบ akkana jedhaniin,
โช๏ธSuuratul Iklaas yeroo (3) yoo qaraate qur'aana guutuu guutuuti qaraate.
โช๏ธSuuratul faatihaa yeroo (3) yoo qaraate Dirhama 4000 sadaqattee jirtaa.
โช๏ธLaa Ilaaha illallaahu wahaahdahuu laa shariika lahuu Laa hulu-mulku walaa huul-hamdu yuuhiyu wa yumiitu wa huwa Alaa kulli sheey'iin qadiir, yeroo (10) yoo jette ka'aaba ziyyaartee jirta.
โช๏ธLaa howala walaa quwwata illaa Billaahil aliyyuul-aziim, yeroo (10) yoo jette jaannata keessatti iddoo godhatee jirta.
โช๏ธAstaghfirullaahil-aziim allazii Laa ilaaha illaalahu huwal hayyuul qayyuum waa atuubu ileeyhi, yeroo (10) yoo jette Nama sitti falme hanga amansiiftuutti.
Rabbiin warra qalbii ufii moohate itti dalagu nu haa godhu๐คฒ | 60 |
| 14 | ๐ Takbiiraa Eid.โจ๐ฆโจ
โ๏ธ Caamsaa 19/2018.โจ๐ฆโจ
โ๏ธ Mey 27/2026 .โจ๐ฆโจ
โ๏ธ Zul-hijjaa 10/1447 .โจ๐ฆโจ
โ๏ธ @Caayaadiiinaalislaam โ๏ธ | 57 |
| 15 | ๐ Jechoota hayyuuwwan islaamaa keessaa. { โฅ}
๐ฌ Qur'aanaan malee jannata keessatti wanti sadrkaan kee ol ka'uun hin jiru, osoo kitaaba biroo kumaatamas qaraate.
๐ฌ Dogongora namaa irraa baradhu malee, Akka namni dogongora kee irraa hin baranne.
๐ฌ Islaamummaan ni Injifata, Ati jiraattes jiraachuu baattes. Garuu, Ati Islaamummaan Ala Ni Injifatamta, Ni Baddas.
๐ Jechoota gorsaa keessaa.
๐ฌ Nama Amantiif daldalu malee nama Amantiin daldalu ta'uu rabbi nu haa didu.
๐ฌ Diina dura dhaabbatanii kofluun isa cabsuudha, ammoo diina duratti booyuun of cabsuudha.
๐ฌ Yeroon gochaaf yeroon jechaan waa mul'isan gargari. | 72 |
| 16 | Akkam Jirtu Nagaa Keessanii
Wol-Dorgommiin qabaa hundi keessanuu liinkii armaan gadii kana tuquudhaan #Like naaf godhaa BaarakallaahuFiikum ๐ฅฐ๐ฅฐ๐ฅฐ
Ofii Keessanii hirmaachuu yoo feetanis Liinkii gadii tuquudhaan like mallattoo โค๏ธโ๐ฅ erga tuqxanii #Username achirra jiru qunnamaa
Liinkii ๐๐๐
https://t.me/The_Best_islam/531 | 40 |
| 17 | ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐
๐๐๐๐.
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ 3๐ฒ ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ 3๐+
๐
๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐:โ๏ธ @Rafiiqul_Islaam2 โ
๐ @Rafiiqul_Islaam ๐
Ads: ๐๐๐๐
https://t.me/+kYrvLUaNSaQxZTNk
https://t.me/+5fiU8FAl8ihmZjE0
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0 | 33 |
| 18 | ๐ Assalaamu Aleykum Warahamatullahi Wabarakaatuhuu
๐ Ahbaabii Har'aa Gaaffii Fi Deebii Aja'iibaa qabna Hundi keessanu irratti hirmaadha barakallaahufikum
๐ Akkasum obboleewwan keessaniif Share Share Gochu hin dagaatin.
๐ฉ Sa'aati 3 irraa ni jalqabaa inshaa'allaah.๐๐
๐ Namni Gaaffii Hunda deebiisee Badhaasa Qaba.๐๐
๐ Iddoon channel Armaan Gadii Kan irraa argaatu kanaafuu #๐๐๐๐ Gochun irratti hirmaadha.๐๐๐
#๐๐๐๐ ๐๐ป๐๐ป๐๐ป
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam | 51 |
| 19 | ๐ฎ๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐
๐๐๐!
๐๐๐๐๐๐ข๐ข: ๐๐๐๐ญ๐ข๐ข ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐ง๐๐ ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐ฆ๐๐๐ช๐๐๐๐๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฅ๐จ๐ฅ๐ฅ๐ข ๐๐๐๐ซ๐ข๐ข ๐ซ๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ญ๐๐ฆ๐?
โ๏ธ @Rafiiqul_Islaam โ๏ธ | 0 |
| 20 | Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu
Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu.
Channel keenya Join godhuuf. ๐
https://t.me/+GdCSGwhrCbpiNGI0
https://t.me/+GdCSGwhrCbpiNGI0
Hope Promotion:
@Rafiqul_Islam_Promotion | 0 |
ะะถะต ะดะพัััะฟะฝะพ! ะะพัะปัะดะถะตะฝะฝั Telegram ะทะฐ 2025 โ ะณะพะปะพะฒะฝั ัะฝัะฐะนัะธ ัะพะบั 
