𝐊𝐡𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝 𝐀𝐛𝐝𝐨𝐨
Открыть в Telegram
#Namni Waan Gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa(ajrii) akka Isa dalagee argaata [Nabi Muhammadﷺ] #Barachuun of Misoomsuudha.!!! ✓Waliin taanee ✓Waliif taanee ✓Amantii teenya barannee haa barsiifnuu. ✓Qur'aana fi hadiisa.
Больше9 136
Подписчики
+1324 часа
+47 дней
-12130 день
Загрузка данных...
Похожие каналы
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Облако тегов
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Входящие и исходящие упоминания
---
---
---
---
---
---
Привлечение подписчиков
июнь '26
июнь '26
+88
в 0 каналах
май '26
+178
в 0 каналах
Get PRO
апрель '26
+236
в 0 каналах
Get PRO
март '26
+202
в 0 каналах
Get PRO
февраль '26
+384
в 0 каналах
Get PRO
январь '26
+342
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '25
+313
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '25
+214
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '25
+366
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '25
+764
в 0 каналах
Get PRO
август '25
+251
в 0 каналах
Get PRO
июль '25
+362
в 0 каналах
Get PRO
июнь '25
+368
в 1 каналах
Get PRO
май '25
+477
в 2 каналах
Get PRO
апрель '25
+280
в 22 каналах
Get PRO
март '25
+207
в 0 каналах
Get PRO
февраль '25
+199
в 1 каналах
Get PRO
январь '25
+442
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '24
+306
в 1 каналах
Get PRO
ноябрь '24
+600
в 2 каналах
Get PRO
октябрь '24
+425
в 1 каналах
Get PRO
сентябрь '24
+639
в 0 каналах
Get PRO
август '24
+462
в 0 каналах
Get PRO
июль '24
+668
в 0 каналах
Get PRO
июнь '24
+1 217
в 1 каналах
Get PRO
май '24
+3 484
в 2 каналах
| Дата | Привлечение подписчиков | Упоминания | Каналы | |
| 20 июня | +6 | |||
| 19 июня | +18 | |||
| 18 июня | +29 | |||
| 17 июня | +3 | |||
| 16 июня | +2 | |||
| 15 июня | 0 | |||
| 14 июня | +1 | |||
| 13 июня | +2 | |||
| 12 июня | +5 | |||
| 11 июня | 0 | |||
| 10 июня | +1 | |||
| 09 июня | +3 | |||
| 08 июня | 0 | |||
| 07 июня | +3 | |||
| 06 июня | +2 | |||
| 05 июня | +3 | |||
| 04 июня | +3 | |||
| 03 июня | +3 | |||
| 02 июня | +2 | |||
| 01 июня | +2 |
Посты канала
Repost from N/a
| 2 | 🌍Abbaan Kee Ni Jira ?
✅ Abbaa jechuun....
Egaa Rabbii Ol' Aaneeti Irkoodha.🌹🤌
✅ Abbaa jechuun...
Ega Rabbiiti Abdiidha.🌹🤌
✅ Abbaan kiyya Ni Jira Jechuun
Nama Tokko Kan....Jireenya kana Keessatti Itti Irkatee Jiraatu Ni Qabda Jechuudha🌹🤌
✅ Abbaan kee Sun 🌞 💐
✍ Yoo dhukubsatas tahe,
✍ Yoo fayyaas tahe,
✍ Yoo Dheeraas tahe,
✍ Yoo gabaabas tahe,
✍ Yoo bareedaas tahe,
✍ Yoo fokkotaas tahe,
✍ Namuma akka fedheetu haa tahu.
✅ Abbaan kiyya Ni Jira Jechuun Jiruu tana keessati Abdii Guddoodha.🌹🤌
📝 Rabbiin Abbaa keessaan Umrii isiniif haa Dheereesu 🤲🤲 | 9 |
| 3 | Chaanaalota Akkamii argachuu barbaadduu❓
Channaalii barbaaddan argachuuf see more kan jedhu tuqaa ilaalaa SEE MORE.....
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Ads: 👇👇👇
@Rafiiqul_Islaam | 7 |
| 4 | السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Har'i halkan jumu'aati ergamaa rabbii irratti salawaata buusuu hin dagatinaa baarakallaahu fiikum👌
Ergamaan rabbii SAW akkas jedhan:"halkan jumu'aatiifi guyyaa jumu'aa salaawaata narratti buusuu heddummeessaa namni salawaata tokko narratti buuse rabbimmoo kudhan isarratti buusa " jedhan.
Sahiiha Bukhaarii 6488.
اللهم صلى على سيدنا محمد وعلى آل محمد كما صليت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم وبارك على محمد وعلى آل محمد كما باركت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد | 8 |
| 5 | 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞:☑️ @Rafiiqul_Islaam2 ✅
🌐 @Rafiiqul_Islaam 🌐
Ads: 👇👇👇👇
@Rafiiqul_Islaam
@Rafiqul_Islam_Promotion | 8 |
| 6 | 📢 BAGA GAMMADAN! Sagantaa Addaa Dargaggoota Islaamaatiif! 📢
Mata Duree :-
Dargaggeessa Muslimaa fi Eenyummaa Dargaggoota Muslimaa
🌸Deebii quubsaa fi gorsa onnee namaa laaffisu argachuuf, sagantaa da'awaa miidhagaa fi qaalii ta'e kana irratti akka hirmaattan kabajaan isin affeerra!🌹🤌
🎙️Mata-Duree:-
Dargaggeessa Muslimaa fi Eenyummaa Dargaggoota Muslimaa 🌹🤌
💐🗣 Dargaggeessa Muslimaa fi Eenyummaa Dargaggoota Musliimaa🌹👥
🌸🗣 Waan Mata-Duree kana jalatti hammatame.
1⃣. Eenyummaan Muslimaa Maali?
👉Nuti eenyu?
👉Amantiin Islaamaa jireenya keenya keessatti Iddoo akkam qaba?
2⃣. Amaloota Dargaggeessa Muslimaa
👉Dhugaa dubbachuu
👉Amanamummaa
👉Kabaja namaf kennu
👉Salaata eeguu
3⃣. Qormaata Dargaggoota Muslimaa Bara Kanaa
👉Miidiyaa hawaasaa
👉Hiriyyaa badaa
👉Yeroo qisaasessuu
👉Hojii badaa irraa of eeguu
4⃣. Akkamitti Eenyummaa Keenya Eegganna?
👉Qur'aana dubbisuu
👉Salaata sirnaan salaatuu
👉Hiriyyaa gaarii filachuu
👉Beekumsa Islaamaa barachuu
5⃣. Gahee Dargaggoota Muslimaa
👉Fakkeenya gaarii ta'uu
👉Da'awaa keessatti hirmaachuu
👉Hawaasa isaanii keessatti hojii gaarii hojjechuu.
📚Ergaa Gabaabaa💌
✅ "Dargaggeessi Musliimaa Eenyummaa isaa yoo beeke, amantii isaa ni kabaja; amantii isaa yoo kabaje immoo addunyaa fi Aakhiraatti ni milkaa'a."
🥰👤Affeeramaa (Gorsaa):
Ustaaz Heydar Nasha
👌Guyyaa:Sanbata Xiqqaa (Qidaamee)
👉 Waxabajjii 13, 2018
👉 June 20, 2026
👉 Muharram 5, 1448
📌Galgala:- Sa'aatii:3:00 ⏰
🌸Iddoo =Chanaalii telegram : Caayaa Diinaal islaam🥰
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
🔄 Hiriyoota keessan hundaaf 'SHARE' godhaa, ajrii waliin haa qooddannu! | 10 |
| 7 | Нет текста... | 10 |
| 8 | 🎁🎁 20K+ Channels! 🎁🎁
▣ Click on This 👇
Join Us
⇣
🌺🌺
🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
☘🌺🌺☘
☘☘
🎋 🍃
🎋 🍃🍃
🎋 🍃🍃🍃
🎋 🍃🍃🍃🍃
🎋 🍃🍃🍃🍃
🎋🍃🍃🍃🍃🍃
🎋🍃🍃🍃🍃
🎋
🎋
🎋
⿻ Join Us ⿻
⿻ Join Us ⿻
⿻ Join Us ⿻
⿻ Join Us ⿻
Free Waver: @Rafiqul_Islaam ✅ | 7 |
| 9 | Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu
Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu.
Channel keenya Join godhuuf. 👇
https://t.me/+GdCSGwhrCbpiNGI0
https://t.me/+GdCSGwhrCbpiNGI0
Hope Promotion:
@Rafiqul_Islam_Promotion | 12 |
| 10 | ✍🌸AFEERRAA DA'WAA MARSAA 2FFAA 🌸
📢 BAGA GAMMADAN! Sagantaa Addaa Dargaggoota Islaamaatiif! 📢
✍Jireenya keenya keessatti gaaffii guddaa fi deebii jabaa barbaadu tokko qabna: Dhuguma Islamummaan nuuf maali? Dargaggummaan keenya hoo yeroo ammaa kana karaa akkamii qabachuu qaba?
🌸Deebii quubsaa fi gorsa onnee namaa laaffisu argachuuf, sagantaa da'awaa miidhagaa fi qaalii ta'e kana irratti akka hirmaattan kabajaan isin affeerra!🌹🤌
🎙️Mata-Duree:Islamummaan Siif Maali Fi Dargaggoota Islaamaa"
🥰👤Affeeramaa (Gorsaa):
𝐔𝐬𝐭𝐚𝐚𝐳:- 𝐗𝐚𝐚𝐡𝐢𝐫 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐭𝐨𝐨
👌Guyyaa:Sanbata Xiqqaa (Qidaamee)
👉 Waxabajjii 13, 2018
👉 June 20, 2026
👉 Muharram 5, 1448
📌Sa'aatii:3:00 ⏰
🌸Iddoo =Chanaalii telegram : Caayaa Diinaal islaam🥰
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
🌺✍Dargaggummaan yeroo itti jireenya ijaaraniidha. Koottaa waliin taanee ifa Islaamummaatiin sammuu fi fuuldura keenya haa ijaarrannuu!😍 ✨
🔄 Hiriyoota keessan hundaaf 'SHARE' godhaa, ajrii waliin haa qooddannu! | 13 |
| 11 | 🌸💐AssalaamAleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu....🌹
Sagantaa Daaw'aa...Ustaaz Najaa muhaammadiin kan dhihaatu jalqabameera....
Akka isin hin dabarre🌺👇👇
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam?livestream=e9124da369b66eb23f | 24 |
| 12 | 📢 Yaadachiisa!
⏰ Har'a Galgalaa sa'aatii 3:00 irratti Sagantaa Kallattii (Live stream) chaanaala keenya kanarratti qabnu akka isin jala hin dabarre!
Sagantaa kana iratti:-
1️⃣ Dubartoonni Muslimaa meeshaa Ummataati.
2⃣ Nuti Sadarkaa dubartoota olkaasu.
3⃣ Barnoota Beekumsa fi itti gaafatamummaa.
4⃣ Tokkummaa, Kabaja fi caaraa guddina.
🗣 Hundi keessanu irratti hirmaachuun Barnoota fi Ergaa guddaa akka irraa argattan abdiin qaba!
📍 Bakki: Chaanaaluma Telegraama keenya kanarratti.
#𝐉𝐎𝐈𝐍👇👇👇
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam | 19 |
| 13 | ✍🌸AFEERRAA DA'WAA🌸
📢Mata Duree:"Dubartoota Islaamaa fi Yeroo Ammaa"🌸✨
✍Yaa obboleettii tiyya tan qalbii muslimaa! Addunyaan yeroo ammaa keessa jirtu tun qormaata adda addaatiin marfamtee jirti.📌
✍Akkamitti iimaan fi hijaaba keetiin jabaattee, faaya bultii fi hawaasa keetii ta'uu dandeessa? 💐💪
Gaaffilee fi deebii jireenya keetiif murtessoo ta'an muraasa irratti daaw'aan gadi fageenyaan qophaa'ee jira.😌😍
📌 Hundi keessanuu kabajaa fi jaalalaan afeeramtanii jirtu! Jaalala dachaadhaan wal haa arginu.🥰😍🤌
📌 Qopheessaan Sagantaa kana:- 𝐀𝐥𝐚𝐦𝐮𝐝𝐢𝐧 𝐀𝐛𝐞
🌍 Bakki (iddoon): Toora (karaa) Application Telegramaa Channel CAAYAA DIINAAL ISLAAM jedhu irran.
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
📅 Guyyaa Qidaamee (Sanbata Xiqqaa) dhufu kana Galgalaa.
☀️. Jun 13, 2026 (G.C)
☀️. Zul-Hijjaa 27, 1447 (H)
☀️. Waxabajjii 06, 2018 (A.L.H)
✅ Iddoo [Channel telegramaa..CAAYAA DIINAAL ISLAAM ❵
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam
⏰ Sa'aatii beellamaa Qidaamee Galgalaa:- [3:00 🇪🇹/ 9:00 🇸🇦 ❳ irraa ni eegalaa...
📝 Keessumaa keenya Daa'ii beekama Ustaaz:- 𝐔𝐬𝐭𝐚𝐚𝐳 𝐍𝐞𝐣𝐚 𝐌𝐮𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝
💐Beekumsa amantii keetii dabaluun, qalbii teetiif tasgabbii fi milkii addunyaa fi aakhiraati!"☀️🤌
🌸Obbolaa keessaniif ....SHARE godhuun daddafaa affeeraa!🌹 ✨ | 37 |
| 14 | Нет текста... | 27 |
| 15 | ✅ Seensa Seenaa Abbaa Bakrii
“Namni tokkollee tola nuuf hin oolle. Kan tola nuuf ooleefis, Harka isaa kan nuti hin deebi’iniif hin jiru, Abbaa Bakrii malee! Abbaan Bakrii galata inni nu biraa qabu, Rabbitu nurraa galcha Guyyaa Qiyaamaa. Waa na hin fayyadne qabeenyi tokkolle akka qabeenyi Abbaa Bakrii na fayyadetti’. “Osoo jaalalle godhachuun ka naaf hayyamamuutii Abbaa Bakrii jaalallee godhadha.” jedhan Rasuulli s.a.w.
Abbaan Bakrii nama sadrkaan isaa Rabbii fi Muslimtoota birattis ol fuudhame dha. Sababaa waan Nabi Rabbiiti s.a.w tumsef guyyaa namni isa xiqqeesse, Nama dhugoomse Nabi Rabbii, guyyaa namni isa kijibsiisee, Nama Rabbitti amane guyyaa namni itti kafare. Innii irra caalaa Sahaabaati. Wal dhabbii tokkoon maletti.
📝 Aduun waa hin baane, Waallee hin dhiine, Erga Ambiyootaa fi Rusultootaati. Nama Abbaa Bakrii irra gaarii taherratti jedhama.
Inni warra dura amaneeti dhiirarraa, Nama iimaanni isaa iimaana ummata Muhammadiin s.a.w madaalamee caalee argameedha. Inni nama Rabbi sodaataa fii saalfataa tahe.
Dukkana wallaalaatiifi miidhaa irraa, nama uumaan isaa qulqulluu ta’e. Inni Lubbuu isaatii fi Diinagdeen, Tajaajilaa fi Arjoomaa diin islaamaatii fi ummata Islaamaati. Nama Nabiyyiin s.a.w isa filate akka saahiba isaa tahuuf, guyyaa Makka irra gara Madiinaa godaanan.
📝 Erga Nabi Muhammad s.a.w du’anii booda Araboonni hedduun diin islaamaa keessaa bahan, Gandoota akka Xaa’if, Makkaa fi Madiinaa malee. Yeroo sanis Abbaa Bakriittu islaamummatti deebise.
📝 Yeroo duraatiif Sahaabaa qur’aana walitti qabeedha, Diinagdeetti dantaa dhabaa fi Rabbiin kan hedduu Gabbaruu, sodaatu, kan heedduu of gadi qabuu fi waraanaaf hedduu duuleedha.
📝 Koottaa! seenaa sahabdicha kanaatti hidhanne bulttii teenna itti fakkeeffanne miidhagfanna. Lubbuu teenna iimaanaan kunuunfanne aakiraalle jannataan badhaafamnnee, sahaabotaan olloomnaa.
Abbaan Bakrii erga bara Arbaa (Aamul Fiil) booda wagga lamaa turee biyya Makkaa gosa Teymii jedhamtu keessatti dhalate. Nama haala gaarii irratti guddifameedha. Ijoollummaa isaa irraa kaasee nama dandeettii dubbisuu fi barreessuu qabu. Zamana jaahiliyyaa keessa cubbuu (dilii) hedduu kessatti hin argamne, Farshoos hin dhuugne. Sababaa namticha farshoo dhugee machaahee, harka isaatiin udaan isaa laaqu erga argee laguu ofirratti godhe. Taabotaafis sujuudee (sagadee) hin beeku.
📝 Yeroo tokko erga inni guddatee, booda Abbaan isaa Abu- Quhaafaan fuudhee gama siidaan (taabonni) jirutti geessenii, siidaan tun gabbaramtuu teeti gabbari jedheenii, biraa gara dhufetti deebi’e. Abbaan Bakri immo gabbaramtuu ykn siidaa san itti dhihaatee, “Ani Beelawaadha na nyaachisi, Dheebotaadha na obaasi, an daarawaadha na uffisi.” jedheen. Gabaramtuunis ykn siidaanis dandeetti takkayyu akka hin qabne bare. Waa takka isiin jalaa dubbachuu ykn homaa akka gochuu hin dandeenne sirritti beekee jennaan yeroma san dhakaa itti darbatee caccabsee biraa deeme.
📝 Abbaan Bakrii gosa Teymii tan laaftuu lakkoofsi isaanii xiqqoo tahe irraa waan dhalateef, taaytaan wahiituu isaaf hin kennamne. Qabeenya xiqqoo qabuun daldala eegalee, qabeenya guddaa horate. Warroota dureeyyi keessatti lakkaawame. Tola oliinsa Rabbiitii fi akkasuma Amanamaa tahuu fi dhugaa dubbachuu isaatiin abbaa qabeenyaa beekkamaa tahe.
📝 Qabeenya isaatiin warroota harka qalleeyyii fi yatiima (warroota maatiin isaanii irraa du’an) fi namoota miidhaman gama qabeenyaa, humnaa fi yaadaatiinis bira dhaabbataa ture. Toliinsa isaa irraa jaalalli ummataa guyyaa irraa gar guyyaatti dabalaa dhufe. Hamma irra jaalatamaa ummata Qureeyshii tahutti erga Nabi Muhammad s.a.w.
Inshaa'allaah itti fufaa.
Like, Comment & Share. | 41 |
| 16 | Assalamualaikum Warakhmatullaahii Wabarakaatuhuu
Ahabaabii Fillaah✨🦋✨🦋
📝 Seenaa Sahaaboota kurnaan isiniif maxxaansuu barbaaduu ?
A. Eeyyeeeeeeee
B. Lakkiiiiiiiiiiiiiiiiii
✅ Yadaa keessan Comment irratti barreessa 👇 | 37 |
| 17 | Yaa Qaaliwwan kiyya Duniyaa tana moo’achuu yoo barbaadde:✨🦋✨🦋
📝 Halkan hunda Tahajjuda salaatu lubbuu tee barsiisi— yoo raka’a 2 qofa ta'es, rabbiin ati isaaf jettee halkan dhaabbatte, rakkoo fette keessa yoo jiraatte wallahi isatu siif dhaabbata.
📝 Salaata Fajrii booda — suuraa Yaasin Qara'uu lubbuu tee barsiisi.
📝 Ganama hoggu aduun baatuu fi salaata zuhrii jidutti salaata Duha salaatuu lubbuu tee barsiisi — rizqii fi barakaa yoo barbaadde.
📝 Salaata Maghriibaa booda — suuraa Al-Waaqi’ah Qara'uu lubbuu tee barsiisi.
📝 Salaata Ishaa booda — suuraa Al-Mulk fi aayata lamaan dhumaa suuraa Al-Baqarah Qara'uu aadaa godhadhu.
📝 Guyyaa hunda yeroo 100 istighfaar (Astaghfirullah) jechuu lubbuu tee barsiisi— lubbuu fi qalbii tee qulqulleessiti.
📝 Nabiyyii kee irratti ﷺ guyyatti salawaata 100 buusuu lubbuu tee barsiisi, isaa fi rabbitti akkaan si dhiyeessiti.
📝 Waan kana qalbii qulqulluudhaan yoo goote, Rabbiin balbala cufamee hundaa siif bana, jireenyi kheetis khan barakaa, rizqii halaalii fi gammachuun guutame taha.
📝 Namni qalbii fi onneen isaa qulqulluu taatee, namni jireenyi isaa rizqii halaaliifi barakhaan guutame, namni iiymanni isaa tolee rabbii fi rasuulatti akkaan dhiyaate duuba addunya tana hin Moo'anne jettaa?
📝 Rabbiin nu hunda warra salaata eeguu, Qur'aana jaalatu, qalbii qulqulluu qabu, fi Aakhiraa fi Addunyaa keessatti milkaa’ina argatu nu haa godhu. ✨🦋✨
Aamiiiiiiin. 🤲🏽 | 57 |
| 18 | ♻️Ergamaan Rabbii ﷺ Guyyaa tokko #Aliyiidhaan akkan jedhan, Yaa Aliyyi osoo waa shan hin dalagiin hin rafiin jedhaniin.
1~Qur'aana guutuu guutuuti hanga qaraatuutti
2~Dirhama 4000 hanga sadaqatuutti
3~ka'aaba hanga Ziyaartuutti
4~Jaannata keessatti iddoo hanga godhatuutti.
5~Nama sitti falme hanga amansiiftuutti.
🍃Hoggaa kana Aliyiin akkana jedhe, Yaa Rasuulallaahﷺ kana hunda akkamiti gochuu danda'a jedheen.
Ergamaan rabbii ﷺ akkana jedhaniin,
↪️Suuratul Iklaas yeroo (3) yoo qaraate qur'aana guutuu guutuuti qaraate.
↪️Suuratul faatihaa yeroo (3) yoo qaraate Dirhama 4000 sadaqattee jirtaa.
↪️Laa Ilaaha illallaahu wahaahdahuu laa shariika lahuu Laa hulu-mulku walaa huul-hamdu yuuhiyu wa yumiitu wa huwa Alaa kulli sheey'iin qadiir, yeroo (10) yoo jette ka'aaba ziyyaartee jirta.
↪️Laa howala walaa quwwata illaa Billaahil aliyyuul-aziim, yeroo (10) yoo jette jaannata keessatti iddoo godhatee jirta.
↪️Astaghfirullaahil-aziim allazii Laa ilaaha illaalahu huwal hayyuul qayyuum waa atuubu ileeyhi, yeroo (10) yoo jette Nama sitti falme hanga amansiiftuutti.
Rabbiin warra qalbii ufii moohate itti dalagu nu haa godhu🤲 | 63 |
| 19 | 📝 Takbiiraa Eid.✨🦋✨
☀️ Caamsaa 19/2018.✨🦋✨
☀️ Mey 27/2026 .✨🦋✨
☀️ Zul-hijjaa 10/1447 .✨🦋✨
✈️ @Caayaadiiinaalislaam ✈️ | 60 |
| 20 | 📝 Jechoota hayyuuwwan islaamaa keessaa. { ⑥}
💬 Qur'aanaan malee jannata keessatti wanti sadrkaan kee ol ka'uun hin jiru, osoo kitaaba biroo kumaatamas qaraate.
💬 Dogongora namaa irraa baradhu malee, Akka namni dogongora kee irraa hin baranne.
💬 Islaamummaan ni Injifata, Ati jiraattes jiraachuu baattes. Garuu, Ati Islaamummaan Ala Ni Injifatamta, Ni Baddas.
📝 Jechoota gorsaa keessaa.
💬 Nama Amantiif daldalu malee nama Amantiin daldalu ta'uu rabbi nu haa didu.
💬 Diina dura dhaabbatanii kofluun isa cabsuudha, ammoo diina duratti booyuun of cabsuudha.
💬 Yeroon gochaaf yeroon jechaan waa mul'isan gargari. | 75 |
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
