8 456
Підписники
-924 години
-377 днів
-12330 день
Архів дописів
8 456
Kabajamtoota Maatii koo. Youtube Armaan gadii Subscribe Tolchaa🙏
https://youtube.com/@abdellahtj?si=azxgDfaWx4g_uWPb
8 456
Barsiisaa Debela Kassaye jedhama. Ilma Oromoo dhalataa Magaalaa Naqamteeti. Carraa barnoota biyya alaa (Scholarship ) dhaabbata Buna jedhamutu isa qaqqabe. Calallii dhumaa irra ga'aniiru. Carraa kana argachuufis sagalee keessan barbaada. Dabalaan amma sagalee xiqqoon durfamaa jira. Link an as jala isiniif kaa'uuun seentanii Viidiyoo bakka maqaa isaa sana cina kan jiru achumarratti dhaggeeffattu. hanga xumuraatti erga dhaggeeffattanii booda bakka vote jedhu tuqxu. Achii booda Email keessan galchitanii Vote gochuudha.
Step
1. Link kana bantu. Sana boosa Viidiyoo isaarra isin geessa. Viidiyochi daqiiqaa tokkoo fi sekondii muraasa qofadha. sana dhaggeeffattanii xumurtu. Viidiyochi banuuf xiqqoo isin tursuu mala
2. Erga viidiyoo daawattanii xumurtanii booda 'Vote' kn jedhu tuqxu.
3. Email isin gaafata. Email keessan itti guuttanii Vote gochuudha. kanuma
link kunooti
https://bunasm.com/#/voting/69edfb9b319e11614bc9d349?option=69ee8289319e11614bca5335
8 456
Shiftoonni daangaa Yemen irratti ijoollee keenya ukkaamsanii da'oo itti hidhan keessatti walitti qabuudhaan maatiitti bilbilanii qarshii guddaa akka erganuu fi warra maatiin isaanii waan ergu dhabe immoo lubbuu baasanu, Qaamaa hir'isanu, yakka gሀdeeዳaa irratti raawwachaa turan to'atamaa jiru. Bakki da'oo isaaniis diigamaa jira.
8 456
Shiftoonni daangaa Yaman keessatti ijoollee keenyaa fi namoota biroo butanii maallaqa maatii irraa saamaa turan, akkasumas lubbuu kumaatamaan lakkaa’amu balleessaa turan, irratti mootummaa Yaman hojii (operation) gaggeesseen to’annoo jala oolchuu danda’eera.
Hojii kana keessatti, lammiileen Itoophiyaa fi baqattoonni biyyoota biroo kanneen gammoojjii keessatti butamanii turan bilisa baafamuu danda’aniiru.
8 456
Bara Eebbaa
👉 Dorgomtoonni hundi (1–7):
Bara 2016–2018 A.L.H
Ykn 2024–2026 G.C keessa eebbifamanii ta’uu qabu
🎂 Ulaaga Umrii
👉 Hojii lakk. 1–3:
Umriin waggaa 25 gadi ta’uu qaba
🏫 Iddoo Leenjii
👉 Akkaadaamii Aviyeeshinii Itoophiyaa
👉 Ykn Mana Barumsaa Siivilii Aviyeeshinii
💰 Dhiyeessii Leenjii
👉 Yeroo leenjii: 3,200 Birrii ni kaffalama
☕ Tajaajila Biroo
👉 Guyyaatti si’a 2 bunaa fi shaayee
👉 Snack (biskuti/daabboo) ni kennama
🚌 Geejjiba
👉 Tajaajilli bus ni jiraata
🌐 Odeeffannoo Dabalataa
🔗 Website: http://www.ecaa.gov.et/
🎥 Air Traffic Control: https://www.youtube.com/watch?v=bkP_0268BVQ
🎥 Aeronautical Info: https://www.youtube.com/watch?v=Bol3aicEDNc
🔁 Share godhaa
💬 Hiriyoota keessaniif dabarsaa
#Ethiopia #JobAlert #Aviation #FreshGraduates #Vacancy
8 456
HUBACHIISA
📍 Iddoo Galmee
👉 Biiroo Geejjibaa fi Loojistiiksii naannolee keessatti
👉 Ykn Finfinneetti Waajjira Olaanaa Abbaa Taayitaa Siivilii Aviyeeshinii
⏰ Yeroo Galmee
📅 Beeksifni kun guyyaa Gaazexaa Addis Zaman irratti maxxanfamee itti aanu irraa eegalee
👉 Guyyoota hojii 10 walitti fufan qofaaf banaa dha
📄 Ragaalee Barbaadaman
✔️ Ragaa barnootaa (Student Copy dabalatee)
✔️ Ragaa muuxannoo hojii (yoo jiraate)
✔️ Waraqaa dhalootaa ykn Kaardii eenyummaa
✔️ Suuraa 1
✔️ CV (gabaasa jireenyaa)
👉 Orijinaalaa fi koppii waliin dhiyeeffachuu qabdu
📝 Haala Qacarrii
👉 Dorgomtoonni lakk. 1–3:
Qorumsa ni darbu
Leenjii ogummaa fudhatu
Qorumsa ogummaa (licensing exam) yoo darban qofa ni qacaraman
👉 Dorgomtoonni lakk. 4–7:
Finfinneetti Waajjira Olaanaatti ni qacaramu
🎓 Yeroo Leenjii
👉 Hojii lakk. 1–3:
Leenjii ji’a 6
Erga xumuranii booda muuxannoo hojii waggaa 1 akka qabanitti ni lakkaawama
8 456
5️⃣ Inispeektera Leenjii fi Ogummaa (Certification Inspector I)
🎓 Aeronautical, Mechanical ykn Electrical Engineering
👥 Baay’ina: 5
💰 Mindaa: 13,732 Birrii
6️⃣ Injinara Aerodiraamii I
🎓 Electrical, Civil ykn Aeronautical Engineering
👥 Baay’ina: 5
💰 Mindaa: 13,732 Birrii
7️⃣ Inispeektera Nageenya Aviyeeshinii
🎓 Aeronautical Science, IR, Management, Marketing, Business Admin, Economics ykn English
👥 Baay’ina: 3
💰 Mindaa: 13,732 Birrii
📊 Waliigala barbaadamu: 177 nama
⚠️ Hubachiisa ✔️ Muuxannoo hin barbaachisu (0 year)
✔️ Eebbifamtoota bara 2016–2018 A.L.H qofaaf
8 456
✈️ BEEKSISA CARRAA HOJII HAARAA
Abbaan Taayitaa Siiviil Aviyeeshinii Itoophiyaa dorgomtoota eebbifamtoota haaraa (fresh graduates) ta’an qacaruun, leenjisee hojii irratti bobbaasuu barbaada!
📌 Tarree Gosa Hojii fi Baay’ina Barbaadamu
1️⃣ To’ataa Traafika Qilleensaa (Junior Air Traffic Controller)
🎓 Barnoota: Engineering, Computer Science, IT, Statistics, Physics ykn Mathematics
👥 Baay’ina: 106
💰 Mindaa: 13,732 Birrii
2️⃣ Karoorsituu Odeeffannoo Aeronaatikaalaa (Flight Planner)
🎓 Barnoota: Computer Science, IT, Statistics, Physics, Mathematics ykn English
👥 Baay’ina: 12
💰 Mindaa: 13,732 Birrii
3️⃣ Injinara Gargaaraa (CNS Engineer I)
🎓 Electrical Engineering ykn Computer Engineering
👥 Baay’ina: 41
💰 Mindaa: 13,732 Birrii
4️⃣ Inispeektera Gahuumsa Balalii (Airworthiness Inspector I)
🎓 Electrical, Mechanical ykn Aeronautical Engineering
👥 Baay’ina: 5
💰 Mindaa: 13,732 Birrii
8 456
Generaalli Waraanaa Iraan ajjeechaa Ayaatollaah Alii Kamenitiin wal qabatee Mosaadiif odeeffannoo kenne jedhamee shakkamee to'atamuuf akka deemu odeeffannoon isa geenyaan tarkaanfii ofirratti fudhate😪
8 456
Ni barbaadamu!
1.Corolla ykn Vitz Kireeffamu tu barbaadama!
Kaffaltiin duraa kan baatii 2 tu kaffalama!
Bakki Finfinnee keessa qofaaf fayyadama!
2. Dizair gurguramu namni harkaa qabu
-Model 2022 fi isaa ol!
Keessaan na dubbisaa!
8 456
+1
Konkolaataa gurguramu
-Teros
-Model 1999
-Mootorri Hin hiikamne qulqulluuudha
-Tuttuqaa hin qabu
- Gatiin 850,000 (Waliif galama)
8 456
+4
Gabaa Galgalaa!
Yoo ofiif bituu hin dandeenyellee isa bitutti Share godhii darbi!
1.Qixiqixii gurguramu
Model : 2007
Konkolaataa Gaariidha qabiinsa gaarii kan qabu, Sabbataa - Autoobis Taraa hojjachaa jira.
Mootorri haaromfameera
Gatii 2.5M ( Waliif galama)
2. OBAMA fe'umsaa gurguramu
Model 2015
Gabatee - A23...
Bank: 1.5Mil ofirraa qbaa
Cash: 3M
3. Suzuki Swift
Model 2021
Trans: Automatic
Motor : 1ffaa
Giril - hin qabu
Code : 2
Gatiin: 3.2M waliif galama.
Abbaan fedhe Cash dhaanis Baankiinis ni danda'a
የሚሸጡ መኪናዎች
1. ቅጥቅጥ
ሞዴል : 2007
ጥሩ አያያዝ ያለው
ሞተር አድሷል
ከሰበታ አውቶብስ ተራ ስራ ላይ ያለው
ዋጋ 2.5ሚሊዮን ብር ( ድርድር አለው)
2. ኦባማ የጭነት
ሞዴል : 2015
ታርጋ A23...
ባንክ 1.5ሚሊዮን አለበት
ካሽ 3ሚሊዮን
3.ሱዙኪ ስዊፍት
ትራንስሚሽን- አውቶማቲክ
ግሪል የሌለው
ኮድ 2
ዋጋ 3.2 ሚሊየን ( ድርድር አለው)
8 456
+1
Foton!
Model 2025
16,000Km qofa oofame
Container ture. Ispoondaa haaraatu irra kaa'ame
Gatiin 8.9 (Waliif galama)
8 456
+8
1. Corolla Arizo Five Chery
-Model 2023
-Haaraadha 4000km qofa oofame.
-Gatiin 3 M
2. Corolla
-Model Bara 2005
-Km 280000
-mootora hin hiikne fayyaadha
- 2.35 M ( Waliif galama)
3. Obama Model 2023
Haaraadha, Lakk. Gabatee B74 konkolaataa Jimaati.
Gatii 6.8 (Waliif galama)
4. Abbaa Duulaa Automatic
Bank 1.5 ofirraa qaba
Cash 2.1, Ji'aan 75k kan deebi'u
Konkolaataa sirriitti qabame , Or 99
5. D4D
Model 2006
Mootora Haaresseera
Gatiin 3.2M
6. Sinotruck
Model 2025
Km 5000 qof kan oofame
Gommaan isaa 95 irra kan jiru (አልረገጠም😎)
Bank Mil. 6
Cash Mil 7
8. Vitz
Model 2001
Motorri hin hiikamne
Qalama darrabeera
Trans: Automatic
Gatiin: Akka jirutti 1.65M
Sakattoon: 1.7M (waliif galama)
9. D4D model 2004
Mootora hin haaromsine
Bodyn nagaa kan ta'e qabiinsa bareedaarra kan jiru
Gatiin 3.5 ( Waliif galama)
10. D4D 6.5 model 2006
Qabiinsa bareedaarra jira
Mootorri nagaa, hin hiikamne
Gatiin 3.3M (waliif galama)
8 456
+2
Mana gurguramu!
G+1
Bakki: Saariis Addis Safarii
Kaaree 144
Sarvisii 2 qaba
Kutaa ciisichaa 3, bakka huccuu itti jijjirratan 1 qaba.
Saaloonii tokko qaba
Mana fincaanii 3
Kutaa ciisichaa hojjattuuf ta'u qaba
Alarraa mana fincaanii tokkoo fi bakka dhaabbii konkolaataa qaba
Sartafikeetii E-Digital kan qabu, gurguruu jijjiiruu fi ittiin liqeeffachuun kan danda'amu
Gatii Mil. 22
Commission 2% ( Isheen kun dirqama🤣)
የሚሸጥ G+1 ቤት
ሳሪስ አዲስ ሰፈር
144 ካሬ G+1
2 ሰርቪስ ያለው ቤት
3 መኝታ 1 ልብስ መቀየሪያ ክፍል
1 ሳሎን
3 ሽንት ቤት
1 ሰራተኛ ማደሪያ
2 ሰርቪስ እና
1 የውጪ ሽንት ቤት
1 መኪና ማቆሚያ አለው
ዲጂታል ኢ-ሰርተፊኬት አለው መሸጥ መለወጥ መበደር ሚያስችል
ዋጋ 22 ሚሊዮን ድርድር አለው
ኮሚሽን 2%
8 456
Magaalaa Beddellee
Sarvisii Kutaa 4 qaba!
Kitchen guutuu, Kutaa ciisichaa guddaa, Kutaa dhiqannaa Ho'aa fi qabbanaa'aas qaba. Kutaa ciisichaa dabalataa, Saaloonii guddaa fi Bakka dhiqannaa waliinii facilities ammayyaa waliin hojjatame.
Mooraa bareedaa Green area dhaan faayame qaba
Safara jireenyaaf toluu fi mijataatti argama.
Bakki: Magaalaa Beddellee naannoo Koolleejjii BLTO
Gatiin : 3M jedhu. Kan bitu argamnaan waliif galama!
Odeeffannoo dabalataaf: Whatsapp 0903515079
8 456
Gamoo gurguramu G+5
Kaaree 520 fi Gamochi kaaree 480 irra j8ra
Ground isaa Baankiidhaaf Miliyoona 1n kireeffameera.
1-5tti fininshing isaa qofatu hafa.
Gatiin Mil. 50 harkatti, Mil.200 kan baankiitu irra jira.
Waajjiraaf bakka filatamaa ta'e
Bakki: Labuu Daandii guddaa irra
Koomishinii: 2%
Odeeffannoo dabalataaf
Whatsapp qofaan : 0930515079
የሚሸጥ G+5
520ካሬ G+5
ህንፃው 480 ካሬ ላይ
Ground ለባንክ 1 ሚሊዮን ተከራይቷል
1 - 5 finishing ይቀራል
13 ቤቶች አሉት
ዋጋ 50 ሚ ካሽ ባንክ 200 milion አለበት
ለቢሮ በጣም ተመራጭ የሆነ ቦታ
ለቡ ዋና መንገድ ጥሩ የሆነ ቦታ ላይ የሚገኝ
ኮሚሽን 2%
ለበለጠ መረጃ : 0903515079 ዋትስአፕ ብቻ
8 456
+2
Gamoo gurguramu
1. Bal'ina kaaree 438
Sarbisii, G+2 fi G+ Akkasumas Sarvisii dabalataa kan qabu
Baatiitti 550,000tti kan kireeffame
Bakki: Fiyyal Beet Daandii guddaa irra ifaa Tiraafikaa bira
Gatii: Miliyoona 160
8 456
Appiin kun waan maxxansitan tokkorratti kun baay'ina view argattaniitiin isiniif kaffala. Kana malees daqiiqaa isin achirra turtaniin qabxii isiniif lakkaa'a. Buufadhaa itti fayyadamaa! Link kunooti
https://app.buzzerfan.com/referral-invite/rsf44b9f24f9554718ab955e08cd27fa5e
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
