Alex Taye
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 Alex Taye 的分析概览
频道 Alex Taye (@guuboo1) 是活跃参与者。目前社区聚集了 12 403 名订阅者,在 交通 类别中位列第 1 883,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 840 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 12 403 名订阅者。
根据 23 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -24,过去 24 小时变化为 -4,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 26.94%。内容发布后 24 小时内通常能获得 13.93% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 3 342 次浏览,首日通常累积 1 728 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 18。
📝 描述与内容策略
尚未提供频道描述。
凭借高频更新(最新数据采集于 24 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 交通 类别中的关键影响点。
12 403
订阅者
-424 小时
-507 天
-2430 天
帖子存档
12 403
Kaffaltii tokko malee galii argachuu barbaadduu? Link kanaan seenuun Register erga gootanii booda bakka Search jedhutti ID 3866847 barreessitanii Maqaa ‘Fatu143’ gaafa isiniif fidu Live bakka agarsiisu tuqxanii seenuun teessoo duwwaarra galtu. Akkamitti akka hojjattan, akkamiin akka galii argattanu Mucayyoo Qaxalee Fatuu jedhamtutu isin hubachiisa!
Ammuma dafaa!
https://cdn1.halaroomchat.com/h5/index.html#/share_hostPage?uid=3866847
11 11月, 09:20
12 403
Hojjachuu barbaadduu? Baasii tokko malee bilbila keessanii galii argachuu barbaadduu?
Link kanaan erga buufattanii Register gootanii booda Bakka Search tti ‘ 4543171 barreessuun maqaa Nezif Taju ‘ jedhu gaafa isiniif fidu sana bantanii Live Guest seentu.
https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_hostPage?uid=4543171
10 11月, 13:26
12 403
Hojjachuu barbaadduu? Baasii tokko malee bilbila keessanii galii argachuu barbaadduu?
Link kanaan erga buufattanii Register gootanii booda Bakka Search tti ‘ 4555392 barreessuun maqaa Obse Abu Hilwa ‘ jedhu gaafa isiniif fidu sana bantanii Live Guest seentu.
https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_hostPage?uid=4555392
10 11月, 13:16
12 403
Hojjachuu barbaadduu? Baasii tokko malee bilbila keessanii galii argachuu barbaadduu?
Link kanaan erga buufattanii Register gootanii booda Bakka Search tti ‘ 45311756 barreessuun maqaa Obse Fayisa jedhu gaafa isiniif fidu sana bantanii Live Guest seentu.
https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_hostPage?uid=4531756
10 11月, 11:59
12 403
Maatiiwwan keenya akkam jirtu? Warri App sana buufattan Task guyyaa har’aa cufamuuf Sa’a 2 qofatu hafa. Warri hin guuttatin seenaa guuttadhaa!
Warri hin eegalin Link kanaan seenuun erga buufattanii booda Register godhaa. Sana booda ID : 4401839 bakka search irratti barreessuun join godhaa!
Barsiisonni har’aa ‘Edosa’ fi ‘ Muzisha’ dha!
Link
https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_hostPage?uid=4401839
01 11月, 10:24
12 403
Warri App buufattan Link kana tuquun Live irra seenaa
https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_livePage?uid=4401839
28 10月, 14:54
12 403
Akkam jirtu?
Qarshii tokko osoo hin kaffalin bilbila keessan qofa fayyadamuun guyyaatti sa’aatii 2 qofa hojjattanii baatiitti yoo xiqqaate qarshii 15,000-20,000 argachuu akka dandeessan beektuu?
Wanti isin irraa eegamu Bilbila Smart, Connection data qabaachuu qofadha!
Step:
1. Link an as jala isiniif kaa’uun seentanii app sana gadi buufattu!
2. Email ykn bilbila keessan fayyadamuun “Account Create” godhattu!
3. Sana booda namoota akkaataa itti hojjattan isin hubachiisan Guest ykn Party irratti walin isin qunnamsiisa!
Link kanaan buufadhaa keessaan na dubbisaa
Inviting You to Play a Game https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_gamePage?uid=4401839
28 10月, 14:02
12 403
Abdulhamid jedhama. Barataa Yunivarsitii Haramaayaati. Dorgommii leenjii full stack baatii 3 tolaan badhaasisu dorgomaa jira. Link kanaan seenuun like godhaafii!
https://t.me/sofomar/142
27 10月, 11:37
12 403
+9
🚨🔴 BREAKING NEWS | KAABA WALLOO
⚡ Lola Kaaba Walloo keessatti gaggeeffameen kasaaraan guddaan garee faannoo jedhamu irra gaheera jedhame!
Akka odeeffannoon qoodametti, Raayyaan Ittisa Biyyaa fi humnoota nageenyaa waloo fi garee shororkeessitooga Faannoo irratti fudhataniin
👉 200 ol barbadaa’an
👉 170 madaa’an
👉 2 qabaman
👉 Meeshaaleen waraanaa hedduun, kanneen akka Dishqaa, Bireen, Kilaash, Snayiper, Laawuncharii fi Mortaar qabaman jedhame.
24 9月, 14:22
12 403
Oromoon akka Horiittu wal qaltee reeffa waliirratti sirbuun akkuma itti fufetti jira
17 8月, 01:14
12 403
Seenaaf ol kaayyachaa deemna! Abbaa Ilmaan Shanii kan ijoollee isaa guddifachuuf biyyaa ba'ee hojjatachaa jiru gidirsanii ajjeesan. Ilma dhiiraatu Live irratti dhiira akka isaa gudeedee dhaadataa jira. Gaaftokko garuu kan hojii keessanii ni argattu! Dhiigni Miskiinaa lafatti hin badin!
16 8月, 17:46
12 403
Gocha gara jabummaa, Gocha hammeenyummaa daangaa darbe kan Ijoolleen Maqaa Walloo fi Arsiitiin of waamtu saudi keessatti ijoollee miskiina hojjatachuuf biyyaa baaterratti raawwachaa jirtu kana qaamni hundi balaaleffachuu qaba. Namoota gocha akkasii keessatti hirmaataa jira hundi seeraan akka gaafataman gochuun dirqama!
16 8月, 16:35
12 403
Link kanaan seenuun maxxansa dorgommii facebook kan Qubee Electronics qopheesse Like share gochuun na injifachiisaa!
https://www.facebook.com/share/p/1FGLUCdYUr/?mibextid=wwXIfr
03 8月, 09:34
12 403
OLAANTUMMAAN SEERAA HAA KABAJAMU‼️
Namittii gadi galoo Harmee kana haala kanaan salphisaa viidiyoo waraabde eessa akka taate qoratamee ifa ba'uu qaba. Namni tokko yooma yakka raawwatellee seeratti dhiyaatee adabama malee haala kanaan mirgi namummaa isaa hin sarbamu. Harmeen kun rakkootu kanatti na galche osoo jettuu Boqqolloo yoo baay'ate kiiloo 5n hin guunneef haala kanaana salphisuun waan hin malle. Akkuma gaafa addaggeen Ogeessa fayyaa Baalee Roobeetti salphisuuf itti dachaatee, booda daandii milkaa'inaa ta'eef sanatti tarii harmee kanaafis daandii jireenyaatu banamuufiif ta'a. Qaamni seeraa warra yakka sarbiinsa mirgaa kana raawwate hatattamaan seeratti nuuf haa dhiyeessu. Haadha kanammoo hawaasni bakka isaan jiran nuuf haa qoratu. Deeggarsa barbaachisu kamiyyuu akka godhamuufiif cina dhaabbanna! Namni isheen jirtu beektan wal nu qunnamsiisaa!
#Share
23 7月, 02:46
