fa
Feedback
Alex Taye

Alex Taye

رفتن به کانال در Telegram
8 456
مشترکین
-924 ساعت
-377 روز
-12330 روز
آرشیو پست ها
Kabajamtoota Maatii koo. Youtube Armaan gadii Subscribe Tolchaa🙏 https://youtube.com/@abdellahtj?si=azxgDfaWx4g_uWPb

Barsiisaa Debela Kassaye jedhama. Ilma Oromoo dhalataa Magaalaa Naqamteeti. Carraa barnoota biyya alaa (Scholarship ) dhaabba
Barsiisaa Debela Kassaye jedhama. Ilma Oromoo dhalataa Magaalaa Naqamteeti. Carraa barnoota biyya alaa (Scholarship ) dhaabbata Buna jedhamutu isa qaqqabe. Calallii dhumaa irra ga'aniiru. Carraa kana argachuufis sagalee keessan barbaada. Dabalaan amma sagalee xiqqoon durfamaa jira. Link an as jala isiniif kaa'uuun seentanii Viidiyoo bakka maqaa isaa sana cina kan jiru achumarratti dhaggeeffattu. hanga xumuraatti erga dhaggeeffattanii booda bakka vote jedhu tuqxu. Achii booda Email keessan galchitanii Vote gochuudha. Step 1. Link kana bantu. Sana boosa Viidiyoo isaarra isin geessa. Viidiyochi daqiiqaa tokkoo fi sekondii muraasa qofadha. sana dhaggeeffattanii xumurtu. Viidiyochi banuuf xiqqoo isin tursuu mala 2. Erga viidiyoo daawattanii xumurtanii booda 'Vote' kn jedhu tuqxu. 3. Email isin gaafata. Email keessan itti guuttanii Vote gochuudha. kanuma link kunooti https://bunasm.com/#/voting/69edfb9b319e11614bc9d349?option=69ee8289319e11614bca5335

+4
Shiftoonni daangaa Yemen irratti ijoollee keenya ukkaamsanii da'oo itti hidhan keessatti walitti qabuudhaan maatiitti bilbilanii qarshii guddaa akka erganuu fi warra maatiin isaanii waan ergu dhabe immoo lubbuu baasanu, Qaamaa hir'isanu, yakka gሀdeeዳaa irratti raawwachaa turan to'atamaa jiru. Bakki da'oo isaaniis diigamaa jira.

+2
Shiftoonni daangaa Yaman keessatti ijoollee keenyaa fi namoota biroo butanii maallaqa maatii irraa saamaa turan, akkasumas lubbuu kumaatamaan lakkaa’amu balleessaa turan, irratti mootummaa Yaman hojii (operation) gaggeesseen to’annoo jala oolchuu danda’eera. Hojii kana keessatti, lammiileen Itoophiyaa fi baqattoonni biyyoota biroo kanneen gammoojjii keessatti butamanii turan bilisa baafamuu danda’aniiru.

Bara Eebbaa 👉 Dorgomtoonni hundi (1–7): Bara 2016–2018 A.L.H Ykn 2024–2026 G.C keessa eebbifamanii ta’uu qabu 🎂 Ulaaga Umrii 👉 Hojii lakk. 1–3: Umriin waggaa 25 gadi ta’uu qaba 🏫 Iddoo Leenjii 👉 Akkaadaamii Aviyeeshinii Itoophiyaa 👉 Ykn Mana Barumsaa Siivilii Aviyeeshinii 💰 Dhiyeessii Leenjii 👉 Yeroo leenjii: 3,200 Birrii ni kaffalama ☕ Tajaajila Biroo 👉 Guyyaatti si’a 2 bunaa fi shaayee 👉 Snack (biskuti/daabboo) ni kennama 🚌 Geejjiba 👉 Tajaajilli bus ni jiraata 🌐 Odeeffannoo Dabalataa 🔗 Website: http://www.ecaa.gov.et/ 🎥 Air Traffic Control: https://www.youtube.com/watch?v=bkP_0268BVQ 🎥 Aeronautical Info: https://www.youtube.com/watch?v=Bol3aicEDNc 🔁 Share godhaa 💬 Hiriyoota keessaniif dabarsaa #Ethiopia #JobAlert #Aviation #FreshGraduates #Vacancy

HUBACHIISA 📍 Iddoo Galmee 👉 Biiroo Geejjibaa fi Loojistiiksii naannolee keessatti 👉 Ykn Finfinneetti Waajjira Olaanaa Abba
HUBACHIISA 📍 Iddoo Galmee 👉 Biiroo Geejjibaa fi Loojistiiksii naannolee keessatti 👉 Ykn Finfinneetti Waajjira Olaanaa Abbaa Taayitaa Siivilii Aviyeeshinii ⏰ Yeroo Galmee 📅 Beeksifni kun guyyaa Gaazexaa Addis Zaman irratti maxxanfamee itti aanu irraa eegalee 👉 Guyyoota hojii 10 walitti fufan qofaaf banaa dha 📄 Ragaalee Barbaadaman ✔️ Ragaa barnootaa (Student Copy dabalatee) ✔️ Ragaa muuxannoo hojii (yoo jiraate) ✔️ Waraqaa dhalootaa ykn Kaardii eenyummaa ✔️ Suuraa 1 ✔️ CV (gabaasa jireenyaa) 👉 Orijinaalaa fi koppii waliin dhiyeeffachuu qabdu 📝 Haala Qacarrii 👉 Dorgomtoonni lakk. 1–3: Qorumsa ni darbu Leenjii ogummaa fudhatu Qorumsa ogummaa (licensing exam) yoo darban qofa ni qacaraman 👉 Dorgomtoonni lakk. 4–7: Finfinneetti Waajjira Olaanaatti ni qacaramu 🎓 Yeroo Leenjii 👉 Hojii lakk. 1–3: Leenjii ji’a 6 Erga xumuranii booda muuxannoo hojii waggaa 1 akka qabanitti ni lakkaawama

5️⃣ Inispeektera Leenjii fi Ogummaa (Certification Inspector I) 🎓 Aeronautical, Mechanical ykn Electrical Engineering 👥 Baa
5️⃣ Inispeektera Leenjii fi Ogummaa (Certification Inspector I) 🎓 Aeronautical, Mechanical ykn Electrical Engineering 👥 Baay’ina: 5 💰 Mindaa: 13,732 Birrii 6️⃣ Injinara Aerodiraamii I 🎓 Electrical, Civil ykn Aeronautical Engineering 👥 Baay’ina: 5 💰 Mindaa: 13,732 Birrii 7️⃣ Inispeektera Nageenya Aviyeeshinii 🎓 Aeronautical Science, IR, Management, Marketing, Business Admin, Economics ykn English 👥 Baay’ina: 3 💰 Mindaa: 13,732 Birrii 📊 Waliigala barbaadamu: 177 nama ⚠️ Hubachiisa ✔️ Muuxannoo hin barbaachisu (0 year) ✔️ Eebbifamtoota bara 2016–2018 A.L.H qofaaf

✈️ BEEKSISA CARRAA HOJII HAARAA Abbaan Taayitaa Siiviil Aviyeeshinii Itoophiyaa dorgomtoota eebbifamtoota haaraa (fresh gradu
✈️ BEEKSISA CARRAA HOJII HAARAA Abbaan Taayitaa Siiviil Aviyeeshinii Itoophiyaa dorgomtoota eebbifamtoota haaraa (fresh graduates) ta’an qacaruun, leenjisee hojii irratti bobbaasuu barbaada! 📌 Tarree Gosa Hojii fi Baay’ina Barbaadamu 1️⃣ To’ataa Traafika Qilleensaa (Junior Air Traffic Controller) 🎓 Barnoota: Engineering, Computer Science, IT, Statistics, Physics ykn Mathematics 👥 Baay’ina: 106 💰 Mindaa: 13,732 Birrii 2️⃣ Karoorsituu Odeeffannoo Aeronaatikaalaa (Flight Planner) 🎓 Barnoota: Computer Science, IT, Statistics, Physics, Mathematics ykn English 👥 Baay’ina: 12 💰 Mindaa: 13,732 Birrii 3️⃣ Injinara Gargaaraa (CNS Engineer I) 🎓 Electrical Engineering ykn Computer Engineering 👥 Baay’ina: 41 💰 Mindaa: 13,732 Birrii 4️⃣ Inispeektera Gahuumsa Balalii (Airworthiness Inspector I) 🎓 Electrical, Mechanical ykn Aeronautical Engineering 👥 Baay’ina: 5 💰 Mindaa: 13,732 Birrii

Generaalli Waraanaa Iraan ajjeechaa Ayaatollaah Alii Kamenitiin wal qabatee Mosaadiif odeeffannoo kenne jedhamee shakkamee to'atamuuf akka deemu odeeffannoon isa geenyaan tarkaanfii ofirratti fudhate😪

Ni barbaadamu! 1.Corolla ykn Vitz Kireeffamu tu barbaadama! Kaffaltiin duraa kan baatii 2 tu kaffalama! Bakki Finfinnee keessa qofaaf fayyadama! 2. Dizair gurguramu namni harkaa qabu -Model 2022 fi isaa ol! Keessaan na dubbisaa!

Konkolaataa gurguramu -Teros -Model 1999 -Mootorri Hin hiikamne qulqulluuudha -Tuttuqaa hin qabu - Gatiin 850,000 (Waliif gal
+1
Konkolaataa gurguramu -Teros -Model 1999 -Mootorri Hin hiikamne qulqulluuudha -Tuttuqaa hin qabu - Gatiin 850,000 (Waliif galama)

Gabaa Galgalaa! Yoo ofiif bituu hin dandeenyellee isa bitutti Share godhii darbi! 1.Qixiqixii gurguramu Model : 2007 Konkolaa
+4
Gabaa Galgalaa! Yoo ofiif bituu hin dandeenyellee isa bitutti Share godhii darbi! 1.Qixiqixii gurguramu Model : 2007 Konkolaataa Gaariidha qabiinsa gaarii kan qabu, Sabbataa - Autoobis Taraa hojjachaa jira. Mootorri haaromfameera Gatii 2.5M ( Waliif galama) 2. OBAMA fe'umsaa gurguramu Model 2015 Gabatee - A23... Bank: 1.5Mil ofirraa qbaa Cash: 3M 3. Suzuki Swift Model 2021 Trans: Automatic Motor : 1ffaa Giril - hin qabu Code : 2 Gatiin: 3.2M waliif galama. Abbaan fedhe Cash dhaanis Baankiinis ni danda'a የሚሸጡ መኪናዎች 1. ቅጥቅጥ ሞዴል : 2007 ጥሩ አያያዝ ያለው ሞተር አድሷል ከሰበታ አውቶብስ ተራ ስራ ላይ ያለው ዋጋ 2.5ሚሊዮን ብር ( ድርድር አለው) 2. ኦባማ የጭነት ሞዴል : 2015 ታርጋ A23... ባንክ 1.5ሚሊዮን አለበት ካሽ 3ሚሊዮን 3.ሱዙኪ ስዊፍት ትራንስሚሽን- አውቶማቲክ ግሪል የሌለው ኮድ 2 ዋጋ 3.2 ሚሊየን ( ድርድር አለው)

Foton! Model 2025 16,000Km qofa oofame Container ture. Ispoondaa haaraatu irra kaa'ame Gatiin 8.9 (Waliif galama)
+1
Foton! Model 2025 16,000Km qofa oofame Container ture. Ispoondaa haaraatu irra kaa'ame Gatiin 8.9 (Waliif galama)

1. Corolla Arizo Five Chery -Model 2023 -Haaraadha 4000km qofa oofame. -Gatiin 3 M 2. Corolla -Model Bara 2005 -Km 280000 -mo
+8
1. Corolla Arizo Five Chery -Model 2023 -Haaraadha 4000km qofa oofame. -Gatiin 3 M 2. Corolla -Model Bara 2005 -Km 280000 -mootora hin hiikne fayyaadha - 2.35 M ( Waliif galama) 3. Obama Model 2023 Haaraadha, Lakk. Gabatee B74 konkolaataa Jimaati. Gatii 6.8 (Waliif galama) 4. Abbaa Duulaa Automatic Bank 1.5 ofirraa qaba Cash 2.1, Ji'aan 75k kan deebi'u Konkolaataa sirriitti qabame , Or 99 5. D4D Model 2006 Mootora Haaresseera Gatiin 3.2M 6. Sinotruck Model 2025 Km 5000 qof kan oofame Gommaan isaa 95 irra kan jiru (አልረገጠም😎) Bank Mil. 6 Cash Mil 7 8. Vitz Model 2001 Motorri hin hiikamne Qalama darrabeera Trans: Automatic Gatiin: Akka jirutti 1.65M Sakattoon: 1.7M (waliif galama) 9. D4D model 2004 Mootora hin haaromsine Bodyn nagaa kan ta'e qabiinsa bareedaarra kan jiru Gatiin 3.5 ( Waliif galama) 10. D4D 6.5 model 2006 Qabiinsa bareedaarra jira Mootorri nagaa, hin hiikamne Gatiin 3.3M (waliif galama)

Mana gurguramu! G+1 Bakki: Saariis Addis Safarii Kaaree 144 Sarvisii 2 qaba Kutaa ciisichaa 3, bakka huccuu itti jijjirratan
+2
Mana gurguramu! G+1 Bakki: Saariis Addis Safarii Kaaree 144 Sarvisii 2 qaba Kutaa ciisichaa 3, bakka huccuu itti jijjirratan 1 qaba. Saaloonii tokko qaba Mana fincaanii 3 Kutaa ciisichaa hojjattuuf ta'u qaba Alarraa mana fincaanii tokkoo fi bakka dhaabbii konkolaataa qaba Sartafikeetii E-Digital kan qabu, gurguruu jijjiiruu fi ittiin liqeeffachuun kan danda'amu Gatii Mil. 22 Commission 2% ( Isheen kun dirqama🤣) የሚሸጥ G+1 ቤት ሳሪስ አዲስ ሰፈር 144 ካሬ G+1 2 ሰርቪስ ያለው ቤት 3 መኝታ 1 ልብስ መቀየሪያ ክፍል 1 ሳሎን 3 ሽንት ቤት 1 ሰራተኛ ማደሪያ 2 ሰርቪስ እና 1 የውጪ ሽንት ቤት 1 መኪና ማቆሚያ አለው ዲጂታል ኢ-ሰርተፊኬት አለው መሸጥ መለወጥ መበደር ሚያስችል ዋጋ 22 ሚሊዮን ድርድር አለው ኮሚሽን 2%

Magaalaa Beddellee Sarvisii Kutaa 4 qaba! Kitchen guutuu, Kutaa ciisichaa guddaa, Kutaa dhiqannaa Ho'aa fi qabbanaa'aas qaba. Kutaa ciisichaa dabalataa, Saaloonii guddaa fi Bakka dhiqannaa waliinii facilities ammayyaa waliin hojjatame. Mooraa bareedaa Green area dhaan faayame qaba Safara jireenyaaf toluu fi mijataatti argama. Bakki: Magaalaa Beddellee naannoo Koolleejjii BLTO Gatiin : 3M jedhu. Kan bitu argamnaan waliif galama! Odeeffannoo dabalataaf: Whatsapp 0903515079

Gamoo gurguramu G+5 Kaaree 520 fi Gamochi kaaree 480 irra j8ra Ground isaa Baankiidhaaf Miliyoona 1n kireeffameera. 1-5tti fi
Gamoo gurguramu G+5 Kaaree 520 fi Gamochi kaaree 480 irra j8ra Ground isaa Baankiidhaaf Miliyoona 1n kireeffameera. 1-5tti fininshing isaa qofatu hafa. Gatiin Mil. 50 harkatti, Mil.200 kan baankiitu irra jira. Waajjiraaf bakka filatamaa ta'e Bakki: Labuu Daandii guddaa irra Koomishinii: 2% Odeeffannoo dabalataaf Whatsapp qofaan : 0930515079 የሚሸጥ G+5 520ካሬ G+5 ህንፃው 480 ካሬ ላይ Ground ለባንክ 1 ሚሊዮን ተከራይቷል 1 - 5 finishing ይቀራል 13 ቤቶች አሉት ዋጋ 50 ሚ ካሽ ባንክ 200 milion አለበት ለቢሮ በጣም ተመራጭ የሆነ ቦታ ለቡ ዋና መንገድ ጥሩ የሆነ ቦታ ላይ የሚገኝ ኮሚሽን 2% ለበለጠ መረጃ : 0903515079 ዋትስአፕ ብቻ

Gamoo gurguramu 1. Bal'ina kaaree 438 Sarbisii, G+2 fi G+ Akkasumas Sarvisii dabalataa kan qabu Baatiitti 550,000tti kan kire
+2
Gamoo gurguramu 1. Bal'ina kaaree 438 Sarbisii, G+2 fi G+ Akkasumas Sarvisii dabalataa kan qabu Baatiitti 550,000tti kan kireeffame Bakki: Fiyyal Beet Daandii guddaa irra ifaa Tiraafikaa bira Gatii: Miliyoona 160

Warri Link isin dide kanaan scan godhaa buufadhaa🙏
Warri Link isin dide kanaan scan godhaa buufadhaa🙏

Appiin kun waan maxxansitan tokkorratti kun baay'ina view argattaniitiin isiniif kaffala. Kana malees daqiiqaa isin achirra turtaniin qabxii isiniif lakkaa'a. Buufadhaa itti fayyadamaa! Link kunooti https://app.buzzerfan.com/referral-invite/rsf44b9f24f9554718ab955e08cd27fa5e