es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Alex Taye

Alex Taye

Ir al canal en Telegram

📈 Análisis del canal de Telegram Alex Taye

El canal Alex Taye (@guuboo1) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 12 403 suscriptores, ocupando la posición 1 883 en la categoría Transporte y el puesto 2 840 en la región Etiopía.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 12 403 suscriptores.

Según los últimos datos del 23 noviembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -24, y en las últimas 24 horas de -4, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 26.94%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 13.93% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 3 342 visualizaciones. En el primer día suele acumular 1 728 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 18.

📝 Descripción y política de contenido

No se ha proporcionado la descripción del canal.

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 24 noviembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Transporte.

12 403
Suscriptores
-424 horas
-507 días
-2430 días
Archivo de publicaciones
Alex Taye
12 403
Kaffaltii tokko malee galii argachuu barbaadduu? Link kanaan seenuun Register erga gootanii booda bakka Search jedhutti ID 3866847 barreessitanii Maqaa ‘Fatu143’ gaafa isiniif fidu Live bakka agarsiisu tuqxanii seenuun teessoo duwwaarra galtu. Akkamitti akka hojjattan, akkamiin akka galii argattanu Mucayyoo Qaxalee Fatuu jedhamtutu isin hubachiisa! Ammuma dafaa! https://cdn1.halaroomchat.com/h5/index.html#/share_hostPage?uid=3866847
11 nov, 09:20

Alex Taye
12 403
Hojjachuu barbaadduu? Baasii tokko malee bilbila keessanii galii argachuu barbaadduu? Link kanaan erga buufattanii Register gootanii booda Bakka Search tti ‘ 4543171 barreessuun maqaa Nezif Taju ‘ jedhu gaafa isiniif fidu sana bantanii Live Guest seentu. https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_hostPage?uid=4543171
10 nov, 13:26

Alex Taye
12 403
Hojjachuu barbaadduu? Baasii tokko malee bilbila keessanii galii argachuu barbaadduu? Link kanaan erga buufattanii Register gootanii booda Bakka Search tti ‘ 4555392 barreessuun maqaa Obse Abu Hilwa ‘ jedhu gaafa isiniif fidu sana bantanii Live Guest seentu. https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_hostPage?uid=4555392
10 nov, 13:16

Alex Taye
12 403
Hojjachuu barbaadduu? Baasii tokko malee bilbila keessanii galii argachuu barbaadduu? Link kanaan erga buufattanii Register gootanii booda Bakka Search tti ‘ 45311756 barreessuun maqaa Obse Fayisa jedhu gaafa isiniif fidu sana bantanii Live Guest seentu. https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_hostPage?uid=4531756
10 nov, 11:59

Alex Taye
12 403
Maatiiwwan keenya akkam jirtu? Warri App sana buufattan Task guyyaa har’aa cufamuuf Sa’a 2 qofatu hafa. Warri hin guuttatin seenaa guuttadhaa! Warri hin eegalin Link kanaan seenuun erga buufattanii booda Register godhaa. Sana booda ID : 4401839 bakka search irratti barreessuun join godhaa! Barsiisonni har’aa ‘Edosa’ fi ‘ Muzisha’ dha! Link https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_hostPage?uid=4401839
01 nov, 10:24

Alex Taye
12 403
Namoonni APP sana buufattan Link kanaan seenaa! Live irra jirra
28 oct, 17:00

Alex Taye
12 403
Discover Amazing Live Streams Just for You!
28 oct, 17:00

Alex Taye
12 403
Join My Live Room and Let’s Have Fun Together!
28 oct, 17:00

Alex Taye
12 403
Warri App buufattan Link kana tuquun Live irra seenaa https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_livePage?uid=4401839
28 oct, 14:54

Alex Taye
12 403
Akkam jirtu? Qarshii tokko osoo hin kaffalin bilbila keessan qofa fayyadamuun guyyaatti sa’aatii 2 qofa hojjattanii baatiitti yoo xiqqaate qarshii 15,000-20,000 argachuu akka dandeessan beektuu? Wanti isin irraa eegamu Bilbila Smart, Connection data qabaachuu qofadha! Step: 1. Link an as jala isiniif kaa’uun seentanii app sana gadi buufattu! 2. Email ykn bilbila keessan fayyadamuun “Account Create” godhattu! 3. Sana booda namoota akkaataa itti hojjattan isin hubachiisan Guest ykn Party irratti walin isin qunnamsiisa! Link kanaan buufadhaa keessaan na dubbisaa Inviting You to Play a Game https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_gamePage?uid=4401839
28 oct, 14:02

Alex Taye
12 403
Abdulhamid jedhama. Barataa Yunivarsitii Haramaayaati. Dorgommii leenjii full stack baatii 3 tolaan badhaasisu dorgomaa jira.
Abdulhamid jedhama. Barataa Yunivarsitii Haramaayaati. Dorgommii leenjii full stack baatii 3 tolaan badhaasisu dorgomaa jira. Link kanaan seenuun like godhaafii! https://t.me/sofomar/142
27 oct, 11:37

Alex Taye
12 403
photo content
+1
24 sep, 14:22

Alex Taye
12 403
🚨🔴 BREAKING NEWS | KAABA WALLOO ⚡ Lola Kaaba Walloo keessatti gaggeeffameen kasaaraan guddaan garee faannoo jedhamu irra ga
+9
🚨🔴 BREAKING NEWS | KAABA WALLOO ⚡ Lola Kaaba Walloo keessatti gaggeeffameen kasaaraan guddaan garee faannoo jedhamu irra gaheera jedhame! Akka odeeffannoon qoodametti, Raayyaan Ittisa Biyyaa fi humnoota nageenyaa waloo fi garee shororkeessitooga Faannoo irratti fudhataniin 👉 200 ol barbadaa’an 👉 170 madaa’an 👉 2 qabaman 👉 Meeshaaleen waraanaa hedduun, kanneen akka Dishqaa, Bireen, Kilaash, Snayiper, Laawuncharii fi Mortaar qabaman jedhame.
24 sep, 14:22

Alex Taye
12 403
Hundi keessanuu Group kana join godhaa! https://t.me/orexfamily1
05 sep, 14:07

Alex Taye
12 403
Oromoon akka Horiittu wal qaltee reeffa waliirratti sirbuun akkuma itti fufetti jira
17 ago, 01:14

Alex Taye
12 403
+2
Seenaaf ol kaayyachaa deemna! Abbaa Ilmaan Shanii kan ijoollee isaa guddifachuuf biyyaa ba'ee hojjatachaa jiru gidirsanii ajjeesan. Ilma dhiiraatu Live irratti dhiira akka isaa gudeedee dhaadataa jira. Gaaftokko garuu kan hojii keessanii ni argattu! Dhiigni Miskiinaa lafatti hin badin!
16 ago, 17:46

Alex Taye
12 403
+5
Gocha gara jabummaa, Gocha hammeenyummaa daangaa darbe kan Ijoolleen Maqaa Walloo fi Arsiitiin of waamtu saudi keessatti ijoollee miskiina hojjatachuuf biyyaa baaterratti raawwachaa jirtu kana qaamni hundi balaaleffachuu qaba. Namoota gocha akkasii keessatti hirmaataa jira hundi seeraan akka gaafataman gochuun dirqama!
16 ago, 16:35

Alex Taye
12 403
Link kanaan seenuun maxxansa dorgommii facebook kan Qubee Electronics qopheesse Like share gochuun na injifachiisaa! https://www.facebook.com/share/p/1FGLUCdYUr/?mibextid=wwXIfr
03 ago, 09:34

Alex Taye
12 403
OLAANTUMMAAN SEERAA HAA KABAJAMU‼️ Namittii gadi galoo Harmee kana haala kanaan salphisaa viidiyoo waraabde eessa akka taate qoratamee ifa ba'uu qaba. Namni tokko yooma yakka raawwatellee seeratti dhiyaatee adabama malee haala kanaan mirgi namummaa isaa hin sarbamu. Harmeen kun rakkootu kanatti na galche osoo jettuu Boqqolloo yoo baay'ate kiiloo 5n hin guunneef haala kanaana salphisuun waan hin malle. Akkuma gaafa addaggeen Ogeessa fayyaa Baalee Roobeetti salphisuuf itti dachaatee, booda daandii milkaa'inaa ta'eef sanatti tarii harmee kanaafis daandii jireenyaatu banamuufiif ta'a. Qaamni seeraa warra yakka sarbiinsa mirgaa kana raawwate hatattamaan seeratti nuuf haa dhiyeessu. Haadha kanammoo hawaasni bakka isaan jiran nuuf haa qoratu. Deeggarsa barbaachisu kamiyyuu akka godhamuufiif cina dhaabbanna! Namni isheen jirtu beektan wal nu qunnamsiisaa! #Share
23 jul, 02:46