cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

SBO Press

🌎 Karaa Midiyaalee Hawaasaa Biroon Nu Argachuuf;👇👇 Yuutiyuubii: 👉 youtube.com/@sbopress Feesbuukii: 👉 facebook.com/barsiisota/ Filannoo keessan godhattanii waan nu hordoftaniif isin galateeffanna!

Більше
Фінляндія668Мова не вказанаОсвіта15 986
Рекламні дописи
10 197
Підписники
+3324 години
+4087 днів
+1 70830 днів
Час активного постингу

Триває завантаження даних...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Аналітика публікацій
ДописиПерегляди
Поширення
Динаміка переглядів
01
Moosaajii Roosteraa! 🔷 Moosaajiin Kuni Bilbila Harka keenya jiru ykn Kompitara (Laptop) Fayyadamnee Yeroo Gabaabaa Keessatti Qabxii Barattootaa Ittiin Hojjachuu kan nu dandeessisuudha. Ati Moosaajii kana buufattee jirtaa? Yoo buufattee jiraattee waan fooyyessuun barbaachisu Comment jalatti yaada kee nuuf barreessi. "Moosaajii Kana Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya?" Jechuun warreen nu  gaafachaa jirtan hundi Link kana 👇 banuun Video yoo ilaaltan salphatti ittiin hojjachuu ni dandeessu. Chaanalii Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa.       👉 https://youtu.be/02abe_wV48o 🔷 Moosaajiin Roosteraa Kuni baay’ina gosa barnoota baratamuu irratti hundaa’uun Kutaa 1 hanga kutaa 12 tti adda addaan qindaa’e kan jiru yoo ta’u, baay’ina Barattootaa daree tokko keessa jiranii hamma 190 tti nuuf hojjachuu ni danda’a. 🔷 Moosaajiin Roosteraa kuni wantoota armaaan gadiitti tarreeffaman hunda isaa ofumaan siif hojjachuu danda’a. 👉 Ida'ama Qabxii Barattootaa! 👉 Averege Qabxii Barattootaa! 👉 Qaaccessa Qabxii Barattootaa! 👉 Cuunfaa Qabxii Barattootaa! 👉 Sadarkaa Barattootaa! 👉 Barattoota Darbanii fi Hin Darbinee Saalan adda baasee nuuf hojjata! 👉 Print gochuuf Mijataadha fi Salphaadha. 🔷 Liinkii gadii kana banuun Roostera siif ta'u filattee Download godhachuu dandeessa.👇 Download Roster #Share #Like #Follow godhaa!
1 84310Loading...
02
App'n Bitget jedhamu kuni akkuma Binance gosoota crypto bituu fi gurguruuf kan tajaajiluu yoo ta’u, Guyyaa kaleessa Telegram irratti tajaajila daldala crypto kana eegalee jira. Yeroo ammaa kana Teelegraama irratti of beeksisa waan jiruuf namoota 10 gara app kanaatti afeeruun doolaara Ameerikaa 100 badhaasa jira. Carraan badhaasa doolaara 100 kuni guyyaa afur qofaaf tura. Kana malees carraa galmaa’u fi spin sochoosuun qabxii argachuu qabda. Qabxii argatte kana immoo $USDT'n bittee gurgurachuu ni dandeessa. Kana malees gosoota crypto kanneen akka Tapswap, Yescoin, Hamster fi kkf yeroo list ta'an booda app kana irrattii gurgurachuu ni dandeessu. Kanaafuu ammuma liinkii armaaan gadii kana banuun galmaa’u dandeessu. 👉 https://t.me/BitgetOfficialBot/Bitget?startapp=mWeAIuEdeetcKyNdd9e7HlC8nhyR6jCAobJeq9cY6GkvGmK4PtTFiHavVsL
1 9032Loading...
03
Guddinni sadarkaa fi daballiin hojjettoota mootummaa labsii haaraa: Komishinii Siivil Sarviisii Federaalaa jalatti hayyamameera ** . Komishinarri Komishinii Siivil Sarviisii Federaalaa obbo Mekuriyaa Haayilee (Dr.) wixineen labsii hojjettootaa mootummaan federaalaa haaraan baase hojjattoonni madaalamanii fi raawwii hojii isaaniitiin adda bahaniidha jedhan. Labsiin kun dogoggoraan hubatamuu akka hin qabne komishinarri kun ibsaniiru. Hojjetaan tokko dachaa lama yoo madaalamee fi bu'aan isaa giddu galeessa gadi yoo ta'e hojii isaa irraa akka ari'amus hubachiisaniiru. Hojjettoonni madaallii kanaan bu’aa gaarii galmeessan waggaa lama lamatti sadarkaa guddinaa fi tarkaanfii tarkaanfii akka argatan labsicha keessatti tumameera jedhan. Kaayyoon labsichaa inni guddaan lakkoofsa hojjettoota hir’isuu osoo hin taane humna isaaniif kennuudha jedhan Dr. Mekuriyaa Haayilee. Kanneen sadarkaa madaallii guutanii fi gahumsa qaban, kanneen qaawwa murtaa’e qabaniifi kanneen qaawwa bal’aa qaban adda baafamanii qaawwi jiru leenjiin guutamuun sadanuu caasaa mootummaa keessatti kan itti fufan ta’uu ibsaniiru.
2 73413Loading...
04
Barattoota Sagantaa Barnoota Gannaa Yuuniversiitii Dambi Doolloo Hundaaf.
3 4337Loading...
05
Carraa 10,000 $USDT Coin kana Link gadii kana banuun yaalaa. 👇🏾👇🏾👇🏾 👉 https://t.me/GetTonGifts_Bot/TonGifts?startapp=o_DY9FLiLTntX5Qhf57raag_5633382527
3 7343Loading...
06
#summer #BarsiisotniBagagammaddan! Barsiisotni Barnoota gannaa jalqabdanii sababa adda addaan citee ture ni jalqabama.
5 39052Loading...
07
Mul'ata Kee Milkeessuuf Tattaafadhu.
4 1131Loading...
08
Baayyinni Hordoftoota Chaanalii Teelegraama keenya 10,000 gahuu isaatti baayyee gammannee jirra. Madda Odeeffannoo keessan godhattanii nu hordofuu Keessaniif galatooma isinin jenna. Irra deebinee odeeffannoo dhugaa fi qulqulluu ta'ee qofa akka isiniif maxxansinuu waadaa isiniif galuu barbaanna. Galatooma!
4 1101Loading...
09
Airdrop Pixel jedhamu kanallee yaaluu hin dagatinaa 👇🏾👇🏾 👉 https://t.me/pixelversexyzbot?start=5633382527
4 1551Loading...
10
Incorrect man asked correct spelling! What a generation!
4 9741Loading...
11
#National_university_Exit_Exam_Schedule ***** Sagantaan Qormaata Ba'iinsa Yuunivarsiitii Bara 2016 Kan barattoota Yuunivarsiitii Wallaggaatti Qormaataaf Taa'anii.
5 4085Loading...
12
#National_university_Exit_Exam_Schedule ***** Sagantaan Qormaata Ba'iinsa Yuunivarsiitii Bara 2016 Kan barattoota Yuunivarsiitii Wallaggaa
221Loading...
13
Oduu Gammachiisa Tapswap'n yeroo gabaabaa keessatti TON irratti Lounch ta'uuf akka jiru TON commumity'n guyyaa hara ibsee jira. Kana jechuun Tapswap gurgurachuuf yoo hanga ammaatti Binance Wallet kan hin qabaanne ta'ee illee karaa salphaa ta'een Wallet Telegram kee irratti Withdraw gochuun gurgurachuu dandeessa jechuudha. Akkuma beekkamuu Tapswap'n July 1 Lounch of gochuuf akka jiru kana dura ibsuun isaa ni yaadatama. Kanaafuu namoonni itti jirtan jabaadha hojjadha. Firii ifaajee keessanii yeroo gabaabatti arguuf jirtu. Namoonni hanga ammaatti soba jettanii osoo hin jalqabiin jirtan immoo torbee lamaan hafee kana keessatti coin baayyee walitti qabaachuu dandeessu. Kanaafuu booda gaabbuu mannaa ammuma liinkii armaaan gadii kana banuun jalqabuu dandeessu. 👇👇👇 👉 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
5 3761Loading...
14
Sagantaa Qormaata Kutaa 12ffaa - Qormaatn kan qophaa’e #Sirna_Barnootaa_Darbe(Moofaa) keessaa- Barnoota kutaa 9ffaa - 11ffaa jiru yoo ta'u, #Sirna_Barnootaa_Haaraa keessaa immoo - Barnoota Kutaa 12ffaa ti. - Guyyaa Qormaataa; #Barnoota_Saayinsii_Hawaasaa - Adoolessa 03-05/2016 #Barnoota_Saayinsii_Uumamaa - Adoolessa 09-11/2016tti Waraqaafi 'Online'n kennama. Barattoota keenyaaf: #CARRAA_GAARII_HAWWINEERRA! BBO Irraa
8 10231Loading...
15
Sagantaa Qormaata Kutaa 6ffaa Kan Bulchinsa Magaalaa Finfinnee
6 0392Loading...
16
Today's Hamster Kombat 5,000,000 daily combo. Join 👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/orocoins
5 6460Loading...
17
Today's Hamster Kombat 5,000,000 daily combo. Namoonni hin jalqabne liinkii kanaan seentanii jalqabuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/hamster_Kombat_bot/start?startapp=kentId7257422880
7282Loading...
18
🎁Ton Gifts has sent a 200000000 $GFT gift for you ! 👇Click Link below to open https://t.me/GetTonGifts_Bot/TonGifts?startapp=o_wA45Cj1DmiKtdq0gF70ZW_5633382527
6 8561Loading...
19
Yes Coin Akka addunyaatti 🔥 fayyadamtoota miliyoona 18 oliin  kan taphatame yoo ta'u, kana keessaa fayyadamtoonni miliyoona 6 ol wallet  isaanii waliin walqabsiisaniiru. Wallet 🤑 keessan wajjiin wal qunnamsiisuu hin dagatinaa! Namoonni hin jalqabne immoo liinkii kanaan seentanii jalqabuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=RM3P3H
6 9423Loading...
20
Just for fun 😅🤣
6 7161Loading...
21
Yes coin 🤝TON Namoonni hin jalqabne liinkii kanaan seentanii jalqabuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=RM3P3H
7 4634Loading...
22
Barsiisotaf Gaaffilee shaakalaa qormaata gahumsaa ogummaa gosa barnoota fi Malleen Barruu Barsiisuu guutuu isaa deebii waliin 👉 Herrega 👉 GJQ 👉 S/Uumamaa(S/W) 👉 S/Hawaasaa 👉 BLAG 👉 English 👉 Afaan Oromoon 👉 Jeneraalistii 👉 Aartii
7 18225Loading...
23
#Telegram_Wallet_Chellange! Telegram'n akkaata bittaa fi gurgurtaa crypto'n itti gaggeeffamu irratti chellange badhaasa argamsiisu qopheessee jira. Chellange kana irrattii hirmaachuun badhaasa $NOT 1000 fi sana ol argachuu ni dandeessu. Kanaafuu link armaaan gadii kana banuun hirmaachuu dandeessu.👇👇 👉 https://t.me/community_bot/join?startapp=id_396-r_NzM2NzMyM18zNTA0
8 0472Loading...
24
MemeFi Coin 🪙  verify ta'ee jiraa Jalqabuuf 👇 👉 https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_2ad4d1665b
7 6281Loading...
25
Today's Hamster Kombat 5,000,000 daily combo.
6 7171Loading...
26
Challenge Telegram Walletin qophaa'e kana irratti hirmaachuun Doolaara 1000 injifachuu ni dandeessu. Telegram Wallet irratti akkaataa bittaa fi gurgurtaan itti gaggeeffamuu hubachuu wajjiin wal qabata. Link gadii kana banuun irratti hirmaachuu ni dandeessu. 👉 https://t.me/community_bot/join?startapp=id_396
6 5392Loading...
27
Today's Hamster Kombat 5,000,000 daily combo. Namoonni hin jalqabne liinkii kanaan seentanii jalqabuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉   https://t.me/hamstEr_kombat_bot/start?startapp=kentId5633382527
6 6135Loading...
28
Hamster Kombat irratti akkaataa itti guyyaa guyyaan saantimoota 6000000(6M) ol walitti qabachuu dandeenyu. Video kana daawwachuun Youtube Channel keenya Subscribe gochuu hin dagatinaa! 👉 https://youtu.be/6Z1HEB4wrwo
7 8208Loading...
29
Today's Hamster Kombat 5,000,000 daily combo. Namoonni hin jalqabne liinkii kanaan seentanii jalqabuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉   https://t.me/hamstEr_kombat_bot/start?startapp=kentId5633382527
7 1964Loading...
30
YAADACHIISA! Qormaatni kutaa 8ffaa ; - Kan Qophaa'e Gosoota Barnootaa Kutaa 8ffaa Keessaa Qofa. Isaanis, 1-Afaan Oromoo 2-Afaan Amaaraa 3- Afaan Ingilizii 4- Herrega 5- Barnoota Lammummaa, 6-Barnoota Gadaa, 7- Saayinsii Waliigalaa 8- Barnoota Hawaasaa fa'a #Guyyaan_Qormaatni_kennamu, Waxabajjii 04-05/2016 - Baay'ina #Mana_Barnootaa Qormaata Fudhatu:- 9,633. - Baay'ina #Barattoota Qormaata Fudhatanii:- 672,500. - Baay'ina #Wiirtuu_Qormaatni itti kennamu:- 1424. Hubachiisa:- #Gabatee_Sagantaa_Qormaataa_Ilaalaa! #Carraa_Gaarii BBO irraa #Share Join  👇👇 @barsiisotaf
8 97815Loading...
31
#Namoota_TON_fi_NOTCoin_gurgurachuu_barbaaddan_Hundaaf Namoonni TONCOIN qabdanii fi gurgurachuu barbaaddan gatii bareedan isiin irraa ni binna. Akkasumas Kanneen Notcoin qabdan gatiin NOTCOIN hir'achaa Jira. Gatiin #NOTCOIN 1 duraan #doolaara 0.026 ture amma gara 0.016 tti gadi bu'eera. Kanaafuu namoonni osoo kana caalaa gad hin buune gatii bareedaan gurgurachuu barbaaddan fi Dabalataaniis namoonni #tonspace_beta , #tonkeeper fi kkf irraa gara #telegram_wallet jijjiirattanii gurgurachuuf kaffaltii isin gafatees karaa Telegram kanaan👇👇 @Sbopr @Sbopr nu qunnamuun amma gurguradhaa.
7 2871Loading...
32
Today's Hamster Kombat 5 Mil. daily combo. Namoonni hin jalqabne liinkii kanaan seentanii jalqabuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉   https://t.me/hamster_Kombat_bot/start?startapp=kentId6727747053
6 7831Loading...
Moosaajii Roosteraa! 🔷 Moosaajiin Kuni Bilbila Harka keenya jiru ykn Kompitara (Laptop) Fayyadamnee Yeroo Gabaabaa Keessatti Qabxii Barattootaa Ittiin Hojjachuu kan nu dandeessisuudha. Ati Moosaajii kana buufattee jirtaa? Yoo buufattee jiraattee waan fooyyessuun barbaachisu Comment jalatti yaada kee nuuf barreessi. "Moosaajii Kana Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya?" Jechuun warreen nu  gaafachaa jirtan hundi Link kana 👇 banuun Video yoo ilaaltan salphatti ittiin hojjachuu ni dandeessu. Chaanalii Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa.       👉 https://youtu.be/02abe_wV48o 🔷 Moosaajiin Roosteraa Kuni baay’ina gosa barnoota baratamuu irratti hundaa’uun Kutaa 1 hanga kutaa 12 tti adda addaan qindaa’e kan jiru yoo ta’u, baay’ina Barattootaa daree tokko keessa jiranii hamma 190 tti nuuf hojjachuu ni danda’a. 🔷 Moosaajiin Roosteraa kuni wantoota armaaan gadiitti tarreeffaman hunda isaa ofumaan siif hojjachuu danda’a. 👉 Ida'ama Qabxii Barattootaa! 👉 Averege Qabxii Barattootaa! 👉 Qaaccessa Qabxii Barattootaa! 👉 Cuunfaa Qabxii Barattootaa! 👉 Sadarkaa Barattootaa! 👉 Barattoota Darbanii fi Hin Darbinee Saalan adda baasee nuuf hojjata! 👉 Print gochuuf Mijataadha fi Salphaadha. 🔷 Liinkii gadii kana banuun Roostera siif ta'u filattee Download godhachuu dandeessa.👇 Download Roster #Share #Like #Follow godhaa!
Показати все...
Moosaajii Roosterri Qabxii Barattoota Kutaa 1ffaa hanga Kutaa 12ffaa Ittiin Hojjatamuu

Bilbila ykn Kompiitara fayyadamnee roostera qabxii barattoota yeroo gabaabaa keessatti karaa ittiin hojjachuu dandeenyu. Fayyadamuuf Baayyee Salphaa fi Mijataa dha.

👍 12 4
App'n Bitget jedhamu kuni akkuma Binance gosoota crypto bituu fi gurguruuf kan tajaajiluu yoo ta’u, Guyyaa kaleessa Telegram irratti tajaajila daldala crypto kana eegalee jira. Yeroo ammaa kana Teelegraama irratti of beeksisa waan jiruuf namoota 10 gara app kanaatti afeeruun doolaara Ameerikaa 100 badhaasa jira. Carraan badhaasa doolaara 100 kuni guyyaa afur qofaaf tura. Kana malees carraa galmaa’u fi spin sochoosuun qabxii argachuu qabda. Qabxii argatte kana immoo $USDT'n bittee gurgurachuu ni dandeessa. Kana malees gosoota crypto kanneen akka Tapswap, Yescoin, Hamster fi kkf yeroo list ta'an booda app kana irrattii gurgurachuu ni dandeessu. Kanaafuu ammuma liinkii armaaan gadii kana banuun galmaa’u dandeessu. 👉 https://t.me/BitgetOfficialBot/Bitget?startapp=mWeAIuEdeetcKyNdd9e7HlC8nhyR6jCAobJeq9cY6GkvGmK4PtTFiHavVsL
Показати все...
👍 10 3
Guddinni sadarkaa fi daballiin hojjettoota mootummaa labsii haaraa: Komishinii Siivil Sarviisii Federaalaa jalatti hayyamameera ** . Komishinarri Komishinii Siivil Sarviisii Federaalaa obbo Mekuriyaa Haayilee (Dr.) wixineen labsii hojjettootaa mootummaan federaalaa haaraan baase hojjattoonni madaalamanii fi raawwii hojii isaaniitiin adda bahaniidha jedhan. Labsiin kun dogoggoraan hubatamuu akka hin qabne komishinarri kun ibsaniiru. Hojjetaan tokko dachaa lama yoo madaalamee fi bu'aan isaa giddu galeessa gadi yoo ta'e hojii isaa irraa akka ari'amus hubachiisaniiru. Hojjettoonni madaallii kanaan bu’aa gaarii galmeessan waggaa lama lamatti sadarkaa guddinaa fi tarkaanfii tarkaanfii akka argatan labsicha keessatti tumameera jedhan. Kaayyoon labsichaa inni guddaan lakkoofsa hojjettoota hir’isuu osoo hin taane humna isaaniif kennuudha jedhan Dr. Mekuriyaa Haayilee. Kanneen sadarkaa madaallii guutanii fi gahumsa qaban, kanneen qaawwa murtaa’e qabaniifi kanneen qaawwa bal’aa qaban adda baafamanii qaawwi jiru leenjiin guutamuun sadanuu caasaa mootummaa keessatti kan itti fufan ta’uu ibsaniiru.
Показати все...
👍 31 5
Barattoota Sagantaa Barnoota Gannaa Yuuniversiitii Dambi Doolloo Hundaaf.
Показати все...
👍 35 9
Carraa 10,000 $USDT Coin kana Link gadii kana banuun yaalaa. 👇🏾👇🏾👇🏾 👉 https://t.me/GetTonGifts_Bot/TonGifts?startapp=o_DY9FLiLTntX5Qhf57raag_5633382527
Показати все...
👍 17
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#summer #BarsiisotniBagagammaddan! Barsiisotni Barnoota gannaa jalqabdanii sababa adda addaan citee ture ni jalqabama.
Показати все...
64👍 49👏 4
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Mul'ata Kee Milkeessuuf Tattaafadhu.
Показати все...
👍 21
Baayyinni Hordoftoota Chaanalii Teelegraama keenya 10,000 gahuu isaatti baayyee gammannee jirra. Madda Odeeffannoo keessan godhattanii nu hordofuu Keessaniif galatooma isinin jenna. Irra deebinee odeeffannoo dhugaa fi qulqulluu ta'ee qofa akka isiniif maxxansinuu waadaa isiniif galuu barbaanna. Galatooma!
Показати все...
👍 48
Airdrop Pixel jedhamu kanallee yaaluu hin dagatinaa 👇🏾👇🏾 👉 https://t.me/pixelversexyzbot?start=5633382527
Показати все...
PixelTap by Pixelverse

Tap tap tap! Earn Coins and Fight for supply in real time battles ⚔️ Build by @pixelverse_xyz gaming team 👾

👍 4
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Incorrect man asked correct spelling! What a generation!
Показати все...
👍 26 6
Авторизуйтеся та отримайте доступ до детальної інформації

Ми відкриємо вам ці скарби після авторизації. Обіцяємо, це швидко!