cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Jama'aa Muslima Torban Diida'aa

Jama'aa Muslimtotaa Torban Diida'aa jaarmaya dhimmoota amantii islaamaa,diinagdee fi hawasummaa irratti hojjatu.

Більше
Рекламні дописи
1 366
Підписники
+324 години
+137 днів
+5830 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

As ,wr,wb: Kabajamtoota fi Jaalatamtoonni akkasumas Ulfaattonni Miseensonnii fi Hooggantoonni JTD akkasumas ilmaan muslimaa Guutuu addunyaa irra jirtan Kanneen biyya keessa fi Biyyoota Alaa iddoowwan adda addaa keessatti argamtan , akkam jirtu? Bakkuma jirtanitti #Keeyrii keessa rabbiin isin haa jiraachisu. Waan yaaddan hunda rabbiin isiniif haa guutu Kan Rakkattee rakkoo jirtu,kan dhibamtee Hospitaala fi mana ciisaa jirtu, kan haqaan ala hidhamtee hidhaa jirtu hunduma keessan rabbiin isin haa furu. Kan karoora Diinagdee horachuu qabu, kan Hamilee fuudhaa qabuu fi tan hamilee heerumaa qabdu hunduma keessan rabbiin tasuma niyyaa keessan biyyuma jirtanitti isiniif haa guutu. Kanneen Hamilee biyya alaa deemuu fi Hamilee waa barachuu qabdanis Laaftumatti rabbiin isiniif haa Laaffisu. Rabbumaaf jecha isin jaalanna . Bakkuma jirtanitti nagaa keessa nuuf jiraadhaa . #JTD
Показати все...
👍 26 18
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Jama'aan Muslima Torban Diida'aa Koollejjii Imaamu Shaafi'iyyii waliin ta'uun Sagantaan leenjii imaamotaa fi Daa'iiwwanii Guyyaa hardha 16/10/2016 Aanaa Seeruu Magaalaa Seerutti milkaa'inaan goolabameera. Wajjirri Bulchiinsa Aanaa fi Qaamootni Nageenyaa Aanaa seeruu sagantaan kun akka milkaa'uf deeggarsa nuuf taasiftanif galatooma. Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa Barnootaaf Misooma irratti kan hojjatu!
Показати все...
👍 17 1
Guyyaa har'a 15/10/2016 Jama'aan Muslima Torban Diida'aa Koollejjii Imaamu Shaafi'iyyii waliin ta'uun Sagantaan leenjii imaamotaa fi Daa'iiwwanii Guyyaa hardha 25/10/2016 Aanaa Amiinyaa Magaalaa Addeelleetti kenne haalaa gaaridhaan goolabameera. Bifuma wal fakkaatun leenjiin kun guyyaa borii Aanaa Seeruutti kan itti fufu ta'a. Jama'aa Muslimaa Torban Diida'aa Barnootaaf Misooma irratti kan hojjatu!
Показати все...
8👍 5
4.35 MB
7.88 MB
10👍 5🔥 2
Sirna Salaata Iidal Al-Adhaa Bara Hijra 1445 Aanoota fi Magaalaalee:- Aanaa Seeruu,Aanaa Balee Gasgar,Aanaa Amiinyaa,Aanaa Arsii Roobee,Aanaa Xiichoo,Aanaa Hamdaa Diksiis,Aanaa Suudee,Aanaa Loodee Heexosaa,Aanaa Collee,Aanaa Gololchaa,Magaalaa Asallaa fi Magaalaa bakka tokkotti daw'adha
Показати все...
6.31 MB
5.19 MB
6.02 MB
5.19 MB
5.98 MB
4.97 MB
12.35 MB
5.15 MB
5.15 MB
6.18 MB
👍 9 3💯 2
Sirna Salaata Iidal Al-Adhaa Bara Hijra 1445 Aanaa Gololchaa Magaalaa Caancoo suuradhaan 📷 W/K/A/G
Показати все...
Sirna Salaata Iidal Al-Adhaa Bara Hijra 1445 Aanaa Collee suuradhaan 📷 W/K/A/C
Показати все...
Sirna Salaata Iidal Al-Adhaa Bara Hijra 1445 Aanaa Loodee Heexosaa Magaalaa Hurutaa suuradhaan 📷 W/K/A/L/H
Показати все...
Sirna Salaata Iidal Al-Adhaa Bara Hijra 1445 Aanaa Suudee Magaalaa Kullaa suuradhaan 📷 W/K/A/S
Показати все...
👍 1
Перейти до архіву дописів
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.