ar
Feedback
Jama'aa Muslimaa Torban Dachii

Jama'aa Muslimaa Torban Dachii

الذهاب إلى القناة على Telegram

Jama'aa Muslimtotaa Torban Diida'aa jaarmaya dhimmoota amantii islaamaa,diinagdee fi hawasummaa irratti hojjatu.

إظهار المزيد
1 178
المشتركون
-224 ساعات
-117 أيام
-4730 أيام

جاري تحميل البيانات...

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
يوليو '26
يوليو '260
في 0 قنوات
يونيو '26
+2
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '26
+12
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+17
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+13
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+10
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '26
+17
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+11
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+15
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+5
في 1 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+7
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+6
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+18
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+17
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '25
+11
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+8
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '25
+20
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+5
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '25
+1
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+12
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+35
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+36
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+102
في 1 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+150
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+94
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+111
في 1 قنوات
Get PRO
مايو '24
+130
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+120
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '24
+152
في 1 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+166
في 1 قنوات
Get PRO
يناير '24
+199
في 1 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+159
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+40
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+26
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+21
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+22
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '23
+19
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '23
+13
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '23
+21
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '23
+15
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '23
+6
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '23
+11
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '23
+20
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '22
+27
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '22
+43
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '22
+34
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '22
+32
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '22
+28
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '22
+39
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '22
+28
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '22
+42
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '22
+51
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '22
+54
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '22
+14
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '22
+24
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '21
+19
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '21
+26
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '21
+38
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '21
+31
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '21
+54
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '21
+31
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '21
+15
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '21
+19
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '21
+29
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '21
+11
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '21
+19
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '21
+18
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '20
+309
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
14 يوليو0
13 يوليو0
12 يوليو0
11 يوليو0
10 يوليو0
09 يوليو0
08 يوليو0
07 يوليو0
06 يوليو0
05 يوليو0
04 يوليو0
03 يوليو0
02 يوليو0
01 يوليو0
منشورات القناة
KANAAFUU: JTDn cimee fi utubamee of dura adeemuun faaydaalee waan hedduu akka qabuu fi qaamni kamuu isa tumsuun gahee isaa bahuu akka qabu ifa galaadha jechuudha. KANUMAAFI KAA Asiindura Munashidoonni fi ijoolleen Qaqqaxaleen JTD Kanneen akka Muussaa Muhaammadii fi M/Nuur Haashim kan Mata duree Nashiidaa isaanii keessatti “JTD UTUBUUN YOOMUU GAHEE KOOTI ” jedhanii kan Nashiidaa itti baasanii irraa dubbataniif.   Waan hafan kutaa itti aanu keessatti bal’inaan wal yaadachiifna.   Of duras JTDn fedha rabbiitiin Cimee itti fufa .   JTD UTUBUUN YOOMUU GAHEE KOOTI   JTD.

2
JTD n Maal nuuf buuse? Dhaabbilee islaamaa Waggoottan 7n Dabre Kana Hawaasa Islaamaa Gama amantiitii fi Hawaasummaantiin tajaajilaa turanii fi ammas tajaajilaa Jiran keessaa JTDn isa tokko. JTDn Faaydaalee hedduu buuse,Sagantaa Da’awaatiin Hawaasa magaalaa fi baadiyyaa,akkasumas baddaa fi gammoojji walitti hidhe. Dur biyya keenya keessatti kan barame Jamaáan dargaggootaa tokko magaalaa tokko keessatti yoo hundaa’e warra baadiyyaa quba hin qabu,masjiida tokkotti yoo hundaa’e masjiida isa cinaa jiru quba hin qabu ture Ammas Jamaáan Aanaa tokkoo ,Jama’aa Aanaa ollaa isaa kan  biraa quba hin qabu ture. JTDn garuu Caaseffama isaatiin kana hunda irra aanuun gaafuma hundefaamu Aanota hedduu walitti hidhee eegalame,aanaa qofaa mitii gandoota fi masjidootaas walitti hidhe. Sana qofaa mitii Baadiyyaa fi Magaalaas Walitti hidhee da’awaa irratti waliin hirmaachise. Ragaan kanaa ammoo Muhaadaraawwan baroota dabaran Biyya Diida’aa fi iddoowwan biraa keessatti gaggeeffamaa turan kan hawaasni kumaatamaan irratti hirmaataan raga kanaati. Ammas JTDn Dargaggoota fi Aalimman walitti hidhe, sunis Dhaabbata kana kan ijaare fi kan sochoosee hoogganaa ture Dargaggoota Yoo ta’u garuu kan Achi Keessatti gaheen kennamee fi guutumaan guututti hawaasa barsiisaa fi daaw’essaa ture Aalimmanii fi Du’aatota. JTDn Aalimmanii fi Hayyoota Doktortoota Islaamatiif Jazaa guddaa isaanif oole,sunis Hawwasa baláa ijaaree waliiti isaanii qabee sagantaa isaanii qopheessuun Doktortoonni Ykn Aalimman Magaalaa Keessa jiraatanii fi Hawaasni baadiyyaa keessa jiraatu akka wal argu  fi wal gorsuuf carraa argatu godhe. Kanaafuu JTDn Aalimman Ykn Doktortoota biraa akkuma namaatittuu  Galata qaba jechuudha. Galanni guddaan Rabbi irraa barbaadamaa. Kana qofaa miti JTDn dhaabbata Caasaan isaa bal’aa fi guddaa waan taéef Dargaggoota isa Hooggananiifi Hoogganaa turaniif  Dandeettii hooggansaa (Leadership skill) Gabbiseef. Akka itti waa hoogganan barsiise. Kanaaf dargaggoonni JTD Keessa turanii gara biraa wayta imalan eessattuu Hoogganssaa fi duree ta’anii Mul’atu. Fkn kana hubachuuf bara 2015 A.L.I qofa Jama’aalee Muslimaa Yunivarsiitii Itoophiyaa Keessa jiran 10 ol irratti Akka koree Hooggansaatti kan Tajaajilaa turan Ijoollee Hooggansaan JTD Keessa turan akka ta’an Ragaan Qorannoon Mirkanaahe Ni garsiisa. Dabalataanis Dhaabbilee Islaamaa Jajjaboo amma biyya keenya keessatti ijaaramaa jiranii fi dhaabbilee Diinagdee dhuunfaa ammatti ijaaramaa jiran keessatti Ijooleen JTD Harka Yabbuu qabu. Kanaaf JTD Dargaggoota isa Hoogganaa turan irraayis Galata oolef qaba jechuudha. Silaa kan gama Daáwaatiin Hawaasa dammaqsuu fi Gama Barnoota bu’uura Ibaada(BBI) tiin Abboota fi Haawwota Keenya Kumaatamaan baadiyyaa fi magaalaa keessatti Barsiisee Waan buúura islaamumma hubachiise Waan akkatti dubannee itti geennu miti.of dura bal’inaan irraa dubanna. Kan dubbannuufis akka namni seenaa(Siiraa) Gaggaarii irraa fudhatuuf malee Ajriin isaa Rabbi bira. Walimaa galatti JTDn 1.     Aalimman ,Du’aatotaa fi Doktortootaaf Hawaasaan wal isaan qunnamsiisee Akka isaan ijarii dalagatan isaan gochhuun isaan fayyadeera. 2.     Hawwasa Baadiyyaa Magaalaan Walitti ijaaruun Carraa Barnootaa fi Da’awaa islaamaa isaaniif akka dhihaatu haala mijjeessuun isaan tajaajilaale.Tokkummaa fi Obbolumma Gidduu hawaasas cimseera. 3.     Dargaggoota Dhalootan Aanaa fi gandoota adda addaa keessatti dhalatan kan wal hin beekne kan silaa carraa wal baruus hin qabne wal barsiisuun akka isaan kaayyoo takka waliin offanii fi waliin hoogganan isaan gochuun ,Ammas Dandeettii Waa hoogganuu fi waa ijaaruu akka cimsatan isaan gargaareera.kanaaf bakka deeman hundatti duubee osoo hin taane duree akka ta’an isaan taasiseera.kan kana hunda irra caalu immoo Kaayyoo islaamummaa kan ta’e Ajrii (Toltuu) isaan dalagachiiseera. 4.     Ijaarsa Sirna Majlisa amma jiruu kana keessatti gahee Leencaa taphateera. 5.     Misoomni Biyya keenyaa akka cimus gahee baheera.
45
3
لا يوجد نص...
435
4
As wr wb hubachiisa mesosnni JTD magalaa adamaa fii naannawa ishi jirtan hundi kessanuu Guyyaa 28.10 3018 magala Adama kuta magala boolea masjida ja'afaruxxayyaritti akka argamtanii kabajaan isin gafanna
426
5
لا يوجد نص...
585
6
لا يوجد نص...
510
7
لا يوجد نص...
476
8
لا يوجد نص...
115
9
#Oduu_Gammachiisaa ========= Waxabajjii 21/2018========= #ARSII_AANAA_XIICHOOTTI_SIRNI_QUBSIISA_AALIMAA_GAGGEEFFAME Godina Arsii Aanaa Xiichoo Magaalaa Xiichootti Sirni Simannaa fi qubsiisa Aalima beekkamaa  Ustaaz  Huseen Ismoo bakka Ulamaa'onni bebbeekkamoon Godina Arsii fi Aanota Ollaa isaanii akkasuma bakka keessummoonni kabajaa argamanitti guyyaa harr'aa haala hoo'aa ta'een  gaggeeffamee jira. Sagantaa kana irratis hawaasni aanichaa gammachuu Diiniidhaaf qaban ibsachaa hirmaannaa, kennaa ykn Gumaata Aalima isaanitiif kennataa Onnee isaanii irraa jaalala isaanitti dhagayame ibsachaa oolan. Akkasuma Hooggantoonni mootummaa fi hawaasni gandoota aanaa Xiichoo kumaatamaan lakkaa'aman Sirna Simannaa fi qubsiisa Aalima beekkamaa gara magaalaa Xiichoo dhufan kana irratti haala hoo'aa ta'een hirmaatanii jiru. Dhuma irrattis haasaya Aalimmanii fi Hayyootaatiin Sirni Simannaafi qubsiisa aalimaa  Magaalaa Xiichootti gaggeeffamaa oole haala hawataafi Milkaa'inna olaanaa qabuun goolabameera. =======/////////=======/////////=======                                              #JTD
105
10
As wr wb kabajamtoota misessota jtd hundi kessan ibsa JTD millana baasee akka irratti hojjattan kabajaadhan isin gafanna sagalee ummata keennaf haatanuu
691
11
Rakkoo Nageenyaa Godina Arsii Aanaa Seeruu fi Aanolee Godinichaa biroo keessatti Uumame Ilaalchisuun Ibsa Jama'aa Muslima Torban Diida'aa(JTD) Irraa kenname. Sagalee fi Lallabni Hawaasa Nagaa Haa Kabajamu. Akkuma Beekkamu Dhiheenya kana Godina Arsii Aanaa Seeruu Gandoota akka Hadiidoo Hindaas fi kanneen biroo keessatti rakkoo nageenyaa uumameen ;Lubbuun Namootaas dabruun , Manneen Hawaasaa hedduunis Gubachuun , Ummanni Kumaatamaan Lakkaa'amu Qe'ee isaa irraa buqqa'uun yeroo ammaa kana Ummanni hedduun Rakkoo mana jireenyaa dhabuu fi Waan nyaatee dhugus rakkachuun dirree irratti kan argamu ta'uun isaa ni beekkama. Haala Ulfaataa Yeroo ammaa hawaasni keenya keessa jiru irraa ka'uun akka Dhaabbata Keenya Jama'aa Muslima Torban Diida'aa(JTD)tti Rakkoo uumame kanaan Yaada'uu keenya kan ibsinu yoo ta'u Kana irraa ka'uunis Hawaasichaaf Furmaanni waaraan akka kaahamu kan gaafannu yoo ta'u sunis 1. Rakkoo gaaga'ama Nageenyaa wajjiin walqabatee Uumameef Mootummaan Rakkoo Nageenyaa Uumame Bu'uura irraa furuun Nageenyi Hawaasaa akka mirkanaahu irratti Cimsee akka Hojjatu gad jabeessinee gaafanna. 2. Hawaasni Qe'ee fi Qabeenya irraa buqqa'ee dirree irratti faca'ee argamu Gara ge'ee isaatti akka deebifamu gaafanna. 3. Hawaasa Manaa fi Qabeenyi isaa Jalaa Manca'eef Deeggarsi Barbaachisaan kan akka Manneen deebisanii ijaaruu fi Midhaan nyaataa dhiheessuu akka taasifamuuf gaafanna. 4. Qaamonni Dhimmi ilaalu Hayyoonni biyyaa, Abbootiin Qabeenyaa , Abbootiin gadaa fi Abbootiin Amantaa akkasumas Lammiileen keenya biyyoota alaa jiran(Diyaaspooraan) Hawaasni miidhame kun akka deebi'ee gad dhaabbatuuf Tumsa barbaachisu hunda akka gootan cimsinee gaafanna. 5. Rakkoon akka amma uumamee kun Aanichaa fi iddoowwan biraattis akka hin uumamneef Mootummaan Qaama barbaachisu hunda waliin ta'uun akka irratti hojjatu gaafanna. Walumaagalatti Hawaasni keenya Jireenya Nageenya fi Tasgabbii qabu akka jiraatuuf , Nageenyi fi Misoomni biyya keenyaa akka Mirkanaahuuf , Hawaasnis Burjaajjii fi Yaaddoo rakkoo Nageenyaa keessaa bahee Misooma fi guddina biyyaa irratti akka Xiyyeeffatuuf Qaamonni Dhimmi ilaalu kamuu Akkasumas keessumattuu Dhaabbileen Siyaasaa , Adda durummaan immoo Mootumman Nageenya Lammiileef dursa kennee Hojjachuun Nageenya fi Tasgabbiin hawaasa keenyaa akka mirkanaahu irratti Cimsee hojjachuu akka Qabu Irra deebiin cimsinee gaafanna. Jama'aa Muslima Torban Diida'aa(JTD) Waxabajjii 15 /2018 A.L.I Adaamaa ,Oromiyaa.
763
12
+1
لا يوجد نص...
676
13
#Odeeffannoo JTDn Rakkoo Nageenyaa Hawaasa Keenya Aanaa Seeruu fi Aanota Godinichaa tii Hedda'uu Beeksise Rakkoo Dhiheenya Uu
#Odeeffannoo JTDn Rakkoo Nageenyaa Hawaasa Keenya Aanaa Seeruu fi Aanota Godinichaa tii Hedda'uu Beeksise Rakkoo Dhiheenya Uumameen wal qabsiisee haala Adeemaa jiru irratti Qorannoo gaggeessaa Kan ture JTDn Qorannoo gaggeesseen Muddamni naannicha keessa jiru ammayyuu yaaddessaa ta'uu beeksiseeera. Kanaanis Jama'ichi Rakkoo Hawaasa isaatiin hedduu Yaadda'uus Beeksise. Dabalataan Jama'ichi Guyyaa boruu Haala yeroo irratti ibsa Miidiyaaleef kennuu akka malu maddeen Keessoo JTD ibsaniiru. #JTD
626
14
Buusaa Gonofaa Hawaasa #ARSII _SEERUU tiif Birmachuu qaba. Buusaa Gonofaa Oromiyaa! Maddi Galii Buusaa Gonofaa Oromiyaa Qamad
Buusaa Gonofaa Hawaasa #ARSII _SEERUU tiif Birmachuu qaba. Buusaa Gonofaa Oromiyaa! Maddi Galii Buusaa Gonofaa Oromiyaa Qamadii Arsii fi Baale keessaa saassaabbamee Siinqee Baankitti galuudha. Gaaf galii sassaabuu kumtaala hedduu suuraa kaafamee maxxanfamu agarra, har'a ummata Godina kana keessaa buqqifame mana, nyaata dhabe kana cinaa ni dhaabbattuu laata? Kaayyoon buusaa Gonofaa illee rakkoolee akkanaaf na fakkaata. Itti dhufnee kan agarru taha!
754
15
https://youtu.be/T-3EBDl8vSQ?si=McVTZiWt0RKksPby
134
16
Kabajamtoota hoggantoota misessota JTD tif ummanni muslimaa hundi kessan baga Iid aldahaa bara 1447 tti isin gahe jechaa akkuma baratamefii hujii keenna idile tahe hujii keyrii rakkata gargaaru tartiiba dirree ida tolchuu naamusa dirree eeguu uffata naamusa uffatanii akka rawwattan kabajaadhan isin gafanna. Biiroo JTD waliigala irraa
904
17
اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته عيد مبارك وكل عام وانتم بخير صالح الأعمال تقبل الله منا ومنكم
اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته عيد مبارك وكل عام وانتم بخير صالح الأعمال تقبل الله منا ومنكم
882
18
لا يوجد نص...
0
19
#JTD For All. Akka Hawaasatti Kaayyoo kamuu galmaan gahuuf Jaarmaya(Dhaabbata) Qabaachuun ,Ijaaramuun murteessadha. Maalif je
#JTD For All. Akka Hawaasatti Kaayyoo kamuu galmaan gahuuf Jaarmaya(Dhaabbata) Qabaachuun ,Ijaaramuun murteessadha. Maalif jennaan ijaarama sana keessatti dandeettii fi Humnoota #Hayyoota adda addaa kanneen dandeettii adda addaa qaban walitti Cobsitee kaayyoo milkaa'ina hawaasaa tokko itti milkeessuf gargaara waan ta'eef. Kanaafi JTDn Hayyoota jajjaboo ofitti hammatee,isaanin gorfamee kan deemuf. Fedha Rabbiitiin of durattis JTD haala Qabatama amma jiru akka Madaalutti #Haaromsinee itti adeemuf Wayta keessoon qophaahaa jirru kanatti ,akkuma Dur daran Qaama #Hooggansaa irraa eegalee hanga Hayyoota Sadarkaa #Gorsitoota Ol'aanitiin Dhaabbatichatti dabalamanitti ammas kan dur caalaa Namoonni Ciccimoon dandeettii Yeroon barbaadu fi Dhaabbanni tokko barbaadu guuttatan daran JTD tti as dabaluun dhaabbatichi Dhaloota haara'aaf akka bu'uuratti daran cimee akka itti fufu irratti ni hojjatama. #JTD
0