uk
Feedback
Kombolcha Agricultural Polytechnic College

Kombolcha Agricultural Polytechnic College

Відкрити в Telegram

Official account of Kombolcha Agricultural Polytechnic College to share updated information for its trainees and workers

Показати більше
1 055
Підписники
-224 години
+17 днів
+430 днів
Архів дописів
Leenjifamtootaa keenyaa hundaaf: Akkuma beekamuu leenjii idilee bara kana eegaluun keessan ni yaadatama. Haa tahuu malee harcaatiin leenjifamaa kan jiruu fi harcaatiin kaaffaltii galmee waan jiruuf, hanga guyyaa 22/10/2019 tti galmee guutuu kaaffaltii kaaffaluun akka galmooftan jechaa leenjifamaan hin kaaffaliin hafe leenjii Kan itti hin fufnee tahuu cimsine isin hubaachifna.

Fulbaana 13, 2019 KPT Qonna Kombolchaa Feestivaala Ogummaa ji'a fulbaana torbee industirii guyyaa har'aa Waldalee IMX Garment
+6
Fulbaana 13, 2019 KPT Qonna Kombolchaa Feestivaala Ogummaa ji'a fulbaana torbee industirii guyyaa har'aa Waldalee IMX Garment irratti hojjetan dawwaanna workshoppii fi marii gabaabaa gochuun goolabnee jirra. Maalumma leenjii industirii keessa hubachiisuun fi leenjii industirii isaanii keessatti kennuf fedhii guutuu ta'e argisisanii jiru.

photo content
+2

Leenjiin idilee haala kanaan jalqabee jira.

+3

Fulbaana 07, 2019 KPT Qonna Kombolchaa Feestivalli Ogummaa Torbee 1ffaa "Torbee Dhaloota Hegeere" haaluma kallattiin ka'ameen
+9
Fulbaana 07, 2019 KPT Qonna Kombolchaa Feestivalli Ogummaa Torbee 1ffaa "Torbee Dhaloota Hegeere" haaluma kallattiin ka'ameen barattoota M/Barumsaa Sad. 2ffaa Kombolchaa haala kanaan misooma oyruu kolleejjicha fi workshoppii kolleejjicha dawwatanii jiru

Hirkattummaa irra gara Omishtummaatti! Fulbana 5/2019 Kolleejjii Poolii Teekinika Qonna Kombolchaa Hojii Misooma Jallisii Raa
+5
Hirkattummaa irra gara Omishtummaatti! Fulbana 5/2019 Kolleejjii Poolii Teekinika Qonna Kombolchaa Hojii Misooma Jallisii Raafuu maraa(kuruumba) Kolleejjii keenya keessatti haala gaariin hojjetamaa jira.

Fulbaana 04, 2019 KPT Qonna Kombolchaa Sirna baniinsa feestivala ogummaa ji'a fulbaana hojjattoota mootummaa seektara gara ga
+7
Fulbaana 04, 2019 KPT Qonna Kombolchaa Sirna baniinsa feestivala ogummaa ji'a fulbaana hojjattoota mootummaa seektara gara garaa irraa dhufaniin banamee jira. Dawwannaan Workshoppii fi mariinis gaggeeffamee jira.

photo content
+2

photo content

photo content

photo content
+2

Supervision and follow up of Avocado Orchard Established as FFS in collaboration of Kombolcha PT college and Horti-Life Green
+7
Supervision and follow up of Avocado Orchard Established as FFS in collaboration of Kombolcha PT college and Horti-Life Green Growth Project.

photo content
+1

Repost from N/a
photo content

የዘርፉ የአምስት ዓመታት የልማት ጉዞ ሀገር አቀፍ ጉባኤ ነገ ይጀምራል የሥራና ክህሎት ሚኒስቴር የዘርፉን የአምስት ዓመታት የልማትና የሪፎርም ጉዞ በመገምገም፣ የቀጣይ የልማት ዘመን አቅጣጫዎችን የሚያስቀምጥበት ሀገር አቀፍ ጉባኤ ነገ በአዲስ አበባ መካሄድ ይጀምራል። ለአራት ተከታታይ ቀናት በሚቆየው በዚህ ሀገር አቀፍ መድረክ፣ ባለፉት አምስት ዓመታት በዘርፉ የተከናወኑ ዋና ዋና የልማት ሥራዎች በጥልቀት ይገመገማሉ፤ በዘርፉ አንኳር ጉዳዮች ዙሪያም የፓናል ውይይቶች ይካሄዳሉ። ከዚሁ ጎን ለጎን የክህሎት ኢትዮጵያ የሁለተኛው ዙር (2.0)ማጠቃለያ እና የቀጣዩ ዙር ይፋዊ ማብሰሪያ መርሃ ግብር እንዲሁም የቴክኖሎጂ ኤክስፖ ይካሄዳል። በኤክስፖው ሁለተኛው ዙር የክህሎት ኢትዮጵያ መርሃ ግብር ከተጀመረበት ጊዜ ጀምሮ በመርሃ ግብሩ በታቀፉ ወጣቶች የተሰሩ፣ ችግር ፈቺ የሆኑና ወደ ምርትና አገልግሎት የተሸጋገሩ ውጤታማ ቴክኖሎጂዎች ለእይታ ይቀርባሉ። እንዲሁም ባለፉት አምስት ዓመታት በተተገበረው የክህሎት መር የሥራ ዕድል ፈጠራ አቅጣጫ ውጤት ያመጡና ማሳያ የሆኑ ኢንተርፕራይዞችና ሥራ ፈጣሪዎች፣ እንዲሁም የተመረጡ የቴክኒክና ሙያ ተቋማት ምርትና አገልግሎቶቻቸውን ያስተዋውቃሉ። ጉባኤው ያለፉትን አምስት ዓመታት የሚዘክር ብቻ ሳይሆን፣ የተገኙ ውጤቶችን መነሻ በማድረግ የቀጣይ ዘመን የሥራ አቅጣጫዎችን የሚያስቀምጥ፣ ክህሎትን ከሥራ፣ ከፈጠራ፣ ከቴክኖሎጂ እና ከባለድርሻና አጋር አካላት ጋር የሚያስተሳስር ሀገር አቀፍ መድረክ ነው። በጉባኤው የፌዴራልና የክልል ከፍተኛ የሥራ ኃላፊዎች፣ የዘርፉ ባለድርሻና አጋር አካላት ተወካዮች፣ እንዲሁም ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች ይሳተፋሉ። ነሀሴ 24/2018 ዓ.ም፤ የሥራና ክህሎት ሚኒስቴር ለወቅታዊ ትኩስ የሥራና ክህሎት ሚኒስቴር Official Website: mols.gov.et Facebook: https://web.facebook.com/MolsFDRE Telegram: https://t.me/FDRE_MoLSofficial TikTok: tiktok.com/@mols_official Twitter / X: twitter.com/Jobs_ሚኒስቴር WhatsApp: whatsapp.com/channel/0029VakCgcYI

Hagaayya 08,2018 KPT Qonna Kombolchaa Piroojektiin SNV Ethiopia omisha mudura fi kudura irratti kolleejjii keenya irratti kan
+7
Hagaayya 08,2018 KPT Qonna Kombolchaa Piroojektiin SNV Ethiopia omisha mudura fi kudura irratti kolleejjii keenya irratti kan hojjatu yoo ta'u, guyyaa har'aa biqiltuu Avookadoo filaatama ta'e fidun nu qebalchiisee jira. Biqiltuun Avookadoo kun mooraa kolleejjii keessa fi oyruu maatii qonnan bulaa afur filatamanii kolleejjiin deeggaramutti kan dhabamu ta'a.