Kombolcha Agricultural Polytechnic College
Ir al canal en Telegram
Official account of Kombolcha Agricultural Polytechnic College to share updated information for its trainees and workers
Mostrar más1 055
Suscriptores
+324 horas
+57 días
+630 días
Archivo de publicaciones
Leenjifamtootaa keenyaa hundaaf:
Akkuma beekamuu leenjii idilee bara kana eegaluun keessan ni yaadatama. Haa tahuu malee harcaatiin leenjifamaa kan jiruu fi harcaatiin kaaffaltii galmee waan jiruuf, hanga guyyaa 22/10/2019 tti galmee guutuu kaaffaltii kaaffaluun akka galmooftan jechaa leenjifamaan hin kaaffaliin hafe leenjii Kan itti hin fufnee tahuu cimsine isin hubaachifna.
+6
Fulbaana 13, 2019 KPT Qonna Kombolchaa
Feestivaala Ogummaa ji'a fulbaana torbee industirii guyyaa har'aa Waldalee IMX Garment irratti hojjetan dawwaanna workshoppii fi marii gabaabaa gochuun goolabnee jirra. Maalumma leenjii industirii keessa hubachiisuun fi leenjii industirii isaanii keessatti kennuf fedhii guutuu ta'e argisisanii jiru.
+9
Fulbaana 07, 2019 KPT Qonna Kombolchaa
Feestivalli Ogummaa Torbee 1ffaa "Torbee Dhaloota Hegeere" haaluma kallattiin ka'ameen barattoota M/Barumsaa Sad. 2ffaa Kombolchaa haala kanaan misooma oyruu kolleejjicha fi workshoppii kolleejjicha dawwatanii jiru
+5
Hirkattummaa irra gara Omishtummaatti!
Fulbana 5/2019 Kolleejjii Poolii Teekinika Qonna Kombolchaa Hojii Misooma Jallisii Raafuu maraa(kuruumba) Kolleejjii keenya keessatti haala gaariin hojjetamaa jira.
+7
Fulbaana 04, 2019 KPT Qonna Kombolchaa
Sirna baniinsa feestivala ogummaa ji'a fulbaana hojjattoota mootummaa seektara gara garaa irraa dhufaniin banamee jira. Dawwannaan Workshoppii fi mariinis gaggeeffamee jira.
+7
Supervision and follow up of Avocado Orchard Established as FFS in collaboration of Kombolcha PT college and Horti-Life Green Growth Project.
Repost from Ministry of Labor and Skills - Ethiopia
የዘርፉ የአምስት ዓመታት የልማት ጉዞ ሀገር አቀፍ ጉባኤ ነገ ይጀምራል
የሥራና ክህሎት ሚኒስቴር የዘርፉን የአምስት ዓመታት የልማትና የሪፎርም ጉዞ በመገምገም፣ የቀጣይ የልማት ዘመን አቅጣጫዎችን የሚያስቀምጥበት ሀገር አቀፍ ጉባኤ ነገ በአዲስ አበባ መካሄድ ይጀምራል።
ለአራት ተከታታይ ቀናት በሚቆየው በዚህ ሀገር አቀፍ መድረክ፣ ባለፉት አምስት ዓመታት በዘርፉ የተከናወኑ ዋና ዋና የልማት ሥራዎች በጥልቀት ይገመገማሉ፤ በዘርፉ አንኳር ጉዳዮች ዙሪያም የፓናል ውይይቶች ይካሄዳሉ።
ከዚሁ ጎን ለጎን የክህሎት ኢትዮጵያ የሁለተኛው ዙር (2.0)ማጠቃለያ እና የቀጣዩ ዙር ይፋዊ ማብሰሪያ መርሃ ግብር እንዲሁም የቴክኖሎጂ ኤክስፖ ይካሄዳል።
በኤክስፖው ሁለተኛው ዙር የክህሎት ኢትዮጵያ መርሃ ግብር ከተጀመረበት ጊዜ ጀምሮ በመርሃ ግብሩ በታቀፉ ወጣቶች የተሰሩ፣ ችግር ፈቺ የሆኑና ወደ ምርትና አገልግሎት የተሸጋገሩ ውጤታማ ቴክኖሎጂዎች ለእይታ ይቀርባሉ።
እንዲሁም ባለፉት አምስት ዓመታት በተተገበረው የክህሎት መር የሥራ ዕድል ፈጠራ አቅጣጫ ውጤት ያመጡና ማሳያ የሆኑ ኢንተርፕራይዞችና ሥራ ፈጣሪዎች፣ እንዲሁም የተመረጡ የቴክኒክና ሙያ ተቋማት ምርትና አገልግሎቶቻቸውን ያስተዋውቃሉ።
ጉባኤው ያለፉትን አምስት ዓመታት የሚዘክር ብቻ ሳይሆን፣ የተገኙ ውጤቶችን መነሻ በማድረግ የቀጣይ ዘመን የሥራ አቅጣጫዎችን የሚያስቀምጥ፣ ክህሎትን ከሥራ፣ ከፈጠራ፣ ከቴክኖሎጂ እና ከባለድርሻና አጋር አካላት ጋር የሚያስተሳስር ሀገር አቀፍ መድረክ ነው።
በጉባኤው የፌዴራልና የክልል ከፍተኛ የሥራ ኃላፊዎች፣ የዘርፉ ባለድርሻና አጋር አካላት ተወካዮች፣ እንዲሁም ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች ይሳተፋሉ።
ነሀሴ 24/2018 ዓ.ም፤ የሥራና ክህሎት ሚኒስቴር
ለወቅታዊ ትኩስ የሥራና ክህሎት ሚኒስቴር
Official Website: mols.gov.et
Facebook: https://web.facebook.com/MolsFDRE
Telegram: https://t.me/FDRE_MoLSofficial
TikTok: tiktok.com/@mols_official
Twitter / X: twitter.com/Jobs_ሚኒስቴር
WhatsApp: whatsapp.com/channel/0029VakCgcYI
+7
Hagaayya 08,2018 KPT Qonna Kombolchaa
Piroojektiin SNV Ethiopia omisha mudura fi kudura irratti kolleejjii keenya irratti kan hojjatu yoo ta'u, guyyaa har'aa biqiltuu Avookadoo filaatama ta'e fidun nu qebalchiisee jira. Biqiltuun Avookadoo kun mooraa kolleejjii keessa fi oyruu maatii qonnan bulaa afur filatamanii kolleejjiin deeggaramutti kan dhabamu ta'a.
