3 632
Підписники
Немає даних24 години
-107 днів
-730 день
Архів дописів
3 632
11days to go
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=6874511422
🎁 Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! 💰
3 632
I am inviting you to download telebirr SuperApp, register and make a transaction to get reward. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=980420421504008&language=en&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024

Repost from Oromia Health Bureau
Ibsa Haala Weerara dhibee gara garaa Rakkoo fayyaa hawaasaa keenyaa tahanii fi akka Naannoo Oromiyaattti mudachaa jiran irratti kenname
3 632
Repost from WOFO/OHPA Official
+2
Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa injiffannoo Biiroon Fayyaa Oromiyaa raawwii hojii bara 2016 seektaroota akka naannoo Oromiyaatti jiran hunda keessa 1ffaa ba'uun badhaafamuu isaatiin gammachuu guddaa itti dhaga'ame maqaa hojjettoota seektarichaa maraan ibsuu barbaada.
Ammas irra deebiin baga gammaddan baga gammanne jechaa injifannoo fi milkaa'inni eegalame kun jabaatee akka itti fufu abdiin keenya guddaadha!
3 632
Oduu Gammachiisaa
=================
Raawwii hojii bara 2016tiin Biiroon Fayyaa Oromiyaa seektaraalee keessaa sadarkaa 1ffaa bahuun badhaasa warqee argatee jira. Baga gammaddan baga walumaan gammanne!.