ru
Feedback
Oromia Health beureu

Oromia Health beureu

Открыть в Telegram
3 632
Подписчики
Нет данных24 часа
-107 дней
-730 день
Архив постов
11days to go https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=6874511422 🎁 Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! 💰

photo content
+1

Baga bacaqii gannaa darbine Baga ifa birraa argine
Baga bacaqii gannaa darbine Baga ifa birraa argine

HNY All do it and try your best

Galata ogeeyyii fayyaa keenyaaf ❣️ https://youtu.be/IbHgVqcET3k?si=jXw-jPI5yoc6RBJV

-2147483648_-213102.webp0.25 KB

Ibsa Haala Weerara dhibee gara garaa Rakkoo fayyaa hawaasaa keenyaa tahanii fi akka Naannoo Oromiyaattti mudachaa jiran irratti kenname

Torbee Harma Hoossisuu Addunyaa
Torbee Harma Hoossisuu Addunyaa

photo content
+1

Repost from WOFO/OHPA Official
Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa injiffannoo Biiroon Fayyaa Oromiyaa raawwii hojii bara 2016 seektaroota akka naannoo Oromiya
+2
Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa injiffannoo Biiroon Fayyaa Oromiyaa raawwii hojii bara 2016 seektaroota akka naannoo Oromiyaatti jiran hunda keessa 1ffaa ba'uun badhaafamuu isaatiin gammachuu guddaa itti dhaga'ame maqaa hojjettoota seektarichaa maraan ibsuu barbaada. Ammas irra deebiin baga gammaddan baga gammanne jechaa injifannoo fi milkaa'inni eegalame kun jabaatee akka itti fufu abdiin keenya guddaadha!

Oduu Gammachiisaa ================= Raawwii hojii bara 2016tiin Biiroon Fayyaa Oromiyaa seektaraalee keessaa sadarkaa 1ffaa b
Oduu Gammachiisaa ================= Raawwii hojii bara 2016tiin Biiroon Fayyaa Oromiyaa seektaraalee keessaa sadarkaa 1ffaa bahuun badhaasa warqee argatee jira. Baga gammaddan baga walumaan gammanne!.

photo content

photo content
+4