ru
Feedback
Gefersa Burayu Full Gospel Believers Church

Gefersa Burayu Full Gospel Believers Church

Открыть в Telegram

Amantoota Gara Guutummaa Kiristoositti Guddisuu!

Больше
639
Подписчики
+124 часа
+197 дней
+1030 день
Архив постов
BEEKSISA: Bor (Sanbata Duraa) Ganama sa'a 3:00 irratti barsiisotni: 📌 Barumsa Fayyinaa 📌 Barumsa Duuka-buutummaa 📌 Barumsa Tajaajilaa Hundi keessan, Warri tajaajilaa jirtan, warri kanaan tajaajiluufis fedhaa fi ba'aa qabdan, warri iddoo garaagaraatti barsiisaa turtanii asitti hin jalqabinis hundumtuu LEENJII waan qabnuuf kottaa yeroodhaan argamaa!

AAGA DHAGA'AA!🔊 Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'atu! Barri keenya bara namni hundinuu miidhama dhokataa baachaa sobee irra
AAGA DHAGA'AA!🔊 Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'atu! Barri keenya bara namni hundinuu miidhama dhokataa baachaa sobee irraan nagaa fakkaachaa kolfaa deemuudha. Namni hundinuu madaa keessoo qaba. Madaa kana fayyisuudhaaf immoo akka isaa beekuu barbaachisa. Egaa FACAASA DHUFTU (09/10/2018) irraa kaafnee torbanoota 6 oliif TRAUMA HEALING TRAINING jalqabuuf deemna. Galgala 12:00 hanga 1:30 tti kan itti fufu, namoota yartuu qofaaf carraan kan kennamu, sagantaa akkasii jalqabuuf deemna. Kanaaf namootni jalqaba bilbiltanii galmooftan fayyadamoo taatu! 📌 Madaa keessoo namaa akkamitti fayyifna? 📌 Jireenya miidhame akkamitti dubbii Waaqayyoon suphina??..... Ogummaa jedhu wajjin baranna. Namni amanaa ta'e kam iyyuu barachuu danda'a. Mana amantaan, saalaan, unuriidhaan hin daangessinu! Dafaa galmaa'aa! #Bilbila: 0927516866 #Bakki: Waldaa Guutuu Wangeelaa Gafarsaa Buraayyuu, Maariyaam, Kaartoonii, High School cina.

YouTube Link Pastor Tasfaayee kana Subscribe godhaafii. Barumsa walitti fufaa jalqabuuf jedhu. https://youtube.com/@prtesfayeteferaofficial?si=k6fDsvx1XtdyA3QO

NAGAAN ISINIIF HAA TA'U. CHANNEL KANA HAR'AA KAAFNEE KAN DARGAGGOOTAA IRRAA GARA KAN WALDAATTI GEDDERREERRA. KANAAF NAMOOTA WALDAA KEENYAA HUNDA ADD GOCHUU DANDEESSU. KUNIS LINK SHARE GOCHUUDHAANI. BEEKSISA TOKKO TOKKO AS IRRATTI MAXXANSAA DEEMNA

AO 77-78.mp36.39 MB

Far 77-78

Psa 75-76

Eng 75-76.mp35.73 KB

Amh 75-76.mp32.03 MB

መዝ 75-76

AO 75-76.mp31.84 MB

Far 75-76

Psa 73-74

Eng 73-74.mp31.17 MB

መዝ 73-74

Amh 73-74.mp34.39 MB

AO 73-74.mp33.68 MB

Far 73-74

Eng 71-72.mp31.16 MB