Gefersa Burayu Full Gospel Believers Church
الذهاب إلى القناة على Telegram
Amantoota Gara Guutummaa Kiristoositti Guddisuu!
إظهار المزيد639
المشتركون
+124 ساعات
+197 أيام
+1030 أيام
أرشيف المشاركات
BEEKSISA:
Bor (Sanbata Duraa) Ganama sa'a 3:00 irratti barsiisotni:
📌 Barumsa Fayyinaa
📌 Barumsa Duuka-buutummaa
📌 Barumsa Tajaajilaa
Hundi keessan, Warri tajaajilaa jirtan, warri kanaan tajaajiluufis fedhaa fi ba'aa qabdan, warri iddoo garaagaraatti barsiisaa turtanii asitti hin jalqabinis hundumtuu LEENJII waan qabnuuf kottaa yeroodhaan argamaa!
AAGA DHAGA'AA!🔊
Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'atu! Barri keenya bara namni hundinuu miidhama dhokataa baachaa sobee irraan nagaa fakkaachaa kolfaa deemuudha. Namni hundinuu madaa keessoo qaba. Madaa kana fayyisuudhaaf immoo akka isaa beekuu barbaachisa. Egaa FACAASA DHUFTU (09/10/2018) irraa kaafnee torbanoota 6 oliif TRAUMA HEALING TRAINING jalqabuuf deemna. Galgala 12:00 hanga 1:30 tti kan itti fufu, namoota yartuu qofaaf carraan kan kennamu, sagantaa akkasii jalqabuuf deemna. Kanaaf namootni jalqaba bilbiltanii galmooftan fayyadamoo taatu!
📌 Madaa keessoo namaa akkamitti fayyifna?
📌 Jireenya miidhame akkamitti dubbii Waaqayyoon suphina??..... Ogummaa jedhu wajjin baranna. Namni amanaa ta'e kam iyyuu barachuu danda'a. Mana amantaan, saalaan, unuriidhaan hin daangessinu! Dafaa galmaa'aa!
#Bilbila: 0927516866
#Bakki: Waldaa Guutuu Wangeelaa Gafarsaa Buraayyuu, Maariyaam, Kaartoonii, High School cina.
YouTube Link Pastor Tasfaayee kana Subscribe godhaafii. Barumsa walitti fufaa jalqabuuf jedhu.
https://youtube.com/@prtesfayeteferaofficial?si=k6fDsvx1XtdyA3QO
NAGAAN ISINIIF HAA TA'U. CHANNEL KANA HAR'AA KAAFNEE KAN DARGAGGOOTAA IRRAA GARA KAN WALDAATTI GEDDERREERRA. KANAAF NAMOOTA WALDAA KEENYAA HUNDA ADD GOCHUU DANDEESSU. KUNIS LINK SHARE GOCHUUDHAANI. BEEKSISA TOKKO TOKKO AS IRRATTI MAXXANSAA DEEMNA
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
