cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Shenan Dugo Woreda Health Office

Больше
Рекламные посты
304
Подписчики
-124 часа
Нет данных7 дней
+630 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
WFA/Mag/Hospitaalootaa hundaaf: akkam jirtu? DHIS2.36 duraan itti fayyadamaa turree gara DHIS2Ver 40 tti jijiiramee jira. kanumaafuu Waxabajjii 21 booda ragaan kan galu isa haaraya kanaan waan taheef, akkatuma xalayaa irratti caqafameen ragaa WF, Kan dhaabilee fayyaa isin jala jirani back up akka kuufatan ibsaa, leenjii fi kilooning komputaraa akkatuma ergaan nu gaheen kan isin beeksifnu taha.
Показать все...
Guyyaa 21/9/2016 Araddaa Rakkoo baas iddoo leenjiin qonnan bulaaf itti kennama jirutii mana fincaanii walinii ykn public toilet guyyaa 2 keessati ijaramee xumaramee jira.
Показать все...
Dhaabbilee Fayyaa gosa qorannoo laaboraatoorii baayyee barbaachisoo ta'an (essential laboratory tests) qabaachuun tajaajila qorannoo laaboraatoorii akkaataa barbaadameen uummata biraan gahuun barbaachisasdha. Haaluma kanaan standardii EFDAn baasee jiruun ji'a tokko dura " essential Laboratory test availability assessment checklist" dhaabbilee fayyaa hundumaa guuttanii nuuf ergitan yeroo ilaallu akka Godina keenyaatti dhaabbileen fayyaa baay'een ulaagaa kan hinguunne tahuu beekameera. Dh/Fayyaa hundi akkaata Staandardii essential Laaboratorii testii guuttachuun tajaajila Laaboratorii fooyyeessuun murteessaadha.
Показать все...
👍 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
akkam jirtu? Death notification = Tot Population*0.0059 karoorfatu. Birth notification= Total live Birth karoorfatu.
Показать все...
Guyyaa 19/9/2016ti Araddaa Rakkoo baas ti barumsaa fayyaa waa'ee dhukkuboota daddarboo akka cholera irraati hubaannoon kennamee jira.
Показать все...
👍 1
Фото недоступноПоказать в Telegram