ru
Feedback
Mubarak Awel

Mubarak Awel

Открыть в Telegram

"From the river to the sea,Palestine will be free'' 🇵🇸✌️

Больше
1 746
Подписчики
+624 часа
+197 дней
+6930 день

Загрузка данных...

Облако тегов
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Входящие и исходящие упоминания
---
---
---
---
---
---
Привлечение подписчиков
июль '26
июль '26
+91
в 0 каналах
июнь '26
+37
в 0 каналах
Get PRO
май '26
+8
в 0 каналах
Get PRO
апрель '26
+37
в 0 каналах
Get PRO
март '26
+153
в 1 каналах
Get PRO
февраль '26
+3
в 0 каналах
Get PRO
январь '26
+68
в 1 каналах
Get PRO
декабрь '25
+22
в 2 каналах
Get PRO
ноябрь '25
+49
в 1 каналах
Get PRO
октябрь '25
+77
в 1 каналах
Get PRO
сентябрь '25
+250
в 1 каналах
Get PRO
август '25
+134
в 2 каналах
Get PRO
июль '25
+33
в 1 каналах
Get PRO
июнь '25
+127
в 0 каналах
Get PRO
май '25
+25
в 0 каналах
Get PRO
апрель '25
+35
в 0 каналах
Get PRO
март '25
+103
в 1 каналах
Get PRO
февраль '25
+78
в 0 каналах
Get PRO
январь '25
+34
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '24
+98
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '24
+61
в 1 каналах
Get PRO
октябрь '24
+119
в 1 каналах
Get PRO
сентябрь '24
+65
в 2 каналах
Get PRO
август '24
+64
в 0 каналах
Get PRO
июль '24
+41
в 0 каналах
Get PRO
июнь '24
+120
в 1 каналах
Get PRO
май '24
+118
в 1 каналах
Get PRO
апрель '24
+153
в 0 каналах
Get PRO
март '24
+18
в 1 каналах
Get PRO
февраль '24
+9
в 0 каналах
Get PRO
январь '24
+8
в 1 каналах
Get PRO
декабрь '23
+6
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '23
+75
в 1 каналах
Get PRO
октябрь '23
+690
в 0 каналах
Дата
Привлечение подписчиков
Упоминания
Каналы
18 июля0
17 июля+7
16 июля+6
15 июля+3
14 июля+2
13 июля+4
12 июля+5
11 июля+1
10 июля0
09 июля+9
08 июля+18
07 июля+5
06 июля0
05 июля0
04 июля+4
03 июля+3
02 июля+21
01 июля+3
Посты канала
Miidiyaaleen hawaasaa fi namoonni bebbeekamoon tokko tokko biyyi Ispeen Namni Nabiyyii Muhammad (SAW) ykn Qur'aana qulqulluu
Miidiyaaleen hawaasaa fi namoonni bebbeekamoon tokko tokko biyyi Ispeen Namni Nabiyyii Muhammad (SAW) ykn Qur'aana qulqulluu xiqqeeessee yookaan ammoo arrabsee argame seeraan to'atamee adabama, jechuun gabaasaa jiru. Garuu hanga ammaatti, qaama mootummaa ispeenii fi miidiyaalee gurguddoo addunyaatiin odeeffannoon amanamaan seerri haaraan namoota Islaam*foobiyaa qaban to'achuuf bahe jedhu hin mirkaneessine. Ispeen duraanuu amantii kamiyyuu arrabsuu ykn miira hordoftoota amantaa miidhu ilaalchisee seera waliigalaa baaftee hojirra olchite qabdi; seera amantaa Islaamaa qofa irratti xiyyeeffatee miti jechuudhumaafi.

2
+4
Нет текста...
77
3
Waggaa 18 dura Photographerri urjii addunyaa kubbaa miilaa yeroo hundumaa fi gaafas daaima xiqqoo baatii shanii Laamiin Yaamaal suuraa seena-qabeessa kana kaasee ol'kaa'e (Joan Monfort) jedhama. Mubarak Awel :- Barreessaa Joan Monfort:- Sagantaa suuraa ka'uu Kilabni kubbaa miilaa Barseloonaa dhaabbata gargaarsa daaimmanii (UNICEF) waliin achuma Magaalaa Kaataalan (Barcelona) keessatti waggaa 18 dura qopheesse irratti hojii tola oltumaatiif akka tasaa argama. Waa'ee suuraa kanaa ilaalchisee Joan Monfort afaan isaatiin akkas jechuun ragaa baha.👇 Eeyyee, suuraaleen isin argitan kun dhuguma. Waggoota 18 dura, mucaan xiqqaan baatii 5'nii maqaan isaa Laamiin Yaamaal jedhamu woyii haadha isaa [Sheila Ebana] wajjiin Sagantaa suuraa dhaabbata gargaarsa daa'immanii idila addunyaa (UNICEF)'n deeggaruuf qophaa'e irratti yeroo affeeramanii urjii addunyaa kubbaa miilaa yeroo hunduu GOAT 🐐 (Liyoonel Meessii) waliin wal argan argeen,eyyama Barseloonaa irraa argadheen kaase. -Suuraalee speen keessaafi ispeen ala an kaasee keessaa, suuraa yeroo mara na ajaa'baa jiraatuudha, Yeroo sana Lionel Messiin ambaasaddara dhaabbata gargaarsa daa'immanii UNICEF waan tureef sagantaa sana irratti akka argamu affeerame, Barcelonaanis eeyyameefii jennan Meessiin saganticha irratti argame. Ogeessi suuraa kana kaase namni an armaan olitti maqaa isaa isiniif eere lammii biyya Ispeen yoo ta'u, Yeroo sana sagantaa guyyaa (kaalandarii) hojii tola ooltummaa UNICEF fi FC Barcelona waliin qopheessan irratti argamuun suuraa seena qabeessa kana kaasee ol'kaa'e, Suuraan kun akka lakkoofsa Gregorian 'tti bara 2007 keessa Spain Barseloonaa keessatti kaafame; Urjiin addunyaa kubbaa miilaa yeroo hundumaa, badhaafamaan badhaasa Ballodoorii yeroo 8, mo'ataan waancaa addunyaa 2022'ffaa Qatar 🇶🇦 Doohaa, falmataan waancaa addunyaa 2026'ffaa. Liyoonel Meessiin gaafa suuraan kun kaafamu dargaggeessa umurii 20 ture. Yeroo ammaa bakka bu'aa meessii jedhamuun beekamtii guddaa kan argate,gahumsa dirree kubbaa miilaa keessatti agarsiisaa jiruun dinqisifannaa guddaa kan horate, guyyaa sadi dura July 13/2026 umurii 19 kan guute, Laamiin Yaamaal waggaa 18 dura gaafa meessiin qaama isaa dhiqu daa'ima ji'a 5'nii qofa ture. Har'a gahumsa dirree kubbaa miilaa keessatti agarsiisaa jiraniin,milkaa'ina kubbaa miilaatiin goonfataniin namoota miliyoona hedduun kabajamu, dinqisifatamu, beekamu -Meessii fi Laamiin Yaamaal lamaan isaanii dhaabbata gargaarsa daa'immanii UNICEF keessatti Ambassador ta'uun dhaggeettii fi beekamtii isaaniitti fayyadamuun daa'imman addunyaa guutuu deeggaruu fi mirga isaaniitiif falmuu irratti hojjetu. Meessii fi Yaamaal UNICEF keessatti gaheen isaanii maali ? Daa'imman hundi kununffamanii akka jiraatan, qananiidhaan akka guddatan,kennaa addaa fi dandeettii isaanii baafatanii addunyaa irratti akka beekaman gargaaruu irratti gahee leencaa bahatu, adda-durummaan ni hirmaatu. Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa. 👉 t.me/mubarak_awel FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #Argentina #footballfans Mubarak H Abujihad
79
4
مُحَمَّد ﷺ
138
5
Abbaa isaatiin hidda-sanyii warra Moorokoo 🇲🇦 kan ta'e urjiin kubbaa miilaa garee biyyaalessa Spain 🇪🇸 Laamiin Yaamaal:-+3
Abbaa isaatiin hidda-sanyii warra Moorokoo 🇲🇦 kan ta'e urjiin kubbaa miilaa garee biyyaalessa Spain 🇪🇸 Laamiin Yaamaal:- -Moorokoon nuusa xumuraa moo'aanii darbuu waancaa addunyaa (Faransaayiin) injifatamtee dorgommiin ala yeroo taatu harmeen abbaa isaa (Akkoon) isaa baayyee gadduu argee, akkoo isaa gammachiisuuf Ispeen Faransaayiin injifachuu akka dandeessu waadaa seeneefi. Yeroo ammaa kana sadarkaa Awurooppaa fi Addunyaa'tti taphataa dargaggeessa reefuu gahumsa addaa agarsiisaa jiruun dinqisifannaa guddaa fi beekamtii guddaa kan argate Laamiin Yaamaal waadaa akkoo isaatiif seene kana afaan isaatiin yeroo dubbatu, Osoo jennuu maqaan akkoo Laamiin Yaamaal (Fatima Nasraoui) jedhamu. Harmee Abbaa kiyyaa kan taate " Akkoo kiyyaaf" siif jecha Faransaayiin mo'achuu qabna jedhee itti himeen ture, gaafa Moorokoon moo'amtu baayyee tokko gaddite,har'a immoo kunoo isiin gammaddee jirti, yeroo hunda gammachuu isii arguutu na gammachiisa, yoo isiin gaddites akkasuma jechuun dubbate.
144
6
Abbaan murtii morkii wal-gaarre*ffannaan jalqabamee diiraamaa yoomuu hin dagatamneen,daqiiqaa 112 fudhate galgala kaleessaa g
Abbaan murtii morkii wal-gaarre*ffannaan jalqabamee diiraamaa yoomuu hin dagatamneen,daqiiqaa 112 fudhate galgala kaleessaa gahumsa olaanaan dursee xumuramuu isaa erga mirkaneessee booda (Sujuudal shukrii) bu'uun Rabbii guddaa galateeffate. -Daqiiqaa 112 tapha miiraan guutame sana gahumsa guddaa addunyaa ajaaibsiseen hogganee erga rawwaatee booda wanti abbaan murtii Lammii Ameerikaa (Ismail Elfath) dirree keessatti raawwate ijoo miidiyaalee addunyaa ta'eera. - Taphattoonni garee biyyaaleessa Arjentiinaa fi deeggartoonni isaanii dhugaatii akka bii*raa walitti facaasanii yeroo gammachuu isaanii ibsatan, -Akkasuma taphattoonni garee biyyaalessa Englandii fi deeggartoonni isaanii kanneen dirree Atlaantaa keessaatti argaman kumaatamni gaddanii yeroo imimm*aan isaanii dhangalaasaan. (Ismail Elfath) Sujudal Shukrii bu'uun Rabbii guddaa mootii waan hundaa, Gooftaa Dachee fi Samaa'ii galateeffateera. Taateen kun ijoo miidiyaa addunyaa ta'eera,
147
7
+4
Нет текста...
194
8
Namni callisee keessaan boo'uu haqa guddaa qaba, kunooti dhugaa isaa rabbi baaseera, Yeroon Gareen biyyaaleessa France 🇫🇷 Z
Namni callisee keessaan boo'uu haqa guddaa qaba, kunooti dhugaa isaa rabbi baaseera, Yeroon Gareen biyyaaleessa France 🇫🇷 Zinaddiin Ziidaan leenjisaa haaraa godhee muudu amma, waan oolus nattin fakkaatu, Gaafas Captain Kylian Mbapee osoon taane, Captain Ngloo Kaantee ta'a.
215
9
Dorgommii eegamaa booda suuraa Screen guddaa Stadium keessa jiru irratti mullate kana #LikeFollowShare gochuun namoota baayye
Dorgommii eegamaa booda suuraa Screen guddaa Stadium keessa jiru irratti mullate kana #LikeFollowShare gochuun namoota baayyee biraan gahaa ⚽️.
186
10
Spain 🇪🇸 France ni moo'atti jedhee kan eege muraasa, Lamine Yamal Spain waliin marsaa xumura waancaa addunyaa tti darbiteet+3
Spain 🇪🇸 France ni moo'atti jedhee kan eege muraasa, Lamine Yamal Spain waliin marsaa xumura waancaa addunyaa tti darbiteetti. Lamine Yaamaal qophaa isii Kylian Mbapee,Ousman Dembele,Desire Due fi Michael Olise gom*biftee bira darbite. Amma Lamine Yaamaal urjii addunyaa kubbaa miilaati. 💥 ⚽️🇪🇸
192
11
Muummichi ministera Spain 🇪🇸 duraanii Maariyaanoo Raajoo, France 🇫🇷 taphattoota gaggaarii qabdi, garuu isaan Faransaayota+2
Muummichi ministera Spain 🇪🇸 duraanii Maariyaanoo Raajoo, France 🇫🇷 taphattoota gaggaarii qabdi, garuu isaan Faransaayota miti, jechuu hordofee Taphataan sarara ittisaa (Pau Cubarsii) deebii kenne, isaan erga garee biyyaalessa Fransiif taphatanii Faransaayota, biifaafi haa*lluun isaanii kabajaa fi eenyummaa isaaniiti. Spain dhimma akkanaatiif iddoo hin kennitu, wol-qixxummaa ilma namaatti ni amanna, kabajaa fi jaalala guddaa taphattoota garee biyyaalessa Fransiif qabna. 🇫🇷 Garuu isaan mo'annee xumura dorgommii waancaa addunyaatti darbuuf jabaanne falmanna. Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa. 👉 t.me/mubarak_awel FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #england #argentina #footballfans
241
12
Hunda dura faaruun Rabbii guddaaf haa ta'u, Yeroo hundumaa na jaallattanii waan na hordoftanuuf kabajaa fi jaalala onnee ❣️ko
Hunda dura faaruun Rabbii guddaaf haa ta'u, Yeroo hundumaa na jaallattanii waan na hordoftanuuf kabajaa fi jaalala onnee ❣️koorraa madden isiiniif qaba. Kuma 10'n seeneen jira ! Kan itti aanu kuma 20 seenuudha, Galatoomaa 🙏💥 https://www.facebook.com/mubarak.H.abujihad ○○○○○○ Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa. 👉 t.me/mubarak_awel ⚽️✨️
242
13
Qindoominni garee biyyaalessa Spain 🇪🇸 Sarara Fulduraa garee biyyaalessa France caalaatti sodaatamuu qaba, falmii jedhutu ijoo miidiyaa ta'aara. -Dheengadda France 🇫🇷 salphumatti Morocco 🇲🇦 moo'attee gara marsaa walakkaa xumura waancaa addunyaatti darbite, - Spain 🇪🇸 caalmaa taphaatiin halkan edaa BELGIUMiin 🇧🇪 mo'attee gara marsaa nuusa walakkaa garee mo'atanii darbuu 4 keessa galteetti. -Amma tapha waancaa dura , waancaaf taphatamu jechuun miidiyaaleen addunyaa ijoo dubbii godhatanii wol-falmaa jiru. Qindoominni garee Spain cimaadha, karra eegaa irraa hanga fuldura Lamine Yamal tti. -Deevid Raayyaa karraa eegaa Arseenaalii waliin Champiyoonaa Premier League Englandii 2025/26 'titi. -Juan Garcia karra eegaa Barcelonaati, Champiyoonaa Laaligaa bara kanaati. -Garuu isaan lachuu tapha waancaa baranaa Spain taphatte tokko irratti hin hiriirre. - Sarara gidduu irratti Rodrii fi Peedriin gahumsa ajaaibsisaa irratti argamu. Waa'ee Lamine Yaamaal yeroo baayyee barreesseneerra. Kan isa adda kan isa dhaabuu danda'u Nuunoo Meendees osoo hin hafin miidhamee dirree bahe. -France taphattoota sarara fulduraa urjiiwwan jajjaboo baayyee qabdi. Kylian Mbapee, Mikel Olisee, Ousman Dembele,Desire Due fi Barkollaan sarara fulduraa irratti iddoo wal-jijijjiiranii lubb*uu taphattoota ittisaa kamittuu taphachuu danda'u. Gahumsi taphattoota gareewwan lamanii akka dhuunfaafi akka gareetti qaban Spain fi France morkii xumura waancaa addunyaa 2026 ffaatiif darbuuf isaan taasisan gamanumaan haalaan akka eegamu ta'eera. July 14 akka lakkoofsa Ethiopia tti galgala sa'aatii 4:00 tti Spain vs France waliin ni falmatu.
225
14
Meessiin yeroo jalqabaatiif England waliin falmachuuf. 💥 -Arjentiinaan Switzerland mo'attee gara walakkaa xumuraatti erga darbitetti, Amma qormaanni guddaan fuldura isaanii dhaabbateera, Arjantiinaan gara xumuraatti darbuuf Englandiin injifachuu qabdi. -Taphoota Ramaddiirraa jalqabdee Walakkaa Nuusaatti Masriidhaan qoramuun ala garee cimaadhaan kan hin qoramne Champions waancaa addunyaa 2022'ffaa Arjentiinaan. Magic Lionel Meesiin waliin gara walakkaa xumura waancaa addunyaatti darbiteetti. -Englandiin Gooliiwwan Juudii Belighaam galche lamaniin Norway 🇳🇴 Erling Haalaand gom*biiftee gara walakkaa xumuraa wancaa addunyaatti darbiteetti. Amma England 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Arjentiinaa waliin walakkaa xumuraa irratti ni falmatu. England miidiyaalew isiitiin gargaaramtee tapha kana mo'attee gara falmii Xumura waancaa addunyaa 2026 ni darbiti jedhamee eegama.
211
15
Hossam Hassan :- Yaada onnee maatii kubbaa miilaa addunyaa mad*eesse kenne, Prezdaantiin FIFA (Gianni Infantino) immoo Alaa*b+4
Hossam Hassan :- Yaada onnee maatii kubbaa miilaa addunyaa mad*eesse kenne, Prezdaantiin FIFA (Gianni Infantino) immoo Alaa*baa Egypt osoo mirmirs*anuu mullataniiru. -Arjentiinaan waancaa addunyaa akka injifattu erga barbaadamee biyyoota kana hunda hirmaachisuun maaliif barbaachise. Hossam Hassan. Tapha diiraamaa daqiiqaa dhumaa keessa jijjirame booda Presidaantiin Fiifaa Gianni Infantino Alaa*baa Egypt 🇪🇬 osoo mirmirsanuu mullataniiru. -Leenjisaan Egypt fi taphattoonni Egypt garuu Fiifaa irratti komii dhihaassaa jiru. -Fiifaan Meesii fi Argentinaa dorgommii keessa akka turan barbaada, abbaan murtii haqa keenya dabseera, dhiibamnee waancaa addunyaa keessaa akka baanu taasifamneerra jechuun Leenjisaan garee biyyaalessa Egypt Hossam Hassan miiraa aarii*tiin dubbataniiru. Waluma galatti goolii lammaaffaan gama Egypt "Musxafaa Muhaammad Ziikoo" galchinaan abbaa murtiitiin shaaramte sun dogongora guddaa seenaa Egyptianonni yoomuu hin daganne, onnee maatii kubbaa miilaa Afrikaanootaa madeessee kan darbeedha.
369
16
Musxafaa Ziikoo [ Taphataan Egypt ] taphan booda akkas jedhe. 🗣️: " Abbaan murtii haqa qabeessaa hin turre, madaala eegee,wa+3
Musxafaa Ziikoo [ Taphataan Egypt ] taphan booda akkas jedhe. 🗣️: " Abbaan murtii haqa qabeessaa hin turre, madaala eegee,wal qixummaan taphachiisaa hin turre, Murtiin hunda caalu murtii Rabbiiti,An wantin jechuu danda'u yoo jiraate, Rabbiin haa murtee*ssuudha, Abbaan murtii carraaqqii biyya tokkoo yoo qisaasesse, biyyi sun gara marsaa itti aanutti darbuu dhiisuu dandeessi, Deegga*rtoonni Argentina 🇦🇷 kabaja ilma namaa qabaachuu qabu, kubbaan miilaa jaalalaaf tokkummaan akka dagaagu taasisa, isaan garuu aadaafi amant*aa isaaniitiifuu kabaja waan hin qabne natti fakkaatu. Leenjisaan garee biyyaalessa Egypt Hossam Hassan haala sochii abbaa murtee irratti mormii dhageessisaa ture. Injifannoo kan Afrikaa maraati ! 💔 Mubarak Awel Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa. 👉 t.me/mubarak_awel
338
17
+2
Нет текста...
11
18
Wal-famiin waggoota digadamaa oliif,MEESII moo ROONAALDOO 'tu caala jedhu asirratti guduunfameera. -Yoo hanga fedhe ROONAALDO+6
Wal-famiin waggoota digadamaa oliif,MEESII moo ROONAALDOO 'tu caala jedhu asirratti guduunfameera. -Yoo hanga fedhe ROONAALDOO jaallanne, dinqisifanne Meesii moo ROONAALDOOnl tu caala yeroo keenya gub*uu hin qabnu. -Dhugaadha ROONAALDOOn taphataa cimaadha, turtii isaa waggoota dheeraatiin kubbaa miilaa keessaatti seenaa baayyee hojjateera,gooliiwwan dinqisiisoos baayyee galcheera. Kaleessa Neymaar Juuneer har'a Cristiano Ronaldo , dhihoottimmoo Liyoonel Meesii ni gaggeessina. Yeroon kan Lamine Yamal
371
19
"Michuu fi jaallee keenya yeroo hundumaa, Ergamaa Rabbii tokkichaa, Nabi MUHAAMMAD { ﷺ } ❣️irratti salawaata buusaa.
"Michuu fi jaallee keenya yeroo hundumaa, Ergamaa Rabbii tokkichaa, Nabi MUHAAMMAD { ﷺ } ❣️irratti salawaata buusaa.
332
20
Abbaan murtiis garaa nutti jab*aate, gara Peenaalitiitti ceenee caarraa keenya akkan yaalle nu taasise. Dogoggora keenyaan ta
Abbaan murtiis garaa nutti jab*aate, gara Peenaalitiitti ceenee caarraa keenya akkan yaalle nu taasise. Dogoggora keenyaan tarkaaffii ofirratti fudhanne, karaa barbaanneen dorgommii kana keessaa of gaggeessine. Sadio Mane
426