Mubarak Awel
Ir al canal en Telegram
1 727
Suscriptores
-224 horas
+257 días
+5130 días
Carga de datos en curso...
Canales Similares
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
julio '26
julio '26
+63
en 0 canales
junio '26
+37
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+8
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+37
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+153
en 1 canales
Get PRO
febrero '26
+3
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+68
en 1 canales
Get PRO
diciembre '25
+22
en 2 canales
Get PRO
noviembre '25
+49
en 1 canales
Get PRO
octubre '25
+77
en 1 canales
Get PRO
septiembre '25
+250
en 1 canales
Get PRO
agosto '25
+134
en 2 canales
Get PRO
julio '25
+33
en 1 canales
Get PRO
junio '25
+127
en 0 canales
Get PRO
mayo '25
+25
en 0 canales
Get PRO
abril '25
+35
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+103
en 1 canales
Get PRO
febrero '25
+78
en 0 canales
Get PRO
enero '25
+34
en 0 canales
Get PRO
diciembre '24
+98
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+61
en 1 canales
Get PRO
octubre '24
+119
en 1 canales
Get PRO
septiembre '24
+65
en 2 canales
Get PRO
agosto '24
+64
en 0 canales
Get PRO
julio '24
+41
en 0 canales
Get PRO
junio '24
+120
en 1 canales
Get PRO
mayo '24
+118
en 1 canales
Get PRO
abril '24
+153
en 0 canales
Get PRO
marzo '24
+18
en 1 canales
Get PRO
febrero '24
+9
en 0 canales
Get PRO
enero '24
+8
en 1 canales
Get PRO
diciembre '23
+6
en 0 canales
Get PRO
noviembre '23
+75
en 1 canales
Get PRO
octubre '23
+690
en 0 canales
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 11 julio | 0 | |||
| 10 julio | 0 | |||
| 09 julio | +9 | |||
| 08 julio | +18 | |||
| 07 julio | +5 | |||
| 06 julio | 0 | |||
| 05 julio | 0 | |||
| 04 julio | +4 | |||
| 03 julio | +3 | |||
| 02 julio | +21 | |||
| 01 julio | +3 |
Publicaciones del Canal
+4
Hossam Hassan :- Yaada onnee maatii kubbaa miilaa addunyaa mad*eesse kenne, Prezdaantiin FIFA (Gianni Infantino) immoo Alaa*baa Egypt osoo mirmirs*anuu mullataniiru.
-Arjentiinaan waancaa addunyaa akka injifattu erga barbaadamee biyyoota kana hunda hirmaachisuun maaliif barbaachise. Hossam Hassan.
Tapha diiraamaa daqiiqaa dhumaa keessa jijjirame booda Presidaantiin Fiifaa Gianni Infantino Alaa*baa Egypt 🇪🇬 osoo mirmirsanuu mullataniiru.
-Leenjisaan Egypt fi taphattoonni Egypt garuu Fiifaa irratti komii dhihaassaa jiru.
-Fiifaan Meesii fi Argentinaa dorgommii keessa akka turan barbaada, abbaan murtii haqa keenya dabseera, dhiibamnee waancaa addunyaa keessaa akka baanu taasifamneerra jechuun Leenjisaan garee biyyaalessa Egypt Hossam Hassan miiraa aarii*tiin dubbataniiru.
Waluma galatti goolii lammaaffaan gama Egypt "Musxafaa Muhaammad Ziikoo" galchinaan abbaa murtiitiin shaaramte sun dogongora guddaa seenaa Egyptianonni yoomuu hin daganne, onnee maatii kubbaa miilaa Afrikaanootaa madeessee kan darbeedha.
| 2 | Musxafaa Ziikoo [ Taphataan Egypt ] taphan booda akkas jedhe.
🗣️: " Abbaan murtii haqa qabeessaa hin turre, madaala eegee,wal qixummaan taphachiisaa hin turre,
Murtiin hunda caalu murtii Rabbiiti,An wantin jechuu danda'u yoo jiraate, Rabbiin haa murtee*ssuudha,
Abbaan murtii carraaqqii biyya tokkoo yoo qisaasesse, biyyi sun gara marsaa itti aanutti darbuu dhiisuu dandeessi,
Deegga*rtoonni Argentina 🇦🇷 kabaja ilma namaa qabaachuu qabu, kubbaan miilaa jaalalaaf tokkummaan akka dagaagu taasisa, isaan garuu aadaafi amant*aa isaaniitiifuu kabaja waan hin qabne natti fakkaatu.
Leenjisaan garee biyyaalessa Egypt Hossam Hassan haala sochii abbaa murtee irratti mormii dhageessisaa ture.
Injifannoo kan Afrikaa maraati ! 💔
Mubarak Awel
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel | 142 |
| 3 | Sin texto... | 11 |
| 4 | Wal-famiin waggoota digadamaa oliif,MEESII moo ROONAALDOO 'tu caala jedhu asirratti guduunfameera.
-Yoo hanga fedhe ROONAALDOO jaallanne, dinqisifanne Meesii moo ROONAALDOOnl tu caala yeroo keenya gub*uu hin qabnu.
-Dhugaadha ROONAALDOOn taphataa cimaadha, turtii isaa waggoota dheeraatiin kubbaa miilaa keessaatti seenaa baayyee hojjateera,gooliiwwan dinqisiisoos baayyee galcheera.
Kaleessa Neymaar Juuneer har'a Cristiano Ronaldo ,
dhihoottimmoo Liyoonel Meesii ni gaggeessina.
Yeroon kan Lamine Yamal | 228 |
| 5 | "Michuu fi jaallee keenya yeroo hundumaa, Ergamaa Rabbii tokkichaa, Nabi MUHAAMMAD { ﷺ } ❣️irratti salawaata buusaa. | 250 |
| 6 | Abbaan murtiis garaa nutti jab*aate, gara Peenaalitiitti ceenee caarraa keenya akkan yaalle nu taasise.
Dogoggora keenyaan tarkaaffii ofirratti fudhanne, karaa barbaanneen dorgommii kana keessaa of gaggeessine.
Sadio Mane | 371 |
| 7 | 💥 "Gaazexeessaan tokko akkas jedhee Laamiin Yaamaal gaafate".
" Spain 🇪🇸 waancaa addunyaa yoo injifatte suuraa leenjisaa keetii (De la Fuente) qaama keetirratti ni boocattaa ?"
#laminyamal :- Lakkii ani suuraa #De_La_Fuente qaama koo irratti hin boocadhuu. Amantaan kiyya qaamarratti boocachuu naaf hin eeyyamuu.
"You truly are the future star of world football." 🌟
---------------
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel | 353 |
| 8 | Sin texto... | 1 |
| 9 | Waancaa Addunyaa kanaan imala dheeraa deemtee Afrikaanota boonsuu dandeessi jedhamtee eegamti.
The ( Atlas Lions,) Moroccoon halkan keessaa yeroo sa'aatii kudhanii Netherlands 🇳🇱 waliin ni morkatti.
-Nuti Braazilota afrikaa jedhamnee waamamna,garee kaamifuu Sodaa hin qabnu, kaayyoon keenya waan biyyi keenya nurraa eegdu raawwachuudha.
Kan jedhe dursaan garee biyyaalessa Morookoo Ashraf Hakimiin sarara mirgaarraan duuba Braahim Diyaaziin tapha har'aatiin ni eegama.
Biyyi isaa ittigaafatamummaa guddaa isarratti gattee eegaatti. Akkasuma Afrikaanonni hundii morokoof injifannoo hawwaaru.
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans | 333 |
| 10 | Xumurameera :- South Africa 🇿🇦 'n imala isii asumatti raawwattee gara biyyaatti deebiteetti.
Afrikaan kibbaa qopheessituu waancaa addunyaa-2026 biyya 3 ffaa kan taate Canada 🇨🇦 dhaan tokkoofi zeeroo moo'amuun turtii isii raawwachuun gara biyyaatti gaggeeffamteetti.
Bu'uruma kanaan Kaanaadaan gara marsaa moo'anii darbuu garee 16 tti darbiteetti.
Amma biyyoonni ardii Afrikaa bakka buanii waancaa addunyaa 2026 irratti hirmaataa jiran 10 keessaa 8 qofatti hafaniiru.
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans
Mubarak H Abujihad ✨️ 💖 | 298 |
| 11 | Rio Ferdinaad :- Lamine Yamal yaadde-ssituudha !
-Yeroo isiin kubbaa to'attu miira woyiitu namatti dhagahama, anuu akkasii taphatoonni sarara ittisaa maal ta'u laata ?. Tarii taphataa sarara ittisaa waanan tureef ta'een beeku.
Dhugumatti naaf gala waa'ee isaa dubbachuuf yeroon akka hin geenye,
-Sha*kkii tokko male wanti nuti irratti walii galuu dandeenyu (Lamine Yamal) Super Feature Star 🌟 addunyaa kubbaa miilaa egeree ta'uu isiiti.
Kanaafuu Spain 🇪🇸 Lamine Yamal waliin Champioyoonaa addunyaa ta'uu dandeessi !!
-------
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans | 419 |
| 12 | Lamine Yamal 💥 Feature Star 🌟
Umirii isaa 18 titti waancaa addunyaa irratti yeroo jalqabaatiif hirmaataa kan jiru Urjiin addunyaa kubbaa miilaa yeroo ammaa Lamine Yamal ofii isaatiifis garee isaa Spain 🇪🇸 fis goolii isaa jalqabaa Saudi Arabia irratti galcheera.
Akkasuma Lamine Yamal goolii isaa jalqabaa erga galchee Rabbiif Suu-jida bu'uun gammachuu isaa ibsateera.
Deeggartoonni garee biyyooleessa ispeen Stadium guutuu irraa maqaa isaa waamuun faarsaa jiru.
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans | 400 |
| 13 | Lionel Meesiin :- 💥Badii kallatiidhaan kaardii diimaa kennisisu hojjate, garuu meesii waan ta'ef VAR iyyuu check osoo hin godhamin hafe. Taphataa Riyaal Maadrid duraanii "Marcelo Vieira Da Silva"
Meesiin halkan edaa tapha hatrikii hojjate irratti taphataa Algeria 🇩🇿 irratti duubarraan badii kaardii diimaa kallattii isa agarsisu hojjate.
- Dursaa garee biyyaalessa Algeria Riyaad Mahrez dabalatee taphattoonni fi Leenjisaan Algeria abbaa murteen taphicha dhaabee adabbii akka kennu gaafatanis hin milkoofnu.
-Kanuma hordofee taphattoonni kubbaa miilaa addunyaa bebbeekamoon duraanii "Meesiidhaaf" akkam kaardiin diimaan hin kennamne jechuun FIFA irratti qeeqa kaasaniiru.
-Meesiin ilm*a FIFA ti ⚽️, kanaafuu isaaf kaardiin Kelloos, kaardiin diimaanis hin kennamu jechuun qeeqa jabaa FIFA irratti kaasaaru.
-Haalli sun sirriitti kaardii diimaa kennisisa ture, garuu maal godha balleessaa sana kan raawwate "Ilm*a FIFA ( Meesii) dha. Kanaafuu adabbiin tokkoollee hin kennamuufi, VARis check hin godhamu.Jechuun taphataan sarara ittisaa Riyaal Maadrid duraanii (Marcelo Vieira Da Silva) yaada isaa miidiyaa "SportTV" jedhamu irratti kenneera.
""""""""""
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel 💥 | 397 |
| 14 | "Laga irraa hanga galaanaatti, Falasxiin bilisummaa ni argatti." 🇵🇸✌️
👇👇👇
https://www.facebook.com/mubaarak.awel | 402 |
| 15 | Elon Musk (CEO, Tesla) qabeenya dooraala Trillion ol horachuun seenaa kana dura takkaa hojjatamee hin beekne hojjachuu isaatu gabaafamaa jira.
Wanti nama ajaaibu qabeenya Elan Musk horate osoon ta'in Amantii inni hordofuudha.
Namni osoo Muslima ta'ee qabeenya isaarraa Parsantaa %2.5 qofa Zakaaf baasee.
-Hiyyeessota addunyaa kanarra juran hundaa tokko tokkoon beela baasuu danda'a,
Addunyaan kanumakaa osoo namni tokko aalama guutuu parsaantaa %2.5 qofaan beela baasuu danda'u hiyyeessota biliyoonootaan lakkaa'aman waan daabboo tokko ittiin bitatan dhabanii ag*abuu bulu.
Qabeenya Muslimaa keessa haqa rakkataa fi harka qalleeyyiitu jira.
وَفِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ
👉 t.me/mubarak_awel | 432 |
| 16 | Taatee seena-qabeessa wol-dorgommii waancaa addunyaa 2026' ffaa, fi sabboonummaa garee biyyaalessa Senegal 🇸🇳 kan addunyaa ajaaibsise. | 349 |
| 17 | Dhorka humnoota nageenyaa fi deebii leenjisaa garee biyyaalessa Senegal 🇸🇳 , taatee seena-qabeessa wol-dorgommii waancaa addunyaa 2026 ffaa dirreedhaan alaa.
Kunooti 👇
- Guyyaa gaafa jimaataa qilleensa baayyee ham*aa ta'etu Ameerikaa kutaa bulchiinsa #New_jersey keessatti qilleensa'aa ture jedhan.
- Sababa kanaa humni nageenyaa nageenya hirmaattoota waancaa addunyaatiif jecha namni kamuu bakka turtii isaarraa,ykn hoteela keessaa gara alaatti akka hin baane dhorka kaa'e.
-Haaluma kana keessatti yeroon salaata jum'aa gaha, Leenjisaa Seenagaal , miseensota boordii akkasuma taphattoota garee biyyaalessa Senegal 🇸🇳 dabalatee hunduu dhorka humnoonni nageenyaa kaa'an ca*bsanii Hoteelaan ala bahanii masjida deemanii Salaata juma'aa salaatan.
-Taatee kana ilaalchisee Gaazexeessaan leenjisaa garee biyyaalessa Senegal (Pape Bouna Thiaw) akkas jedhee gaafate.
Gaazexeessaa :- maaliif dhorka humna nageenyaa sodaachuu dhiftanii hoteelaan ala baatanii jum'aa salaattu ?
- Pape Bouna Thiaw :- Salaatan ala wanti dirqama ta'eefi barbaachiisaa ta'e jira jettee yaaddaa ? Dhugumatti gaaffiin kun si ilaallata jedhee hin amanu,
-Ati hafa*rsaa qilleensaa sodaatta, nuti ammoo mootii qilleensa sana uumee, akka humnaan qilleensa'u taasise gooftaa kootiif kee sodaanna. Kan nuti asitti argamne kubbaa bashannanaa taphachuufi, garuu kubbaa taphachuuf jennee sababa uumamneef hin dagannu.
-Osoo guyyaan har'aa kun xumura waancaa addunyaa ta'ee, osoo nutimmoo morkataa xumuraa wancaa kanaa taanee , taphicha dhabuun kasaaraaf nusaaxiluu danda'us Salaata salaatuun dirqaama nutti ta'a ture,
Mubarak Awel 👈
"Mee yoo dubbii leenjisaa garee biyyaalessa Senegal kun isinitti tole barruu kana Like Follow Share gochuun namoota baayyee biraan gahaa.
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans Mubarak H Abujihad 💥⚽️🏆🤚 | 272 |
| 18 | "Nuti garee kamiifuu sodaa hin qabnu , nuti Biraazilota Afrikaa jedhamnee waamamna'' dursaa garee biyyaalessa Morookoo Ashraf Haakimiitu jedhe.
"Nuti hin tilmaamamnu, tilmaama oli, Gareen biyyaalessaa Biraazil baayyee cimaa akka ta'e namni hundi ni beeka, garuu Morookoon gareewwan ciccimoo waliin falmachuuf taphattoota dandeettii cimaa qaban qabdi"
Gareen biyyaalessa morookoo Rammaddii C jalatti halkan walakkaa har'aa akka lakkoofsa Ethiopia tti sa'aatii 7:00 tti.
Tapha Waancaa Addunyaa 2026 kan jalqabaa Biraazil waliin ni morkatti.
Mubarak Awel 👈
Ramaddii C kana jalatti Braazil,Morocco ,Haiti fi Scotland waliin ramadamanii jiru.
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans Mubarak H Abujihad | 277 |
| 19 | Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel | 232 |
| 20 | Waggaa sadii fi walakkaa akka har'aa Qatar Dohaatti sirni baniinsa waancaa addunyaa 2022'ffaa kan yeroo kamuu caalaa gita kan hin qabneedh, gammachiisaa fi bashannansiisaa ture, yaadannoo seenaa addunyaa kubbaa miilaati,jechuun addunyaa ragaa bahaa jiru.
Sirnicha irratti agarsisni Aktara filmii beekamaan Amerikaa Morgan Freeman agarsiisee fi qaraa*tiin Quraanaa (Ghanim Al-Muftah) qara'e Seenaa sirna baniinsa waancaa addunyaa kan yeroo hundumaa keessaa yaadannoo kulla yoomii ta'ee galmaa’eera.
يَـٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ إِنَّا خَلَقْنَـٰكُم مِّن ذَكَرٍ وَأُنثَىٰ وَجَعَلْنَـٰكُمْ شُعُوبًا وَقَبَآئِلَ لِتَعَارَفُوٓا۟ ۚ إِنَّ أَكْرَمَكُمْ عِندَ ٱللَّهِ أَتْقَىٰكُمْ ۚ إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمٌ خَبِيرٌ
Yaa namootaa! Nuti dhiiraafi dubartii irraa isin uumneeti, akka wal beektaniif jecha sabootaafi gosoota isin taasifne. Rabbiin biratti irra kabajamaan keessan, irra Rabbiin sodaataa keessani. Rabbiin beekaa keessa hubataadha.
Surah 49, Ayah 13
#FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans | 255 |
