Mubarak Awel
前往频道在 Telegram
1 735
订阅者
+424 小时
+357 天
+5930 天
数据加载中...
吸引订阅者
七月 '26
七月 '26
+77
在0个频道中
六月 '26
+37
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+8
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+37
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+153
在1个频道中
Get PRO
二月 '26
+3
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+68
在1个频道中
Get PRO
十二月 '25
+22
在2个频道中
Get PRO
十一月 '25
+49
在1个频道中
Get PRO
十月 '25
+77
在1个频道中
Get PRO
九月 '25
+250
在1个频道中
Get PRO
八月 '25
+134
在2个频道中
Get PRO
七月 '25
+33
在1个频道中
Get PRO
六月 '25
+127
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+25
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+35
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+103
在1个频道中
Get PRO
二月 '25
+78
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+34
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+98
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+61
在1个频道中
Get PRO
十月 '24
+119
在1个频道中
Get PRO
九月 '24
+65
在2个频道中
Get PRO
八月 '24
+64
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+41
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+120
在1个频道中
Get PRO
五月 '24
+118
在1个频道中
Get PRO
四月 '24
+153
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+18
在1个频道中
Get PRO
二月 '24
+9
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+8
在1个频道中
Get PRO
十二月 '23
+6
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+75
在1个频道中
Get PRO
十月 '23
+690
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 15 七月 | +2 | |||
| 14 七月 | +2 | |||
| 13 七月 | +4 | |||
| 12 七月 | +5 | |||
| 11 七月 | +1 | |||
| 10 七月 | 0 | |||
| 09 七月 | +9 | |||
| 08 七月 | +18 | |||
| 07 七月 | +5 | |||
| 06 七月 | 0 | |||
| 05 七月 | 0 | |||
| 04 七月 | +4 | |||
| 03 七月 | +3 | |||
| 02 七月 | +21 | |||
| 01 七月 | +3 |
频道帖子
Namni callisee keessaan boo'uu haqa guddaa qaba, kunooti dhugaa isaa rabbi baaseera,
Yeroon Gareen biyyaaleessa France 🇫🇷 Zinaddiin Ziidaan leenjisaa haaraa godhee muudu amma, waan oolus nattin fakkaatu, Gaafas Captain Kylian Mbapee osoon taane, Captain Ngloo Kaantee ta'a.
| 2 | Dorgommii eegamaa booda suuraa Screen guddaa Stadium keessa jiru irratti mullate kana #LikeFollowShare gochuun namoota baayyee biraan gahaa ⚽️. | 34 |
| 3 | Spain 🇪🇸 France ni moo'atti jedhee kan eege muraasa, Lamine Yamal Spain waliin marsaa xumura waancaa addunyaa tti darbiteetti.
Lamine Yaamaal qophaa isii
Kylian Mbapee,Ousman Dembele,Desire Due fi Michael Olise gom*biftee bira darbite.
Amma Lamine Yaamaal urjii addunyaa kubbaa miilaati. 💥 ⚽️🇪🇸 | 34 |
| 4 | Muummichi ministera Spain 🇪🇸 duraanii Maariyaanoo Raajoo, France 🇫🇷 taphattoota gaggaarii qabdi, garuu isaan Faransaayota miti, jechuu hordofee
Taphataan sarara ittisaa (Pau Cubarsii) deebii kenne, isaan erga garee biyyaalessa Fransiif taphatanii Faransaayota, biifaafi haa*lluun isaanii kabajaa fi eenyummaa isaaniiti.
Spain dhimma akkanaatiif iddoo hin kennitu, wol-qixxummaa ilma namaatti ni amanna, kabajaa fi jaalala guddaa taphattoota garee biyyaalessa Fransiif qabna. 🇫🇷
Garuu isaan mo'annee xumura dorgommii waancaa addunyaatti darbuuf jabaanne falmanna.
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #england #argentina #footballfans | 127 |
| 5 | Hunda dura faaruun Rabbii guddaaf haa ta'u, Yeroo hundumaa na jaallattanii waan na hordoftanuuf kabajaa fi jaalala onnee ❣️koorraa madden isiiniif qaba. Kuma 10'n seeneen jira ! Kan itti aanu kuma 20 seenuudha, Galatoomaa 🙏💥
https://www.facebook.com/mubarak.H.abujihad
○○○○○○
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel ⚽️✨️ | 165 |
| 6 | Qindoominni garee biyyaalessa Spain 🇪🇸 Sarara Fulduraa garee biyyaalessa France caalaatti sodaatamuu qaba, falmii jedhutu ijoo miidiyaa ta'aara.
-Dheengadda France 🇫🇷 salphumatti Morocco 🇲🇦 moo'attee gara marsaa walakkaa xumura waancaa addunyaatti darbite,
- Spain 🇪🇸 caalmaa taphaatiin halkan edaa BELGIUMiin 🇧🇪 mo'attee gara marsaa nuusa walakkaa garee mo'atanii darbuu 4 keessa galteetti.
-Amma tapha waancaa dura , waancaaf taphatamu jechuun miidiyaaleen addunyaa ijoo dubbii godhatanii wol-falmaa jiru.
Qindoominni garee Spain cimaadha, karra eegaa irraa hanga fuldura Lamine Yamal tti.
-Deevid Raayyaa karraa eegaa Arseenaalii waliin Champiyoonaa Premier League Englandii 2025/26 'titi.
-Juan Garcia karra eegaa Barcelonaati, Champiyoonaa Laaligaa bara kanaati.
-Garuu isaan lachuu tapha waancaa baranaa Spain taphatte tokko irratti hin hiriirre.
- Sarara gidduu irratti Rodrii fi Peedriin gahumsa ajaaibsisaa irratti argamu.
Waa'ee Lamine Yaamaal yeroo baayyee barreesseneerra. Kan isa adda kan isa dhaabuu danda'u Nuunoo Meendees osoo hin hafin miidhamee dirree bahe.
-France taphattoota sarara fulduraa urjiiwwan jajjaboo baayyee qabdi.
Kylian Mbapee, Mikel Olisee, Ousman Dembele,Desire Due fi Barkollaan sarara fulduraa irratti iddoo wal-jijijjiiranii lubb*uu taphattoota ittisaa kamittuu taphachuu danda'u.
Gahumsi taphattoota gareewwan lamanii akka dhuunfaafi akka gareetti qaban Spain fi France
morkii xumura waancaa addunyaa 2026 ffaatiif darbuuf isaan taasisan gamanumaan haalaan akka eegamu ta'eera.
July 14 akka lakkoofsa Ethiopia tti galgala sa'aatii 4:00 tti Spain vs France waliin ni falmatu. | 168 |
| 7 | Meessiin yeroo jalqabaatiif England waliin falmachuuf. 💥
-Arjentiinaan Switzerland mo'attee gara walakkaa xumuraatti erga darbitetti,
Amma qormaanni guddaan fuldura isaanii dhaabbateera, Arjantiinaan gara xumuraatti darbuuf Englandiin injifachuu qabdi.
-Taphoota Ramaddiirraa jalqabdee Walakkaa Nuusaatti Masriidhaan qoramuun ala garee cimaadhaan kan hin qoramne Champions waancaa addunyaa 2022'ffaa Arjentiinaan.
Magic Lionel Meesiin waliin gara walakkaa xumura waancaa addunyaatti darbiteetti.
-Englandiin Gooliiwwan Juudii Belighaam galche lamaniin Norway 🇳🇴 Erling Haalaand gom*biiftee gara walakkaa xumuraa wancaa addunyaatti darbiteetti.
Amma England 🏴 Arjentiinaa waliin walakkaa xumuraa irratti ni falmatu. England miidiyaalew isiitiin gargaaramtee tapha kana mo'attee gara falmii Xumura waancaa addunyaa 2026 ni darbiti jedhamee eegama. | 158 |
| 8 | Hossam Hassan :- Yaada onnee maatii kubbaa miilaa addunyaa mad*eesse kenne, Prezdaantiin FIFA (Gianni Infantino) immoo Alaa*baa Egypt osoo mirmirs*anuu mullataniiru.
-Arjentiinaan waancaa addunyaa akka injifattu erga barbaadamee biyyoota kana hunda hirmaachisuun maaliif barbaachise. Hossam Hassan.
Tapha diiraamaa daqiiqaa dhumaa keessa jijjirame booda Presidaantiin Fiifaa Gianni Infantino Alaa*baa Egypt 🇪🇬 osoo mirmirsanuu mullataniiru.
-Leenjisaan Egypt fi taphattoonni Egypt garuu Fiifaa irratti komii dhihaassaa jiru.
-Fiifaan Meesii fi Argentinaa dorgommii keessa akka turan barbaada, abbaan murtii haqa keenya dabseera, dhiibamnee waancaa addunyaa keessaa akka baanu taasifamneerra jechuun Leenjisaan garee biyyaalessa Egypt Hossam Hassan miiraa aarii*tiin dubbataniiru.
Waluma galatti goolii lammaaffaan gama Egypt "Musxafaa Muhaammad Ziikoo" galchinaan abbaa murtiitiin shaaramte sun dogongora guddaa seenaa Egyptianonni yoomuu hin daganne, onnee maatii kubbaa miilaa Afrikaanootaa madeessee kan darbeedha. | 314 |
| 9 | Musxafaa Ziikoo [ Taphataan Egypt ] taphan booda akkas jedhe.
🗣️: " Abbaan murtii haqa qabeessaa hin turre, madaala eegee,wal qixummaan taphachiisaa hin turre,
Murtiin hunda caalu murtii Rabbiiti,An wantin jechuu danda'u yoo jiraate, Rabbiin haa murtee*ssuudha,
Abbaan murtii carraaqqii biyya tokkoo yoo qisaasesse, biyyi sun gara marsaa itti aanutti darbuu dhiisuu dandeessi,
Deegga*rtoonni Argentina 🇦🇷 kabaja ilma namaa qabaachuu qabu, kubbaan miilaa jaalalaaf tokkummaan akka dagaagu taasisa, isaan garuu aadaafi amant*aa isaaniitiifuu kabaja waan hin qabne natti fakkaatu.
Leenjisaan garee biyyaalessa Egypt Hossam Hassan haala sochii abbaa murtee irratti mormii dhageessisaa ture.
Injifannoo kan Afrikaa maraati ! 💔
Mubarak Awel
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel | 276 |
| 10 | 没有文字... | 11 |
| 11 | Wal-famiin waggoota digadamaa oliif,MEESII moo ROONAALDOO 'tu caala jedhu asirratti guduunfameera.
-Yoo hanga fedhe ROONAALDOO jaallanne, dinqisifanne Meesii moo ROONAALDOOnl tu caala yeroo keenya gub*uu hin qabnu.
-Dhugaadha ROONAALDOOn taphataa cimaadha, turtii isaa waggoota dheeraatiin kubbaa miilaa keessaatti seenaa baayyee hojjateera,gooliiwwan dinqisiisoos baayyee galcheera.
Kaleessa Neymaar Juuneer har'a Cristiano Ronaldo ,
dhihoottimmoo Liyoonel Meesii ni gaggeessina.
Yeroon kan Lamine Yamal | 311 |
| 12 | "Michuu fi jaallee keenya yeroo hundumaa, Ergamaa Rabbii tokkichaa, Nabi MUHAAMMAD { ﷺ } ❣️irratti salawaata buusaa. | 297 |
| 13 | Abbaan murtiis garaa nutti jab*aate, gara Peenaalitiitti ceenee caarraa keenya akkan yaalle nu taasise.
Dogoggora keenyaan tarkaaffii ofirratti fudhanne, karaa barbaanneen dorgommii kana keessaa of gaggeessine.
Sadio Mane | 413 |
| 14 | 💥 "Gaazexeessaan tokko akkas jedhee Laamiin Yaamaal gaafate".
" Spain 🇪🇸 waancaa addunyaa yoo injifatte suuraa leenjisaa keetii (De la Fuente) qaama keetirratti ni boocattaa ?"
#laminyamal :- Lakkii ani suuraa #De_La_Fuente qaama koo irratti hin boocadhuu. Amantaan kiyya qaamarratti boocachuu naaf hin eeyyamuu.
"You truly are the future star of world football." 🌟
---------------
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel | 387 |
| 15 | 没有文字... | 1 |
| 16 | Waancaa Addunyaa kanaan imala dheeraa deemtee Afrikaanota boonsuu dandeessi jedhamtee eegamti.
The ( Atlas Lions,) Moroccoon halkan keessaa yeroo sa'aatii kudhanii Netherlands 🇳🇱 waliin ni morkatti.
-Nuti Braazilota afrikaa jedhamnee waamamna,garee kaamifuu Sodaa hin qabnu, kaayyoon keenya waan biyyi keenya nurraa eegdu raawwachuudha.
Kan jedhe dursaan garee biyyaalessa Morookoo Ashraf Hakimiin sarara mirgaarraan duuba Braahim Diyaaziin tapha har'aatiin ni eegama.
Biyyi isaa ittigaafatamummaa guddaa isarratti gattee eegaatti. Akkasuma Afrikaanonni hundii morokoof injifannoo hawwaaru.
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans | 358 |
| 17 | Xumurameera :- South Africa 🇿🇦 'n imala isii asumatti raawwattee gara biyyaatti deebiteetti.
Afrikaan kibbaa qopheessituu waancaa addunyaa-2026 biyya 3 ffaa kan taate Canada 🇨🇦 dhaan tokkoofi zeeroo moo'amuun turtii isii raawwachuun gara biyyaatti gaggeeffamteetti.
Bu'uruma kanaan Kaanaadaan gara marsaa moo'anii darbuu garee 16 tti darbiteetti.
Amma biyyoonni ardii Afrikaa bakka buanii waancaa addunyaa 2026 irratti hirmaataa jiran 10 keessaa 8 qofatti hafaniiru.
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans
Mubarak H Abujihad ✨️ 💖 | 314 |
| 18 | Rio Ferdinaad :- Lamine Yamal yaadde-ssituudha !
-Yeroo isiin kubbaa to'attu miira woyiitu namatti dhagahama, anuu akkasii taphatoonni sarara ittisaa maal ta'u laata ?. Tarii taphataa sarara ittisaa waanan tureef ta'een beeku.
Dhugumatti naaf gala waa'ee isaa dubbachuuf yeroon akka hin geenye,
-Sha*kkii tokko male wanti nuti irratti walii galuu dandeenyu (Lamine Yamal) Super Feature Star 🌟 addunyaa kubbaa miilaa egeree ta'uu isiiti.
Kanaafuu Spain 🇪🇸 Lamine Yamal waliin Champioyoonaa addunyaa ta'uu dandeessi !!
-------
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans | 419 |
| 19 | Lamine Yamal 💥 Feature Star 🌟
Umirii isaa 18 titti waancaa addunyaa irratti yeroo jalqabaatiif hirmaataa kan jiru Urjiin addunyaa kubbaa miilaa yeroo ammaa Lamine Yamal ofii isaatiifis garee isaa Spain 🇪🇸 fis goolii isaa jalqabaa Saudi Arabia irratti galcheera.
Akkasuma Lamine Yamal goolii isaa jalqabaa erga galchee Rabbiif Suu-jida bu'uun gammachuu isaa ibsateera.
Deeggartoonni garee biyyooleessa ispeen Stadium guutuu irraa maqaa isaa waamuun faarsaa jiru.
FIFA World Cup #FIFAWorldCup #spain #france #portugal #england #argentina #footballfans | 400 |
| 20 | Lionel Meesiin :- 💥Badii kallatiidhaan kaardii diimaa kennisisu hojjate, garuu meesii waan ta'ef VAR iyyuu check osoo hin godhamin hafe. Taphataa Riyaal Maadrid duraanii "Marcelo Vieira Da Silva"
Meesiin halkan edaa tapha hatrikii hojjate irratti taphataa Algeria 🇩🇿 irratti duubarraan badii kaardii diimaa kallattii isa agarsisu hojjate.
- Dursaa garee biyyaalessa Algeria Riyaad Mahrez dabalatee taphattoonni fi Leenjisaan Algeria abbaa murteen taphicha dhaabee adabbii akka kennu gaafatanis hin milkoofnu.
-Kanuma hordofee taphattoonni kubbaa miilaa addunyaa bebbeekamoon duraanii "Meesiidhaaf" akkam kaardiin diimaan hin kennamne jechuun FIFA irratti qeeqa kaasaniiru.
-Meesiin ilm*a FIFA ti ⚽️, kanaafuu isaaf kaardiin Kelloos, kaardiin diimaanis hin kennamu jechuun qeeqa jabaa FIFA irratti kaasaaru.
-Haalli sun sirriitti kaardii diimaa kennisisa ture, garuu maal godha balleessaa sana kan raawwate "Ilm*a FIFA ( Meesii) dha. Kanaafuu adabbiin tokkoollee hin kennamuufi, VARis check hin godhamu.Jechuun taphataan sarara ittisaa Riyaal Maadrid duraanii (Marcelo Vieira Da Silva) yaada isaa miidiyaa "SportTV" jedhamu irratti kenneera.
""""""""""
Taateewwan waancaa addunyaa 2026 ffaa dirree kubbaa miilaa fi dirree kubbaa miilaatin ala ta'an, saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa.
👉 t.me/mubarak_awel 💥 | 397 |
