cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Abdisa Bancha Jara

This is ABJ Tech Blog - A channel for who have a passion for Computer Vision, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates

Больше
Рекламные посты
14 928
Подписчики
-324 часа
-227 дней
+1 08630 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Magaalaa Uumamaan badhaate! Bishaan Gurraachaa, Haroo Habaas. Qaamni dhimmi ilaalu xiyyeeffannoo kennee giddugala Turizimii taasisuu qaba, Hundi keenyas gahee nurraa eegamu bahachuu qabna. Visit Oromia #shashamannee #HaraHabaas Check it out on my telegram https://t.me/abdisabancha
Показать все...
👍 45👎 2
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Ameerikaa labsii fayyadama TikTok guutuu biyyattii keessatti dhorku raggaasiseera. 'TikTok' US keessatti yoo dhorkame, 'bilisummaan dubbii fi yaada lammiilee Ameerikaa miliyoona 170 ni sarbama,' jedhe dhaabbatichi. Odeeffannoo guutuu Marsariitii irraa dubbisaa👇🏼 https://3fpost.com/if-tiktok-is-banned-the-freedom-of-speech-will-be-violated/
Показать все...
If 'TikTok' is banned in the US, "the freedom of speech and expression of 170 million Americans will be violated," - 3F POST | Media

If 'TikTok' is banned in the US, "the freedom of speech and expression of 170 million Americans will be violated," The Tiktok said.

👍 20👏 1
Marsariitii Afaan Oromoo jalqabaa(www.afaan-oromoo.com) kana irra »Barnoota Afaan Oromoo(Qubee, sagalee, Gaalee, Hima,Hima-Dachaa, Hima-dachaa-Xaxamaa, Keeyyata..) , »Seerluga, »Afoola, »Galmee Jechootaa, »Kitaabota Afaan Oromoo Adda Addaa PDFdhaan fi kkf hamma danda'ametti ofkeessaa qabu kanarraa waan barbaaddan ni argattu....Waan dhabdan nu gaafadhaa Kitaabota adda addaa - Geessituu(link) arhmaan gadii seenuudhaan buufadhaa👇🏼 https://afaan-oromoo.com/kitaabota-afaan-oromoo/ Odeeffannoo barbaachisoo adda addaatiif:- Telegiraama kana hordofaa👇🏼 https://t.me/abdisabancha
Показать все...
Kitaabota Afaan Oromoo Adda Addaa PDFdhaan

Fuula Marsariitii Keenya kanarratti Kitaabota adda addaa Afaan Oromoo, English, Afaan Amaaraa fi kanneen biroo barbaachisoo tahan bifa PDF...

34👍 17👏 2🔥 1
Kitaabota Afaan Oromoo Adda Addaa PDFdhaan - Geessituu(link) arhmaan gadii seenuudhaan buufadhaa👇🏼 https://afaan-oromoo.com/kitaabota-afaan-oromoo/
Показать все...
Kitaabota Afaan Oromoo Adda Addaa PDFdhaan

Fuula Marsariitii Keenya kanarratti Kitaabota adda addaa Afaan Oromoo, English, Afaan Amaaraa fi kanneen biroo barbaachisoo tahan bifa PDF...

👍 1
1st Afaan Oromo Dictionary published in 1842 in London. Yesterday is not only History, but also one of the evidence you can define where you was and how you and your culture, language, history was so powerful and giant too.👇🏼👇🏼 https://afaan-oromoo.com/waliigala/1st-afaan-oromo-dictionary-published-in-1842-in-london/
Показать все...
1st Afaan Oromo Dictionary published in 1842 in London

1st Afaan Oromo Dictionary published in 1842 in London. Yesterday is not only History, but also one of the evidence you can define where you was and how you and your culture, language, history was so powerful and gaint too.

12👍 2
Barreeffama kana Sirnaan dubbisaa Achi booda waan isin dhibe gaafadha https://3fpost.com/oduu-gammachiisaa-namoota-karaa-interneetaa-galii-argachuuf-hojjattaniif/
Показать все...
Oduu Gammachiisaa | Namoota Karaa Interneetaa Galii argachuuf hojjattaniif: - 3F POST | Media

Dhaabbatni Marsaa Hawaasaa Telegiraam jedhamuun beekkamu, Oduu Gammachiisaa 2 ifa godheera. Ibsi dhaabbatichaa kun Namoota Karaa Interneetaa Galii argachuuf hojjachaa turanii fi kanneen bifa haaraan

👍 14
Telegram tooftaa baay'eedhaan kafaltii kafaluu eegaleera jabaadhaa duuka bu'aa
Показать все...
👍 9
Показать все...
Afan Africa Association - 3A

3A is looking for senior Executive Secretary • Minimum Qualification : BA/Diploma with 3/5 Years relevant Work Experience • Female applicants are highly encouraged to apply! • 3A Member fulfilling the listed criteria will prioritized. • Salary: Negotiable Please get detailed information from below link, and apply online now!

https://afanafrica.org/job/vacancy-executive-secretary/

Contacts: Tel: +251903439943 / 0918905062 Email: [email protected] Telegram:

https://t.me/afan_africa

Website:

https://afanafrica.org

Nagaan Boqodhu Hayyu Keenya!
Показать все...
🙏 32👍 11 3
👍 13 1