Repost from 𝐌𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚
Mahmoud Darwish
Akkana jedhe
"Namni Hundi Akka Na Gane Sitti Himuufin ka'e Ture.!
"Nama Hunda Sadaadhe Si Qofa Amanu akkan Eegales Sitti Himuufin ka'e ture.!
Simalee Nama biraa Akkan hin qabnes sitti himuufin ka'e ture.!
"Garuu Osoon Ani Sitti hin himin Dura Ati Na Gante🥺
Mahmoud Darwish ✍️
"Hagam takka akka Amanamte Turte osoo beytee 💔 Maal Qaba
Yaa Mahmoud Darwish Galatoomii.
01 нояб., 12:26
