cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Shamil N Mohammed Officials

Chaanaaliin kun Sammuukeef si fayyada Itti dhihaadhaa qabaa Bashannanaafi barnoota Hunda isaatu qabaa. Facebook: https://www.facebook.com/shamilnmohammed?mibextid=ZbWKwL Yaadaaf: @Gurrachicha

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
9 003
Suscriptores
+2024 horas
-247 días
+38230 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Walaloon Jaalala
Photo unavailableShow in Telegram
Arguun amanuudha hojii daqiiqaa shaniin kaffaltii naaf raawwatamedha. Dafaa itti fayyadamaa. Listing day eeguun hin jiru qilleensa irratti qarshii keessan baafachuu dandeessu. Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffalaa kan ture Utopet amma gara nama tokkoon qarshii lamaatti guddateera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Utopet_bot?start=r0427620562
Mostrar todo...
Repost from Oromia Bank
Photo unavailableShow in Telegram
Telegiraamii Baankii keenyaa irratti tilmaamuun badhaafamaa! #Spain_Vs_England Eenyutu mirgaan gala? Taphni xumuraa Waancaa Awurooppaa bara 2024 bor galagala sa’a 4:00 #Ispeenii_fi_Ingilaand gidduutti ni gaggeefama. Bu’aa tapha kanaa namoota tilmaamanii deebii sirrii argataniif Baankiin Oromiyaa badhaasa qopheessera. Hirmaadhaa! Seera dorgomiichaa: 1. Telegriramii Baankii keenyaa “Join” gochuun, tilmaama sirrii Telegiramii (https://t.me/OromiabankOfficial) keessatti barreessuu. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. 2. Maxxansa kana qooduu (share) gochuu. በባንካችን ቴልግራም ይገምቱ፣ ይሸለሙ! ስፔን ከ ኢንግላንድ 2024 የአዉሮፓ ዋንጫ ተጠባቂዉ የፍፃሜ ጨዋታ ነገ ምሽት 4፡00 ሰዓት ላይ ስፔን እና ኢንግላንድ መካከል ይካሄዳል፡፡ ኦሮሚያ ባንክ የዚህን ጨዋታ ዉጤት በቴሌግራም ቻናላችን ላይ በትክክል ለገመቱ በርካታ ተሳታፊዎች ሽልማት አዘጋጅቷል፡፡ የዉድድሩ ህጎች፣ 1. የኦሮሚያ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን “Join” በማድረግ መልሱን በቴሌግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://t.me/OromiabankOfficial) ዉስጥ ይፃፉ:: የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም። 2. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 4-3-3 Pay dorgommii marsaa 2ffaa jalqabeeraa Warra 1ffaa hanga 5ffaatti ba'aniif - Birrii 2,000 Warra 6ffaa hanga 10ffaatiif - Birrii 1500 Warra 11ffaa hanga 20ffaa bahaniif - Birrii 1,000 Warra 21 hanga 40tti ba'aniif - Birrii 750 40ffaa hanga 50ffaatti - Birrii 500 Dorgommiin kun yeroo amma eegale kamisa galgala sa'aatii 12:00 irratti xumurama!! Hundi keessaniif caarraa gaarii 🙌 Jalqabuuf 👇👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
Mostrar todo...
Nama injifadhu! Nama kana hoggaa waan takkarratti waliifgaluu feete sagalee tee laaffisi. Jechoota dhiibbaa qaban hin ja'iniin. Yoo kha aartu tahes miira kee tohadhuutii yaada nama sanii hubatuu yaali. Ergasii jechoota inni hubatuu dandahuun isaan waliigaluu eegali. Anuu dheengadda ka joolleen Hospitaalaa takka kanin an waraqaa qorichaa qabadhee gubbaa dhaabbadhu tetteessee wal-janaajjantu obseetuman sa'aa takka booda hogga isaan ol ja'anii na laalan ilkee ciniinnachaatuman "yaaboo oso daftanii nu geggeessitanii numa feenaa bar" je'eenii dawaa alaa bitadhu naan jennaan deeme😭. Nama akkasiin injifatta! Shamil N Mohammed Guyyaa Aladaa, Galgala. @Sammuukeef
Mostrar todo...
👏 1
Gatiin STAR ifoomeera. Join it here👇 dhugaa daafa jalqaba ammayyuu yeroo qabdu! Link 👇 https://t.me/major/start?startapp=6865794652
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Silaa akka kootii --'------'---- Akka uwwisaa qorraa natti mammaramtaa Akka callee mormaa narra ooltee bultaa Anarra jiraatta anarra saggaartaa Shushubaa mudhiitti qabdee na hidhatta Akkan hin dheebonne, akkan hin yaaddoyne gorora na unta Akka hin quuqoyne, lapherra na khaatta Mana natti ijaartee, tuuttoo galma mootii ana seensifatta Taheemmoo,... Galmi kee cufaadha, jilaan kan banamu Jiilli taa'ee himee, seeraan wal hi'imee kan natti kennamu Anis seera guutee kan keessa limu Ergan keessa limee, kiyyaan kan beekkamuu Damma gobbaa yaa'u, isan argu argaa kan gagarmaamu Masnoo takkaan qoorre kan miiraan dhidhimu Kam dhiisee kam himuu! Duuba,... Atis naaf sossoo'i Nan eegin narratti Beelaaf dheebuu teetiin Dharraa teetin qabaa Osoon lagan lin'e Wahin hafaa sitti! A'aaaa Shamil N Mohammed Adoolessa 13, 2023 Tulluu Fugug @orolovechats
Mostrar todo...
Mostrar todo...
𝐂𝐋𝐈𝐂𝐊 𝐇𝐄𝐑𝐄
Repost from Walaloon Jaalala
Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffalaa kan ture Utopet amma gara nama tokkoon qarshii lamaatti guddateera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Utopet_bot?start=r0427620562
Mostrar todo...
Gatiin STAR ifoomeera. Join it here👇 dhugaa daafa jalqaba ammayyuu yeroo qabdu! Link 👇 https://t.me/major/start?startapp=6865794652
Mostrar todo...
𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙼𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙸𝙺𝚄𝙼 𝚆𝙾𝚁𝙰𝙷𝙼𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙸 𝚆𝙾𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄
GAAFFII HIRMAACHISAA!!
Seenaa Islaamaa Keessatti Namni Yeroo Jalqabaatiif Azaana Godhe Eenyuu?
Mostrar todo...
[A] Sa'ad Bin Мu'aaz (RA)
[B] Umar Bin Al-Khaxxaab (RA)
Abuu Ubeydaa Aamir Bin Al-Jarraah (RA)
[D] Bilaal Bin Rabaah (RA)
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.