ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Открыть в Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Больше
Страна не указанаКатегория не указана
769
Подписчики
+824 часа
+567 дней
+12730 дней
Архив постов
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 6ffaa.mp311.17 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 6ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Jahaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=TaIbZksJpIM&si=GQCOzVAptO3-TECw

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 5ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Obsi Iimaana keessatti sadarkaa maalii qaba?
Anonymous voting

Ilaalcha Ahlu-Sunnaa keessatti, mu’minni Rabbiin gabbaruu isaa keessatti maal qabaachuu qaba?
Anonymous voting

Nuti kan Rabbiiti, Gara isaattis deebi'oodha!! Qalbii Murtii Rabbii fi Qadara isaatti amantii guutuu qabduun, du’a haadha Dok
Nuti kan Rabbiiti, Gara isaattis deebi'oodha!! Qalbii Murtii Rabbii fi Qadara isaatti amantii guutuu qabduun, du’a haadha Doktar Abdallaah Khadiir, kan gara fuula Rabbii deemte dhageenye. 🤲🏽 Rabbiin Raahmata Isiif haa godhu, Jannata Isaa ol’aanaa keessa haa qubsiisu. Nutis akka maatii Akaadaamii Afriikaatti, Doktar Abdallaah Khadiiri fi maatii isaa hundaaf jajjabinaa fi Sabrii onnee irraa  madde isaaniif hawwina. Rabbiin rahmata Isaa bal’aa ishee irratti haa taasisu , Qabrii isheetis Caffee (Rawdaa) Jannataa isif haa taasisu. Maatii fi firoottan isheefis obsaa fi jajjabina haa kennu. 🤲🏽 Rabbiin Raahmata isaa bal'aa ishee irratti haa taasisu, Diili ishee hunda haa araaramuf, Qabrii ishee isiif haa ibsu, Jannata keessatti nuu fi ishee walitti haa qabu. إنا لله وإنا إليه راجعون

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 5ffaa hojjadhaa 👇 👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a8e84dfe5e8e6795ac03e52

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 5ffaa.mp310.85 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 5ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Shanaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=ULmCx1n3Hrg&si=YzYMK4IfWDmfh4OJ

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 4ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Abdii/Kajeellaa Rabbii jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

Wantoonni qalbii namaa hojii gaarii irratti kakaasan gurguddoon sadan maal fa’i?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 4ffaa hojjadhaa 👇 👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a8d414a527a5bfb7715b874

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 4ffaa.mp39.82 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 4ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Afuraffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/QyhmU-G81vI

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 3ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Sababoonni Rabbiin (Subhaanahu wa ta’aalaa) sodaachuutti nama geessan maali? Deebii Comment jalatti barreessaa 👇👇👇 👇👇👇
Sababoonni Rabbiin (Subhaanahu wa ta’aalaa) sodaachuutti nama geessan maali? Deebii Comment jalatti barreessaa 👇👇👇 👇👇👇