Siinqii Aakhiraa.
Ir al canal en Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
Mostrar másEl país no está especificadoLa categoría no está especificada
767
Suscriptores
+924 horas
+557 días
+11930 días
Archivo de publicaciones
📚 Kitaaba Tarbiyaa 6ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Jahaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=TaIbZksJpIM&si=GQCOzVAptO3-TECw
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 5ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Ilaalcha Ahlu-Sunnaa keessatti, mu’minni Rabbiin gabbaruu isaa keessatti maal qabaachuu qaba?
Nuti kan Rabbiiti, Gara isaattis deebi'oodha!!
Qalbii Murtii Rabbii fi Qadara isaatti amantii guutuu qabduun, du’a haadha Doktar Abdallaah Khadiir, kan gara fuula Rabbii deemte dhageenye.
🤲🏽 Rabbiin Raahmata Isiif haa godhu, Jannata Isaa ol’aanaa keessa haa qubsiisu.
Nutis akka maatii Akaadaamii Afriikaatti, Doktar Abdallaah Khadiiri fi maatii isaa hundaaf jajjabinaa fi Sabrii onnee irraa madde isaaniif hawwina. Rabbiin rahmata Isaa bal’aa ishee irratti haa taasisu , Qabrii isheetis Caffee (Rawdaa) Jannataa isif haa taasisu. Maatii fi firoottan isheefis obsaa fi jajjabina haa kennu.
🤲🏽 Rabbiin Raahmata isaa bal'aa ishee irratti haa taasisu, Diili ishee hunda haa araaramuf, Qabrii ishee isiif haa ibsu, Jannata keessatti nuu fi ishee walitti haa qabu.
إنا لله وإنا إليه راجعون
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 5ffaa hojjadhaa 👇
👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a8e84dfe5e8e6795ac03e52
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 5ffaa.mp310.85 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 5ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Shanaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=ULmCx1n3Hrg&si=YzYMK4IfWDmfh4OJ
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 4ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Wantoonni qalbii namaa hojii gaarii irratti kakaasan gurguddoon sadan maal fa’i?
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 4ffaa hojjadhaa 👇
👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a8d414a527a5bfb7715b874
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 4ffaa.mp39.82 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 4ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Afuraffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/QyhmU-G81vI
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 3ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Sababoonni Rabbiin (Subhaanahu wa ta’aalaa) sodaachuutti nama geessan maali?
Deebii Comment jalatti barreessaa 👇👇👇
👇👇👇
👨🏽🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu.
📮 Fooyya’iinsaa fi hojiiwwan suphaa Waltajjii (Website) barnoota keenyaa irratti godhamaa ture hundi yeroo gabaabaatti xumuramuun isaa gammachuudhaan isin beeksifna.
⌛️ Kanaafu, Amma banaa waan ta'eef seenuudhaan barnoota, gaafilee fi bu'aa qormaata keessanii hunda ilaallachuu ni danddessu.
#Deebineerra_Deebii_Gaarii
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
