ru
Feedback
Dhaamsa Gaarii

Dhaamsa Gaarii

Открыть в Telegram

Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa

Больше
Страна не указанаКатегория не указана
1 782
Подписчики
-624 часа
+1097 дней
+22430 день

Загрузка данных...

Похожие каналы
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Облако тегов
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Входящие и исходящие упоминания
---
---
---
---
---
---
Привлечение подписчиков
август '26
август '26
+1 833
в 3 каналах
Дата
Привлечение подписчиков
Упоминания
Каналы
27 августа0
26 августа0
25 августа+29
24 августа+32
23 августа+3
22 августа+6
21 августа+15
20 августа+45
19 августа+14
18 августа+8
17 августа+6
16 августа+19
15 августа+7
14 августа+6
13 августа+19
12 августа+13
11 августа+18
10 августа+11
09 августа+15
08 августа+7
Посты канала
Repost from N/a
"Duniyaan guutuun yoo si shakkele, ati immoo ofitti amanamummaa kee onnee kee keessatti labsuu godhadhu. Uumaan dandeettii fi addummaa siif kenne namni biraa sirraa fudhachuu hin danda'u. Jalqabni milkaa'inaa 'Ani ni danda'a' jedhanii amanuu irraa jalqaba!" https://t.me/SuufiyaanJeeylaanOfficial

2
🤔 "SEENAA GOOTA ISLĀMAA KAN BARRUUN SEENAA HIN IRRAANFANNE BEEKTAA?" Gootummaa Khaalid Ibn Al-Waleed, Sa'ad Ibn Abi Waqqaas, fi Seenaa Nabiyyootaa kanneen barnoota jireenyaa guddaa siif kennan guutuu isaanii VIP Channel keenya irratti dhihaataniiru. Kutamee si nuffisiisuun hafee jira! 🚀 Ammuma botii tuquun linkii VIP fudhadhu: 👉 @SuufiyaanBaaleeBot
434
3
BAGA GARA CHANNAALII VIP SEENAA FI FILMIIWWAN ISLĀMAA NAGAAN DHUFTAN! Keessummoota keenya maatii VIP ta'an hundi dhiheessa ke
BAGA GARA CHANNAALII VIP SEENAA FI FILMIIWWAN ISLĀMAA NAGAAN DHUFTAN! Keessummoota keenya maatii VIP ta'an hundi dhiheessa keenyaatti baay'ee gammadaniiru! Isinis har'a kaffaltii raawwachuun Seenaa Nabiyyootaa, Sahaabotaa fi Filmiiwwan Islāmaa dhandhamaa! 📲 Botii keenya baniitii maatii VIP ta'a: 👉 @SuufiyaanBaaleeBot
674
4
BAGA GARA CHANNAALII VIP SEENAA FI FILMIIWWAN ISLĀMAA NAGAAN DHUFTAN! Keessummoota keenya maatii VIP ta'an hundi dhiheessa ke
BAGA GARA CHANNAALII VIP SEENAA FI FILMIIWWAN ISLĀMAA NAGAAN DHUFTAN! Keessummoota keenya maatii VIP ta'an hundi dhiheessa keenyaatti baay'ee gammadaniiru! Isinis har'a kaffaltii raawwachuun Seenaa Nabiyyootaa, Sahaabotaa fi Filmiiwwan Islāmaa dhandhamaa! 📲 Botii keenya baniitii maatii VIP ta'a: 👉 @
6
5
🙈 WAAN TIKTOK IRRATTI MURAAN, VIP KEESSATTI GUUTUU ISAA ILAALAA! Mucattiin Baddee Mana kiyyaa Jirttii...... Maal gootii laata mana isaati Seenaa Bayyee Bareeda guutuu Video Nu biraa argattuu. Viidiyoowwan Facebook fi TikTok irratti dhokfamanii fi muraman guutuu isaanii VIP Channel keenya keessatti argattu. Waan dubbatamaa jiru hunda qulqullinaan ijaan ilaalaa! 🔑 Botiin keenya isin eegaa jira: 👉 @SuufiyaanBaaleeBot
699
6
Hadiisa keessatti “Muslimni inni dhugaan” eenyu?
729
7
Hadiisa “La darara wa la diraar” maal barsiisa?
757
8
😩 VIIDIYOO GUUTUU YKN KUTAA HAARAA DAAWWACHUU DHABDEE RAKKATTEETTAA? Rakkoon kee furmaata argateera! VIP Channel keenya irratti viidiyoowwan guutuu isaaniitiin, qulqullina sadarkaa guddaa qabuun dhihaataniiru. 🚀 Ammuma Botii kana tuqii seeni: 👉 @SuufiyaanBaaleeBot
872
9
🎬 አዳዲስ HD ጥራት ያላቸው ቪዲዮዎችን እና ፊልሞችን መመልከት ይፈልጋሉ? አጫጭር ቪዲዮዎች፣ ድራማዎች እና በአፋን ኦሮሞ የተተረጎሙ አዳዲስ ክፍሎች ሙሉ በሙሉ፣ ያልተቆራረጡ እና ከማስታወቂያ ነጻ በሆነ መልኩ በቪአይፒ ቻናላችን ላይ ቀርበዋል። 📲 ክፍያዎን ለመፈፀም እና የቪአይፒ ሊንክዎን ወዲያውኑ ለማግኘት ቦታችንን አሁኑኑ ይጫኑ: 👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 205
10
🎬 VIIDIYOOWWAN FI FILMIIWWAN HAARAA HD QULQULLINA OLAANAA QABAN DAAWWACHUU BARBAADDAA? Viidiyoowwan gaggabaaboo, diraamaa fi kutaawwan haaraa Afaan Oromootiin hiikaman guutuu isaanii, kutaatti hin qoodamne fi beeksisa nuffisiisaa malee VIP Channel keenya irratti dhihaatanii jiru! 📲 Ammuma Botii keenya tuquun kaffaltii xumuraa, linkii VIP yeruma sana fudhadhaa: 👉 @SuufiyaanBaaleeBot
1 415
11
Gabbartii Rabbii keessatti tola ooluu jechuun gabrichi sodaa fi Abdii/Kajeellaa Rabbii gidduu jiraatuu jechuudha.
887
12
Kanneen armaan gadii keessaa faallaa kajeellaa kan ta’e kami?
890
13
Waan haarawaan dhufaa jirraa galgala sa'ati 2:30 irratti nu eegaa. Hangasii linkii asii gadii kana nama hunda biraan nuuf gahaa hiriyyootaa fi maatii keessan hundaa affeeraa 👉
1 617
14
Qoodni Tawhiidaa beekamaan meeqa?
993
15
Mikaa'iil (AS) maal waliin walqabata?
988
16
Khaliifaan sadaffaa eenyu?
991
17
👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu. 📮
👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu. 📮 Fooyya’iinsaa fi hojiiwwan suphaa Waltajjii (Website) barnoota keenyaa irratti godhamaa ture hundi yeroo gabaabaatti xumuramuun isaa gammachuudhaan isin beeksifna. ⌛️ Kanaafu, Amma banaa waan ta'eef seenuudhaan barnoota,  gaafilee fi bu'aa qormaata keessanii hunda ilaallachuu ni danddessu. #Deebineerra_Deebii_Gaarii #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
1 093
18
🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa
🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa) Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii) Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa) Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa
1 226
19
📮 Beeksisa Barbaachisaa!! 👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo 🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gar
📮 Beeksisa Barbaachisaa!! 👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo 🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gara garaa waltajjii (Pilaatifoormii) barnootaa irratti ni gaggeessina. Kanaafu, yeroo muraasaaf waltajjiin kuni banaa hin ta'u. 🗓 Yeroo eegamu: Fedhii Rabiitin yoo Har’a irraa eegalee hanga Roobii. 🌿 Yeroo waltajjiin cufaa ta’utti, barnoota keessan Telegiraamaa fi TV Afrikaa (Africa 1 TV) irratti, yeroo barnoota Akaadaamii isiniif ibsameen, itti fufuu dandeessu. ✅ In shaa Allah, Marsariiti (Website)  fooyya’aa fi tajaajila gaarii ta’een gara keessan ni deebina. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
1 237
20
Bulguun biyya Arabaatti nama ajjeesaa turte akkanatti qabamtee mana murtii dhiyaachaa jirti!
Bulguun biyya Arabaatti nama ajjeesaa turte  akkanatti qabamtee mana murtii dhiyaachaa jirti!
1 139