Dhaamsa Gaarii
Ir al canal en Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
Mostrar másEl país no está especificadoLa categoría no está especificada
1 782
Suscriptores
-624 horas
+1097 días
+22430 días
Carga de datos en curso...
Canales Similares
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
agosto '26
agosto '26
+1 833
en 3 canales
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 27 agosto | 0 | |||
| 26 agosto | 0 | |||
| 25 agosto | +29 | |||
| 24 agosto | +32 | |||
| 23 agosto | +3 | |||
| 22 agosto | +6 | |||
| 21 agosto | +15 | |||
| 20 agosto | +45 | |||
| 19 agosto | +14 | |||
| 18 agosto | +8 | |||
| 17 agosto | +6 | |||
| 16 agosto | +19 | |||
| 15 agosto | +7 | |||
| 14 agosto | +6 | |||
| 13 agosto | +19 | |||
| 12 agosto | +13 | |||
| 11 agosto | +18 | |||
| 10 agosto | +11 | |||
| 09 agosto | +15 | |||
| 08 agosto | +7 |
Publicaciones del Canal
Repost from N/a
"Duniyaan guutuun yoo si shakkele, ati immoo ofitti amanamummaa kee onnee kee keessatti labsuu godhadhu. Uumaan dandeettii fi addummaa siif kenne namni biraa sirraa fudhachuu hin danda'u. Jalqabni milkaa'inaa 'Ani ni danda'a' jedhanii amanuu irraa jalqaba!"
https://t.me/SuufiyaanJeeylaanOfficial
| 2 | 🤔 "SEENAA GOOTA ISLĀMAA KAN BARRUUN SEENAA HIN IRRAANFANNE BEEKTAA?"
Gootummaa Khaalid Ibn Al-Waleed, Sa'ad Ibn Abi Waqqaas, fi Seenaa Nabiyyootaa kanneen barnoota jireenyaa guddaa siif kennan guutuu isaanii VIP Channel keenya irratti dhihaataniiru. Kutamee si nuffisiisuun hafee jira!
🚀 Ammuma botii tuquun linkii VIP fudhadhu:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot | 434 |
| 3 | BAGA GARA CHANNAALII VIP SEENAA FI FILMIIWWAN ISLĀMAA NAGAAN DHUFTAN!
Keessummoota keenya maatii VIP ta'an hundi dhiheessa keenyaatti baay'ee gammadaniiru! Isinis har'a kaffaltii raawwachuun Seenaa Nabiyyootaa, Sahaabotaa fi Filmiiwwan Islāmaa dhandhamaa!
📲 Botii keenya baniitii maatii VIP ta'a:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot | 674 |
| 4 | BAGA GARA CHANNAALII VIP SEENAA FI FILMIIWWAN ISLĀMAA NAGAAN DHUFTAN!
Keessummoota keenya maatii VIP ta'an hundi dhiheessa keenyaatti baay'ee gammadaniiru! Isinis har'a kaffaltii raawwachuun Seenaa Nabiyyootaa, Sahaabotaa fi Filmiiwwan Islāmaa dhandhamaa!
📲 Botii keenya baniitii maatii VIP ta'a:
👉 @ | 6 |
| 5 | 🙈 WAAN TIKTOK IRRATTI MURAAN, VIP KEESSATTI GUUTUU ISAA ILAALAA!
Mucattiin Baddee Mana kiyyaa Jirttii...... Maal gootii laata mana isaati Seenaa Bayyee Bareeda guutuu Video Nu biraa argattuu.
Viidiyoowwan Facebook fi TikTok irratti dhokfamanii fi muraman guutuu isaanii VIP Channel keenya keessatti argattu. Waan dubbatamaa jiru hunda qulqullinaan ijaan ilaalaa!
🔑 Botiin keenya isin eegaa jira:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot | 699 |
| 6 | Hadiisa keessatti “Muslimni inni dhugaan” eenyu? | 729 |
| 7 | Hadiisa “La darara wa la diraar” maal barsiisa? | 757 |
| 8 | 😩 VIIDIYOO GUUTUU YKN KUTAA HAARAA DAAWWACHUU DHABDEE RAKKATTEETTAA?
Rakkoon kee furmaata argateera! VIP Channel keenya irratti viidiyoowwan guutuu isaaniitiin, qulqullina sadarkaa guddaa qabuun dhihaataniiru.
🚀 Ammuma Botii kana tuqii seeni:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot | 872 |
| 9 | 🎬 አዳዲስ HD ጥራት ያላቸው ቪዲዮዎችን እና ፊልሞችን መመልከት ይፈልጋሉ?
አጫጭር ቪዲዮዎች፣ ድራማዎች እና በአፋን ኦሮሞ የተተረጎሙ አዳዲስ ክፍሎች ሙሉ በሙሉ፣ ያልተቆራረጡ እና ከማስታወቂያ ነጻ በሆነ መልኩ በቪአይፒ ቻናላችን ላይ ቀርበዋል።
📲 ክፍያዎን ለመፈፀም እና የቪአይፒ ሊንክዎን ወዲያውኑ ለማግኘት ቦታችንን አሁኑኑ ይጫኑ:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot | 1 205 |
| 10 | 🎬 VIIDIYOOWWAN FI FILMIIWWAN HAARAA HD QULQULLINA OLAANAA QABAN DAAWWACHUU BARBAADDAA?
Viidiyoowwan gaggabaaboo, diraamaa fi kutaawwan haaraa Afaan Oromootiin hiikaman guutuu isaanii, kutaatti hin qoodamne fi beeksisa nuffisiisaa malee VIP Channel keenya irratti dhihaatanii jiru!
📲 Ammuma Botii keenya tuquun kaffaltii xumuraa, linkii VIP yeruma sana fudhadhaa:
👉 @SuufiyaanBaaleeBot | 1 415 |
| 11 | Gabbartii Rabbii keessatti tola ooluu jechuun gabrichi sodaa fi Abdii/Kajeellaa Rabbii gidduu jiraatuu jechuudha. | 887 |
| 12 | Kanneen armaan gadii keessaa faallaa kajeellaa kan ta’e kami? | 890 |
| 13 | Waan haarawaan dhufaa jirraa galgala sa'ati 2:30 irratti nu eegaa.
Hangasii linkii asii gadii kana nama hunda biraan nuuf gahaa hiriyyootaa fi maatii keessan hundaa affeeraa
👉 | 1 617 |
| 14 | Qoodni Tawhiidaa beekamaan meeqa? | 993 |
| 15 | Mikaa'iil (AS) maal waliin walqabata? | 988 |
| 16 | Khaliifaan sadaffaa eenyu? | 991 |
| 17 | 👨🏽🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu.
📮 Fooyya’iinsaa fi hojiiwwan suphaa Waltajjii (Website) barnoota keenyaa irratti godhamaa ture hundi yeroo gabaabaatti xumuramuun isaa gammachuudhaan isin beeksifna.
⌛️ Kanaafu, Amma banaa waan ta'eef seenuudhaan barnoota, gaafilee fi bu'aa qormaata keessanii hunda ilaallachuu ni danddessu.
#Deebineerra_Deebii_Gaarii
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 1 093 |
| 18 | 🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti:
Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa)
Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii)
Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa)
Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 1 226 |
| 19 | 📮 Beeksisa Barbaachisaa!!
👨🏽🎓 Barattoota keenya kabajamoo
🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gara garaa waltajjii (Pilaatifoormii) barnootaa irratti ni gaggeessina. Kanaafu, yeroo muraasaaf waltajjiin kuni banaa hin ta'u.
🗓 Yeroo eegamu: Fedhii Rabiitin yoo Har’a irraa eegalee hanga Roobii.
🌿 Yeroo waltajjiin cufaa ta’utti, barnoota keessan Telegiraamaa fi TV Afrikaa (Africa 1 TV) irratti, yeroo barnoota Akaadaamii isiniif ibsameen, itti fufuu dandeessu.
✅ In shaa Allah, Marsariiti (Website) fooyya’aa fi tajaajila gaarii ta’een gara keessan ni deebina.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 1 237 |
| 20 | Bulguun biyya Arabaatti nama ajjeesaa turte akkanatti qabamtee mana murtii dhiyaachaa jirti! | 1 139 |
