Dhaamsa Gaarii
Открыть в Telegram
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa
БольшеСтрана не указанаКатегория не указана
1 803
Подписчики
+124 часа
+257 дней
+24330 дней
Количество постов
Загрузка данных...
Реакции
Комментарии
Telegram Stars
ТОП постов по
Загрузка данных...
Анализ публикаций
Посты | Динамика просмотров | |||||
🔥 GALMEEN BARNOOTA TEEKNOOLOOJII BANAMEERA! ⚡️
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Osoo namni hundi teeknoolojii AI'n gara fuulduraatti tarkaanfatuu ati eessa jirtu? Har'ama galmaa'uun dandeettii kee sadarkaa ol-aanaatti ceesisi!
🎯 BARNOOTA KANARRAA MAAL ARGATTU?
✅ AI Editing: Suuraa/Viidiyoo uumuu & Fayyadama AI sirrii.
✅ Telegram Earning: Channel uumuu & Tooftaalee galii Argachuu.
✅ Bot Automation: Botii Telegram uumuu, AI waliin walitti hidhuu fi hojjechiisuu.
🌟 BARNOOTNI KEENYA MAALIF ADDA TA'A?
✓ Haala salphaa fi ammayyaawaan barsiifama.
✓ Hojii irra oolchuu kan dandeessan dandeettii qabatamaadha.
✓ Namoota jalqabaafis ta'e kanneen beekumsa qabaniif mijata.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
⏰ Bakki galmee murtaa'aadha — Yeroo osoo hin dabalatin galmaa'aa!
📩 GALMAA'UUF AMMUMA TUQI:
👉 Admin Qunnamuuf: @SuufiyaanBJICS | 454 | 1 | 3 | 5 | Loading... | |
Linkii Qormaataa!! 👉
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98
📋 Qajeelfama Qormaataa
🗓 Yeroo Qormaataa
Qormaanni torbee lammaffaa Koorsii Tarbiyaa banameera.
Qormaanni kun Dilbata, 06/09/2026 ykn 01/13/2018 sa'aatii 1:00 galgala ni cufama.
1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
📚 Qormaata Torbee lammaffaa kana keessaatti gaafii 10tu argama.
Gaaffiin tokko qabxii 1n madaalama.
Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama.
🚫 Seera Qormaataa
Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha.
⏲ Hubachiisa
👉 Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni xumuramu qofa ifooma.
🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa.
👉 @AfricaacademyOromo | 437 | 0 | 0 | 0 | Loading... | |
🔥 GALMEEN BARNOOTA TEEKNOOLOOJII BANAMEERA! ⚡️
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Osoo namni hundi teeknoolojii AI'n gara fuulduraatti tarkaanfatuu ati eessa jirtu? Har'ama galmaa'uun dandeettii kee sadarkaa ol-aanaatti ceesisi!
🎯 BARNOOTA KANARRAA MAAL ARGATTU?
✅ AI Editing: Suuraa/Viidiyoo uumuu & Fayyadama AI sirrii.
✅ Telegram Earning: Channel uumuu & Tooftaalee galii Argachuu.
✅ Bot Automation: Botii Telegram uumuu, AI waliin walitti hidhuu fi hojjechiisuu.
🌟 BARNOOTNI KEENYA MAALIF ADDA TA'A?
✓ Haala salphaa fi ammayyaawaan barsiifama.
✓ Hojii irra oolchuu kan dandeessan dandeettii qabatamaadha.
✓ Namoota jalqabaafis ta'e kanneen beekumsa qabaniif mijata.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
⏰ Bakki galmee murtaa'aadha — Yeroo osoo hin dabalatin galmaa'aa!
📩 GALMAA'UUF AMMUMA TUQI:
👉 Admin Qunnamuuf: @SuufiyaanBJICS | 28 | 1 | 0 | 0 | Loading... | |
"Namoonni tokko tokko waan ati taʼuu dandeessu waan sodaataniif gonkumaa si hin deeggaran." Kunii dhugaadha.
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii | 537 | 1 | 0 | 6 | Loading... | |
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 554 | 0 | 0 | 5 | Loading... | |
Galmeen Barnoota Teknolojii AI, Telegram Channel Fi Telegram Bot itti fufee jiraa namoonni galmaahu feetan keessan na dubbisaa.👇👇👇👇👇
@SuufiyaanBJICS
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii | 618 | 1 | 4 | 2 | Loading... | |
Hayyoota qeequun (jechaan tuquun) karaa uummataa keessaa fi safuu badaa dha. | 649 | 0 | 4 | 15 | Loading... | |
Kanneen armaan gadii keessaa, miidhaa mirga hayyootaa ykn beektootaa guutuu dhiisuun fidu kan hin taane kami? | 630 | 2 | 3 | 10 | Loading... | |
🔥 GALMEEN BARNOOTA TEEKNOOLOOJII BANAMEERA! ⚡️
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Osoo namni hundi teeknoolojii AI'n gara fuulduraatti tarkaanfatuu ati eessa jirtu? Har'ama galmaa'uun dandeettii kee sadarkaa ol-aanaatti ceesisi!
🎯 BARNOOTA KANARRAA MAAL ARGATTU?
✅ AI Editing: Suuraa/Viidiyoo uumuu & Fayyadama AI sirrii.
✅ Telegram Earning: Channel uumuu & Tooftaalee galii Argachuu.
✅ Bot Automation: Botii Telegram uumuu, AI waliin walitti hidhuu fi hojjechiisuu.
🌟 BARNOOTNI KEENYA MAALIF ADDA TA'A?
✓ Haala salphaa fi ammayyaawaan barsiifama.
✓ Hojii irra oolchuu kan dandeessan dandeettii qabatamaadha.
✓ Namoota jalqabaafis ta'e kanneen beekumsa qabaniif mijata.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
⏰ Bakki galmee murtaa'aadha — Yeroo osoo hin dabalatin galmaa'aa!
📩 GALMAA'UUF AMMUMA TUQI:
👉 Admin Qunnamuuf: @SuufiyaanBJICS | 733 | 5 | 2 | 6 | Loading... | |
🏆 Barattoonni jahan Akkaadaamii lameen irraa Mo’atan Ifoomaniiru!!!
Barattoota keenya kabajamoo,
Akkuma beekamu, kaleessa barattoota qormaata xumuraa Hadiisaa Akkaadaamii Afaan Oromoo fi Siiraa Akkaadaamii Afaan Amaaraa irratti Qabxii ol'aanaa galmeessan adda baasuuf sagantaan kallattii qophaa’ee ture.
Sagantaa kana irratti carraawwan mo’attootaa kanneen badhaasa argatan beekkamaniiru.
Barattoonni imeelii isaanii suuraa irratti ibsame kun, warroota carraan baheefi injifataniidha. Barattoonni injifattan imeela keessaniin kan isiin dubbisnu ta'a.
🎉 Mo’attoota hundaaf baga gammaddan!
Rabbiin beekumsa keessan isiniif haa dabalu, carraa fi milkaa’ina keessanis haa baay’isu. Barattoonni hafan kan qabxii ol'aanaa galmeessitan tattaaffi keessan Rabbiin isinirraa haa qeebalu isiniin jenna!!
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 705 | 0 | 3 | 5 | Loading... | |
✨ BARNOOTA TEEKNOOLOOJII AMMAYYAA — GALMEEN BANAMEERA! ✨
Addunyaan gara AI fi tajaajila dijitaalaatti saffisaan ce’aa jirti. Ati immoo dandeettii yeroo kana si barbaachisu barachuuf qophiidhaa?
Qophii barnootaa keenya keessatti:
🔹 AI fayyadamuun suuraa fi viidiyoo qopheessuu
🔹 Akkaataa AI itti fayyadamuu fi sirnaan itti hojjechuu
🔹 Faayidaa fi miidhaa AI beekuu
🔹 Chaanaalii Telegram uumuu fi guddifachuu
🔹 Chaanaalii irraa galii argachuuf tooftaalee beekuu
🔹 Botii Telegram uumuu fi hojii irra oolchuu
🔹 AI fi botii walitti hidhuu
🔹 Botii hojii fi tajaajila adda addaatiif qopheessuu
🎯 Barnoota kana irraa beekumsa qofa osoo hin taane, dandeettii hojii irra oolchuu argatta.
📢 Galmeen amma banaa dha. Namoonni hirmaachuu barbaaddan yeroo keessan osoo hin dabarsin nu qunnamaa.
👉 @SuufiyaanBJICS | 709 | 2 | 0 | 7 | Loading... | |
📢 GALMEEN BARNOOTA TEEKNOOLOOJII AMMAYYAA BANAMEERA! 🚀
AI, Telegram fi Botii barachuu barbaaddaa? Carraa addaa kana hin dabarsinaa!
Barnoota keessatti:
🤖 1. BARNOOTA AI
✅ Suuraa fi viidiyoo AI fayyadamuun qopheessuu
✅ Akkaataa AI sirriitti itti fayyadamuu
✅ Faayidaa fi miidhaa AI beekuu
📲 2. TELEGRAM CHANNEL
✅ Chaanaalii Telegram uumuu fi qindeessuu
✅ Chaanaalii guddisuu
✅ Akkaataa chaanaalii irraa galii argatan barachuu
🛠 3. TELEGRAM BOTII
✅ Botii Telegram uumuu
✅ Botii hojii irra oolchuu
✅ AI fi botii walitti hidhuu
✅ Botii tajaajila garaagaraatiif qopheessuu
💡 Barnootni kun kan qabatamaa fi hojii irra ooluudha. Namni jalqabaa ta’e illee hirmaachuu ni danda’a.
📩 Galmaa’uu fi odeeffannoo dabalataa argachuuf:
👉 @SuufiyaanBJICS | 1 018 | 4 | 4 | 13 | Loading... | |
Sagaleen hin dhagahamuu yaa jama'aa | 735 | 0 | 17 | 0 | Loading... | |
📣 YAADACHIISA CIMAA!!
👨🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🏆 Sagantaan keenya sagantaa kallattii kan TV Afriikaa (AFRICA TV) irratti darbuu sa'aatii 10:15 -10:30 gidduu irraa eegalee kan isiniif darbu ta'a.
Sagantaa kana irratti:
🔶Adeemsi galmee akkam ture?
🔶 Haga ammaatti adeemsi barnootaa maal fakkaata?
🔶 Haallii madaallii qormaataa bifa kamiin adeemsifamaa jira?
🎊 Kan jedhuu fi sagantaa barattoota koorsii haadiisaa irratti qabxii ol'aanaa galmeessan carraa baasuu kan taasifamu ta'a!
🎁 Isin Hundaafu carraa gaarii isiniif hawwina!!!
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 628 | 1 | 10 | 6 | Loading... | |
🚀 DANDEETTII KEE SADARKAA AMMAYYAATTI CEESISI!
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Dandeettii teeknoolojii yeroo ammaa addunyaa irratti barbaadamaan dhiyeenyaan baradhu.
✨ SKILLS YOU WILL MASTER:
▪️ AI Tools (Suuraa & Viidiyoo uumuu / AI Usage)
▪️ Telegram Earning (Channel uumuu & Galii)
▪️ Bot Engineering (Bot uumuu & AI Integration)
💡 Hojii irra oolchuu kan dandeessan dandeettii qabatamaa!
📲 GALMAA'UAN BARACHUUFEETAN:
👉 @SuufiyaanBJICS | 937 | 1 | 5 | 6 | Loading... | |
Sagaleen connection dhagahama waan hin jirreef insha Allah wahee barnoota AI irratti ibsa baldhaa ni goona. | 822 | 0 | 0 | 9 | Loading... | |
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii?livestream=7052ea24a97aacf4db | 846 | 0 | 0 | 0 | Loading... | |
🚀 TECH MASTERCLASS: AI, TELEGRAM & BOT DEVELOPMENT
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Bilbila kee gara meeshaatti jijjiiri! Beekumsa yeroo ammaa sadarkaa addunyaatti barbaadamaa jiru tokkoon tokkoon isaa haala salphaan baradhu.
🤖 MODULE 1: AI (Intelliijensii Kalaqamaa)
▫️ Suuraa fi Viidiyoo ajaa'ibsiisaa AI'n qindeessuu.
▫️ Iccitii fayyadama AI fi of-eeggannoo isaa.
📢 MODULE 2: TELEGRAM CHANNEL BUSINESS
▫️ Chaanaalii sadarkaa ammayyaatiin uumuu.
▫️ Mala ittiin chaanaalii kee irraa Galii (Qarshii) argattu.
🛠 MODULE 3: BOT DEVELOPMENT
▫️ Akkaataa Botii Telegram itti uuman.
▫️ Botii fi AI wal-qunnamsiisuu.
▫️ Botii mataa keetii waan kamiifuu fayyadamuu.
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🎯 Maaliif Nu Filatta?
✅ Barnoota Qabatamaa (Practical)
✅ Hojii irra oolchuu kan dandeessan
✅ Gorsa fi deeggarsa yeroo hunda
⚠️ Bakki murtaawaadha!
Qophii barnoota kanaa keessatti hirmaachuuf amma nu dubbisaa.
👇 GALMAA'UUF AMMUMA TUQAA:
👉 @SuufiyaanBJICS | 1 127 | 4 | 4 | 8 | Loading... | |
⚔️ Aşk Ve Taht (ፍቅር እና ዙፋን) — 1ኛው ማስታወቂያ
"በጉጉት ሲጠበቅ የነበረው አዲሱ የ Bozdağ Film ታሪካዊ ድራማ ማስታወቂያ በትርጉም ተለቀቀ!" 🔥✨
ለብዙ ጊዜ ሲጠበቅ የነበረው የ Aşk Ve Taht ድራማ የመጀመሪያ ማስታወቂያ (Fragman 1) አሁን በትርጉም ቀርቦላችኋል።
🎙 በትርጉም፡- አሊ መህዲ (Ali Muhed)
📺 አዘጋጅ፡- Bozdağ Film
Filmi Turkii Seena bareeda kan hedduu eeggama ture Motumma saljuuk, mootumma Osman Bey dura kan turee dhufee jiraa, Kara VIP keenyaa seenaa.
@SuufiyaanBaaleeBot | 923 | 0 | 0 | 4 | Loading... | |
Barattoota keenya kabajamoo,
📝 Qormaanni torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegaltanii bu'aa qormaata keessaniiti fi deebi sirrii ilaalu ni dandeessu.
🔶 Rabbiin tattaaffii keessan isiniirra haa qeebalu.
#Akaakadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 955 | 0 | 5 | 14 | Loading... |

