📚DHAAMSA GAARII💻
Kanalga Telegram’da o‘tish
Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa Danddeetti keessa kee jiruu baasttee yoo itti fayyadamttee dandeetti nama biratti hin hawwitu beeki! Nu qunnamuuf: @SuufiyaanBJICS1 Nu qunnamuuf @SuufiyaanBJICS
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
2 995
Obunachilar
+3824 soatlar
+2107 kun
+87230 kun
Ma'lumotlar yuklanmoqda
O'xshash kanallar
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Oktabr '26Okt '26
Oktabr '26
+942
10 kanalda
Sentabr '26
+471
7 kanalda
Get PRO
Avgust '26
+1 855
8 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 30 Oktabr | +1 | |||
| 29 Oktabr | +46 | |||
| 28 Oktabr | +42 | |||
| 27 Oktabr | +21 | |||
| 26 Oktabr | +16 | |||
| 25 Oktabr | +49 | |||
| 24 Oktabr | +19 | |||
| 23 Oktabr | +50 | |||
| 22 Oktabr | +65 | |||
| 21 Oktabr | +36 | |||
| 20 Oktabr | +29 | |||
| 19 Oktabr | +38 | |||
| 18 Oktabr | +46 | |||
| 17 Oktabr | +23 | |||
| 16 Oktabr | +32 | |||
| 15 Oktabr | +58 | |||
| 14 Oktabr | +8 | |||
| 13 Oktabr | +2 | |||
| 12 Oktabr | +10 | |||
| 11 Oktabr | +4 | |||
| 10 Oktabr | +58 | |||
| 09 Oktabr | +54 | |||
| 08 Oktabr | +43 | |||
| 07 Oktabr | +12 | |||
| 06 Oktabr | +43 | |||
| 05 Oktabr | +20 | |||
| 04 Oktabr | +45 | |||
| 03 Oktabr | +37 | |||
| 02 Oktabr | +20 | |||
| 01 Oktabr | +15 |
Kanal postlari
As wr wb akkam jirttuu kabajamtoota jaallatamtotaa maatii channala fi garee #Dhaamsa_Gaarii October 30 Akka Ethiopiatti sa'atii 2:30 irraa eegallee sagantaa addaa waan qabnuuf hundii keessanu Akka irratti hirmaattan kabajaadhan isiin afferree jirraa!
Hunduma keenya nama irra qooda fudhatu rabbiin nu haa taasisuu!
Aaaamiin
| 2 | ✨ **SEENAA NABII IBRAAHIIM (A.S)** ✨
📖 **Kutaa 3ffaa** 📖
Uummanti kijiba isaanii amanuu dhiisanii, haaloo ba'uuf murteessan. "Ibraahiim abiddan gubaatii taabota keessan gargaaraa!" jedhanii iyyan. Abidda eessattuu takkaa argamee fi dhaga'amee hin beekne bobeessuu jalqaban. Qoraan gurguddaa walitti qabuudhaan abidda ho’a isaatiin simbirroonni gubbaa isaatiin balali’uu hin dandeenye sana dirree guddaa irratti qabsiisan. 🔥💥
Ho’a abiddichaa irraa kan ka’e namni tokkoyyuu itti dhihaachuu hin dandeenye. Kanaafuu, meeshaa darbiinsaa (Manjaniq) fayyadamanii Nabii Ibraahiim (A.S) fagoodhaa abiddatti darbuuf qophaa’an. Yeroo funyoon hidhaa keessatti isaan kaa'anii abiddatti gadi darbuuf qe’aan sun raafamu, Malaa'ikan Jibriil (A.S) dhufee: "Gargaarsa maalan sii godha?" jedheen. Ibraahiim (A.S) garuu gadi dhiheenya fi amantaa cimaadhaan: *"Rabbii kiyya malee gargaarsa keessan hin barbaadu, Inni anaaf gahaadha!"* jedhanii deebisan. 🏹⛓️
Yeroo Ibraahiim abidda sodaachisaa sana keessatti gadi darbataman, Uummanni akkuma barbada’utti eeggatan. Garuu Ol-aantummaan Rabbii biraa dhufe! Rabbiin abiddaan: *"Yaa Abidda! Ibraahiim irratti qabbana fi nagaa ta'i!"* jedhee ajaje. Aja'iba! Abiddichi hidhaa inni ittiin hidhame qofa gube malee, rifeensa Nabii Ibraahiim tokkollee hin gubne; ho’a sanas gara qabbana gaariitti jijjiire. ❄️🕊️
Ibraahiim (A.S) abidda gubbaa sana keessa nagaan fi gammachuudhaan taa’anii Rabbii isaanii faarsuu jalqaban. Yeroo abiddichi qabbaana’u, Ibraahiim (A.S) miila isaaniitiin deemaa keessaa ba'an. Mootichi Nimruud fi uummanni isaas dhugaa kana ija isaaniitiin arganii amanuu dadhaban; rifatuudhaan harka afaanitti qabatan. Mala isaanii hundas Rabbiin akkasitti fashaleesse. 😲✨
Seenaa ajaa'ibaati! Namni Rabbiif jedhee tokkummaa Isaatti amanee fi Isarratti kawammate yoomiyyuu hin qaana'u. Uummanni Nimruud salphatanii kaayyoon isaanii fashala'us, seenaan Nabii Ibraahiim (A.S) garuu godaansa fi qormaata biraatiin itti fufa... 🚶♂️🌍
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
👉 Kutaan itti aanu torbee dhufu Sa'ati Kanatti itti fufa... ⌛️
Channalli keenya kana join gochuudhan nu wajjin turaa!
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii | 130 |
| 3 | Atii deggera kileba kamitii kan barbaadde irra tuqun join godhii hordofii | 25 |
| 4 | Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruu sa'ati kanatti internate hin dangeffamne kenname waan jiruuf bakka free internate jedhuu tuqun add godha bilisan fayyadama. Utuu hin dhaabbatin dafaa itti fayyadama | 43 |
| 5 | Kaardii Birrii 1000 gadi lakkifamuuf jedha, daqiiqaa 9 qofatu hafe. Kanaaf bakka get jedhuu tuqun add godha | 29 |
| 6 | itti Fayyadama!!!
🎉 BOOM NAMA DURSEE CHANNEL KANNEN JOIN GODHEEF QARSHII👇💥💥
🎁 Badhaasa:
🥇 1ffaa – Qar. 20000
🥈 2ffaa – Qar. 10000
🥉 3ffaa – Qar. 8000
BADHAAFAMA TA'UUF BAKKA KENNA JEDHUU TUQUN ADD GODHA BADHAAFAMA👇👇👇🔥🔥 | 1 |
| 7 | Badhaasa bankin ethiopia qarshii 100000 qophesse irratti hirmaachuuf bakka get jedhuu tuqun add godha irratti hirmaadha. | 20 |
| 8 | Full Name: Usama Awol
Portfolio: https://usamaawol.pro.et/ | 1 |
| 9 | Please family keenya challenge kana obboleessa keenya usaama Akka injifatuuf like qofa gochuun haa gargaarruu
Linki asi gadii kana tuquun channala join erga gootani booda iddo suuraa obbolees keenya usaama jalatti like qofa gootuu kana biraa tuquun malettii Les go family 👇👇👇👇💪💪
https://t.me/Miftahtech/283 | 107 |
| 10 | Atii deggera kileba kamitii kan barbaadde irra tuqun join godhii hordofii | 63 |
| 11 | Bilbila harkaa qabduun mana kee teesse online irra maallaqa argachuu ni barbaadda ? Yoo kan barbaaddu ta'ee bakka get jedhuu tuqun add kan jedhutti bu'ii | 73 |
| 12 | Oduu gammachiisaa warra amma toora irra jirtan ️️
Namoota 10 qofaaf badhaasa birrii 500 qopheessinee jirra namoota dafanii ⚠️ chaanaalii keenyatti makamaniif
Carraa ajaa'ibaa 💵💵 kana akka isin jalaa hin darbine ariifadhaa
😏 Wanti isin gochuu qabdan "Start" jedhu cuqaasuun ADD gochuun injifadhaa, ariifadhaa👇 | 73 |
| 13 | Kaardii Birrii 1000 gadi lakkifamuuf jedha, daqiiqaa 9 qofatu hafe. Kanaaf bakka get jedhuu tuqun add godha | 80 |
| 14 | 📜 **SEENAA NABII MUUSAA (A.S)** 📜
✨ *Kutaa 2iiffaa* ✨
Nabii Muusaan (A.S) masaraa moohichaa Fir'aawun keessatti ulfinaa fi ilaalcha addaatiin guddhate. Rabbiin (S.W) jabeenya qaamaa, miidhagina addaa fi beekumsa qalbii kennaafii deeme. Ta'us, Muusaan eenyummaa isaa fi saba isaa kan ta'an Bani Israa meeqan sanatti dhiyoo ture. Garaa laafina isaatiin kan ka'e, cunqursaa fi gocha suukanneessaa immoo Fir'aawun fi sabni isaa (Qibxiin) saba Israa'iil irratti raawwatan gaddaan ilaala ture. 🏰👑
Gaafa tokko osoo magaalaa keessa deemu, namoota lama kan wal lolaa jiran arge. Tokko saba isaa (Bani Israa'iil) keessaa, kaan immoo saba Fir'aawun keessaa ture. Namichi saba isaa gargaarsa gaafannaan, Muusaan namicha Qibxii sana abbootii (dhoose). Garuu jabeenya isaatiin kan ka'e namichi sun dafee du'e. Muusaan gocha isaatti baay'ee gaabbee, "Kuni gocha shaytaanaati" jechuudhaan battalumatti gara Rabbii isaatti deebi'ee dhiifama kadhate; Rabbiinis dhiifama godheef. 💥😔
Garuu sodaan sun ni dhalate! Oduun kun masaraa Fir'aawun ga'ee, ajjeechaa kanaaf Muusaa ajjeesuuf mariin eegalame. Namni gaariin tokko masaraa keessaa fiigeu dhufee, "Yaa Muusaa! Geggeessitoonni si ajjeesuuf mari'achaa jiru waan ta'eef dafiitii biyyaa ba'i!" jedheen. Muusaanis sodaa fi garaa qulqulluudhaan Rabbii isaatti dhiimma isaa kennatees, kophaa isaa qe'ee Masrii dhiisee gara biyya 'Madyan'tti dheesse. 🏃💨🌵
Karaa dheeraa gara-qulluu fi millaan imaleen booda, beelaa fi dheebuu guddaadhaan Madyan ga'e. Bakka bishaanii (eela) tokkotti uummatni re'ee obaasaa jiru arge. Isaan irraa fageenyarratti intalaan lama re meeshaa isaanii oofanii dhaabbataniit jiru. Muusaan garraamummaa isaatiin gara dhiyaatee "Maaliif naanna'u?" jedhee gaafannaan, akka maatiin isaanii abbaa dullumaa ta'ee fi dhiirota wajjin wal dhiibuuf unkuramuu hin fedhiin itti tultan. Muusaanis humna isaatti fayyadamee re'ee isaaniitiif bishaan obaaseef. Deebi'ees gaaddisa muka tokkoo jalatti boqochuuf taa'ee: "Yaa Rabbi! Ani waan gaarii kee irraa naaf buustu hundumaaf dhabeessa!" jedhee kadhate. 🤲💧🌳
Intaloonni kunis gara abbaa isaanii (Jaarsa kabajamaa/Nabii Shu'ayb) deebi'anii seenaa dhiira jabaa fi kabajamaa sanaa itti misroomsan. Abbaan isaaniis Muusaa galateeffachuuf affeere. Muusaan seenaa isaa gaddisiisaa sana gaafa itti narratu, jaarsichi "Hin sodaatin, ummata jal'aa irraa oolteetta" jedhiin. Muusaan amanamaa fi jabaa ta'uu isaa arganii, akka inni intala isaanii takka fuudhuu fi waggaa 8 hanga 10tti re'ee isaanii tiksu walii galan. Muusaanis achitti jireenya tasgabbii fi boqonnaa haaraa eegale. 🏠💍🌾
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
👉 Kutaan itti aanu torbee dhufu Sa'ati Kanatti itti fufa... ⌛️
Channalli keenya kana join gochuudhan nu wajjin turaa!
https://t.me/Dhaamsa_Gaarii | 383 |
| 15 | Ergamaan Rabbii (S.A.W) sahaabota isaaniitiin akkana jedhan:
🔷 "Rabbii lubbuun koo harka isaa keessa jirtutti kakadhe, tokkoon keessan jannata hin seentan hamma Rabbii tokkichatti amantanitti malee.
🔶 Ammas tokkoon keessan iimaana guutuun Rabbitti hin amanne hamma wal jaalattanitti malee."
♦️"...Mee waan tokko irratti isin haa akeekuu kan hoggaa waan sana dalagdan jaalala jidduu keessanitti heddummeessitu?"Jedhan.
🔺"Eeyyan yaa Rasuulallah! Nuuf himaa" jedhaniin sahaabotni. Yommuu kana Ergamaan Rabbii ( S.A.W)
🔰"Jidduu keessanitti salaamtaa facaasaa
(salaamtaa heddummeessa)" jedhan.
(Sahiih-Muslim ) | 1 |
| 16 | Gaaffii badhaasaa Sa'aatii 2:15 hanga Sa'aatii 2:30 gidduu
Nama 15 deebii sirrii argateef Badhaasa qarshii 5000 qopheessinee jirra
JOIN kan Jedhu tuquun hirmaadhaa | 53 |
| 17 | ✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥
Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa 👇👇 | 24 |
| 18 | ❤️🏆 SUPPORT OUR BROTHER! 🏆❤️
👤 Usama Awol
🔥 Challenge irratti isa deeggaruuf:
❤️ LIKE
📲 SHARE
🤝 SUPPORT
👇 POST ISAATTI SEENAA 👇
https://t.me/Miftahtech/283
#UsamaAwol #Challenge #Support | 581 |
| 19 | ✅Namoota channel qabdan Maraaf !🔥
🔖Akkasuma owner promotion Kun irratti post ta'e jiru Maraaf!⚔
🫡Channel kee 10k subscribe Ol qabaa?🙄
✊ Wave active kan 10k Olii kottuu galfadhu!🫰
🚀Owner channel kana akkasuma Members keessaa kan channel 10k ol qabdan ammuma kottaa guddifadhaa!📊
📌Channel keessan subscribe kana gadii kan qabu!📍
✏️ #Subscribe 10k+
✏️ #Subscribe 20k+
✏️ #Subscribe 30k+
✏️ #Subscribe 40k+
✏️ #Subscribe 50k+
✏️ #Subscribe 100k+ kan qabdan !📇
🔎Channel #Active ta'ee naaf fidaa!❤️🩹
🗳Karaa username kana naaf ergaa!📁
📥Username👉 @Zigo_top
📥Username👉 @Zigo_top | 35 |
| 20 | Sirna badhaasa Ballon d’Or kallattiin hordofachuu
mallattoo LIVE jedhu tuquun Request to Join erguun hordofaa
👇👇👇👇👇👇👇👇 | 67 |
