ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Waldaa Daandii Qulqullummaa

Waldaa Daandii Qulqullummaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Waldaa Daandii Qulqullummaa

تُعد قناة Waldaa Daandii Qulqullummaa (@waloomaa) في القطاع اللغوي الأمهرية لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 12 867 مشتركاً، محتلاً المرتبة 6 897 في فئة الدين والقيم الروحية والمرتبة 2 736 في منطقة إثيوبيا.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 12 867 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 18 نوفمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 329، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -9، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 0.71‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 0.48‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 91 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 62 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 5.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 19 نوفمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الدين والقيم الروحية.

12 867
المشتركون
-924 ساعات
+387 أيام
+32930 أيام
أرشيف المشاركات
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
19 نوفمبر, 14:34

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
19 نوفمبر, 12:56

Isin Ortodoksi dha❓
19 نوفمبر, 11:47
19 نوفمبر, ~12:24

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
19 نوفمبر, 10:59
19 نوفمبر, ~12:24

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
19 نوفمبر, 09:36
19 نوفمبر, ~12:24

Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???
19 نوفمبر, 08:56
19 نوفمبر, ~12:24

መጋበ ዕለታት ከዋክብ Urjiilee guyyoota sooran 1) Sanbata guddaa - Shimish 2) Wiixata - Qamar 3) Kibxata - Marii 4) Roobii - Mashtarii 5) Kamisa - Zuhaan 6) Jimaata - Haxaart 7) Sanbata duraa - Naard Urjiilee ji'oota Sooran 1) Fulbaana -Ilhaameel 2) Onkololeessa - Aalsaawu 3) Sadaasaa- Aljaawuzaa 4) Mudde -  Alshaanxar 5) Amajjii - Alhaasaad 6) Gurraandhala Alsaanbulaa 7) Bitootessa - Almiizaan 8) Eebla - Alaaqraab 9) Caamsaa - Alqawus 10) Waxabajjii - Alzaajiin 11) Adoolessa - Aaldelew 12) Hagayya - Alahaat Urjiilee Waqxii Sooran 1) Afraasaa -  Mili'eel - Bitootessa 26- Waxabajjii 25 2) Ganna - Hilmelmeleek  Waxabajjii 26-Fulbaana 25 3) Ganna - Birki'eel 4) Bona - Naari'eel Source : Melaake Hiywoot Mr Girmaa Asaffaa kan barsiisan irraa Sadaasa, 07, 2019 Fiichee, Salaalee @WalalooAO
19 نوفمبر, 04:40

Dargagguummaa Dhalli nama yeroon jireenya isa murteessuu umurii dargagguummaa kanatti. Umurii dargagguummaati beekumsi,bilchinni sammuu, jabeenyi qaama, akkasumas jijjiramni qaama keenya irratti yeroo mul'aatudha. Umurii dargagguummaati yeroo miirrii keenya nu hoggaanudha. Humni,obsa dhabuun yeroo kana rakkoo isa guddaadhaa. ✅ Jaalala Yeroo gaaffii jaalala nàmóôtni waliif dhiyeessan,bultii ijaarachuuf adeemsa eegalanidha. yeroo kun Madda jireenyati. Dargaggootni gonfoo ykn kabaja isaani yeroon eegani, yeroon kabaja isaani dhabanis yeroo kana. 🛜 Nàmóôtni kabaja isaani yeroon kana dhaban,rakkoo itti ni ta'a? ✓Ga'eela kan hundeesse waaqayyoodha. Ga'eela jannata keessatti bu'uureeffame,kanaaf qulqulluudha. Ga'eela kun kan eebbifamuu.Namootni wal_jaallatan,wal-kabajan;safuu,duudha hawaasa yoo eeganidha. Hamma ga'eela rawwatanitti feedha foon rawwachuu inqaban. ♨️Yaa obboleetti dhirri ga'eela duraa waliin ciina sin jedhu 👈 bultii keef inta'uu Yaa obboleessa ga'eela duraa durbi akka ati waliin ciistuu si gootu bultii keef intaatu. ⚠️ Miidhaa ga'eela duraa waliin ciisuu? ✓yeroo ga'eelatti seentuu/seenuu hariiroo qaama biraa waan beektuuf/beekuuf yaada shakkiif nama saaxila. ✓Ga'eela duraa feedha foonif qaama faallaa waliin ciisee/ciistee waan beektuuf/beekuuf ga'eela murta'uun ni ulfata, 👈 qaama biraa waliin akka ciistuu miirrii kee si to'aata. Kun bultii kee diiga. ♨️ Ga'eela duraa wal-qunnamtii saala rawwachuu irraa of-eeggachuun barbaachisa dha. Kabaja ofii eegan,wal_kadhimaachuun gaariidha. ♨️ yaa shamarran durbumma keessan eeggadha. yaa dhiroota gonfoo keessan kabaja,kabaja ijoollee shamarran eega. 🛜Warrii kabajan jirta kadhannati ciima,kabaja keessan eeggadha. Ga'eela keessantu eebbifama. Warrii kabaja keessan sababa adda, addan dhabdan,manni kiristaana keenya bakka fayyiinati waan ta'eef 👈 Gaabbii galuun jireenya keessan haaressa. Jaban waaqa Waan dubbistanif galatooma 👏 Share, like, comment ✍️ ✓ Yaadni keessan motora channel kanatti,akka itti fufuus,akka maxxaansa kana dhabnuus yaada keessa murteessaadha.
18 نوفمبر, 23:56

<>➐<> #Sillaasee <>➐<> Sillaasee Abbaa koo Uumaa Samiif lafaa Maqaa kee wameetan Gadduun kan koo hafa 🙏-------➐ Bifaaf fakkeenya keen Uumtee Nadhaabdeetta Cubbuu koo naaf dhiistee Ofitti naqabdeetta 🙏-------➐ An ragaan siif baha Dhugaa irra dhaabbadhe Sillaaseen Waaqa dha Tokkos sadiis jedhee 🙏-------➐ Jecha kan keetiini Samiin kan dhaabate Afuura kan keetiin Addunyaan Golgamte 🙏-------➐ Abbaan jaalala isaan Ilma isaa gadi Ergee Dhiifama isaa tiin Saba isaa Aguuge 🙏-------➐ Iccitiin isaa guddaa Kan bira hin ga'amne Waqummaan sillaasee Kan hin qoratamne 🙏-------➐ Jiraataa waaqa koo Qulqulluu #Sillaasee Garamin adeemaa Uumaa koo si dhiisee 🙏-------------------------🙏 #Baga_Ayyaana_Uumaa_keenya_Qulqulluu_Sillaasee_Nagaan_Geessan_ijoollee_Tewaahidoo!
17 نوفمبر, 21:37

Walaloo 🍒🍒🍒 👉 Mikaa'eel Tiksee koodhaa Abba gaafa rakkoo soraa jireenyaa Koo sidhaa mikaa'eelii anaf tiksee Kan Koo egdee na guddistee ijoollumaakoorraa manakeettii na waamtee dirree badisarraa egaakoo dhaa ati yeroomaa hundumaa ganaamaf galgalaa an maqaakeen waamaa tiksee dhugaadhaa ati mikaa'eel abbakoo naanis na gargariii akka Daani'eelii Afoomiyaa Kan bastee harkaa dinaa keessaa nanis na baasii kaa kiyyoo diinaa keessaa ati Kan gargartee Saba isira'eelii har'as nuf qaqabii Akka Saba isira'eelii Ebbiifii sugnii kee Ana mucaa keerraa calaaqisee ifee surraaf ayyanniikee . yoo sinnitti tole follow gochuu naa jajabeessaa ✍🏽✍🏽✍🏽✍🏽✍🏽 ♥️1️⃣2️⃣🩷💯 Walaloo code 🔔@12@012
17 نوفمبر, 21:37

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
16 نوفمبر, 15:30
17 نوفمبر, ~21:37

Isin Ortodoksi dha❓
16 نوفمبر, 14:31
17 نوفمبر, ~21:37

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
16 نوفمبر, 12:50
17 نوفمبر, ~21:37

Isin Ortodoksi dha❓
16 نوفمبر, 11:46
16 نوفمبر, ~12:22

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
16 نوفمبر, 10:54
16 نوفمبر, ~12:22